You are on page 1of 3

1.

Raawwii Hojiilee Gurguddoo Ilaalchisee

1.1 Dambii ittiin bulmaataafi qajeelfamoota paartichaa hojiirra ooluu isaa hordoffii
taasisuu ilaalchisee
1. Leenjiiwwan DIB PB, Qajeelfama Paartii KIN PB irratti kennamaa ture Bu’aan buuse
maalii?
2. Akkaataa hojmaata dambiifi qajeelfama Paatichaatin:
a. Foo’annaa miseensaa gaggeessuurratti;
b. Kaadhimamaa ceesisuurratti;
c. Walgahii idilee gaggeessuurratti:
i. Marii qayyabannaa miseensaa;
ii. Marii Koree hundee dhaabaa;
iii. Koree mandhee/seelii gaggeeffamuu irratti karooraa fi raawwii, ciminaa
fi hanqina jiru adda bahe;
iv. Marii Koree Qindeessituu fi Manajimentii Paartii karooraa fi raawwii,
ciminaa fi hanqina jiru adda bahe;
3. Konfaransiin miseensaa sadarkaan gaggeeffamuun karoorrii fi gabaasni dhiyaatee
mirkaneessuu irratti hojii hojjatame,
Walumaa galatti Cimina, Hanqina fi Xiyyeeffannoo gara fuulduraa
1.2 Qulqullina siyaasaa Paartichaa mirkanaa’uudhaaf hojii hojjatamu hordoffii
taasifamuu ilaalchisee.
1. Qulqullina siyaasaa mirkaneessuuf Leenjiiwwan gaggeeffameen jijjiiramni dhufe maalii? Diina
Saaxiluun, Miidiyaan Qabsaa’uun, kallattiin mootummaan kaa’u hojiitti hiikuun maal fakkaataa?
2. Yeeroo ammaa kana Qulqullinni Siyaasaa Paartii keenyaa maal jechuu dandeenyaa? Maaliin
ibsamaa?
3. Cimina, Hanqina fi Xiyyeeffannoo gara fuulduraa
1.3 Fayyaalessummaan Naamusa paartichaa akka fooyya’uufi cabinsa naamusaa irratti
tarkaanfiin sirreeffamaa fudhatamuusaa hordoffii taasifama jiru ilaalchisee.
1. Miseensi fi hoggansi Hojimaata paartii qabatamaatti hiikuu irratti maal fakkaataa?
2. Hooggansii fi miseensi hundi itti gaafatamummaa isatti kenname akkamiin bahachaa jiraa?
3. Namni bakka hojjatutti, bakka jiraatutti fayyaalessummaa paartichaa eeguu irratti maal
fakkaataa?
Walumaa galatti Cimina, Hanqina fi Xiyyeeffannoo gara fuulduraa

1
1.4 Paarticha Keessatti Qabsoon Farra-Malaamaltummaa akka finiinu yaaliin
taasifamuusaa hordoffiin taasifamuu isaa gama ilaaluun.
1. Miseensaa fi hoggansa malaammaltummaa fi hojmaata loogii irraa bilisa ta’uu, saaxiluu, irratti
qabsaa’uu fi qabeenya galmeessisuu irratti hojii hojjatame,
2. Gochootaafi hojmaata malaammaltummaaf saaxilamaa ta’an adda baasuun duuchuufi
miseensaafi hoggansa malaammaltummaa keessatti hirmaatan irratti tarkaanfiin sirreeffamaa
fudhachuu irratti hojii hojjatame,
3. Hooggansi hundi mana hojii isaa hoogganu qulqulleessuun maal fakkaataa?
Walumaa galatti Cimina, Hanqina fi Xiyyeeffannoo gara fuulduraa
1.5 Mirgoonniifi faayidaaleen qaamoleefi miseensota paartichaa kabajamuu isaanii
hordoffii
1. Mirgi filuufi filatamuu, waltajjiiwwan irratti hirmaachuu, yaadasaa daangaa tokko malee
tarkaanfachiisuu, odeeffannoo barbaadu argachuu miseensaa kabajamuusaa

2. Iyyata miseensaa fi hoggansa irraa KIN PB tti dhiyaatee murtii kenname qaama ilaalu
beeksisuusaa irratti maaltu jiraa? Adeemsaa isaa fi deebii kennameef yaanni iyyataa maal
fakkaata.

Walumaa galatti Cimina, Hanqina fi Xiyyeeffannoo gara fuulduraa

1.6 Maallaqni, qabeenyiifi sanadoonni paartichaa sirnaan eegamuu fi hojiirra ooluusaanii


oodiitii ta’uusaa ilaalchisee
1. Maallaqni, qabeenyii fi sanadoonni paartichaa sirnaan galmaa’uu fi eegamsa taasisuu irratti hojii
hojjatame,
2. Sanadoonniifi ragaaleen Paartichaa sirnaan karaa ammayyaa ta’een qabamuu fi yeroo yerootti
waqtaawaa godhamuusaanii irratti hojii hojjatame,
Walumaa galatti Cimina, Hanqina fi Xiyyeeffannoo gara fuulduraa

1.7 Buusiin miseensummaa paartichaa yeroo isaatiifi sirnaan walitti qabamuun galii
ta’uusaanii ciminaan ni to’atama.
1. Buusiin miseensummaa sadarkaa hundatti karoorfamee fi akkaataa qajeelfamaantin guuramee
galii ta’uu irratti hojii hojjatame
2. Miseensa buusii miseensummaa kanfaleef nagaheen ji’aan kennamuusaa irratti nagaheen Marsaa
kenname

2
3. Miseensa buusii miseensaa hin kaffalerratti tarkaanfiin hojmaata eegee fudhatamuu irratti
tarkaanfii fudhatame jiraa

2.Hojii bara kanaatiin


A. Cimina
B. Hanqina
C. Rakkoolee qunnamanifi furmaata kennaman
D. Bu’aalee argaman
E. Dhimmoota xiyyeeffannoo KIN Naannoo barbaadan adda bahuu qabu.
F. Hojiiwwan Karooraan ala qophaa’an
G. Hojiiwwan akka Muuxannootti darbuu danda’u

You might also like