You are on page 1of 7

STYLE SCALE FAARFANNAA

1
WALTH  Dilbii koo kuusaa koo amanama
 Gaarummaan kee baraa hamma baraatti
ST  Hiriyaa gadhee miti ati iddoo hin taanetti
OR
 Si’oolii hiixatee na fuudhe harki kee
 Teessoo kee qajeelummaa ol butattee

C
 Amanannaa kooti ati amanannaa koo durii
 Furmaataaf samiirraa dhuftee namootaf
 Humna koo otoo beektuu na waamte
 Kan akka kee hin argadhu ani
 Jaalalli kee na dhibe anaani yoon callisee
 Jaalalli kee yeroo hundumaa dhihee bari’u
 Dinni koo nan qolanne haaloosaas natti
 Nadagattee hin beektu altokkittiif illee
 Waan raajii argite ijji koo galmaan na gesse
 Haala ulfaataa keessa taa’e ija koo fannoo
 Hundumtuu kan ta’ee si’iini *3 ulfinaan ol
 Garaa bal’ina keetu na jiraachise malee
 Gara kee yemmun ilaalu fuulli koo in ifa*4
 Gaafa hundumtuu akkan yaade ta’uu didu
 Haaleluyaa*8 dhugaaf hafuraan sif sagadn
 Haale lu hu hu hu yaa*2 nan jedha yeroo
 Yesus koo michuu garaa koo naaf jettee
 Nan dhabe kan akka kee yesus
 Dhuftee natti hasaafta ka’ii faarsi jette
 Ati elshaadayiidha waa’ee koof waan gudda
 Seenaa hin hirraanfatamne gochaa najalaa

2
 Otoo ati hin dhufnee ariifattee gara koo
 Yemmuu bidiruun koo raafame kansaa
nd
 Borofni burqaa bishaani akka yaadu
OR  Otoo ati hin jirre silaa badeera seenan koo
 Madda haara galfii gaddisa boqonnaa

D 


Anaaf osoo sintaan osoo sintaane eenyutuu
Ani sittan gammada *2 ati naaf gahaadha
Haala koo ilaaltee natti hin geeddaramne
 Ani eenyu manni koos malinni kan akkas
 Mucummaa kooti jalqabdee na wajjiin jirta
5
 Sittan siqa anoo sifaanan deema jaalallee
 Jaalalaan na boojitee cubbamaa madaqsite
th
 Bay’atullee muddamni koo hiikamuu didus
OR  Abbaa *3 dhugaa ta’uu kee argeera ani
 Yemmuun waa’ee kee yaadu *3 in boqotti

G 


Fira koo hin abdadhu goofta firrillee garaa
Ani beeka karaan sin dhufe adoo simalee
Si’i filannoon kiyya waaqa kiyya si’i
 Yesus koo ati naaf adda *2 eessuman si

6 th


Siqabaachun siwajjin adeemuun attam
Hafuura qulqulluu*6 ani sihawweera si
 Yeroo mara keessi koo sibarbaada
OR
 Alfaa oomegaa *6 barri kee hin qabu dangaa
A
1
Slow  Holladheetan garaa koo tarsaaseen si jaala
 Bu’uura jireenya koo gimbii jabaa dannoo
Rock ST
 Kanallee beeka garaan koo gooftaa sin dhis
OR  Humna kee humna koo godhadheeni yaada
 Biyyi lafaa abdii maalii qaba

C 


Akkam najaalatte anaani naaf ulfina kee
Akka lafee lafa onaa kan gatame dagatame
Sif of boojisise qooqeen si eebbisee
 Maal attamittiin dagatu attamiin irraanfata
 Galaanonni yoo hoomachaa’an tulluwwan..
 Hin irraanfadhu ani isa miilanaa na keessa
 Abbaa koo ijji koo gara kee ilaala hin barre
 Da’oo gaarii isa duwwaa argeera

2
 Si argachuun koo yaa gooftaa waan hundu
 Haala koo si dhoksuu hin daanda’u si male
nd
 Fira qabaadheef isaan hin dhaadadhu
OR  Sin malee adeemnee eessa ga’uuf jenna
 Kan ittiin na hadheessu seexanni ragaa

D 


Dhoksaa dubbachuudhaaf arraba hiikama
Beekaa wallaalaf dubbatuu jabaa dadhabaa
Dachaa misir keessa kan na baase humni

