You are on page 1of 10

1 2 3

Hedduun namaa ufiif nama biroo Qabxiiwwan asii olii irraa wonti hubannu:- Dhugaan jirtu, namni Waaqaa hin ta’uu,
Waaqnille nama hin ta’u. Sababni isaallee
jeequu, maallummaa Yesuus 1ffaa- Yesuus ilma namaati jechuun nama jechuu Waaqni waan hin geeddaramneef.
qajeelatti hin beeku. akka ta’ee fi Yesuus nama jechuun ilma namaa
jechuu akka ta’e ifatti nuuf ibsa. Kanaafuu, Yesuus namaa fi ilma namaati malee,
Mee namoonni Yesuus gooftaadha Waaqallee miti ilma Waaqaatiillee miti jechu.
2ffaa- Yesuus nama ta’uu fi ilma namaallee ta’uu
jettan gaafiiwwan muraasa tanniin amanaa, ammoo waaqalle yookaa ilma
deebistanii? Waaqaatille jedhee namni yaadu, nama Yesuusiin
Kutaa 2ffaa
yookaa Waaqa dhabama irraa isa argamsiise akka Yesuus garbicha Waaqaati moo ilma Waaqaati?
Kutaa 1ffaa gaararraatti fakkeessu ta.a. Maaliif yoo jedhame
Yesuus haalli isaa waan dhaabbata tokkoo mitii ni Yesuus hojjataa Waaqaati moo Waaqa?
Yesuus ilma namaati moo ilma Waaqaati? jijjirama yookaa Waaqni waan haala tokko irratti
ta’uu mitii ni geeddaramaa jedhee worra yaadu Yesuus garbicha Waaqaa ta’uu namni shakku ni
Yesuus nama moo Waaqa? qofatu waan kana dubbata. Wonti dinqii ammo jiraa?
worroota akkasitti dubbatu saniin osoo Waaqni
Yesuus nama ta’uu fi ilma namaa ta’uu namni
akka gaararraa geeddaramaa jettee gaafatte hin Mee worrooni Yesuus garbicha (hojjataa)
shakku ni jiraa ⁉ Waaqaa ta’uu shakkan ragaawwan asii gadii
fudhatan garuu Yesuus namalle Yeroo garii
kanaan maal jedhu laata? ⤵
Mee worroonni Yesuus nama yookaa ilma namaa Waaqalle jedhanii dubbatu. Kanaafuu gaafiin
ta’uu shakkii qaban ragaawwan armaan gadii gabaabduun nuti gaafannu:- Yesuusii nama 1 ↪ Hojii Ergamootaa 3:13 " Isin, Yesusin
kanaan maal jedhu laata? ⤵ turetuu Waaqatti geeddarame moo? Moo Philaaxositti dabarsitanii laattan; yeroo inni isa
Waaquma dura Waaqa turetuu namatti gad dhiisuuf murtoo godhettis, fuula yaa'ii isaa
1⃣↪ Maatewos 17:22 " Bartoonni Galiilaatti geeddarame laata? dura dhaabattanii isa gantan; Waaqayyo inni kan
Yesus biratti walitti qabamnaan Yesus, "Ilmi Abrahaam kan Yisihaq kan Yaaqoobis, Waaqayyo
namaa harka namootaatti dabarfamee in Mee ragaawwan asii gadii haa laalluu
abaabilii keenyaa, garuu hojjetaa isaa kana ol ol
kennama."
1 ↪ Macaafa Hose’aa Raajichaa 11:9 " Ani qabeera."
2⃣↪ Luqaas 12:8 "Ani isinittan hima, eenyu dheekkamsa koo isa boba'aa gad hin dhiisu,
deebi'ee Efreemin hin balleessu; #ani 2 ↪ Maatewos 12:18 " innis, "Ilaa hojjetaa koo
illee namoota duratti eenyu akkan ta'e dhugaa isa ani fo'adhe,isa jaallatamaa kan koo tii,isa
ba'ee yoo mul'ise, anis ilmi namaa ergamoota #Waaqayyoodha #malee, #nama #miti; ani isa
Waaqayyoo duratti akkasuma dhugaa nan qulqulluu si gidduu jiruu dha, ani ija aariitiin hin lubbuun koo itti gammade;hafuura koo isa irra
dhufu." nan bulcha,inni saba hundumaaf firdii qajeelaa in
ba'aaf." labsa."
3⃣↪ Hojii Ergamootaa 2:22 "Isin yaa warra 2 ↪ Macaafa Milkiyaas Raajichaa 3:6 " Itti
3 ↪ Macaafa Isaayaas Raajichaa 42:1
Israa'el, dubbii kana dhaggeeffadhaa, Waaqayyo fufees, "#Ani #Waaqayyo #waanan "Waaqayyo itti fufee, "Kunoo, garbichi koo inni
harka Yesus nama Naazireet kanaan, hojii #ta'eef,hingeddaramu; kanaaf yaa ilmaan
Yaaqoob isin raawwattanii hin badne." ani ol ol qabu, inni ani fo'adhe, inni ani jaalladhu
aangoo isaa, dinqiidhaa fi milikkita garaa garaa isa kana! Ani hafuura koo isaaf kenneera, inni
kan isin beektan, isin gidduutti hojjechuu isaatiin firdii qajeelaa saba lafa irraatiif in baasa;"
fudhatamaa isa godhe."
