You are on page 1of 6

WALDAA GUUTUU WANGELAA SAGUREE LAKK 1

IBSAA
ERGA PHAWULOOS GARA FILEMOONAATTI
ERGEE

Qophessaan: - Bar/Zarihun Guutaa

FULBANAA, 2014
Ergaa phaawulos garaa filemonaatti ergee
Seensaa ergichaa
 Ergaan fileemonaa
 Waqqaayyoo nam tokkoo faayisuuf karaa ittii agaarsisee ykn mul’iseedha
 Waa’ee nama garbumma jala gara birmadummatti bahee tokkoo
 Namnii onesmos jedhaammuu qolosiyas irraa kilometiraa heduu imaalun garaa rooma
demu isa
 Mana nama waan jiraachaa jiruuf jireenyaa ulfataa kessaa turuun isa hin olee
 Waqqayyoo waraa garbummaa jala jiraan akkaa yaadattu
 Onesmos waa’ee faayisu goooftaa ergaa dhagaahe kiristos tti amanee birmaduu taa’u
isa
 Phaawulos ,onesmos gara filomenaa tti erguu isaa
 Filemonaan immoo namichaa kanaa akka simaatu ergamaa phaawulos dhamsaa itti
dhamuu isa
 Dur akkaa dhimmaa hin basnee
- Ammaa naaf siifis dhimmaa in basaa jechuun itti himaa
 Phaawulos xaalayaa baaresse kessatti cimseetti itti dubataa
- Akkaa isa simaattu yoo waa gaati isa irra qabaate anaatti laaka’I jedhaan
- Akkaa garbaatti uttu hin taane akkaa garbaa oliitti isa simaadhuu
 Garbaa gosa lammaattu jiraa
- Garbaa biyyaa lafaa( bitaa cubuu jalaa kan jiruu)
- Garbaa olii( jaalalan waqqayyoof kan hojeettu)
 Nama kana lammaan gidduu garagarummaa hamanaa hin jedhaamnettu jiraa
 Ballessaa bara uttu waqqayyoon hin amaanini waqqayyoo deebise namatti hin hereguu
waraa yadaa isaani hareefatanif dhiifamman isaan ilalaa.
 Baraa keenyaattis heregaa kenyaa yesus kiristoos ttu nu irraa base kanaaf ammaa
birmaduudha
Barressaan ergichaa
 Ergaa phaawulos kessaa isaa gabaabaadha
- Boqonaa 1 duwaa fi lakk 25 taa’an kan of kessaattii qabaattte dha
- Ergaa gababaa fi nama dhunfaa kan of kessaa qabuudha bara kenyaattis ergaa
ajaa’ibaa kan dabarsuu taa’un isaa beekammadha.
- Aboottin amaanti ergaa phaawulos isaa dhumaa jechuun lafa kaa’uu
- Ergotaa manaa hidhaatti caafamman taartibaan yoo ilaluu
 Efesoon
 Filiphisiyus
 Qolosiyas yeroo baarefammetti ergaan filmonaas bareefamme arginaa kan biiroos
 Phhawulosif mucaa haafuraa kan taa’e ximotiwos waalin taa’un caafe
- Filmoonatti
- Amphifiyaa ( obbolletti haafuraa)
- Arkiphos (hidhataa amaanti kan taa’e)
- Akkasumma gara waldaa mana isaatti bu’ureefamteetti
 Phaawulos waa’ee isaa yommuu dubaattu
- Waqaayyoon akkaa ergamaa taa’e fi waqaayyoof jedhee akkaa hidhaame
 Phaawulos waa’ee hidhaamu isaa kan hasa’eef waangelii gaatii akkaa nama basisuu
mul’isuf
 Efesoon yeroo taajajilaa tureetti filemonaa waliin akkaa wal argee ( HOE 19)
 Arkiphoos wajjiin wal argee waldaa akkaa gaagessanif kallaatti qaabsisee
 Laabsii waangelaa 3ffaa kessattii phaawulos yeroo efesoon kessaattii wangelaa
hojachaa tureetti
 Phaawulos, faayinaa onesmos kessaa akkaa harkaa qabuu ibseera( lakk 19)

Yeroo ergaan fileemona itti baarefamme


 Yeroo roomaatti mana hidhaa tureetti
 Namonii tokko tokkoo phaawulos efesoon tti hidhaame yoo jedhaan warii kan immoo
qesariyaa tti hidhaame jedhuu.
 Nannoo bara 60 tti bareefammee
- Arkiphos kan jedhammuu maqaan isaa tuqaamera( qols 4:17)

