You are on page 1of 1

Quraana

Quraannii woggota digdamii lamaaf(22) gara Muhaamad dhufaa akka turee seenaan
dubbata. Quraannii kun macaafa guddaa isa waaqa keessa jiruu kaaraa ergamicha
Gabri.el gara Muhaammadditti ergamaa akka turee itti amanama.Quraannii baayinni
isaa maacaafa kakuu haaraa irra ni xiqqata .wolumaa galattii boqoonnaa 114 fi
lakkofsa ykn luuqqisii 6616 qaba . Boqonnaan suura jedhamee beekama lakkofsi
immoo Ayata jedhama. Quraannii akka guyyaa soddoma keessaattii dubbifamee
fixamuun danda,aamuuttii bakka soddomattii(30) hirameejira. Innis juz jedhamee
wamama.

Quraannii akka macaafa qulqulluttii toora seenaa qabatee hinbareffamne.Haa


ta.uuyyu male lakkofsa baayee kan qabu irraa ka,ee lakkofsa xiqqaa kan qabuun
xummurama. Quraannii macaafa qulquluu wojjin gaaragarumma qaba. Fakkeenyaaf
Quraannii Noahan mucaa tokko qofa qaba jedha (suuraa 11;42-43TTII) .Macaafni
qulqulluun garuu ijoollee sadii(3) akka inni qabuu dubbata. Uma.(6;10). Abbaan
Abiraham quraanna keesaattii azaar (suuraa 6;74) .maacaafa qulqulluu keessattii
Taaraa (uma 11;31). Quraannii Musee kan guddistee haadha mana Fari,oon (suuraa
28;89). Bau 1;5-10 intala Fari,oon jedha. Gimbii baabiloon kan ijaaree Hamaadha
(suuraa 28;38). Seera uma. 10;32, uma 11 ;4 kan ijaarsisee Fari,onidha. Garuu
Fari,oon kan jiraatee gimbii baabiloon ijaarame woggaa 800 boodaa akkasumas
haaman Fari,oon booda woggaa 900 keessa jiraatee.

Quraanni haarsan dhigaa waaqayootti nama hin haararsuu jedha .(suuraa 22;37)
Lew.16;17;10.Hib 9;26 10;14 ) Maariyaam isheen yesusin Deessee obbolettii
Haaroon intala Imraan(suura 19 17-28) .Kanaaf k…f akkatanin Quraanniif macaafni
qulqullun garagarummaa qabu.

Yesus (Isaa) Amantii Isilaamaa Kesaattii Akkamitti Beekama ?

You might also like