You are on page 1of 1

Luboonni warri waaqayyoof hojjetan, buusaa mana qulqullummaa fi iddoo aarsaa gidduutti haa

boo’ani! Isaan ‘ yaa Waaqayyoo saba keetiif oo’i, saba warra dhuunfaakee ta’an, saba warra
kaan gidduutti nama ga’oo fi nama mammaaksaa hin godhin! Yo’el 2 :17

Guyyaa 22/12/ 2014

Sagantaa kadhataa yeroo phaaguumee

Guyyaa Yaada
Lakk. Bakka kadhataa Nama kadhachisuu maddalii
1 01/13/ 2014 Waldaatti yeroo qalbii jijjiraanu B/s Daanieel
wa’ee waldootaa fi wa’ee biyyaa
2 02/ 13 /2014 Maatiin manati kadhatama Abba mana(dhufaan)

3 03/ 13/ 2014 Waldaati kadhatama Zaakariyaas


4 04/ 13/ 2014 Dhufaan manaati offiin
5 05/ 13/2014 Waldaati kadhatama B/s Saamu’eel

 Amantoon keenyaa hundinuu kana beekaan haala hojji isaan mijeefataan guyya kadhataa kana
irraati akka argaamaan jalaalla gooftaan isaan beekisifnaa.

Efreem Ayyanaa [ H/ Wangeela]

Yaa Waaqayyoo, gara kee akka dhufnutti ati ofii keetii nu deebisi! Ulfina keenya duriis nuuf
deebis! Far.Ermi.5 :21

You might also like