5
 Maaliif bookkisa dinni koo maalif abjoota
 Yemmuun ta’ee yaadu oolmaa ati naaf goot
th
 Waan biraaf hin ta’u sichi ani kana booda
OR
 Maal ta’e diinni koo maaf abdii hin kutatu

G
 Abdii si godhadhee hin yellaanee
 Hundumtuu yemmuu narraa goree haalli

6
 Kaleessa gargaartee na fidde dachaaf gaara
 Iyyesuus jaalalle afaan qofaan miti hojiin
th
 Yesuus jaalallee koo hin danda’u sitti garg
OR  Waaqayyoo koo kan akka keetii eessatti
 Garaa kootii hin badu na nyaata oolee bule

A 


Hin darbe barri boo’icha koo na yaadate

1
 Erga ati jiraatte kaarora koo keessa maali
 Simboo koo ulfina kooti ulfinni isaa fagoo
Regea st
 Agartuu koo duukanaaf ifaati bakkalcha
OR  Eenyu eenyu kan akka waaqayyo
 Jaalala fannoorraa isicha golgootaa

C 


Ergan si argadhee uuffee haaraan galfadhe
Yoo mijaa’e mijaa’uu baatuus hennaa
Bishaan kattaa keessaa futtaafachiifta
 Kan na jaalatu baayyeedha guyyaa gamma

2
 Isa gadii gadii barbaadda warra yeroon gat
 Hin yella’u hin salfadhuu ergan siin qabaad
nd
 Gooftaa yesuus koo goofta yesuus koo
OR  Garaan koo danda’ee nama hin amanatu
 Du’i sin beeku dulluumni gonkumaani
D 

Yaadni kee anarra jira
Isa ta’eef sin galateeffadha isa hin taaneefis
 Yesus yesus jedheen si waama in nuffu
 Biyya ormaa keessa otumani jooruu

5 th


Anoo beeka gooftaadhaan waantan keessa darbe
Inni duriillee duri kan miilanaammoo adda
 Meerre kakuun koo maaf hin raawwatu
OR  Dhugaa warqee waqaa kudhaama uumama

G
6 th
 Bixxillee hin garagalle buddeen bifa lamaa
anuma waliinuu ayi nama yaa nama
 Abbaa mudaa hin qabne hirkoo gaarii hin cabne,
OR goofta yesus koo olchaa lubbuu koo
 Giddu galeessa koo sumaanan faarfadha
A 

Disco
1 st


Dubbii wangeelaa abidda afuuraa
Danqaraa sibiila diimaa in cabsa fuula
 Jira jira jira waaqayyo jira isa nu yaaddesu
OR  Hayii wangeelaa ni caalta meetiif warqiirra
 Hin kufnu laafnee ofirra gad hin teenyu
C 

Gurguddoo biyya lafaa keessa maqaa kee
Abiddaanan darba jetteerta gaaffii keen
 Herreega jaalalaatin ofitti na qabde hee

2 nd


Karaan itti hin yaadin dhufte karaa karra
Eeyyama *3 keen qaba muudama*3 keen
 Isa na eeggatu riphee mataa huba jala taa’e
OR  Ulfina kee caalaa gatii koo caalchiftee anaaf
 Si malee hin qabu ani waaqa bira tolus natti badu
D
5 th
 Galata qabanneerra si waaqessuuf dhufnee
 Yaa waaq ati waaquma yesus ati waaquma

OR

G
6 th


Hiixadhee hin qaqqabu bakka ati jirtu jedh
Waaqayyo waaqa waaqayyo uuma
 Gararraadhaan taliila roobe gad jaalladhan
OR  Hamman guba ani garaa dina koo nan
 Birbir jechaa adeemuu dhiiseera tokkich ko
A 

Olaantummaa guddaa ulfina goonfattee
Wallo
o 1 st


Waanan jedhe waanan dhiisuun wallaale
Ani homaa hin gooneefi akkasumaan
 Ba’aan narra hin jiru na kufeera
OR  Michuu koo lafa honaa fooliin urgaa
 Haalli sodaachisaan sammuu namaa jequ
C 

Lafa honaa duwwaarra dhaabateetu ijji
Eenyu kan akka kee hamma jedhe ga’u
 Bara barri dhufuu angoon kee hin kufu
 Gaarummaa kee kam dubbadheen ani kam
 Galata siilkoo fidee hin dhufu garaa hir’uu
 Sin faarsa*2 hin dhiisu si faarfachuu
 Gaaddisa mukaatti kufeen du’a kadhadhe
 Ajab naaf godhe waaqayyoon kiyya ajab

