You are on page 1of 2

jireenya isaniitti gammachuu malee akka jiraatan isaan godha.

ijoollee…/ kana keessatti ayyaanni Waaqayyyoo akka bayyatuuf


Dhukubba HIVtiinis ni qabamukanaf isaanifs kadhachuu. kadhachuu.

14 Amantoonni hundumtinuu cubbuun akka nama balleessuu fi


nama ajeesu akka hubataniif kadhachuu. “Waaqayyo kan itti 24 Dubartoonni karaa ittiin akkaataa dhukkubni daddarbaan
namtti dhufu waan akka dhukkuba HIV,  akka fanxoo fi
kan biroos baratanii irraa of eeggatan carraa isaa argatan Waaqayyo
ga’isan miti hoo hin gowwoominaa! Anamnii immoo waanuma faacaase

Waa’ee Gaa’ilaatii
hin haammata, Nammni akka yaada foon isaatiitti faa’u yaada foon akka banuuf kadhachuu.
isaatii sana irraa badiisa in galffata. Akka yaada hafuuraatti kan facaasu
immoo yaada hafuuraa irraa jireenya barabaraa in galfata. Gala.6:7-9”. 25 Ijoollonni miidhaa mana keessaa abbaan haadha isaanii
irraan ga’au, hubatanii akka mormmuu danda’aniif sammuu

15 Dubartoonni miidhaa guddaan irra ga’e tokko namoota


miidhaa irraan ga’aniif dhiifama gochuu akka danada’aniif
ijoollee Waaqayyo akka banuuf kadhachuu.

26 Sababa du’a abbaa manaa isaaniitiif kan maatii isaatiin fi walitti


dhufeenya
laphee isaanii Waaqayyoo akka dhiifamaan guutu ni kadhanna. dubartoota hammeeffamanii, akkasumas dirqisiifamanii
fira abbaa, manaa isaaniitti utuu hin jaallatin kan herumsiifamaniif
16 Dubartoonni abba manaa hi9n amnaniin wajjin jiraatan
obsa guddaa akka qabaataniif, obsi isaanii immoo abba
manaa isaaniitiif karaa faayyinnaa akka ta’u jallajall fi obsaan waa’ee
Waaqayyoon kadhachuu. Ijoollota haadhaa fi abbaa hinqabneef
immoo waldaan /amantoonnii / akka kunuunsa gochuu danda’aniif
kadhachuu.
Kiristoos iitt dubbatanii akka amnasiisaniif nkadhachuu.

17 Abbaan manaa amanaan haadha manaa hin manne wajjin


jiraatus akkasuma akka haadha manaa isaa kan gara
27 Dubartoota maatiidhaan dirqisiifamanii abba manaa hin
amnaniitti herumsiifamaniif, biyya baayyee keessaa waldaa
keessa kana jiran harki caalaan dubartoota waan ta’niif carraa abba
fayyinaatti fiduuf dandauuf obsa kadhachuufii dha. manaa amane argatanii iitt heruman xiqqaa dha waan ta’eef maatiin

18 Maati fi geggeestoonni waldaa waa’ee cubbuu bultii diigaa


jiru ammattumma jala dhokatee dhaloota balleessaa jiru
kana /phonogrphy/ isa jedhamu akka gadhumma isaa barsiisuu
dirqama bultii akka ijaaraniif namoota hin amaninitti herumsiisu
dubartoota haala kana keessa jiraataniif Waaqayyoo akka obsa
kennuf kadhachuu. Dhiironni baayyeen immoo gara gooftaa akka
danda’aniif ija jabummaa akka,  Waaqayyoo isaanii kennuuf dhufan kadhachuu.
kadhachuu. Kuni immoo jireenya nagaa qabu akka maatiin abbaan
manaa fi haati manaa hin jirraanne godha. (Burqaan hatt://www.
justclikaway.org)
28 Waaqayyo jireenya dubartootaa irratti kaayyoo gaarii fi
akeeka gaarii akka qabu akka hubatanii, fi ammuma iyyuu
haala isaan keessa jiran keessatti akka inni isaanii wajjin jiru waa’ee

19 Dubartoota qofa galtoota, abbaa manaa kan hinqabne, kan isaanii hojii irra akka jiru akka hubataniif Waaqayyoon kadhachuu.
abbaan mana hikaan kan biraa fuudhee, gaddi guddaan kan Akka isaan uumetti dhuma isaaniis kan xumuru, Waaqayyoon
itti dhaga’amu, Waaqayyoo akka abdii isaaniif ta’u kadhachuu. ta’uu isaa akka beekaniif kadhachuu, “Waaqayyo inni Hojii gaarii isin
keessstti jalqabe hanga dhufa Kiristoositti akka isa xumuru nan amana.

