You are on page 1of 2

Walaloo

jaalala dhugaa(pdf)

2 _YKOZBX]OO^OO NOAABB LEAAIIFFOO ]BB_OK]OO @BSBB]BBJO KBGYGGBB GYYGGII BJBBKOOJO ECHBXXYY EXEGEE ]IIK]B ECSBABAEE EXEGEE (BJEA =402) Hbrb 8428 Noaab, Iteep`oybb 8 HEREKKBB ^ELLE 2. ]IIK]BBJO _BBNXOGGII ECSBABEE Ecwbabaeek ceerewwbk ecugbb liissbb ugroo n`iirbb qbbhbbm`un`bbk hiillbgb. Lukos
tb‟uu lbk nbknb‟i lbrbb ecwbabaee bjwbabaeetooko. Oago kbgbb yiree n`iirbn`bbj cbnnbbjo cbggbm`uu, `bwwoojo jin`oo, bllbsugbs, n`oggeetb `bbab foriikybbliissbttbtto osbbk gunbtbk ottok ohsbm`bb turi. ]orko hbrriijjbgko esee `okfbaqbhbgok nurbyyuu bjbbkook nuhhbtbgbb turuuk osbbs ko bgbkbgb. Ygrook ecwbabaee lbrbb ecbjbbk ”
bjwbabaeetook n`iirbb wbbk qbhuuj ugroo bjbbkoojo foriikyb oagb kbgbbtook wbaqoxxiissb ybbkko fin`us ko forb. Sbabaeek okko `bkcbjbb ugroo n`iirokbbk hiilbgu wbabaee n`iirbb siikissbb ‑Ipom ej Coacbbgii s`‗ fin`bgii wbbgbgu. Sbabaeek luk siikbb geetoo Giseppet bbgoybb (]ugir) wbccbb 28:j huam`bb turi Coacbbgii s` orrbtto lbk `uknbb‟ii yee
tb‟u lbk hbrriijjbgis n`baeetb Lorstees nurb (N`.L.N) hbrb kbbkkee =444to. Sbabaom`o quhii nurook n`blbb orrbtto onnee Hbbhoaeek fin`bgiis wbbgbguttohbrriijjbgi. Hbllo luk `b r‟b Orbbqojo ]eeroybb fin`bgbkoo hiilbgu. Onneek luk gbnnb qbreegbb bllb tb‟i siikbbk bnnb bnnbb ko bcbrsoosb. Sbaee hiilbgbb hoyyb Crooloo lbk turi @egir lotbbhetb
wbabaee Oaobn jo Enyssiy fin`bgbk lbk hbrriissi N`.L.N fbbrrbb 28jjbb heenb bllb tb‟i bgbkbgb. Jbabbs bbjo eciissb siikbb Corooloo lbk turi @iireenuutis bllb ohsutto @egir N`.L.N kbbkkee hbrb 094 forbbti. 2.2. Gbab N`b`bbwwbk Gbnnb Ecwbabaee Ecwbabaeek bllbgotto fbaqbhbgii cbbjjoo fin`uuj kbgeekko bnnb bnnbb yiree cbrb cbrbb ybbnb
bnnb bnnbb n`oyiissbb turbk.
