You are on page 1of 3

YUUNIVARSIITII AMBOO

KOLLEEJJII SAAYINSII HAWAASAAFI NAMUMMAATTI


MUUMMEE AFAAN OROMOOFI OG-BARRUU

Gosa Barnootaa: Barreeffama Miidiyaa(Writing for media)


Koodiifi lakkoofsa: AfOL 3102
Kireediitii:ESTS 5
Bara: 2015
Sagantaa: Waggaa III
Semisteera: II
Maqaa Barsiistuu: Gaaddisee Amsaaluu

Ibsa Koorsichaa
Koorsiin kun barreeffama miidiyaa barreeffama kanneen biroo irraa maaltuu akka adda
taasisu barattootaaf hubannoo kennuu irratti kan xiyyeeffatudha.Akkasumas, dhimma
barreeffama miidiyaa irratti beekumsaa fi ga’umsa cimaa ta’e gonfachiisuu kan
danda’udha.Kanaaf,qabiyyeewwan adda addaa kan of keessatti haammatu yommuu
ta’u,qabiyyeewwan kanneen keessaa,Maalummaa barreeffama miidiyaa,Amaloota
barreeffama miidiyaa,dhimmoota ijoo barreeffama miidiyaa,gooroowwan
gaazexeessummaa,maalummaa oduufi adeemsa oduu funaanuu irratti ibsa garaa garaa
kennuun kan dhiyeessudha.

Kaayyoo koorsichaa
Xumura koorsii kanaa irratti barattoonni:
 Maalummaa barreeffama miidiyaa ni baru
 Amaloota barreeffama miidiyaa ni hubatu
 Gooroowwan gaazzexeessummaa ni hubatu
 Maalummaa oduu ni hubatu
 Adeemsa oduu funaanuu ni baru
 Mata dureen oduu haala kamiin akka barreeffamu ni hubatu
 Barreeffama gaazexaa Fi raadiyoo irratti hubannoo ni argatu

Qabiyyee
1
1.1.Maalummaa barreeffama miidiyaa
1.2.Amaloota barreeffama miidiyaa

1.2.1.Sirrummaa
1.2.2.Guutummaa
1.2.3. Gabaabaafi ifa ta’uu
1.2.4. Qulqullina
1.3.Dimmoota Ijoo Barreeffama Miidiyaa
2.Gooroowwaan barreeffama miidiyaa

2.1. Fiicherii
2.2. komentarii
2.3 ijoo dubbii
2.4 Oduu
3. Oduu (news)
3.1.Maalummaa Oduu
3.2.Caaculleewwan Oduu (Elements of News)
3.3. Maloota Oduu Barreessuu
3.4.Maddoota Oduu
3.5.Adeemsa Oduu Funaanuu (News gathering Process)
3.6.Mata Duree Oduu Barreessuu
4. Meeshaalee Elektiroonikiifi Maxxansaa
4.1 Barreeffama Gaazexaa Fi Raadiyoo
Mala Barachuufi Barsiisuu
 Ibsa gabaabaa daree keessaa
 Marii garee
 Qayyabannaa dhuunfaa

Akkaataa Madaallii
Abbaltii Garee………………………………………………………………………..…20%
2
Abbaltii dhuunfaa……………………………………………………………….……..10
Hirmaannaaf argamtee daree keessaa……………………………………….……….5
Qorumsa g/g………………………………………………………………….….….25%
Qurmsa xummuraa………………………………………………………………… 40%
Idaa’ama walii galaa……………………………………………………………….100%

Wabiilee
Curran, J. (2002). Media and Power. London: Rutledge
Herbert, J (2002). Practicing Global Journalism. Oxford: Reed Educational
Publishing
Richard R. and Trevor I. (2002). An Introduction to Journalism: Essential
techniques and background knowledge. Linacre House, Jordan Hill,
Oxford OX2 8DP. Page
Tumber, H (1999). News, a News Reader Oxford: Oxford University Press

You might also like