4
5 6

Qabxii ijoo ragaawwan armaan olii 3 irraa Yesuus Ergamaa Waaqaati moo ergamaa Yesuus akkuma Rabbiin isa erguun shakkii hin
argannu:- Waaqaatii miti? qabne, kaayoon inni ergameefillee ergaa Rabbii
geessuu qofa akka ta’e shakkii akka hin qabne
1ffaa- ‘Garbicha’ jecha jedhu jecha ‘hojjata’ Ergamaa Waaqaatiin Waaqa jechuun hoo yoo beekuu barbaaddan ragaa Yohannis 5:30 fi
jedhuun akka bakka buufamuu danda’u hubanna. danda’amaa? Yohannis 4:34 irratti argamu dubbisaa
Kanaafu ‘Yesuusiin hojjeta Waaqaa’ jechi jedhu,
jecha ‘Yesuus garbicha Waaqaa’ jedhu akka Worroonni Yesuus Ergamaa ta’uu shakkan, sila 4 ↪ Yohannis 5:30 " Yesus itti dabalee, "Ani
argisiisu nuuf hima. dubbii tamiin mormu? humna kootiin homaa gochuu hin danda'u;
abbaa koo irraa akkan dhaga'etti nan farada;
Fkn ragaa Macaafa Isaayaas Raajichaa 42:1 ....... Yesuusiin Waaqni isa hin ergine jedhanii
firdiin ani faradus qajeelaa dha. Anoo yaada koo
garbicha... jedhe ibsa.Maatewos 12:18 irratti mormuu barbaadan moo? Nama ana Waaqatu
duukaa bu'uu hin barbaadu, 'yaada isa ana ergee
ammoo ..... hojjetaa .... jedhee ibsee jechu. na ergee dhufe jedheen ati ergamaa Waaqaatii
duukaan bu'a malee."
mitii jedhanii mormuu barbaadan moo ?
2ffaa- Yesuus Garbicha Waaqaa ka Waaqni ergaa Jechootuma Macaafa Qulqulluu isaan ni 5 ↪ Yohannis 4:34 " Yesus immoo, "Nyaanni kan
isaa akka Worra Israa’eliitti geessuuf ergate, ka hordofna jedhanii dubbatan keessatti argamuu koo jaalala isa na ergee gochuudhaaf hojii isaa
ajaja Rabbii bakkaan gahuuf dhufe yookaa hunda hin dhugoomsinu cinaan kijiba jechuu raawwachuu dha. “
hojjatuuf dhufe yookaa raawwatuuf dhufe malee barbaadanii laata?
akka Waaqa yookaa Ilma Waaqaa hin taane Yesuus Ergamaa Rabbiiti jedhanii beekuu fi
hubanna jechu. Yesuus Ergamaa Rabbii ta’uu namoota shakkaniif amanuun dirqama. Sababni isaa nama Yesuus
ragaan : ergamaa ta’uu amane qofatuu Jannata Rabbii
Namni Yesuus garbicha Waaqaatii mitii yookaa argata waan ta’eef jecha. Ragaan jecha kanaallee
hojjetaa Waaqaatii mitii jedhee mormu kamuu 1 ↪Yohannis 7:33 " Yesus yeroo sanatti, "Egaa Yohannis 5:24 fi Yohannis 17:3 ta’aa jechu.
ragaawwan asii olitti argaman hunduu kijibaa ani yeroo gabaabduu duwwaadhaaf isin biran
worra jedhee mormuu jechu. jira; kana booddee gara isa ana ergee nan 6 ↪ Yohannis 5:24 "Dhuguma, dhuguman isinitti
dhaqa.” hima, dubbii koo dhaga'ee isa ana ergetti kan
Worroonni ragaa kitaaba isaanii keessattuu amanu jireenya bara baraa qaba; inni du'a
argamu hin dhugoomsine, wonti isaan hordofaa 2 ↪ Yohannis 7:28 " Isa irratti Yesus utuu mana keessaa gara jireenyaatti darbee malee, gara
jiran seera kitaaba isaaniituu akka hin taane ifa qulqullummaa keessatti barsiisuu sagalee isaa ol firdii hin dhaqu.”
bahaadha. fudhatee, "Dhuguma ana beektu, nama eessaa
akkan ta'es in beektu. Ofiin hin dhufne,inni ana 7 ↪ Yohannis 17:3 " Waaqayyo isa tokkicha, isa
Kanaafuu Yesuus garbicha (hojjataa) Waaqaati erge jira; inni amanamaa dha, isin immoo isa hin dhugaa, Yesus Kiristosin isa ati ergites beekuun
malee ilma Waaqaa yookaa Waaqallee miti. beektan." isaanii jireenya bara baraa ti.”

Kutaa 3ffaa 3 ↪ Ibroota 3:1 " Kanaafis yaa obboloota Akkuma wolii galaatti qabxiiwwan ijoon kutaa
Waaqayyoof qulqullooftanii, waamicha isa waaqa 3ffaa irraa nuti hubannu:-
Yesuusiin Waaqatu isa ergate moo ofiin dhufe irraa keessaa hirmaattanii, Yesusin ergamaa fi
laata? angafa lubootaa, isa amantii keenyaan beeksifnu 1ffaa- Yesuus ofiin ka dhufe osoo hin taane akka
yaadadhaa!" Waaqni isa ergate.
7 8 9
2ffaa - Yesuusiin Waaqni ergate kunis Ergamaa ሆይ፥ የዲዊት ሌጅ፥ ማረኝ፤ ሌጄን ጋኔን ክፉኛ ይዞአታሌ ብሊ 1ffaa- Yesuus ifatti mana Israa‟elii duwwaaf
Waaqaa akka jedhamu. ጮኸች።እርሱ ግን አንዲች አሌመሇሰሊትም። ዯቀ መዛሙርቱም ergame tahuu.