@ukno osbbkootuu lbk otto wbaoocbabk ecwbabaeek yiree bllbkbb onnee bllbkbbtto sbhbhb lbkbbj uugbgi niihook fin`u forbbm`uu n`bhuu osbbto. Fbaqbhb osbb oabbam`osii gbab n`b`bwwbk yeelbbk toagbbgekko (`ypet`isos) s`bk tb‟bk kombqbsbgu (_e`bbkkos 84496:) 2) Ecwbabaeek Cem`b Sbbqijjbkkbbk Sbaqbhbtito Yugbgi Kbgko nuroo
kbbkkee bnnukybb cbrb cbrbb liissbtto hojb wbbqijjbkkbb bnnb bnnbb bllb qbhbbtbb turbk rbcbbaiik ko bcbrsoosu. Bllb `ukniissoteetb gbab n`b`b lbkbbtto kbgeekko nur foruu osbbkoo liissbtto cbrcbbrsb kuuj cen`bk fin`bkoo wbbqetb otto bgbkbk wbaook tb‟bkooto wbbqijjbtu< cbabtbs cbam`uuj. _iree wbbqetbbj cbabtb cbam`bkos sem`oojo sorhb
cbrb cbrbb cen`u. ^elluggbbk tb‟bkoo sorkbbk abjb n`ootbbjo sbcbaii ealbbsbkoo cbabtiijjbm`uuk osbbkoo luk wbktb `bbrbb uugi. Sbkto = `bbrbbk lukos bbrtoon`b fin`bgb. _ireen`b yireetto `bbaao cbabkko otto n`oybbtu luk fim`eetb cbccbhbbheekhbhhbriinii n`oybbm`uu fbaqbhi. Lbrbb horbbtook wbrro bgbktbbk wbaqbhsoosbk oggee
ecwbabaeek likkbb rbhhoo wbbk tb‟iij Sbbqko lbk ottook cbabtiijjbgu lbkkook fin`bkos foru. Lbkbbjuu, cem`b wbbqijjbkkbb lbkb fbaqbhb ecwbabaeej lb‟ugs b lbk osb tbbsosu n`oolosbbjo yiinbaeek (hibt bkn r`yt`g) ohsbguu osbbto fin`bgb. Gbab n`b`eek luk ecwbabaeek cuyybb bllbkbb fbaqbhbgi fim`uu hbbtbkoaaii ecwbabaeek ugroo n`iirb bllb
qbhu gorlbkiissu.

8) Ecwbabaeek@efook Sbaqbhbtii Yugbgi Kbgko nuro cbgtbbk forbbtb. Cbgtbbk `effbtb. Foriikyb osbb gee‟bm`uujo n`oohhbb qbbgb horbbtoo (hokiiksetb, `bbab qoaaiiksbb) osbrrb cb`u qeabm`uuj cbgtbbk sem`e‟b. Sbaook bnbgsb, wbaook egos`b, wbaook nookb ejorrbb ottosb. @efook mogbbk `ugkb cunnbb cbbjbtus yee forbbti `bkcb nbknb‟bgiik
`ugkb osbbkoo qokniissuun`bbk cbgtbbk rbbwwbtu. Jblliikybj, wbbk uajbbtbb telle sem`eesuuj, n`blbb fbhbb cbrb cbkcbam`uuj hokiiksb cunnbb cbrbc am`uuj bllb `br‟bb lbkb giis`bbaiik bggbyybb esee `ok`effitbgok `ugkb kbgbb telluggbbk jbyybnbguuk norqbgb turi. @ugkb lbkb so‟iissojbm`uujos sbcbaii telluggbb osbbkoo mogsu wbaeek
n`bciissosbb bllb turbk ohsbgb. Bllb ybbnonnbgb lbkbbtto sbcbaii kbgeekko wbaook tb‟bkoo wbafbabb qbhuun`bbk n`bciissosbk suk ybb‟b, n`ollosbbjo yinbaee w bbk qbhuuj bbrtook luk bniigsb yiree n`iirbb liissb uugbgb ecwbabaeetooj lb‟uugsb fim`uun`bk ohsu. =) Ecwbabaeek Bgbab Yugbgb Kbgbbjo kbbkee Sbffook Yugbgi N`baao kbgbb bgbab
yeelbbk sbksblb bnnb bnnbb qbhb. _eebbri ko joom`bab. _ee n`ulluhsbti ko bbnb. _ee cbnni yeelbbk yee goon`bgi ko heewb, yee cbggbnis lejaii qoaooxbgb. Foriikyb cuutuu osbb liissbtto yireen`b yireet to bniigso luk orrb ninniiho‟ii ko gua‟btb. Bbnuuk, heewuukoojo cbggbnuuk yiinbaee gbtbb osbbko otook ohsbguu nbknb‟u. Bllb ybbnonnbgb
lbkbbtto sbcbaiiwwbk goorb cbnnbbjo cbggbm`uutook ybb‟b, n`ollosbbjo yiinbaee gbtbb osbbkoo wbbk qbhbkooj uugbgsb ecwbabaeetooj sbhbhb tb‟uu `ok`bjbk fin`bgb . Lbkugbbk lbk wbaqbhbti lbk horbb oggee kbgko kbbkkee forbbtu liissbtto cem`bbaiik osb `bwwbtbk `innuutu f orb. Jblliikybj, jokmbb‟bb hos`bbkoo, nbkhbaoo cbrhbb, qoaaiiksb
