You are on page 1of 1

Gaaffilee

1.Yesuus Kiristoos yemmuu biyya lafaa keessa turetti, ani eenyu jedhee yemmuu nama gaafatetti deebii
namootaatti hin quufne garuu deebii Pheexiroositti ni quufe? Masii ilma Waaqayyoo jiraataati, Garuu
dubbii pheexiroos kanatti Yesuus baayyee gammade maalifi...? Mat 16:16

2. Yesuus Kiristoos Macaafa Qulqulluu keessatti iddoo inni itti ani Waaqayyodha jedhe jiraa? Gaaffii
musiliimotaa kanaaf deebiin maali?

3. Macaafni keessan kan original badee jira? Macaafoti amma itti fayyadamaati jirtan kan edited ta'edha.
Kanaafuu, nuti Dubbii Kitaabichaa hin fudhannu jedhu.. Isa kanaaaf deebii maalii qabdu!

4. Macaafa Qulqulluu keessaa kutaan akka nuti dubbii Waaqayyoo irraa hin hirrisne fi itti hin daballeef,
cimsee nu akeekkachiisu jira? Nuti warri kitaaba 66 fayyadamaa jirru akeekkachiisa kana akkamitti
ilaalla?

5. Musilimoonni waa'ee Yesuus maal beeku?

You might also like