20 Abbaa mana hin ammane wajji jiraachuu, irra obsaan turanii Filips.1:6”.

maatiif
kan amanetti herumuu akka danda’an fi Waaqayyoon
immoo obsaan akka eeggatan abbaa manaa Waaqayyoon kabaju
akka argatanis Waaqayyoon kadhachuu.
* Obboleettii keenya Peggy Bank ishee hojii kana Marli Spieker
irraa fuutee itti gfufaa jirtu kana Waaqayyo akka humna isaaf
oguma isaatiin akkasumas eegumsa isaatiin ishee wajjin ta’uuf

21 Dhiironni miidhaa mana keessaa haadhaman manaa isaanii


irraan ga’an hundinuu Waaqayyoo dubartootaa akka bifa
Waaqayyoon kadhachuufiin gaarii dha.

kadhachuu
isaatti uumee kabajaan akka jaallatu hubatanii haadha manaa isaanii
akka jaallatanii fi miidhaa akka irraan hin geenye Waaqayyoon
dhiirotaaf kadhachuu.

22 Maatiin yeroo hunda walii galtee hin qabne golii qaba goliin
yommuu baayyatu immoo gara gadheetti nama geessa /
gara dhugaani machaa’uu waan sana irraanffachuudhaaf gara araada
Listen to the Women of Hope radio programmes on:
• TWR Africa (DStv 855) or TWR Africa2 Satellite Service (SES-5)
adda addaatti nama geessa/ kana Waaqayyoo maatii gidduudhaa • Project Hannah App (Android and iPhone )
akka cabsuuf kadhachuu. • www.projecthannah.org - “LISTEN NOW” Prayer Calendar
23 Dubartoonni tajaajiltoonni tajaajila isaanii keessatti humna February 2017
Sagaanta Abddi dubartoota Afaan 65 ol inni ni darba.
Waaqayyoo akka arguu danda’aniif, yommuu tajaajilan Afaan Oromo
Mata dure kadhana Pirojekt Hannaa Afaan 85 kadhatamu.
kana ba’aa guddaa baatanii tajaajilu waan ta’eef, /ba’aa maatii, ba’aa
K a n J i ’ a G u r a a n d h a l a 2009/2017  W a a ’ e e G a a ’ i l a at i i f i wa l i t t i d h u f e e n ya m a at i i f k a d h ac h u u
eeggannaa dhabuu irraan kana ka’e ta’uun isaa beekamaa dha
Macaafa Ruut keessatti waa’ee maatii seenaa baayyee Wa’ee Gaa’elaa maatiif waalif haa kanaafuu Waaqayyoo maatii fi beektota gargaaree akka isaan
guddisuuf kadhachuu.
bareedaa ta’e tokkotu jira kan waan hedduu irraa barachuun
kadhanuu!…
danda’ama.
Kunis immoo Naahomiin attamitti amantiidhaan ijoollee
ishee lamaan fi abbaa manaa ishee fudhattee gara biyya Moo’abi 1 Amantoonni waanuma sagalee Waaqayyootiin deggaramee jiru
akka filatanii ittiin jiraataniif ‘’Ammas yaa obbolota ko waa’ee
7 Dubartoota qofa galootaa fi kan abbaan manaa irraa du’e akka
waaqayyo qorumsa hundumaa keessatti gargaaruuf kadhachuu.
Jajjabeessuu. “kanaafuu akkuma amma gochaa jiran wal jajjabeessaa,
akka deemte ilaalla. Kana booda abbaan manaa ishee irraa du’e. waanuma gaarii ta’ee, waanuma ulfina qabuu, waanuma qajeelaatti 1Tasal.5:11”.
ijoolleen ishee lammanii iyyuu immoo dubartoota biyya Moo’abii lakka’amuu, waanuma qulqulluu ta’e, waanuma jaallatamaa, waanuma
wajjin gaa’ela ijaarratan. Mucaan dhiiraa kan Naahomii immoo
isheen abbbaan manaa irraa du’e Moo’abittiin Nahommi wajjin
gurratti tolu, waanuma gaarii ta’e, waanuma galata qabu, yaadaa!!.
Filip.4:8”.
8 Dubartoonni hedduun yoo abbaan manaa isaanii isaan adabe/
reebe/ male waan jaallataman itti hin fakkaatu, yeroo hundumaa
immoo yoo adabaman miidhaan isaan irra ga’u hedduu dha, kana