go‟bbwbb yiree horrbb, nbkhbaoo goon`bbkoo lbk yiree horrbb eyoruu (gbbsoo) orrbtto hotbbjo gorcbttorbbjbguujo llj oabbauun`bk kbgko lbk liissb osbbtto n`bcb`bgi ohsuuj fim`b ecwbabaee uugiis ko fin`bgb. You're Reading a Free Preview Page 3 is not shown in this preview. Maaliin si fakkeessuu Attamiin si ibsuu Eenyuun si fakkeessuu
Midhaayaan moo hadhaani Dammaan moo aannani Heexoon moo summiini Biftikeehoo maali Diimaamoo gurraacha Adii moo hoomicha Keelloo moo booricha Dhuguma ati maalii Isa si qorateef Tooftaa sitti bareef Ilaalee hubateef Kan dhugaa dheeboteef Qabee si kunuunseef Dhuguma jaalala Eenyutu si caala Doofaa qaroomsita Goota laphee fuuta
Beekaan harka laata Mootiin jilbeeffata Waraanni dhaabbata Hundumaa boojita Inni si wallaale Namummaa wallaalee Doofee tibjaajayee Namaa gadi tahee Hundi itti hadhaayee Lapheen dhiiga booyee Jireenyi boorayee Itti dukkanaayee Maatiin bittinnaayee Manni qullaa tayee Uffatee dhaamota Jiraachuu dheebota Harkumaan maraata Ofii harka
laata!!! Beenyaa Dhaabaa Hordofaa Email didaa200@yahoo.com Aadaa Asoosama Barnoota Uncategorized Walaloo Skip to content Kan akka jaalalaa jaalatamuu fi faarfamuu waan jiru hin fakkaatu. Hundi jaalachuu fi jaalatamuu fedha. Bineensotaa fi allaattiis dabalatee. Jaalalli gammachuu qaba. Jaalalli, seeraan hin qabamu taanan, gadda, kufaatii fi
cabiinsa hamilee hamatti nama geessuus danda’a.
Gammachuu guddatti kan nama geessu jaalala dhugaati.
Miidhaa fi hubaatii irraas kan nama tiksu isuma jaalala dhugaati. Humni jaalalaa danuu ta’uu isaati kan kun hundi argisiisu. Amaloota jaalala dhugaati wabiin isaa onnee ta’eedha. Jechoota kana sadan “Sin jaalladha”, “Galatoomi”, “Dhiifama” bakka isaan barbaachisan hundaatti utuu of hin qabiin fayyadamuu.Yoo balleessaa walirratti argan, hiriyyaa
biraa, facebook fi namoota birootti haasa’uu dhiisaanii kallattumaan walitti haasa’uu.Jireenya dhuunfaa qabaachuu jaalaleewwan lameenii. Jireenya waliinii akkuma qaban, jireenya dhuunfaa isaaniifis kabajaaf bakka qabaachuu qabu. Jireenyi isaanii keessatti 100% wal amanuu. Jaalalli dhugaan gocha. Jaalalli dhugaan waan gochaan agarsiistu malee
waan afaaniin odeessituu akka hin taane quba qabaadhu.Amanamummaa, iftoomina, wal hubachuu fi waliin haasa’uun dirqama. Icciitiin dhoksaa hedduun jiraachuu hin qabu.Jaalalli dhugaa nama hin hubu. Jireenya keessatti walitti aaruun, mufannaa fi wal hubachuu dadhabuun jira. Bakka jaalalli dhugaa jirus kuni inuma jira. Bakka jaalalli dhugaa
jirutti rakkooleen ykn hir’inni kunniin waan irra deddeebi’aa mul’atanii miti, garuu jaalalli dhugaa ilaalcha gaarii waliif qabaachuun madaalama.Lafa jaalalli dhugaa jirutti maqaa wal ballessuu fi wal yakkuun hin jiru.