2 nd


Raafamee keessi koo gad dhumaa hin adee
Galataan guutameera afaan koo hammas
 Du’aa ka’eeram yesus du’aa ka’eera
OR  Dangeeffamaa yaadaa siif hin qabu ilaalcha
 Jaalala waaqayyo hundumattaan hima
D  Yeroo maraa si’iin gammanna nu waaqa keenya

5 th


Digdamii arfanuu maanguddoonni sunii
Hulagaa kana guuti hin jenne wabiis fidi
 Maaliif caljetta naan jetti lubbuun koo
OR  Na waamte ofitti na hammattee natti

6 th
 Ani suman waaqessa bara jireenya koo

OR

A
Rock
1 st


Badinsi tasaa yoom dhabamee situ na
Yesus abbaa taayitaa mootii maaltu sin
 Seenaan kee mudaa hin qabu dheeraa
OR  Maal dubbatu maal jedhuree abbummaa
 Seenaan hin dagatamne keessa kootti
C 

Jaalladheetan kooluu sitti galee hin barbaa
Urgufadheetan haala rakkisaa
 Urgooftuu gaarii cabseen urgeessa
 Leenca qaraani’oo angafa nagaa yaa yesus
 Yordaanos fuula kootti hiramee kan
 Bubbeen yoo ka’e qilleensi hamaan nun
 Ani callisullee didee waca gaarummaan kee
 Iccitii koo eenyutuu eega si’iin alaa
 Gooftaatu eeyyamee akka dabarru
 Suuta jettee deemta eenyunuu hin durfamt
 Haayyuu har’aa borii waaqa dhugaa kan
 Ijaarsa baayyee darbannaa diinaa
 Elshaadaayiidha danda’aadha
 Guyyoota rakkoo narra dabarsee hamaa
 Maal jennaree waaqa kanaani
 Atoo waaqa keenya galatoomi malee

2 nd


Baraaf bara dabarsitee baranaan na geesse
Beenyaa oolmaa keef maalan baasa
 Sodaa hin qabu keessi keenya yesus darbera
OR  Fayyinni koo dhiiga isaati fayyinni koo
 Dargaggoonni ni dadhabu jilbi isaanii in laafa
D 

Dabarsee si kennee keessaa hin qabu jedhee
Hamma kee maaltu nuuf ga’a akka kee maltu
 Gaafa misirii nu baase gooftan biyya onaa keesa
 Jiraachuun koo har’aa gatii ati baafte boolla afaa
 Jaalallee koo ani maqaa kee galataan olan
kakaasa

5 th


Akka leenca dhalaa hirkadheetan ciisa jireenyi
Si fuldura hin goru humtinuu darbii deemi kan
 Yeroon faarfannaa barri weedduu gahe
OR  Galatarraatti galataa sifaan laadha yaa goofta
 Olmaa keen faarfadhaa odeeffadhee hin qufu
G
6 th


Nu tilmaamuu nu baruu hin dandeenye ofumaati
Kufeera inni nuun mormu diinichi
 Turi*6 yaa diina koo karaa koorra kaayyoo koo
OR  Yesus nuuf ta’eera burqaa fayyinaa maaliif cal

A
1 st


Lubbuu tokkittii kan gatii koof laatee si qofa
Waaqayyoo dhugaadha dhugaa baasa
shawa  Kan nuf dadhabamee waaqayyoof ni danda’ama
OR  Balballi du’aa in cabe in burkutaa’e
 Hin galu duuti mana koo hin galu
C 

Mirga guutuu arganne arfii du’aarra eejjanne
Kan ittiin mormaani otuma jiraani karaan
 Gaachana dubbii gooftaa namni mirgasaan
 Yaa ijjoolle harka rukutaati waaqa faarsina
 Siidha*2kan naaf buute samiirra narra cabsuuf

2 nd
 Badde otoo jedhanii nu qabanneerra kakuu

OR

5 th
 Otumaan hirraanfadheeyyuu yesus sinirraanfadh

OR

G
6 th


Ati anaa wajjiin jirtaa gooftaa koo raawwatee
Jaalan qaba beekaa na mararfaatu qooda koo
 Yaa waaqayyoo gaachana koo meeshaa lola
OR  Ni danda’amaa waaqayyoof ni danda’ama akka
 Seenaa miti wangeelli *6 (mesfin gutu)
A

You might also like