You are on page 1of 5

Created using Notebooks by Droid-Veda LLP Aug-22-2018

Abdii Amin Bakar

Hidda Latinsa Oromoo Harargee

================================´»´»´»´»´»´»´»´»´»´»´»´»´»´»´»´»´»´»´»´»´»´»´»´»´»´»´»

#Gosoonni Oromoo kan Ilmaan bareentummaa tahan keessaa kan harargee keessa jiraatan ilmaan Humbannaa/Aniyyaati

isaaniis ilmaan sadan Sadachaa Baabboo ,Malkaa fi Danbee jedhamuun yammu beekaman il maan Afran kodheellee immo

Biduu, Annaa,macca fi Kooyyee jedhamuun beekaman.

ilmaan Afran Qalloo immoo Afran ilmaan Qalloo yammuu tahan isaaniis Oborraa, baabbile,Dagaafi Ala jedhamuun beekaman.

#Akkasuumaas Guutuu Harargee lixa qabatanii kan argaman Ilmaan Murawwa/Ituu jedhamuun kan beekaman yammuu tahu

walumaaa galatti Gosootni kuniis dhuma Jaarraa kudha lammaffaa dura jalqanii seeraa gadaa tokkoon Odaa Bultum jalatti

waggaa dhibba hedduuf of bulchaa turuu isaanii seenaan barreeffamaa adda addaa ni ibsa.

#hiddi laatinsa Oromota Harargee akka kanaan gadiitti tarreeffamu

Marawwaa (Ituu)

Afran Mana Ituu 2. Shanan Mana Baabboo

1/ Afran Mana Ituu

Adaayyoo Arroojjii Waayyee Baayee

2/ Shanan Mana Baabboo

Baabboo Algaa Galaan Warra Gaamoo

Humbannaa

Anniyyaa

Sadan SadachaaAfran kodheellee

Baabboo Malkaa Danbee Biduu Annaa macca Kooyyee


Created using Notebooks by Droid-Veda LLP Aug-22-2018

Qalloo

Oborraa BaabbileeDagaaAlaa

Oborraa

Dagaa Akkichuu ‘ Bilii Dooranii

Yaasaa Booranii Mangaadhaa Xaayee Gorbee Kuraa Hinee Yaasaa Guutaa Guttayyuu Abbichuu

Baabbilee

Areelee(1) Heeban(3)Hawwiyyaa(2) Girii

Dooyyoo 1. Fagaroo1. Gundhabee Waalee Waajaroo Lubaayaa

Goonaa2. Karaalee

Baabboo

Haagloo

Maayaa (7)

Alii

Usmaan

Boonayaa

Dooranii

Hagaloo

Tudhaa

Miyyii

3/ Dagaa

Noolee Jaarsoo (6) Huumee (12)

1/ Haleelee 1/Oromoo1/ Sirgaalaa

2/ Muchaa 2/ Dawwaaroo2/ Duudaa

3/ Oromoo 3/ Dhangaa3/ Warra Daay

4/ Walaabuu4/ Badii

5/ Warrasay5/ Oboo

6/ Ogaa6/ Asaboo

7/ Ibsoo

8/ Onaayaa

9/ Alii

10/ Noolee

11/ Guyyee

12/ Busa
Created using Notebooks by Droid-Veda LLP Aug-22-2018

4/ Alaa (12)

Abbaadhoo (4) Abbayyii (4) Gutayyuu (4) Arroojjii (7)

Tuulama 1. Kodhallee 1. YaasaaA) Sadeen Oboo

Sirbaa 2. Amuumaa 2. Kuutayyaa 1. Baachoo

Kuraa 3. Diiramuu 3. Guuleee 2. Balaalo

4.maayaa 4. Sobaalee 4.yaayya 3. Doogu

B) Afrab Jamjam

1) Diimaa

2) Bonee

3) Waayyuu

4) Abbaadhoo

Alaa

Nuunnuu(4) Goollo(3) Galaan (3) Buubbuu (3)

1, Baabboo 1, Maaruu 1, Dambee 1, Aliimoo

2, Jiddaa 2, Hurratii 2, Iluu 2, Diramuu

3, Itayyaa 3, Jiddaa 3, Morowwaa 3, Kutaayyee

4, Biliidaa

Alaa

Kaakoo (4) Eree(3)Diiramuu(4)Meettaa(8)4n baddaa 4n Lagaa

1, Hariroo 1, Dooguu 1, Oyloo 1, Ariyaa 5.Maaru

2, Dullachaa 2, Baaduu 2, Corroqoo 2, Buunnii 6.Dullacha

3, Dhanqaa 3, Buraaqsaa 3, Abuunni 3, Daada 7.Biyyoo

4, Adaanoo 3, Abuunni 4, Ooyloo 8.#Dimmaa

#Weeyrara_Alagaatiin_Dura_Ittiin_Bulmaata_sirna_Gadaa_Raabaa_fi_Doorii_Oromoota_Harargee

Bara sirna gadaa kana keessatti abboottii gadaa lakkoofsan hedduu taaniitu teessoo isaanii #OdaaBultum godhachuun Oromoo

Harargee bulchaa turan keessaa akka fkntti Abbaa gadaa Jaarraa Mardiidaa/1193-1200/,Roobaa Dhungataa

/1201-1208/,Roobaa Gaamoo/1209-1216/ Roobaa Gobeellee/1217-1224/,Dooyyoo Daarimuu.1225-1232/ fi Harhar

Hargaya/1233-1241/ jalqaba irratti warreen eeramaniidha

#Haata‘u malee lakkoofsi namaa fi horii hedduummaachaa waan dhufeef gosoonni Oromoo kun lafa baballifachuuf gargar

fagaatanii qubachuu jalqaban.