Yoo haasoftu jechoota ‘akka natti fakkaatutti’ ykn ‘akka amantaa kootti’ ykn ‘akka yaada kootti’ jedhanitti dhimma bayuu yaali. Waan dhibbaan dhibbatti hin beekne namatti hin fe’in. Jechaa fi shakkiidhaan wal hadheessuun ganda jaalalli dhugaa jiruttii hin heeddumatan.Jaalalleewwan lamaan maatii fi hiriyyoota walii waliif kabajuu fi jaalachuu qabu.
Garaa garummaa walii hubatanii, waliif kabajanii, waliif danda’anii jiraatu.Jaalalli dhugaan kaayyoo fi kaka’umsaan guutamuu qaba; akka nama dhuunfaattis ta’ee akka walootti. Lameen wal jaalatan yaadaa fi karoora isaanii bakkaan ga’uu irratti wal deeggaruu fi waan waahilli isaa jireenya keessatti fedhu gargar baasee hubachuun deggarsa kan bira
dhaabatuudha.Jaalalli danda’aadha, gaarummaas ni argisiisa; jaalalli hin hinaafu, of hin jaju, of hin bokoksu wanta oftuulummaa jedhamu of keessaa hin qabu.
Baratu hammaate Gaangetu ilmoo dhale Garaa namaatu jabaate Duuyda walitti gale Kuun jaalalaaf dharra’a Gariin jibbaan machaa’a Osoo sangaan harma hodhu Jabbiin xiqqoon harma gu’a Wal rakkisuun gatii hin qabu Osoo dhugaan dirree jiru Wal jaalachuun duruu Jira Wal hifachuun kun hin jiru Onnee kutaa 4 qabdu Dhiphistanii maaf haguugdu
Ventrikiliifi oorikiliin duris ammas hojii hin dhaabdu Namatu jijjiirama malee Kutaan onnee hin jijjiiramu Barri jijjiiramee Darbus Namni dhugaa hin geeddaramu Na dinqa zamanni kun Nama ammaa dabalatee Gaafa adurreef hantuutni Jaalallee walii taatee Namni nama akka ofii Yaadaan qalee nyaate Gaafa saani dhaltiin Jabbiif hin mar’anne Gaafa
hiriyyaan lamaan Wal jalaa hin dubbanne Gaafa nama miidhanii Dhiifama hin gaafanne Gaafa kan miidhame Miidhama hin himanne Gaafa kan jaalates Waan yaade hin ibsanne Gaafa kan jibbames Nama hin komanne argineerra hundaa Bu’aa fi miidhaa isaa Ani jechas hin qabu Yeroof ni cal’isaa Beela’eef sin jaaladhuu Yoon buleyyuu Agabuu
Buddeenan firoomuudhaaf Laphee tortoraa hin qabu Maal naaf godha gamoon kee? Kan cirrachaaf simmintoo Maal naaf godha biftikee Kan bulee ta’u cittoo…. Bu’aaf fayidaan hunduu Kan lafarra tuulame Gaaf tokko darbuuf jira Harca’ee duguugamee eenyummaa keen jaaladha Kan si waliin uumame! noo sin jibbu silaa Ni beekta kuullee koo Maaf
narraa fagaatta Maaf teessa fuullee koo Jaalala kee dheebodheera Dheebuu koo na baasii Gadda jaalala keetii Kottuu narraa kaasii Jaalalli kee hamaan Onnee koo na hidda Qaamaan natti siqxee Hubachuu maaf didda Natti siqi maaloo Halaala maaf teessa Atoo galma qabdaa Onnee kankoo keessaa Maaf dhuftee hin taa’in Banaadhaa hoo manni
Yoomuu hin cufamuu Birraan dhufus ganni Fuullee kan koo taa’uu Gahaa meemee dhiisi Harka kee lallaafaan Laphee kankoo jiisi Natti maramii harkaan Qoma koorraan ciisi Hin taahin fuullee koo Natti siqi margitu Siin ala ijji koo Kan biraa-n argitu Anoo hin dandeenye Yaadumakee kanaa Kottumee hawwiikoo Walitti hoo’ifnaa Wal hammaannee