ቀርበው። በኋሊችን ትጮኻሇችና አሰናብታት እያለ ሇመኑት።
3ffaa- Yesuusiin Waaqni wonti isa ergateef, akka እርሱም መሌሶ። ከእስራኤሌ ቤት ሇጠፉት በጎች በቀር 2ffaa- sababa Yesuus warra Israa‟elii duwwaaf
አሌተሊክሁም አሇ። ergameef dubartii biyya Kana‟aan osoo isheen itti
fedhii ofii isaa raawwatuuf osoo hin taane, akka
ergaa Waaqaa ummata Israa’eliitiin gahuuf ta’uu. Qabxiiwwan ijoon asi biratti hubatamuu qabu boottu ufirraa deebisuu isaa.

4ffaa- Namni jireenna bara baraa kan argatuu 3ffaa- sababa Yesuus warra Israa‟eli duwwaaf
1ffaa- Yesuus dubartii Kana‟aan maaf ofirraa
danda’uun Yesuusiin ilma Waaqaa jedhee yookaa ergameef jecha Hordoftoota Isaallee biyya biroo
ari‟e? Ani warra akka hoolotaa karaa irraa goranii
irraa goranii akka warra Israa‟elii duwwaa
Waaqa jedhee osoo hin taane, Waaqa tokkocha mana Israa‟eelii badan duwwaf malee hin
deeman ajajuu isaa (Yesuus) hubannaa jechu.
isa dhugaa isa Yesuusiin erge beekuu fi Yesuus ergamne maaf jedhe? Yoo akka namoonni tokko
ergamaa Waaqaa ta’uu beekuun akka ta’e tokko yaadanitti Yesuus addunyaaf ergame,
hubannaa jechu dubartiin biyyi Kana‟aan maaf keessaa hafte? Kutaa 5ffaa
Moo Yesuustu haqa dabsee nama ija qixaatiin hin
Raajiiwwan Yesuus hojjate, Yesuusimatu
Kutaa 4ffaa tajaajille saniif akkas jedhe jechuu hedu?
dandeettii ufiitiin hojjatee?
Dabalataanis worroonni Israa’el jechuun
Yesuus eenyuuf ergame? Adduniyaa hundaa jechutti yaadan, yoo
Yesuus raajiiwwaan gara garaa wonti hojjateef
maaliif? Akka namni isaan gooftaa jedhuuf moo
dhugama Israa‟el jechuun Addunyaa jechuu
Yesuus nuyiif ergamee jedhanii worroonni akka namni Inni ergamaa dhugaa ta‟uu beekuuf?
taate, hordoftoota isaa maaf Mandara warra
yaadan, mee gaafii kanaaf deebii maal qabu laata?
#Saamaariyaa fi kara #saba #Waaqayoo hin Namoonni Yesuusiin Yeroon inni raajiiwwaan
Isaantu worroota Israa‟eliiti moo? Israa‟el ta‟inii irra goraa jedha? sunniin Addunyaa gara garaa hojjatu Waaqa isaan jedhanii isaa
jechutuu Addunyaa guutuu jechuudha moo? Jecha keessatti hin laakkahamanii? Mee dubbii ragaa bahaa turan moo Nabiyyi Jedhanii isaa
Yesuusii kan Maatewos 15:24 keessatti dubbate Maatewos 10:5-6 jiru wojjiin haa dubbisnuu! ragaa bahaa turan?
kijiba jedhaa jiran laata?
Maatewos 10:5-6 Isaan kudha lamaan kana Gaafii Raajiiwwan Yesuus hojjate eennutu hojjate
Maatewos 15:22-24 Kunoo, dubartiin Kana'aan Yesus ergee, "Karaa #saba #Waaqayyoo warra jedhu deebii quubsaa argachuuf Hojii
tokko naanna'aa biyya sanaatii dhuftee sagalee hin ta'initti isin geessu irra hin gorinaa, mandara Ergamtootaa 2:22 mee haa ilaalluu
guddaadhaan, "Ilma Daawit, gooftaa koo! Intalli warra Samaariyaa tokko illees hin lixinaa! Kanaa
koo hafuura hamaadhaan qabamtee jirti, anaaf mannaa gara warra akka hoolotaa karaa irraa Hojii Ergamootaa 2:22 "Isin yaa warra Israa'el,
maari!" jette. goranii mana Israa'elii badanii dhaqaa! dubbii kana dhaggeeffadhaa, Waaqayyo harka
Yesus nama Naazireet kanaan, hojii aangoo isaa,
Yesus garuu sagalee tokko iyyuu isheef hin እነዚህን አሥራ ሁሇቱን ኢየሱስ ሊካቸው፥ አዘዛቸውም፥ dinqiidhaa fi milikkita garaa garaa kan isin
እንዱህም አሇ። በአሕዛብ መንገዴ አትሂደ፥ ወዯ ሳምራውያንም
deebifne. Bartoonni isaa yommus gara isaa beektan, isin gidduutti hojjechuu isaatiin
ከተማ አትግቡ፤ ይሌቅስ የእስራኤሌ ቤት ወዯሚሆኑ ወዯ ጠፉት
dhufanii, "Ishee nu booddeedhaa iyyaa adeemtu በጎች ሂደ እንጂ። fudhatamaa isa godhe." የሐዋርያት ሥራ 2:22
kana, waan isheen barbaaddu godhiifii of biraa የእስራኤሌ ሰዎች ሆይ፥ ይህን ቃሌ ስሙ፤ ራሳችሁ
deebisi!" jedhaniin. "Inni immoo deebisee, "Ani Akkuma wolii galaatti kutaa 4ffaa baruumsa እንዯምታውቁ፥ የናዝሬቱ ኢየሱስ እግዚአብሔር በመካከሊችሁ
warra akka hoolotaa karaa irraa goranii mana keennaa irraa qabxiiwwan ijoon nuti fudhannu:- በእርሱ በኩሌ ባዯረገው ተአምራትና በዴንቆች በምሌክቶችም
Israa'elii badan duwwaaf malee hinergamne" ከእግዚአብሔር ዘንዴ ሇእናንተ የተገሇጠ ሰው ነበረ፤
jedheen.” እነሆም፥ ከነናዊት ሴት ከዚያ አገር ወጥታ። ጌታ
Ragaa kana irraa wonti nuti hubannu:-
10 11 12
0 0
1ffaa- hojii aangoo, dinqiiwwaanii fi milikkita Luqaas 24:19 " Inni, "Waan attamii ti?" isaaniin Akka Yesuus barsiisaa turetti worri mootummaa
gara garaa kan hojjate Waaqa malee Yesuusii jennaan, isaan immoo, "Waa'ee Yesus nama Waaqaa argatu nama Yesuusiin gooftaa jedhe
miti. Kanaafuu Waaqatuu harka Yesuusiin Naazireet, isa gochatti dubbiittis Waaqayyoo fi moo nama ajaja Waaqaa raawate?
