You are on page 1of 5

BOQONNAA TOKKO

1. Gumee Qorannoo

1.1 Seensa

1.2 Hima Rakkoo

1.3 Kaayyoolee Qorannichaa

1.4 Gaaffilee Qorannichaa

1.5 Mala fi Adeemsa Qorannichaa (Research Methodolgy and Research Approach)

1.5.1 Mala Qorannichaa

1.5.2 Adeemsa Qorannichaa (Research Approach)

1.5.3 Toftaa Ragaan Itti Funaaname

1.6 Daangaa Qorannichaa

1.7 Qabiyyee Qorannichaa

BOQONNAA LAMA

2. Faayidaa Tekinoloojiin Quunnamtii fi Odeeffannoo Kenninsa Tajaajila Abbaa Seerummaa Keessatti


Qabuu fi Muuxannoo Manneen Murtii Biyyoota Biroo

2.1. Tekinoloojii Quunnamtii fi Odeeffannoo Tajaajila Abbaa Seerummaa Keessatti

2.2. Faayidaa Tekinoloojiin Quunnamtii fi Odeeffannoo Kenniinsa Tajaajila Abbaa Seerummaa Keessatti
Qabu

2.3. Itti fayyadama Tekinoloojii Quunnamtii fi Odeeffannoo Irratti Muuxannoo Manneen Murtii Biyyoota
Biroo

2.3.1. Muuxannoo Manneen Murtii Biyya Singaapor

2.3.2. Muuxannoo Manneen Murtii Biyya Hindii

BOQONNAA SADII

3. Manneen Murtii Oromiyaa Keessatti Gahee Tekinoloojii Quunnamtii fi Odeeffannoo: Bu’aalee


Argaman fi Hanqinoota Mul’atan

3.1. Itti fayyadama Tekinoloojii Quunnamtii Odeeffannoo jManneen Murtii Oromiyaa

3.1.1 Bu’uuraalee Tekinoloojii Quunnamtii fi Odeeffannoo Guutaman


3.1.2 Sadarkaa Itti fayyadama TQO Manneen Murtii Oromiyaa

3.2. Bu’aawwan Itti fayyadamni TQO Manneen Murtii Oromiyaa Keessatti Argamsiise

3.3. Rakkoolee Itti fayyadama TQO Waliin Walqabatee Manneen Murtii Oromiyaa Keessatti Mul’atan

BOQONNAA AFUR

4. Ittifayyadama Tekinoloojii Quunnamtii fi Odeeffannoo: Muuxannoo Biyya Keessaa Qormaatawwan fi


Carraawwan Jiran

4.1. Muuxannoo Manneen Murtii Biyya Keessaa

4.1.1. Muuxannoo Mana Murtii Waliigala Federaala Itoophiya

4.1.2. Muuxannoo Mana Murtii Waliigala Naannoo Saba, Sab- Lammootaa fi Uummattoota Kibbaa

4.2 Qormaatawwan (Challenges) Hojiirra Oolmaa TQO Keessatti Quunnamuu Danda’an

4.3 Itti Fayyadama TQO Manneen Murtii Oromiyaa Keessatti Fooyyessuuf Carrawwan Jiran

BOQONNAA SHAN

5. Guduunfaa fi Kallattii Fuul-duraa

5.1. Guduunfaa

5.2. Yaada Furmaataa fi Kallattii Fuula Duraa

B-Yaada Furmaataa Yeroo Dheeraa (Kallattii Fuula Duraaf Kan Ta’u)

Proposal

Tajaajilli humna ibsa Ethiopia ummata isaa tajaajilaa kan jiruu fi fuulduraattis iddoo hundumaa
gahuun fedhii ummanni tajaajilicha argachuuf qabnu milkeessuufi akkasumaas karoora
dinagdee guddina biyya keenyaa keessatti gahee isa bahuuf kan onnatedha.