Waliin yaada jijjiiraa Ija keessa wal ilaallee Addunyaa biraa ijaaraa Seenaa darbe kaasnee Muudannoon bashannanaa Kolfa keen booji’amee Gammadee mirqaanaa Yerooti gara ilaaltuu Dhokadhee si ilaalaa Kan wal hin caalle qabna Jaalala wal madaalaa Hawwiikoo lubbuukoo Jechuunuu sin ibsuu Dammakoo siin jedhee Maqaa kee hin xiqqeessu
Bareedduu siin jedhus Kun jecha hundaatii Kamiin sin qixxeessu Naaf hin qabdu fakkaatti Halkan yeroon rafu Hawwiikoo sin yaada Siree koo irra ciisee Qalbiin koo na bada Erga ana mootee Onneen siif bitamee Hir’uun jireenyakoo Jaalalaan guutame Badii badii kottu Maatii kee dhokadhuu Bye gaafa jettus Hidhiikoo dhungadhu Gaafan sii bilbiluu
Dafii narraa kaasii Sagalee kee mi’aawaa Gurraakoo dhageesisi. Yoo si mijachuu didee Yeroon beellama keenyaa Fira fakkaadheen mana dhufa Wal arguuyyuu dandeenyaa Jecha tokkon jedha Jechakoo ishee dhumaa Hawwiikoo sin dheebodha Ani yeroo hundumaa You're Reading a Free Preview Pages 11 to 20 are not shown in this preview. You're
Reading a Free Preview Pages 25 to 38 are not shown in this preview. You're Reading a Free Preview Pages 46 to 73 are not shown in this preview. You're Reading a Free Preview Pages 85 to 96 are not shown in this preview. You're Reading a Free Preview Pages 103 to 105 are not shown in this preview. You're Reading a Free Preview Pages 111 to
152 are not shown in this preview. You're Reading a Free Preview Page 158 is not shown in this preview. You're Reading a Free Preview Page 168 is not shown in this preview. You're Reading a Free Preview Pages 172 to 184 are not shown in this preview. You're Reading a Free Preview Pages 194 to 231 are not shown in this preview. You're Reading
a Free Preview Pages 235 to 236 are not shown in this preview. You're Reading a Free Preview Pages 242 to 244 are not shown in this preview. You're Reading a Free Preview Pages 254 to 256 are not shown in this preview. You're Reading a Free Preview Pages 260 to 281 are not shown in this preview. You're Reading a Free Preview Pages 285 to
290 are not shown in this preview. You're Reading a Free Preview Pages 294 to 302 are not shown in this preview. Eebbaan barataa kutaa 12ffaa, mana barumsaa Algee piriipaaratoorii yoo ta’u damee barnoota Uumamaa barata. Eebbaan nama kaayyoo isaaf dhaabatu nama haala yeroof hin jilbeenfannedha. innis gorsa abbaa isaatii hordofuun
barnootatti kutatadha.yeroo hunda boqonnaa saarraa kan hafe hiryaa isaa xinnummaa kaasee wal bare waliin dabarsa (kitaaba) ,irraas fagaachuu hin barbaadu. Eebbaan amalli isaa amala sabboontuu Oromo safuufi aadaa ishee eegdee yoo dubbattu ilaallata maal akka dubbattus qalbeeffataa dubbattu fakkaata.kanaaf hawaasa keessatti fudhatamni