raajiiwwan gara garaa hojjatee jechu. namoota duratti raajii (Nabiyyi) aango-qabeessa
ture sana," Worroonni/Namoonni osoo yesuus na
2ffaa- sababni Waaqni harka Yesuusiin milikkita waaqeffadhaa(nagabbaraa) hin jenne isa
gara garaa hojjatuuf akka Yesuus fudhatama Qabxiiwwan ijoon ragaawwan asii olii irraa waaqeffatanii isaa abbomna jedhanii badhaasa
nama biratti argatuuf. Yesuus fudhatama argatuu hubannu:- moo adabbituu isaan eeggata laata?
Yeroo jennu Waaqumman yookaa ilma Waaqaa
ta‟uun osoo hin taane Ergamaa yookaa Nabiyyii 1ffaa- Raajiiwwan Yesuus hojjate, Yesuus Yesuus maqaa kiyyaan raajii dubbadhaa, hojii
Waaqaa ta‟uu akka namni beekuuf jechuudha. dandeettii isaatiin kan hojjate osoo hin taane, aangoo hojjadhaa, akkasumas maqaa kiyyaan
Ragaawwan kanaallee Yohannis 9:17, Maatewos akka Rabbiin waan kamuu danda‟aa ta‟e akka hafuurota hamoota baasaa jedhee barsiisee jiraa?
21:11 fi Luqaas 24:19 keessatti ibsamee jira. hojjate ibsa.
Worroonni/ Namoonni maqaa Yesuusiin waan
1ffaa- የዮሐንስ ወንጌሌ 9:17 በመካከሊቸውም መሇያየት 2ffaa - Waaqni milikkita gara garaa kan hojjateef, Yesuus hin ajajin hojjatan maqaa Yesuusiin
ሆነ። ከዚህም የተነሣ ዕውሩን። አንተ ዓይኖችህን ስሇ ከፈተ ስሇ akka Yesuus fudhatama argatu isa taasisuu isaa daldalan, ka ammoo Yesuus guyyaa Qiyaamaa
እርሱ ምን ትሊሇህ? ዯግሞ አለት። እርሱም። ነቢይ ነው አሇ። muldhisa. jallatoo ta‟uu isaaniitti ragaa bahu eennu beektuu?
John 9:17. They say unto the blind man again, Worrota Muslimaatii moo? Worroota
What sayest thou of him, that he hath opened 3ffaa- Yesuus milikkita gara garaa yookaa Kiristaanaati? Mee gaafiiwwan asii olii hunda
thine eyes? He said, He is a prophet. raajiiwwaan inni hojjateen fudhatama argatuun isaatuu ragaadhaan haa ilaallu
akka inni Nabiyyi (raajii) ta‟e Worroonni
↪ Yohannis 9:17 " Kana booddee warri Yesuusiin argan ragaa bahuu isaanii ifa taasisa. I. Eddoon Yesuus afaan isaatiin ani Waaqaa na
Fariisotaa namicha isa jaamaa ture sanaan, Waaqefadha jireenna bara baraa (Jannata)
"Waa'ee isa ija kee siif bane kanaa maal jetta?" 4ffaa- Yesuus Afaan Amaariffatiin ነቢይ, Afaan argattanii jedhe jiraa? Gaafii jedhuuf deebiin isaa
jedhan; yommus namichi, "Inni raajiidha Ingliffaatiin prophet kan jedhamu Afaan Maatewos 15:8-9 keessatti arganna
(Nabiyyi) ” jedhee deebiseef." Oromootiin raajii jedhanii hiikuun isaanii, hiikaa
qajeela hin taanetti hiikani. Nabiyyi ta‟uu Yesuus ↪ Maatewos 15:8-9 "'Sabni kun afaan isaatiin
2ffaa- Matthew 21:11 ሕዝቡም። ይህ ከገሉሊ ናዝሬት waakkatuuf jecha tooftaa diriirfame fi shira ulfinaa naaf kenna,garaan isaa garuu baay'ee
የመጣ ነቢዩ ኢየሱስ ነው አለ። xaxame ta‟u isaa ifatti mirkaneessa. Yesuusiin anattii fagoo dha;"
waan inni qabu irraa mulquu fi waan inni hin
↪ Matthew 21:11. And the multitude said, This qabne isaa kennuun tooftaa worra haqa Rabbii "ana waaqessuun isaanii akkasumaan,
is #Jesus the prophet of Nazareth of Galilee. dhoksuu ta‟uu ifatti namaaf muldhisaa jechu. abboommii namaa akka seera Waaqayyootti
barsiisu isa jedhe ba'eessa dubbate" jedhe." 15:8-
Maatewos 21:11 " Tuuti isaa wajjin adeemus, 9 ይህ ሕዝብ በከንፈሩ ያከብረኛሌ፥ ሌቡ ግን ከእኔ በጣም የራቀ
