You are on page 1of 6

Gabatee02

Lakk______________
MaqaaHojjetaaguutuu Minda Minda Garagaru Waligalag Sababa Baay’ina ji’aa
Guyyaa____________
duraani haraya mmaa ara garaagar ______ mindaan
a
Gabatee jijjiirraa Mindaa irratti Uumamu mindaa garummairraaittiin
Abbootii Baajataa ummaa dhihaatu
kafalamuu
WaajiraMWDAanaaXuullootiif ji’a tokkoo aji’a 2
(1)
Garagarummaa Mindaan Keera istrakcharii hojjettoota misooma mana hojii Waajira
Qonnaa Aanaa xuulloo kan kutaa hojii Koodii 211-02-02 Mindaa ji’a dabre Ji’a Addooleesa
fi (hagayyaa) 2015 /2016 kafalame wajjiin garaagarummaa jiru kan qabate gabatee
armaaan gadi iirratti ibsamee qofa ta’uu isaa beekamee haaluma kanaan sirraa’ee akka
kafalamuuf hubachiifna

Lak
k
1 Amadshaam Adamishoo 10150 11305 1155 2310 1155 X 2= 2310

Keerar istraakcharrii Bara


2 Gizaaw Warqinaa 9056 10150 1094 2188 1094 X 2= 2188
3 Amad Mahamad Aliyii 6193 8017 1824 3648 1824 X 2 =3648
4 Mahammad Aliyyii Adam 8017 9056 1039 2078 1039 X 2 = 2078
5 Caaltuu Shamshaddiin 7071 9056 1985 3970 1985 X 2 = 3970

2015/2016
6 Mahamadnuur Mahammad 7071 9056 1985 3970 1985 X 2 = 3970
7 Ayine Adam 8017 10150 2133 4266 2133 X 2 = 4266
total 55575 66790 11215 22430 22430
Kan Qopheese Kan Mirkaneese

Maqaaa ________________________ Maqaa

Mallattoo ___________________ Mallattoo

Guyyaa _______________________ NagaaWajiin

Gabatee02
Lakk______________
Guyyaa____________

Gabatee jijjiirraa Mindaa irratti Uumamu Abbootii Baajataa irraaittiin dhihaatu


WaajiraMWDAanaaXuullootiif
Garagarummaa Mindaan Keera ristrakcharii hojjettoota misooma mana hojii
Waajira Qonnaa Aanaa xuulloo kan kutaa hojii Koodii 214-02-02 Mindaa ji’a
Addooleesa dabre 2016 kafalame wajjiin garaagarummaa jiru kan qabate gabatee
armaaan gadi iirratti ibsamee qofa ta’uu isaa beekamee haaluma kanaan sirraa’ee
akka kafalamuuf hubachiif

La MaqaaHojjetaaguut Minda Mindah Garagaru Waligalag Sababagaraagaru Baay’inaji’aamindaankaf


kk uu duraa arayaa mmaami aragarum mmaa alamuuji’ ___-
ni ndaa maa ji’a 2 irraaeegalee
1 Asfaaw Mabraatu 10150 11305 1155 2310 Fooya’iinsa 1155 X 2 = 2310
2 Tasfaa Shimaliis 9056 10150 1094 2188 Barnoota Hojjata 1094 X 2 = 2188
3 Daawiit Nagaash 8017 9056 1039 2078 misooma 1039 X 2= 2078
2015/2016
4 Fisahaa Ayyalaa 8017 9056 1039 2078 1039 X 2 = 2078
5 Amad Haruun 7071 9056 2039 4078 4078 X 2= 4078
Total 42311 48623 6366 12732 12732