#Akkaata kanaan Oromoon Afran Qalloofi Anniyyaa gara bahaa godaananii lafa balaa qabatanii jiraachuu jalqaban. Iddoon

qubatanii jiratan Odaa Bultum irraa baayee fagaatte.

#Sababa fageenya kanaan seeraafi bokkuu tokko jalatti buluun baayee ulfaataa dhufe.

#Rakkina kana furuuf gosoota Orommo gara bahaa sochoanii qubatan keessa tokko kan tae Oromoon Afran Qalloo Jaarraa
Created using Notebooks by Droid-Veda LLP Aug-22-2018

a konfodereshiinii Afran Qalloo jedhamu hundeessuun sirna gadaa mataa isaani uummatanii ittin of bulchuu jalqaban.

#Sirni gadaa ilmaan Afran Qalloo hundeeffatanii ittin bulaa turan kun Raabaa Doorii jedhama.

Teesson gadaa Raabaa Doorii afran qalloo Mooraa Fugug bakka Buluuloo jedhamtutti yammuu tahu Buluuloon Aana Qarsaa

naannoo Magaalaa waatar jedhamtu cinaatti argamti.Korri caffee gadaa Raabaa Doorii walgahii isaa waggaa saddeet, saddetiin

gaggeeffata.

Hirmaattoonni kora caffee gadaa Raabaa Doorii kuniis dhiibbaa tokko malee bilisaan yaada isaanii dabarfatu.

Korri yaaii caffee kun gosa hunda walqixxummaan hirmaachisee nageenyaa fi tasgabbii ummataa kabachiisaa tureera.

Kana malees, sababa bishaan dhugaati fi lafa margaatin walitti buinsa gosa jiddutti uumamaa ture furmaata itti keennuun

nageenyaa ummata jiddutti buusaa ture.Sirni gadaa kun Aadaa,duudhaa,afaan,seenaa fi Amantii saba Oromoo akka hin banne

eegee dhaloota irra dhalootatti akka dabru taasisuun guddina Aadaa fi eenyuummaa oromootif gahee bahaa ture.

Gama biraatin gosoonni Afran Qalloo hundi bulchinsa Raabaa Doorii kan mataa ofii qabaachaa turan.Bulchinsi kunis kora caffee

Raabaa Doorii gosaatin hogganama.

Korri gosaa kan rakkoolee xixiqqoo gosa jiddutti umamtu furmaata itti kennuun nageenya hawaasaa tiksu Raaba jedhama.

Haatau malee rakkoolee gurguddoo gosa jiddutti uumamtu ilaaluuf kan aangoo qabu kora caffee gadaa Doorii

jedhama.Bulchinsa gadaa Afran Qalloo keessatti qaamni aangoo guddaa qabu Caffee Gadaati.

Gara biraatiin Raabni bulchinsa gadaa yoo tau Dooriin waraana gadaati.

#Hojiin waraana doorii diina ummata irra ittisee nageenya hawaasa Oromoo tiiksuudha.

Ajajaan waraana doorii Abbaa Duulaa jedhama.Haatau malee, qaamni waraana labsuuf aangoo qabu Caffee Raabaa Dooriiti.

#Hoggantoonni sirna gadaa raabaa doorii karaa dimookiraasiitin ummatan filamanii waggaa saddeet,saddeetin aangoo walif

dabarsaa biyya bulchaa turan..

Gama kaaniin gosti Oromoo Anniyyaa Jaarraa kudha saddeetaffaa irra eegalee Caffee Gadaatin of bulchaa turuu isaani seenaan

manguddoota oromoo irra argame ni ibsa.

#Akka manguddoonni kunneen jedhanitti teessoon caffee gadaa Oromoo anniyya Diida Anniyyaa ykn Burqaa Tirtiraa jedhamti.

Miseensota hoggansaa kora Caffee Gadaa Raabaa fi Doorii akka kanaan gadiitti tarraa‘aniiru.

Abbaa Fugug(Abbaa Gadaa) - Presidenti

Abbaa Bokku Itti Aaanaa-Presidenti

Abbaa Chaffe Waliitti Qabaa kora (Chaffe)

Abbaa Dubbi Kan Dubbii Ykn Dhimmoota Uumaman akka murtii Argataniif kora caffeetiif dhiheessu

Abbaa Seera inniis nama heeraa fi seera sirritti beeku fi akkasumaas heeraa fi seera kana kora caffeetiif kan ibsuudha

Abbaa Alanga Inniis dhimmoota umameef murtii gitu kora caffeettiif kan himu

Abbaa_Duula Ajajaa waraanaatti


Created using Notebooks by Droid-Veda LLP Aug-22-2018

ya kan toohatu

Hoggansi kora caffee kun Aadaa, seenaa,afaan fi safuu hawaasa beekuufi akka hin tuqamne tiksuuf dirqama qaba.

........ittiifufaa.....

#Kiyyaa_Finfinnee

Kana irraa irraate ittii guutu nindaandeessan

You might also like