"Kun raajicha (Nabiyyi) Yesus nama Naazireet
Kutaa 6ffaa ነው፤ የሰውም ሥርዓት የሆነ ትምህርት እያስተማሩ በከንቱ
kutaa biyya Galiilaa ti" jedhee deebise." Eddoon Yesuus ani Waaqaa na Waaqefadhaa ያመሌኩኛሌ ብል በእውነት ትንቢት ተናገረ።
3ffaa- የለቃስ ወንጌሌ 24:19 ��እርሱም። ይህ ምንዴር jireenna bara baraa (Jannata) argattanii itti Qabxiin ijoon Maatewos 15:8-9 irraa hubannu,
ነው? አሊቸው። እነርሱም እንዱህ አለት። በእግዚአብሔርና jedhe jiraa? Yesuus afaan isaatiin na Waaqefadhaa Jannata
በሕዝቡ ሁለ ፊት በሥራና በቃሌ ብርቱ ነቢይ ስሇ ነበረው ስሇ argattanii osoo hin taane:-
ናዝሬቱ ስሇ ኢየሱስ፤
13 14 15
0 0 0
1ffaa- Namni Yesuus waaqessuu namaa seeera 1ffaa- Namni mootummaa Waaqaa (Jannata Qabxiiwwan ijoon Maatewos 7:22-23 irraa
nama fudhate (ajaja nama hordofu) malee nama Rabbii) barbaadu, jaalala abbaa (ajaja Rabbii) hubannu:-
seera Waaqaa hordofuu miti isaaniin jechuu isaa hojjatuu qofaan argata.
hubanna. 1ffaa- Worroonni maqaa Yesuusiin raajii
2ffaa- Namni ajaja Rabbii hojjatuu dhiisee dubbanna jedhu, maqaa Yesuusiin hafuura
2ffaa- Namni Yesuus waaqessu nama afaaniin Yesuusiin gooftaa jedhu kamuu Mootummaa hamootaa baasna jedhu, maqaa Yesuusiin hojii
Yesuusiin jaalanna jedhu kan immoo garaan isaa Waaqaa ( Jannata Rabbii) hin seenu. aangoo hojjannaa jedhu hundi worra Yesuus
Yesuus irraa fagaata ta‟e jechu. Nama Yesuusiin isaan waakkatu. Worroota Yesuus isaan
irraa garaan isaa fagoo jechuunis nama barsiisa 3ffaa- „duwwaadhaan‟ jechi jedhu jecha afaan waakkatu jechuun, worrota dalaggaan isaan
Yesuus irraa fagoo yookaa worroota haqa Rabbii Oromoo irratti dabalame malee, lugaawwaan dalagan barsiisaa fi ajaja Yesuusiin ala ta‟ee
irraa fagaate jechuudha. biroo keessa hin jirre, tooftaa worri haqa faalu jechu. Wonti Yesuus hin barsiisinii fi hin ajajin
Yesuusiin maalummaa isaa dhoksuuf (Yesuus maaliidhaa yoo jettaan Yesuus gooftaa naan
3ffaa- Namni Yesuusiin waaqessuu nama goofta jedhanii ibsuuf) fayyadaman ta‟uu ibsa. jedhaa jedhee hin barsiifne, akkasumas Yesuus
akkasumaan galata wohii barbaaduu malee maqaa kiyyaan hafuura hamootaa baasaa, raajii
bilaasha Yesuusiin waaqessu. Nama dalagaa IV. Yesuus maqaa kiyyaan raajii dubadhaa, hojii dubbadhaa wolumaa galatti maqaa kiyyan daldala
mindaa hin qabne worra ifaajee hoongoo ifaajuu aangoo hojjadhaa, akkasumas maqaa kiyyaan banadhaa jedhee hin ajajne jechu.
isaaniin jedhe. hafuura hamootaa baasaa jedhee barsiisee jiraa?
2ffaa- Worroonni Yesuus isaani waakkatu
II. Akka Yesuus barsiisaa turetti Worroonni V. Worroonni/ Namoonni maqaa Yesuusiin waan sunniinillee Muslimootaa miti. Sababni isaallee
mootummaa Waaqaa argatu nama Yesuusiin Yesuus hin ajajin hojjatanii maqaa Yesuusiin Muslimni Yesuusiin gooftaa hin jedhu ( Yesuus
goofta jedhe moo nama ajaja Waaqa raawate? daldalan, kan immoo Yesuus guyyaa Qiyaamaa Ergamaa Rabbiiti jedha)
jallatoo ta‟uu isaanitti ragaa bahu eennu beektuu?
III. Worroonni/ Namoonni osoo Yesuus ana Worroota Muslimaati moo worroota Muslimni maqaa Yesuusiitin hafuura hamootaa
Waaqeffadhaa (ana gabbaraa) hin jennee isa Kiristaanaati? Gaafiiwwan jedhuuf deebiin baasna, raajii hojjanna waan hin jenneef jecha.