Maqaa ____________________

Mallattoo__________________ Maqaa ______________


Mallattoo _______________

NagaaWajiin
Guyyaa 2/01/2016

QabooYaa’ii
Iddoo Walgahii Waajira Qon/ AanaaXuulloo

Yeroo walgahiin itti eegalame sa’a 4:30

Abbaan Waltajjii Ittii Gaafatama Waaj/ Qon/fi Qab/Uum/

Obboo Shamshaddiin Usmaan Ittii Gaaf/Wa /Qonnaaaa/Xuulloo

Hirmaatooni

Koree caasasa fi sadarkaa Guudina Hojjata misooma kan Waajira


Qonna Aanaa xuulloo

1 Obboo Abdukariim Usma’il I/A/W/Qonnaa


2 Obboo Argaaw Azaaga Du/G/Qun/Ek/Qon/fi Ag/Biz.
3 Obboo Zalaalaam Ayyaleew Dur/G/Karo fi Hor/B/
4 Addee Walaansa Xannaa Dur/G/Hu/Na/ Waajira
5 Obboo Ibsa Yaasiin Du/G/Ekist/mis/Bee/
6 Addee Firii Mulugeeta ogg/ Hum/NamaWaaji/Mis/Be/
7 Obboo Abdulaxiif Yusuuf B/B Hojataa misooma
8 Obboo Ayine Adam B/B/Hojjataamisooma
Ajanda Marii

Sadarkaa Guddina (career straucture) Hojjata Misooma bara


2015/2016

Akkaata Qajeelfama sadarkaa guddina Hojjatoonni fi Oggeeysooni


misooma qonnaa Gandda tokkoo waggaa lamati (2) ti ulaagallee
barbaachisa ta’e jiddugaleessaan osoo hin gutiin yoo hafe sadarkaan
guddina yoo irraa utale fi waggaa ittii aanuti yeroo dhiyoo irraa
raawwii hojii waggaa isaa xumura wajiin jiddugaleessaan akkaa
hojjatamuuf ni taasifama haaluma kanaan Hojjataa misooma
sadarkaa baadiyyati qabnu keessaa Akkaa waajira qonnaa kan amaan
dura hojatameef yoo ta’u cina tokkoo sababaa raga COC tiin hafan
yoo ta’u ammaa ilaale raga isaan qabaniin kan ilaale fi sadrkaa
guddina kan qabani hojata misooma nama jiran hunda ulaagalee
barbaachisoo ta’an waan gutaniif akka hojjatamuuf fi Hojjatoota
Misooma Fooyya’iinsa Barnoota isaani sadarkaa digriiti fooyyeefatan
fi Keerrarrii istraakcharrii sadarkaa guddina mindaa isaani akkaa
hojjatamuu murteesinejira.

Kanaaf Hojaataa misooma sadarkaa guddinas qaban akkaa


raawwatamuuf kan mariikana’ee ta’uu isaa akkaa beektani fi
keerrarriin hojjataa misooma bara 2015/2016 maqaa isaani fi haala
ittii keerrarriin isaani itti hojjatame walqabsiifne kan isiniif ergine ta’u
isaa nuti koree sadakaa guddina waajira qonnaa kan isiin beeksiifnu
ta’u keenya mallattoo keenyaan kan mirkaneesine ta’u isaa ibsina

Waliti Qaba _____________-

1 ----------- 2 ------------ 3 ---------- 4 ------ 5 ---------- 6 ----------


Lakk __________________________

Guyyaa _______________________

Waajira MWD AanaaXuullootiif

Hirna

Dhimmii:-Sadrkaa Guddina Minda Fooya’iinsa Barnoota Hojjata


Misooma kan bara 2015/2016 akkaa hojjatamuuf isiin gaafachuu
ilaala

Akkuma asi Olit iIbsuuf Yaallii godhameeti sadarkaa Guddina mindaa fi


Fooya’iinsa Sadarkaa Barnnoota Hojjataa misomaa bara 2015/2016
hojjatamuu fi qaban ilaalchiisee akkaata Qajeelfama Raawwii Riqichaa
Guddinaa Oggeeyisoota fi Hojjettoota Misoomaa Gandaa (career
structure)haaluma Qaboo Yaa’ii keenyaa irrati iibsaman kan Ji’a
Addooleesa fi Hagayyaa bara 2015 irraa eegalamee kan hojjatamu
maqaa fi dandeetii (ulaagalee) barbachiisuun addaan baafne Qaboo
yaa’ii manajimanti keenyaan mirkaneesine waliin xalaaya fuula
_________ gaggeesituu tanaan walqabsifne erguu keenya kabajaa
wajiin ibsina.

Nagaa Wajiin

G/G

 Waajira PSMQN Aanaa Xuullootiif


 Waajira MWD Aanaa xuullootiif
 Waajira Bulchiinsa aanaa xuullootiif

You might also like