You are on page 1of 1

T

tsb'lE -- t I

Annexes III: Afan Oromo version Questionnalres


YUUNIVARIISITII MADDA WALLAABUU, HOOSPIITAALA RIIFARRAALLA
GOOBAA KOOLEEJII FAYYAA

Unka Hayyama

Kabajamoo keenya fayyaaf nagaha keessanii?

Maqaan Koo ieedhama.

Qorannoon qoraruloo ilaalcha hojjeuoonni Baankii garu amala ittisa dhukkuba onnee fi
ujummoolee dhiigaa magaalaa Bale Robe keessatti qaban irratti gaggeeffameef akka walitti qabaa
daataa ta'ee hojjechaa jira. Kaayyoon qorannoo kanaa ilaalcha hojjettoonni Baankii garu amala
ittisa dhukkuba onnee fi ujummoolee dhiigaa magaalaa Bale Robe keessatti qaban madaaluu yoo
ta'u, argannoowwan qorannoo kana irraa argamanis hoggantoota sagantaa adda abdaa dhukkuba
onnee fi ujummoolee dhiigaa ittisuu inatti hojjetaniif galtee faayidaa qabu kennuu danda'u.

Akka hojjetaa Baankii tokkootti dirree hawaas-dinagdee biyyattii keessatti gahee guddaa
jirta. Sababni qorannoo kana irratti akka hirmaattan isin filanneef ilaalcha amala ittisa
taphachaa
dhukkuba onnee fi ujummoolee dhiigaa ilaalchisee odeeffannoo gaarii argachuu fi sagantaalee
fayyaa hojjettoota baankii naannoo adda addaa foolyessuuf dizaayinii gochuuf itti fayyadamuuf.
Qo'annicha irratti hirmaachuun kee fedhiikeetii waan ta'eef yookaan qo'*annicha irratti
hirmaachuuf yookaan tasurna hirmaachuu diduu mirga guutuu qabda. Qbrannoon Kun
hirmalghuudhaan faayidaa kallattiin hin argattu, garuu deebii amanamaa kennitu hojjettoota
baankii fi ummata waliigalaa biratti dhukkuboota onnee fi ujummoolee dhiigaa ittisuu keessatti
galtee faayidaa qabu qabaata.

Qo'annoo kana inatti hirmaachuun keessan yeroo keessan daqiiqaa 20 ykn 25 fudhachuu malee,
tumsa keessan baay'ee dinqisiifanna,
Odeeffannoonisinirraaargannuguutummaattiiccitiiwaanta'eefmaqaakeessankaasuunisinhinbarbaa
chisu. Daataankunkaayyooqorannichaagalmaanga'uumaleekaayyoobiraatiifhinoolu.

Gaaffii siififa hin taane yoo qabaatte yeroo barbaaddetti akka gaafattu ni simatama. Qorannoon
Kun ilaalchisee odeeffannoo dabalataa ykn ibsa yoo barbaaddan qorataa muummee Maleda
Gazalrany Lakkoofsa bilbilaa_+251921112628 Teessoo Emeil maledagezahegn@gmail.com
qunnamuu dandeessu.

Ittifufuuf hayyama keessan ni gaafana? Eeyyee /Lakki


1. Yoo eeyyee ta'e galateeffadhuutii gaaffilee guutuutti ce,i.
2. Yoo lakkitalegalatoomaagarahirmaataaittiaanuttideemaa

'!'

You might also like