2
gara Beeteelihemitti deemuuf murtoo goote. Dubartiin Ruuti Ijoolleenn isaanii waan gaarii ta’e barnoota waa’ee fayyaa, malees aadaa miidhaa qabu waan ta’eef akka kana sammuun isaanii
jedhamtu kun walitti dhufeenya amaatii ishee Nahoomii wajjin waa’ee walitti dhufeenya namootaa wajjin/hiriyyaa wajjin/ itti fufuee hin goone kadhachuu. Kan isaan gorsus akka argamu.
qabduu fi walitti dhufeenya Waaqayoon wajjin qabdu ni eegde. qaban ogummaadhaan akka gdohaniif maatiin akka kadhataniif,
Ruut biyya ishee keessatti maatii ishee wajjin jireenya
wall’aansoo qabuudhaan jiraachaa turte dhiiftee biyya dhiigumaa
jireenya isaanii gara fuulduraas gooftaatti kennachuu akka baraniif
maatii akka barsiisan kadhachuu.
9 Dubartoota dhukkubsatoo fi nama irraa addaan ba’anii jraatan
akka Waaqayyo nama kennuuf, kana abbaa manaa dhabaniif
immoo Waaqayyo akka kennu,Waaqayyoon immoo akka eeggattan,
fi firummaa isaanii hin beekne gara namoota qomoo ishee hin
taanee gara Beteeliheem dhaquu murteesite. Fira kan ta’e Bo’aaz
yommuu ishee arge fuuala isaatti simboo fi surraa argatte. Itti
3 Garee torbaatama warra sagantaa tajaajilla Raadiyoo
qopheessaniif Waaqayyo akka of eegannaa godhuf, yommuu
dubartoota waa’ee gaa’elaa barsiisan ogumaan barsiisuu akka
abbaan manaa immoo haadha manaa isaa akka jaallatu, waliin gooftaa
isaanii akka tajaajilan, kadhachuu. “Waaqayyoon eeggadhu, jabaadhus,
fufees ni kunuunse haadha manaa godhatee isher fuudhe. Mucaa laphee jabaadhu,Waaqayyoonis eeggadhu. Farf.27:14”.
danda’aniif, keessumattuu haala amantiitiin walqabsiifnee yoo

