You are on page 1of 2

Guyyaa 08/02/2015

Waajira Abbaa Taayitaa Galii Aanaa Jalduutiif

Goojjoo

Iyataan

Obb.Tashoomaa Dabalaa

Teessoon Aanaa Jalduu Ganda Dirree Kattaa kanan ta’e

Ijjoon Iyata Kootii xalayaa gaafa guyyaa 2/02/2015 lakk 011/156/1160/2015


bareefame kafaltii gibira akkan kafalu Nadhaqabe irratti komii dhiheefachuu
ilaala.
Akkuman armaan olittii ibsuu yaaletti biyyi tokko guddachuuf galii mootommaan karaa
garagara yoojiraatedha,kanaafis lammiin kamuu gibirra kafalamu kamuu deegarsa barbaachisu
gochuun barbaachisaa dha.Haata’u malee xalayaan na dhaqabe gibira mana bara 2014 adabbii
dabalatee qarshii 20,000 (kuma digdama )akkan kafalu kan na dhaqabe ta’us akkan waan gibira
mootummaa kafaluu didetti qaamni tokko xalayaadhanis ta’e qaamaan osoo nah in
beeksisiin ,akkasumas sanada qabachuu dhabuun dhimma sanada jedhamus qaamni na beeksise
hin jirre gibbira bara 2014 addabbi waliin akkan kafalu xalayaa na dhaqabe irraa hubachuu
danda’era.kana irraa ka’ee komiin dhiheefadhu irratti farmaanni akka naaflaatamu gaafadhu .

1. Gibira kiraayii manaa irraa kafalamu yeroo walii galte kireefata bara darbe wlii galamu
qaamni gaafates ta’e hubannoo naaf kenne waan hin jirreef irra deebi’ame ilaalame
ramaddiin natti kename akka naaf fooya’u gaafadha.
2. Kafaltiin kun haala yeroo (Qaala’insa jireenyaa )giddu galeessa kan hin
taasfne,akkasumas kiraayii mana bara 2014 kireessee fi dhibanta gibira kafaluu kan wali
hin simne waan ta’eef koreen irra deebi’ame akka naaf ilaalamu gaafadha.
3. Abbaan Taayitaa Galiiwwan Aanaa Jalduu dhimma kana gadifagenyaan ilaalee kiraayii
bara darbee 2014 yeroo ammaa sababa qaala’insi jireenyaa humnaa ol waan ta’eef
addabbii fi ramaddiin kename kafaluun natti ulfaatera.akka nama dhuunfatis ta’e
dhaabataatti deegarsa ani kana dura mootummaaf taasisaa ture ilaaluun deegarsa
barbaachisu akka naaf taastan.
4. Bara 2014 maatiin najalaa dhibamee hospitaala garaa garaatti yaalchisaa turuu fi
sadarka Kalee baqaqsani (opiraasonii )ta’anii yeroo ammaa illee dhimmi isaa ulfaate
heyama hojii fudhee yaalii fi hordoffi kale baqaqee sadarkaa humna olii waan natti
ta’eef dhimma kana hunda giddu galeessa galchee koreen irra deebi’amee akka naaf
ilaalamu komii kiyya kabajaan dhiheefadheera.
Mallattoo Iyyataa

You might also like