Zooniin Coomaa kan argamtu Aanaa Shanan Dhuuggoo keessatti. Coomaa jechuun araddaa afur
Jannat, Waltaasis, Salaamaa fi Barakaa walitti qabatee kan moggaafameedha. Bayyina namaatifi
qabeenya uumamaatiin kan badhaateedha. Qabeenyi uumamaa kanneen akka Jimaa,Buna,
Kudurafi Mudura fi Midhaan Nyaata fa'a qabdi. Akkasumas, bu'uuraalee misoomaa kanneen
akka MB S1ffaa(1-8) tokkoofi Buufata fayyaa tokko kan qabduudha. Haala Qilleensaa badda,
badda daree fi gammoojjis of keessatti qabatti.Teessumni lafaa ishee gadta'aafi gaarreniin kan
marfamteedha. Bahaan Gooroo Ra'ee, dhihaan Abba cabsi, kibbaan waldaya fi kaabaan shanan
o1.Gosoota biyyee suphee,soondii fi cirracha akkasumaas, Ashawaas of keessa kan qabduudha.
Kanneen armaan olitti kaafaman keessa jiraachuu waliin coomni rakkoolee hawaas-diinagdeefi
bu'uuraalee misooma keessatti kuftee kan jirtuu dha.Rakkoolee kaafaman kanneen keessaa
tokko rakkoo tajaajila elektirikiiti.

Rakkoo Uummata Cooma

Zooniin cooma km 10 magaala aanaa shanan dhuuggoo irraa fagaachuu waliin tajaajila
bu'uuraalee misooma kanneen akka humna ibsa faa dhabuu dha. Keessahuu sarara LV fi MV
kan magaala golliyaatti geessu irra km 7 kan fagaatu irratti zooniin cooma dukkana ta'aa jirti.

Kaayyoo

Tajaajila sarara humna ibsaa MV km 7 irraa zoonii coomaatiif akka harkifamuufi LV diriirsuuf
deggersa barbaachisu taasisuudha

Barbaachisuumma
Tajaajilli ibsaa guddina biyyaatifi fayyadamumma hawaasa keessatti gahee olaanaa kan
qabduudha. Kanaafuu coomni karoora guddinaa fi tajaajilaa hawaasummaa keessatti akka
hirmaatu gochuuf tajaajilli elektirikii gahee guddaa kan qabudha.

Deegarsa taasisuuf hal-dureewwan barbaachisan

1. Gandoota zoonii cooma kan daandiin keessa darbuu irraa koree nama 3-5 filatu

2. Baayyina Abbootii warraa kan booda qoxarii galfachuu danda'anii galmeessuufi


mallateessisu

3. Waraqaa fedhii sarara MV fi LV kan chaappa araddaalee fi kan aanaa si bulchaa jiruu yknu
dhaabbata isin gargaaruu dandahu irraa qabaachu qaba.

4. Giddugala tajaajila humna ibsaa ummata kan isaanitti dhihoo jirutti fedhii sarara MV fi LV
qabaachu keenya waraqaa mallattoo keenyaafi chaappaa wajjira araddaa fi aanaa keessa
qaama dhimmichi kun ilaalatu kanneen akka W/Bishaan, albuudaafi inerjii irraa qabaachuun
gara gidduu gala deemuun kaffaltii shalaggii transformara kaffaluun gara tajaajila humna ibsa
damee Oromiya baha deemu qaba.

5. Achi booda tajaajilichi iyyannoo keessan gulaale oggeessa shalaggii ajajuun shallaggiin ni
taasifama.

Baajanni shallaggii transformaraaf Barbaachisu

Buufata Fayyaa Trafo tokko Qr 5000

Waajjira A/Waltasis Trafo tokko Qr 5000

Waajjira A/Jannat Trafo tokko Qr 5000


M/B sad.1ffa Cooma Trafo tokko Qr 5000

Waajjira A/Baraka Trafo tokko Qr 5000

Waajjira A/Salama Trafo tokko Qr 5000

Dhiheessa B/dhugaati Trafo tokko Qr 5000

Waliigalaa = Qr. 35000

Hubachiisa:

Kaffaltiin Shallaggii Trafo kan kaffalamuu qabu maqoota ganda feedhii galfateetin

Ogeessa Elektirikii
Kedir.A

You might also like