10
isheen deesse immoo hidda Daawit keessaa isa tokko ta’ee Amaatiinii fi haati manaa ilmaa akka wal jaallachuu danda’an,
argame. Itti fuufees hidda yesuus karaa dubartii kanaa waggaa ilaallu waa’ee amantii barsiisuun baayyee rakkisaa waan ta’eef
hubannaadhaan akka barsiisan kadhachuu. akka waliif yaadanii waliin jirratan, yoo kana ta’e jirenyi
dheeraa fuula dura dhufe. isaanii jireenya waaqayyo itti gammadu ta’a waan ta’eef. Namoonni
Karaa Maatiitiin eebbi guddaanis ta’e rakkoon ni dhufa.
Karaa biraa immoo maatiin gammachuus gaddas fiduu danda’a. 4 Maatiin ijoollota durbaa filannoo gara fuuladuraa akka barsiisan
keessumattuu, filannoon isaanii amma bannaan hiree ijoolleen
isaanii gara fuuladuraatiif akka gaarii hin taane barsiisuudhaan yaada
biroon immoo waa’ee isaanii/jaalala isaanii ilaalanii/ waaqyyootti
amanuu waan danda’aniif, ayyaanii fi araarri Waaqayyoo akka isaaniif
kana qofas miti, gaddas gammachuus walitti bu’iinsas qabaachuu baayyatu kadhachuu dha.
danda’a. Ciminni maatii tokkoo eebbis isaas cimina guddaa nuuf Waaqayyoo keessatti akka guddisaniif kadhachuu.
fiduu danda’a, dadhabbiis. Wal’aansoo qabuunii fi gaddi laphee
isaan irra ga’e (Na’omii fi Ruutiin) akka isaan gara gaarii ilaalanii 5 Rakkoo/dhiibbaa/ walqunnamtii saalaatiin karaa dhiiraa isaan
irra ga’u yaaduudhaan dubartoonni cubbuu sana yaaduudhaan
11 Ijoollonni durbaa hiriyoota isaanii dhiiraa wajji akka fedha
foon isaaniitti jiraachuu barbaadu, kun yeroodhaaf malee
itti fufiinsaan hin ta’u kanaafuu akka Waaqayyo jireenya isaanii gara
deemuu filatan isaan godheera. Namoonni biroon immoo akka baayyee dhiphatu, kaan immoo akka waan gaariitti fudhatanii cubbuu
cimina irraa baratan ta’eera, Waaqayyoon amanachuun gaarii fuulduraatiif carraa gaarii kenneefii amma dhumaatti kan isaan
kana /ejja/ itti fufu, kanaafuu Waaqayyo akka ija araaraatiin isaan
ta’uu isaas barsiisa. jaallatu abba manaa akka kennuuf kadhachuu. Dhiiroon hedduun
ilaaluuf Waaqayyoon kadhachuu. Kajeellaa foonii fi gowwoomsaa
ji’a 18 ol ijoollee durbaa wajjin jirraachuu hin barbaadan carraa
Amantoonni waan gaa’ela kuffisuu fi diigumsa bultiitiif seexanaa kana immoo gooftaan akka isaan oolchuuf. Waan gadhan
ka’umsa ta’u beekanii irraa of eeggachuun baayyee gaarii dha. isaanii balleessanii ala birootti immoo darbu, aadaan kun akka hafuuf
kanaaf immoo jireenyi isaanii yoo gaddaa jiraates waaqayyo jajjabina
Gaa’ellii fi maatiinis walitti dhufeenyi isaanii maal akka ta’uu kadhachuu.
akka ta’uuf. “Foon koo kees namummaan koos yoo gadi dhuman iyyuu,
qabu beekuun gaarii dha. Maatiinis ijoollota isaanii akka sagalee
Waaqayyootti guddisuu akka danda’anii fi gowwoomsaa diinaa
irraa akka Waaqayyo isaan eegu kadhachuufiin ba’eessa. Bultii
waaqayyo garaa koo ni jajjabeessa, bara baraanis qooda anaaf in ta’a.
Farf. 73:26”. 12 Ijoolleen durbaa biyya Albinia, giddu galeessa Asia,
biyyoota giddu galeessa Bahaa fi kan biroo keessa jiraatan,
dabarffamanii akka fedhii dhiiraa raawwataniif gurguramu kun
dhaabbachuun ijoollota durbaas gara fuula duraatti akka gaarii
ta’uuf kadhachuun maatii barabaachisaa dha. Waaqayyo akka
6 Maatii fi beektooti ol adeemtoota akka isaan of eeggannaadhaan
guddatniif gorsa fi hubannoo akka kennaniif, hiriyoota isaanii
wajjin yeroo malee wal qunnamtii saalaa utuu hingodhin qulqullina
immoo aadaa cimaa ta’aa dhufeera waan ta’eef Waaqayyoo aadaa
miidhaa qabu kana akka cabsuuf kadhachuu. Afaan ittiin dubbatanii
namni hindumtuu qulqulluummaan jiraatu ni fedha.“ falmmatanis waan hinqabneef miidhamaa jiraatu.” Warra afaan
isaanii eegatanii akka ga’ela ijaarratan, ijoolleen durbaa hedduun
Waaqayyoo halalummaa irraa fagaattanii qulqulluummaatti waggaatti miiliyoonaan kan lakka’aman utuu hinbeekin ulfaa’nanii hinqabneef dubbadhaa! Fakk.31:8”.
akka jiraachuu isin irraa infedha. Dhiirri adduma addaan haadha
manaa qabaatee qullaa’ummaa fi ulfinatti dhaqina isaa eegachuu
haabeeku. Akka warra kaanii warra Waaqayyoon hin beekneetti
bakkeetti da’anii gatu, kaani immmo miiliyoonaan kan lakka’aman ulfa
baasu, amma yeroo kana ol adeemtoti dhukkuba HIVn qabamanii
jiran hedduu dha, baayyeen isaanii immoo dargaggoonni dhukkuba
13 Seerri ijoollummaatti akka hin heerummnee fi maatiinis hin
herumsiifnne godhu biyya hundumaatti akka ba’uuf sababni
isaa biyya hedduu keessatti ijoolleen durbaa dhiira umuriidhaan
kajeellaa dhagnaa hawwii isaattis of nin kenninaa. 1 Tasal. 4:3-5”
daddarbaadhaan qabamnii jiru kun hundumti isaanii immoo of wagga 10-30tti caalanitti akka heruman godhamu, kun immoo

TWR Women of Hope /Tajaajila Hana • L.S.P. 1366, Lakkofsa bilbilaa • 0113210134/0116530753 • i n fo@phafrica.org • www.phafrica.org

You might also like