Waaqeffatanii isaa abboomna jedhan badhaasa Maatewos 7:22-23 keessatti argama:- Kanaafuu worroonni Yesuus isaan waakkatu
moo adabbituu isaan eeggata laata? Gaafiiwwan worroota Kiristaanaati.
jedhuuf deebiin isaa Maatewos 7:21 keessatti ↪ Maatewos 7:22-23 " Guyyaa isa dhumaa
ifattii kaayamee jira. sanatti namoonni baay'een, 'Yaa gooftaa, yaa Sababni isaallee kiristaanni Yesuusiin gooftaa
gooftaa, nuti maqaa keetiin raajii dubbanneerra, jedhu waan ta‟eef akkasumas worroonni maqaa
↪ Maatewos 7:21 " Yesus, "Jaalala abbaa koo maqaa keetiin hafuurota hamoota baafneerra, hojii Yesuusiin raajii hojjanna jedhu, hafuura
isa waaqa irraa nama hojjetutu mootummaa aangoos maqaa keetiin baay'ee hojjenneerra hamootaa baasna jedhu waan Kiristaana ta‟eef
waaqaatti gala malee, namni, 'Yaa gooftaa, yaa mitii?' anaan jedhu." Ani immoo yeroo sanatti, jecha.
gooftaa' naan jechuu (duwwaadhaan? ) itti gala 'Matumaa ani isin hinbeeku, isin yaa warra
miti." 7:21 በሰማያት ያሇውን የአባቴን ፈቃዴ የሚያዯርግ hamaa hojjettanii, ija koo duraa badaa!' 3ffaa- Worroonni/ Namoonni Yesuusiin gooftaa
እንጂ፥ ጌታ ሆይ፥ ጌታ ሆይ፥ የሚሇኝ ሁለ መንግሥተ ሰማያት jedheen (mul'inatti isaanitti hima?) jedhe." 7:22- jedhu, kan maqaa Yesuusiin raajii hojjanna jedhu,
የሚገባ አይዯሇም። 23 በዚያ ቀን ብዙዎች። ጌታ ሆይ፥ ጌታ ሆይ፥ በስምህ ትንቢት kan maqaa Yesuusiin hafuura hamootaa baasna
አሌተናገርንምን፥ በስምህስ አጋንንትን አሊወጣንምን፥ በስምህስ jedhu, kan maqaa Yesuusiin hojii aangoo
Qabxiiwwan ijoon Maatewos 7:21 irraa ብዙ ተአምራትን አሊዯረግንምን? ይለኛሌ።የዚያን ጊዜም። hojjannaa jedhu hundi namoota Yesuus isaan
hubannu:- ከቶአሊወቅኋችሁም፤ እናንተ ዓመፀኞች፥ ከእኔ ራቁ ብዬ argaa jibbu worra hamaa (diddoota) ta‟uu nuuf
እመሰክርባቸዋሇሁ። ibsa. Worroota Yesuus isaan arga jibbu jechuun
worraa waan Yesuus hin barsiifnee fi hin ajajne
16 17 18
0 0 0
dalagu, worra dhugaa dhiisee badii hojjatu worra ↪ Ibroota 5:7 " Yesus biyya lafaa kana irra fayyisuus ta‟ee du‟a oolchu dandeetti qabu
hamaa (haqa diddoota) jechuudha. yeroo jiraachaa turetti, sagalee guddaadhaan kadhataa yookaa waamataa akka ture ifatti
imimmaaniin, kadhataa fi waammata gara isa muldhisa.
4ffaa- Yesuus maqaa kiyyaan hafuura hamootaa du'a #isa oolchuu danda'uutti dhi'eesse ; sababii
baasaa jedhee ajaajuu akka hin dandeennee fi inni ulfina Waaqayyoof gad of deebisee, isatti 2ffaa- Yesuus sababa inni aangoo fi dandeettiin
innuu hafuura Waaqaatiin ( fedhii Rabbiitiin) of kennateefis, kadhanni isaa in dhaga'ameef." hundi kan Rabbii ta‟uu beekuuf Rabbii isaatiif of
akka baasaa ture Maatewos 12:28 nuuf addeessa. (Yesuus) ወዯ ዕብራውያን 5:7 እርሱም በስጋው ወራት gad deebisee Rabbitti of kennee imimaaniin isa
ከሞት ሉያዴነው ወዯሚችሌ ከብርቱ ጩኸትና ከእንባ ጋር kadhateef Rabbiinillee isaa awwaatu mudhisa.
Maatewos 12:28 Ani garuu hafuura ጸልትንና ምሌጃን አቀረበ፥ እግዚአብሔርንም ስሇ መፍራቱ
Waaqayyootiin hafuurota hamoota kanan baasu ተሰማሇት፤ 3ffaa- Rabbiin fayyisaan dhugaa isa jalqabaa kan
erga ta'ee, mootummaan Waaqayyoo isin irratti wonti tokkoo isa dura hin turin, akkasumas isa
dhufeera.❞ 2 ↪ Yohannis 12:27 "Yesus itti fufee, "Amma xumuraa kan wonti tokkoo isa booda hin taane
lubbuun koo dhiphatteetti; egaa, Yaa abbaa san ta‟uu mirkaneessa. Waaqni fayyisaan dhugaa
Kanaafuu Yesuusii hafuura Waaqaatiin hafuura yeroottii kana na oolchi!' jedhu moo ree? Garuu sun kan waa hundaa fayyisu kan Yesuusiinillee
hamootaa baasetu sirriidha moo worroota maqaa sababiidhuma kanaaf ani immoo gara yerottii fayyise ta‟uu nuuf addeessa.
