You are on page 1of 3

Shifargaa

Maaykirooskooppii Ykn Shifargaaa ykn Mijaara ykn Fullee guddiftuu (danuu:


maaykirooskooppoota ykn Fulleewwan Guddisoo ykn Mijaarota) (Afaan Ingiliffaatiin: microscope)
meeshaa wantoota xixiqqoo ijaan arguu hin dandeenye guddisan ykn walnyaatinsa isaanii adda baasuu fi
qorachuuf jecha bal’ina gaarii wantootaa agarsiisuudha.Maayikirooskoopii.” Jechi “Maayikirooskopawaa”
ykn “Shifargaawaa/shifaawaa” jedhu waan gargaarsa Shifargaa qofaan ilaalamuu danda’u ibsuuf kan itti
fayyadamnu yoo ta’u, Shifargaa meeshaalee baayoloojii keessatti baay’inaan itti fayyadaman keessaa tokko
yoo ta’u, ogeeyyiin baayoloojii lubbu qabeeyyii, seelii, . akkasumas kutaalee isaanii xixiqqoo ijaan
mul’achuu hin dandeenye.

Seenaa
Orgaanizimoonni hammaan garaagarummaa qabu. Orgaanizimoonni
hammaan baay’ee xixiqqoo ta’anii ija qullaan hin mul’anne jiru.
Isaanis maayikroo-orgaanizimoota jedhamu.
Maayikirooorgaanizimoota kanneen Shifargaa fayyadamuun ilaaluun
ni danda’ama. Bara 1665 (ALA) namni lammii biyya Ingiliizii ta’e
Rooberti Huuk Shifargaa tolcheen solloqqee mukaa yommuu
daawwatu kutaalee xixiqqoo hedduu arge. Kutaalee xixiqqoo hedduu
kanas seelii jechuun moggaase. Jechi seelii jedhu kun yeroo kana
booda hojiirra ooluu eegale. Bara 1673 (ALA) immoo namni lammii
Shifargaa jaarraa 18ffaa Musée
biyya Hoolaandii ta’e Antoonii Vaan Liweenhuuk Shifargaa Rooberti
des Arts et Métiers, Paris irraa
Huuk caalaa baay’ee fooyya’aa ta’e tolche. Innis maayikroo-
orgaanizimoota seel-qeenxee adda addaa kan akka baakteeriyaa,
paaraamisiyamii akkasumas sanyii kormaa (ispeermii) yeroo jalqabaaf
Shifargaa isaa fayyadamuun kan daawwate yoo ta’u, fakkii isaanii kaasuun waa’ee isaanii ibsuu danda’eera

Gosoota

Shifargaa salphaa

Shifargaa salphaan doo'innee(leensii) tokko qofa kan qabudha. doo'inneen harkaa (Fakkii 4.1) fakkeenya
gaarii Shifargaa salphaati. Innis wantoota si’a 10 hanga 20 (10X - 20X) guddisee mul’isuu danda’a.

Shifargaa mirroo

Shifargaan kompaawundii sirna doo'inneewwana lama qaba. Isaaniis doo'innee ilaaltuufi doo'inneewwan
wanteessaati. Shifargaan kompaawundii doo'innee ilaaltuu tokko (monocular) yookiin doo'inneewwan
ilaaltuu lama (binocular) qabaachuu danda’a. doo'inneen ilaaltuu dandeettii guddisee mul’isuu adda addaa
qaba. doo'inneen ilaaltuu hedduun isaanii dandeettii eddattoo si’a kudhan (10X ) guddisee mul’isuu qabu.
doo'inneewwan wanteessaa immoo dandeettii guddisee mul’isuu adda addaa qabu. Isaanis abbaa aangoo
gad-aanaa si’a afur (4X ), abbaa aangoo gidduu galeessaa si’a
kudhan (10X), abbaa aangoo ol’aanaa is’a afurtama (40X )fi kan
cuuphaa zayitaa immoo si’a dhibba (100X) kan guddisanii mul’isuu
danda’u. Hammi guddisee mul’isuu maayikirooskoppii
kompaawundii kan shallagamu humna guddisee mul’isuu doo'innee
ilaaltuufi kan doo'innee waanteessaa waliin baay’isuu ta’a. Humna
guddisee mul’isuu waliigalaa = humna guddisee mul’isuu
doo'innee ilaaltuu X humna guddisee mul’isuu doo'innee
wanteessaa.

Qaamoolee gurguddoo shifargaa mirroo

Qaamaa dalagaa isaa

doo'innee fiixee ujumoo irratti


Doo'innee ilaaltuu argamuufi fakkaattii guddisuuf
gargaarudha

Qaama shifargaa karaa Shifargaa kompaawundii ijlamee


gubbaa doo'innee ilaaltuufi
Ujummoo Kaarl Zeeys, 1914
karaa gadii doo'inneewwan
wanteessaa baatuu dha
Qaama wantessaa
naannessuu danda’uufi
doo'inneewwan wanteessaa
Naannessituu
abbaa aangoo gadaanaa,
wanteessaa
giddugaleessaa, olaanaafi
cuuphaa zayitaa ofirraa
qabudha.

doo'inneewwan humna
guddisee mul’isuu adda addaa
Doo'inneewwan
kan qabaniifi fakkaattii
wanteessaa
eddattoo sadarkaa adda
addaatti guddisaniidha.

Qaama shifargaa shifargaa


Qabannoo
baachuuf gargaarudha.
Bakka islaayidii(diyaasa)
Waltajjii eddattoo qabate irra kaa’amee
ilaalamudha

islaayidii(diyaasa) waltajjii
Qabduu
irratti maxxansee qabuuf kan
islaayidii(diyaasa)
gargaarudha

Hamma ifaa waltajjii keessa


Murteessoo ifaa
darbuu qabu kan to’atuudha
Ifa gara eddattootti
Fuullessaa ifaa
qajeelchuuf oola

Qindeessituu Fakkaatti sirrii akka mul’atu


fakkaattii sirrii gochuuf gargaara
Qindeessituu fakkaatti hin qulqulloofne akka
fakkaattii golollisaa mul’atu gochuuf gargaara

madaala shifargaa eeguuf


Ejjannoo
fayyada
"https://om.wikipedia.org/w/index.php?title=Shifargaa&oldid=40924" irraa kan fudhatame

You might also like