isaa gatii diyaamaandii caalaa qaalii isa godheera Innis uumaamaan kennaa uumaan badhaase walaloofi kanneen tapha addaa addaa kana bocuun beekamtii yoo itti hin fudhannellee jalqaba ofii isaa,maatii isaa,mana barumsaa isaa bohaarsa tureera.yeroo inni sagalee isaa banee yedaloo isaa qabatee dhiyaatu akka waan leenci baroodaa jiruutti qaamni
kamillee callisee sagalee isaa kan uumamaan kilolee yoo qallisu ulullee fakkaatu,yoo gorsu jaarsa fakkaatufi yoo taphachiisu kan komediyaanii caalaatti nama hawwatan kanaan uummataasaa bashannansiisu kana dhageeffatu.Walaloowwan isaas baayyee yoo ta’an iyyuu isaan keessaa: kaayyoo, gaabbii, oromiyaa, boran dubbadhaa fi kanneen biroollee
baayyee kan jaalataman fi ergaa guddaa kan gumaachaniidha. Jaalala isaa gaafa bifa walaloon Boontuuf ibsu:- Boontuukoo ija jaalalaan Ilaalii naaf hubadhu Jaalala keetiin qabamees Isan qofaa gubadhu Yoon ciisu si yaadee isan suura kee ilaaluu si qofan jaalladhee eenyuunuu sin madaaluu Magaalleekoo lookoo Mudhii sonsaa Jaalalli jaamaa miti In
argaam qaroonsaa Bareedduu kiyyaa Onneekoo na jalaa fudhattee Osoon hin beekinis jaalala Keetiin na mo’attee anoo si qofan yaadeen ta’eedhuman sii araadaa natti hin mullanneef malee halkan guyyaan si barbaadaa Fakkaattiin kee dhufee Abjuun na hasofsiisaa Kokolfee taphatees Onneekoo gammachiisaa….. Eebbaan amma kutaa kudha
lammaaffaa isaatti shamaarree jaallatee hin beeku. Jaalalli inni shamarranii qabus jaalala oromummaa fi obbolummaan guutameen shamarranii waliin yeroo boqonnaafi karaarra deemu taphachuun isaanitti baayye dhihaata. Haata’u malee tapha isaaf amala isaa ilaalanii shamarran tokko tokko ijaan isa qeequu hin oolle ,ta’us Eebbaan galgala yeroo
dubbisee deemsa gabaabaa bashannanaaf deemu akka jaalalaaf hin jilbeefannee jechoonni isatti gadi rooban, kanneen akka utaalan male hin kufan; kufan male hin caban; dubartiin waa lama yaaddu gabaa hin baatu f kkf makmaaksota Oromo keessaa kan akka jaarsaatti umurii dheeratanii sammuu isaa daa’ima kana gorsaniidha. Eebbaan qormaata
kutaa kudha lamaffaa fudhatee firii isaa osoo hin dhaga’ain keessoo isaatti akka jabbii arma ootee burraaqxuu kan gammaduufi abjuu isaatiin illee akka of eebisaa bulu hiryoota isaa keessa nama baayyee jaallatutti himeera. Yeroo firii isaa eegaa jiru kanatti guyyaa tokko osoo hiryaa isaa Moonenus waliin dirree magariisa irra ta’aa jiruu mucayyoon
Boontuu jedhamtu dhuftee sammuu isaa keessa seente.innis Boontuu walin walitti dhufeenya tokko illee akka hin qabne beekus yaadni ishee akka inni hiryaa isaa gaafatuuf miironni isaa akka marga rooba argatee, yaadni isaa akka tulluu diimtuu ka’anii dhaabataniiru. Yeroo kana Moneenus, “Eebbaa yaadaan badde; waa’ee entrancee yaaddaa laata?”
jedhee isa gaafate. innis “lakki mucayyoo Boontuu sana waliin akka waanan jiruuttan yaade.” jedhee baayye rifate.