Yesuusiin hafuura ni baafnaa jedhee dubbatu kanaa dhufe." የዮሐንስ ወንጌሌ 12:27 አሁን ነፍሴ
sirri? Yesuus osoo ufitti aangoo fi dandeettii ታውካሇች ምንስ እሊሇሁ? አባት ሆይ፥ ከዚህ ሰዓት አዴነኝ። ነገር 4ffaa. Akkuma wolii galaatti worroonni Yesuus
qabaatee hafuura Waaqaatti hin hajamu. ግን ስሇዚህ ወዯዚህ ሰዓት መጣሁ። fayyisaadhaa jedhanii dhaadatan, Yesuus ufiifuu
Kanaafuu Waaqaa Yesuus qarqaarsifate san gaafa rakkatu akka Rabbiin (Waaqni) waan
qarqaarsifatanii waa hojjatuu qofatu qajeelluma 3 ↪ Macaafa Isaayaas Raajichaa 43:10-11 hundaa danda‟u rakkoo Isa oolchuuf (isa
malee kan kanaan alaa kamuu jallinna ta‟uu ifatti Waaqayyo, "Yaa saba nana, isin dhuga-baatuu fayyisuuf ) akka isaa birmatuuf kadhataa turuu fi
mulisaa jechu. koo ti, garbichi ani fo'adhes isinuma, isin akka dabalataanis Waaqni ana malee fayyisaan biroo
beektaniif akka amantanitti, isa kana kan godhe hin jiru jedhee jira. Kanaafuu yoo dubbiin
ana Waaqayyo akka ta'e akka hubattanitti, ana Macaafa Isaayaas Raajichaa 43:10-11 sirrii mitii,
Kutaa 7ffaa dura Waaqayyo kan biraa hin turre, ana yookaa dubbiin Waaqni dubbate sirrii mitii
Fayyisaan dhugaa Waaqa moo Yesuus? booddees Waaqayyo kan biraa hin jiraatu. jechuu taate malee, Fayyisaan dhugaa kan
Ana duwwaatu Waaqayyoodha, ana malee Yesuusii fi uumama hundaatuu Waaqa qofa ta‟uu
Dogongorri kan kitaaba (Macaafa Qulqulluu) ti fayyisaan kan biraa hinjiru. ትንቢተ ኢሳይያስ 43: beektanii Yesuus fayyisa jechi jedhu dubbii sirrii
moo kan worra kitaaba hordofna jedhuuti laata? 10፤ ታውቁና ታምኑብኝ ዘንዴ እኔም እንዯሆንሁ ታስተውለ akka hin taane ifatti mirkaneefattuu jechu.
ዘንዴ፥ እናንተ የመረጥሁትም ባሪያዬ ምስክሮቼ ናችሁ ይሊሌ
Kitaabni kan jedhu, fayyisaan Waaqa, kan rakkoo እግዚአብሔር፤ ከእኔ በፊት አምሊክ አሌተሠራም ከእኔም በኋሊ Kutaa 8ffaa
kamuu nama irraa furuu danda‟u jedha. አይሆንም። እኔ፥ እኔ እግዚአብሔር ነኝ፥ ከእኔ ላሊም
#የሚያዴን የሇም። Waaqni ati waaqeffattu (gabbartu) Waaqa
Worroonni amantii Kiristaanaa ni hordofnaa ufiin qaba moo hin qabu?
jedhan ammoo dubbiin kitaabaa sirrii mitii Qabxiiwwan ijoon nuti ragaawwan asii olitti
fayyisaan Waaqaa osoo hin taane Yesuus jedhu. dhiyaatan 3n irraa hubannu:- Waaqni Gooftaa yookaa Waaqaa isaa olii ni
Kanaafuu eenyutuu dogongore haa jennu? qabaata jettee yaadda?
1ffaa- Yesuus nama fayyiisuuf dandeettii fi
Mee ragaawwan armaan gadii 3n wojjiin haa aangoo tokkollee akka hin qabne, inumaayyuu Waaqni mootii waa hundaa ta‟e Waaqaa isaa olii
dubbisnuu:- Rabbii waa hunda irratti dandeetti qabuuf yooka Gooftaa isaa olii qaba osoo siin jedhanii
booyichaan akka du‟a isa oolchuuf Rabbii sammuun kee si fudhataa?