Kayyoon ergichaa
 Filemoonan onesmoosin akkaa simaattuf
 Waa irraa fudhee garaa roomaatti waan sookee fakkataa- waa isa irraa yoo qabaatee
nan kanfalaa jechuun ergaa dhameef waan taa’ef
 Yeroo dhiyootti hikaame qolosiyas tti akkaa dhuufu hubachisaa
 Hojaatotaa waqqayyoo attammitti akkaa simaachuun taa’u beeksisuuf
 Waqaayyoo duraatti namni kaamiyyu ija tokkoon akkaa ilaalamu (galt 3:28)

Amalaa addaa ergichaa


 Waa’ee nama dhunfaa irratti baal’inaan xiyyeffataa
 Nama iddoo gad dhiise garaa mana tti phaawulos yeroo deebisu arginaa
 Phaawulos uttu filemoona hin mufaachisiin ergaa isaa daabarsuu barbadaa
- Haariroo ummuuf( 4-10)
- Ilaalchaa onesmosif qaabu ( 11-19)
- Laphee fileemonaa argaachuu fedhaa (20-21)
 Onesmos namaa dhimmaa baasu jechuun ibsaa laata
- Dur akkaa dhiimaa hin baasne
- Ammaa dhimaa kan baasu jechuun

Qoqoodinsaa ergichaa
1/seensaa (1-7)

- Nagaa
2/ phaawulos, onesmosiin akkaa simaattuf filmonaatti ergaa daabarfataa (8-22)
3/ yadaa xumuraa (23-25)
Kessaa deebii ergichaa gabaaba
Ergaa phaawulos gara filemoonatti ergee
Nagaa
 Hidhaammu isa,ximotiwos wajjiin taa’un
- gara fileemonatti – hidhataa isaani
- amphifiyaa- obboletti isaanitti
- arkiphos- wal’ansoo kessatti hidhaata kan taa’etti
- gara waldaa mana isaatti wallitti qabaametti caafu isaa

jaalalaa fi amaanti
 waqqayyoo nan gallatefadha- yeroo kadhataatti
 jalalaa yesus kiristos fi waraa waqayyoof qulla’anif qabuuf
 waantaa gaarii kiristos isaan kessatti hojaatu hubachu isaa fi hojii amaanti kessatti
hirmachuu isa
 waraa waqayyoof qulqulla’an garaa ciibsu fi kanaakessa immoo isan jalalaa gammachu
fi jajjabinaa argaachuu isanii

gaafii waa’ee oneesmosif gafaatte( lakk 8)


 isaa aboommuf karaa kiristoos ija jaabinaa qabaachu isaa gaaruu
 jaalalaaf jedhee siin gorfaadha- ani phaawulos jaarsichii jechuun of ibsaa
 siin dhagesifaadhaa- waa’ee onesmos ani mana hidhaa kessatti abbaa taa’ef
 inii dur- siif dhimaa kan hin baasne ,ammaa- anaafis siifis dhugumma dhimaa kan
baasudha

 of biraa tursisuu barbadeen turee – qodaa kee akkaa naf hojaattuf


 yadaa kee dubaa waa gochuu hin barbadne- hojiin atti hojaattu gidiidha uttu hin taane
fedhaa garaa kettin akkaa taa’uf

 tarii yeroof gargar si irra bahuun isa- yeroo hundummaa akka atti wajjin haaftuf taa’a
 sii achii akka obbolessa jalataama isa garbichaa olitti male akkaa garbichaatti miti
 anaf ergaa akkas jaalatamma taa’e- siif immoo namumaa isaattin,goofta tti attam
caalchise sif haa taa’uree?
 Amma anii hidhataa kee taa’u kook an yaadu ergaa taa’e- anaa akka na simaatu tti
onesmosin simaadhuu
 Inii- waa sitti ballesse ykn gaatii yoo sii irraa qabaate anaatti lakkaa’i
 Anii phaawulos- gaatii isaa irra qabduu siifan baasa jedhee harkaa koottin sif caafera
 Egaa yaa obbolessa koo- maqaa gooftaatti dhiimaa kan naaf rawwadhu,kirostosif
jedhiitti garaa naa cibsii
 Waan anii sitti himuu caalchiftee hojaachuu kee beeke,aboomamuu kees amaane,kana sif
caafera
 Iddoo bufataa immoo naf qophessaa
Garaa dhumaa tti nagaa dhamuu isaa
 Ephaafras- naa wajjin hidhamee kan jiruu nagaa siif dhiyessaa
 Maarqoos,arisxaarkos,demaas,luqaasis hojiitti hidhataa kook an taa’an nagaa siif
dhiyessu
 Ayaani goofta kenyaa yesus kiristoos haafuraa kessaani waajiin haa taa’u

XUMURAAMERAA

You might also like