You are on page 1of 3

MANA BARUMSAA BULTI I ADDAA

AMBOOTAMBOOTTI

WALALOO HARMEE

MAQAA BARATAA JIBRIIL AABBEE


KUTAA 9FFAA
LAKK.16
• Ijoollummaa Kaastee
Na waliin rakkate
Ana guddisuufi
Gidiraas Agartee
Carraan guddisa kee
Na argachuu taatee
Olmaan guddisa kee
Gara koo na nyaate
Kanaaf yaa haadha koo
Baay'een si jaalladhaa
Dheerinna umrii keef
Uumaa siif kadhadhaa
Olmaan kee hundiinu
madaallii hin qabu
Qorumsa hunda irraa
Waaqni si haa eegu. Oolmaa kana in jenneen
Garaa koo na raastee
Waa'ee kee yadannan
Keessi koo na naate.
Naaf jiraadhu jechuun
Kadhaa koo jalqabaa
Umurii dheeradhu
Waggaa kuma dhibbaa
Jiraachuu kee malee
Rakkachuu keen Jabba.

You might also like