Boontuun shamarree safuu uummataaf iddoo laattu ta’uun immoo akka inni dabalee ishee yaadu godheera. Boontuu bareedinni ishee bosona yaayyoo caalaatti daawwachuuf kan nama harkisu, fo’aan mataa ishee dugdarra kan ciisu, sansaki mudhii ishee boraatii malee kan nama raffisu, kan uumaan kuulee fi bineensota garreen baalee caalatti
miidhagsee badhaaseedha. Xiqqoo erga dubbatanis lakkofsa kophee ishee Eebbaan akka argachuu fedhu hiryaa isaaf himuun hiryaan isaas isaaf kennee battaluma kana magarsaan “HELLO“ jechaa sodaa guddaan yeroo jalqabaaf Boontuutti hasa’ee. Isheenis, “eenyudhaa?” jechuurraa kan hafe nagaa gaafachuu illee hin barbaanne.
Kanumaan Boontuun, Magarsaa bilbila gurrarratti cufte. Eebbaanis, deebisee yaaleefii “ani nama si beeku waanan ta’eef bilbila cufuun kee dogongora.” jedhee ishee baayyee rifachiise. isheenis sodaaf naasuu guddaan lapheen ishee akka baala qilleensaan raafameetti raafamaa, hafuurri ishee akka akka dhukasa wal irraa ciccitaa dhuka’utti
“dhii…..fama.naa..godhi, Eenyudha?” jettee isa gaafatte. Eebbaanis, maqaa isaa itti ibsachuu hin dandeenye waan ta’eef, “nagaa na gaafachuu keetu dursa.” jechuun jechoota ogummaa kanneen akka bakakkaa nama sodaachisan isheetti agarsiise. Kanumaan, hin badin jechuun jecha arraba isaa irra bahe yoo ta’usi bilbila irratti cufe.Turtii guyyaa lama
booda Eebbaan jechoota sammuu isaa keessatti kanneen dhageetti ishee banan qindeeffatee isheef bilbile. Isheenis tole jettee erga kaastee booda nagaa gaafatte, itti aansuunis eenyu kan jedhu gaaffii arraba Boontuurraa bahan ture.
Ammallee itti himuu fedha haa qabatu malee sodaa isaarra tarkaanfachuu hin dandeenyee.Innis nagaa gaafatee barnoonni akkam ture jechuun haasaa jijiiree ishee faana haasa’e .isheenis barnoonni gaaridha jettus ganna kana maliin dabarsaa jirta jedhee ishee gaafate,isheenis barri fuulakoo duraa bara ani qormata biyyolessaa itti fudhadhu waan
ta’eef dubbisuudhakaa jettee daraanuu abjuu isaatti magolee dhaabdee gammachuu isaa akka nama biqiltuu ofii dhaabe firii isaa kutee nyaatutti daraan dabalte. Jabaadhu jedhee isheef Osoo maqaa hin Ibsin nagaa itti dhaame… 71 Download File Size : 173.54 KB Free download Walaloo Hiriyaa Dhugaa PDF In This Website.
Available 100000+ Latest high quality PDF For ebook, PDF Book, Application Form, Brochure, Tutorial, Maps, Notification & more... No Catch, No Cost, No Fees. Walaloo Hiriyaa Dhugaa for free to Your Smartphone And Other Device.. Start your search More PDF File and Download Great Content in PDF Format in category General Documents Want
to share a PDF File? Copyright/DMCA: We DO NOT own any copyrights of this PDF File. This Walaloo Hiriyaa Dhugaa PDF Free Download was either uploaded by our users @Live Pdf or it must be readily available on various places on public domains and in fair use format. as FREE download. Use For education proposal. If you want this Walaloo
Hiriyaa Dhugaa to be removed or if it is copyright infringement, do drop us an email at [email protected] and this will be taken down within 24 hours!

You might also like