19 20 21

Yesuus Waaqa qabaatuu ammoo namni shakku 1ffaa- Yesuus Waaqayyoo kootii fi Waaqayyoo baafamu. Maqaa #Waaqayyo #kootii, maqaa
jiraa? keessanii Yeroo jedhu ifatti akka Waaqa akkuma mandara Waaqayyo kootii, Yerusaalem ishee
namuu qabu innillee qabaachuu mulisa, haaraa ishee Waagayyo koo biraa waaqa keessaa
Yesuus gaafa dachii tana gubbaa turee fi gaafa keessattuu „kootii‟ (Waaqayyoo kootii) jecha gad buutu, maqaa koo isa haaraas utubaa kana
gara samiitti ol bahellee akka Waaqa (Rabbiin) jettuun adda baasee addeesse. Kanaafuu Yesuus irratti nan caafa." የዮሐንስ ራእይ 3:12 ዴሌ የነሣው
qabu fi Waaqni ammoo akka Waaqaa (Rabbiin) Waaqa qabaatuu fi Waaqni akka Waaqa hin በአምሊኬ መቅዯስ ዓምዴ እንዱሆን አዯርገዋሇሁ፥ ወዯ ፊትም
hin qabne beektuu? qabne namni sammuun nagahaa kamuu ifatti ከዚያ ከቶ አይወጣም፤ #የአምሊኬን ስምና የአምሊኬን ከተማ
beekaa jechu. ስም፥ ማሇት ከሰማይ ከአምሊኬ ዘንዴ የምትወርዯውን አዱሲቱን
Mee gaafiiwwaan asii olitti argamaniif deebii ኢየሩሳላምን፥ አዱሱንም ስሜን በእርሱ ሊይ እጽፋሇሁ።
quubsaa argachuuf ragaawwan asii gadii haa 2ffaa- Keessattuu ragaan Maarqoos 12:29 akka
ilaalluu:- ibsutti, Yesuus afaan isaatiin Waaqayyo keenya Qabxiin ijoon Mul‟ata Yohannis 3:2 fi 3:12 irraa
kophaa isaa goofta jedhee qabxii 2 ijoo ilma hubannu, Yesuus erga gara samiitti Rabbiin ol isa
1- Yohannis 20:17 " Yesus immoo, "Ana hin namaatii hime. Ta duraa Waaqayyoo keenya fuudhee boodalle akka mul‟ata kanaatti (mul‟ata
qabin! Ani amma iyyuu gara abbaatti ol hin Yeroo jedhu, Waaqni uumaa birootii Waaqaa Yohannis jechuudhaa) akka Waaqa qabu ifatti
baane; gara obboloota koo dhaqii, 'Ani gara abbaa isaafis akka Waaqa ta‟eef kan lammaffaa immoo nama hubachiisa. Mul‟anni Yohannis seenaan
kootii fi abbaa keessaniitti, gara Waaqayyo Waaqni Yesuusiinille dabalatee uumaa hundaa inni dubbatu waan eega Yesuus gara samiitti ol
kootii fi Waaqayyo keessanitti ol nan ba'a' jedhii Waaqaa akka kophama isaatti (kan Yesuusillee bahe ta‟uun beekamaadha waan ta‟eef.
isaanitti anaaf himi!" jedhee ishee abboome." isa wojji gooftaa hin taane) gooftaa akka ta‟e ifatti
የዮሐንስ ወንጌሌ 20:17 ኢየሱስም። ገና ወዯ አባቴ mullisa jechu. Kutaa 9ffaa
አሊረግሁምና አትንኪኝ፤ ነገር ግን ወዯ ወንዴሞቼ ሄዯሽ። እኔ
ወዯ አባቴና ወዯ አባታችሁ ወዯአምሊኬና ወዯ አምሊካችሁ 3ffaa- Yesuus gaafa Yahuudonni isa ajjeesuuf Waaqaa fi ilmi namaa amala tokko qabu moo
ዓርጋሇሁ ብሇሽ ንገሪአቸው አሊት። jettu akka Waaqni isaa birmatuuf Waaqayyoo koo amala garagaraa qabu?
jedhaa akka Waaqni isaa tumsuu danda‟utti
2- Maarqoos 12:29 " Yesus deebisee, "Inni iyyataa turee fi Waaqa Waaqeffatuu fi gaafa Sammuu akkamiittu amala Waaqaa kan namaatiin
hundumaa irra caalu, 'Dhaga'i, yaa Israa'el! rakkoo tumsa irra barbaadu qabaatuu ifatti wol fakkeessee, amala namaallee kan Waaqaatti
Gooftichi Waaqayyo keenya kophaa isaa mirkaneessa jechuuudha fakkeessuu yaada?
gooftaa dha. " የማርቆስ ወንጌሌ 12:29 ኢየሱስም
መሌሶ እንዱህ አሇው። ከትእዛዛቱ ሁለ ፊተኛይቱ። እስራኤሌ Eega gara samiitti ol bahee booda hoo Yesuus Mee amaloonni (sifti) kunniin kan Waaqaati moo
ሆይ፥ ስማ፤ ጌታአምሊካችን አንዴጌታ ነው፥ Waaqa qaba moo hin qabu laata? Mee ragaawwan kan Yesuus jettanii yaaddu? 1 Ximotewos 1:17
armaan gadii haa ilaallu:- mee ija qalbiitiin haa dubbifnuu!
3- Maatewos 27:46 " Gara sa'aatii salgaffaatti
Yesus sagalee guddaadhaan, "Elii, Elii lamaa 4 Mul’ata Yohannis 3:2 " Ka'i, dammaqaas ta'i! 1 Ximotewos 1:17 " Mootii bara baraa, isa hin
sabaktanii?" jedhee waammate; kunis, Wanta hafee du'uuf jedhus jabeessi! Ani fuula duune, isa ijaan hin argamne, Waaqayyo
"Waaqayyoko, Waaqayyoko maaliif na dhiifte?" Waaqayyo koo duratti hojiin kee fiixaan ba'uu tokkicha sanaaf baruma baraan ulfinnii fi
jechuutti in hiikama. " 27:46 በዘጠኝ ሰዓትም ኢየሱስ። isaa hin argine. " የዮሐንስ ራእይ 3:2 ሥራህን በአምሊኬ guddinni haa ta'u! Ameen."
ኤልሄ ኤልሄ ሊማ ሰበቅታኒ? ብል በታሊቅ ዴምፅ ጮኸ። ፊት ፍጹም ሆኖ አሊገኘሁትምና የነቃህ ሁን፥ ሉሞቱም ያሊቸውን Mee Namoonni Yesuus Waaqa jettanii Amantan
ይህም። አምሊኬ አምሊኬ፥ ስሇ ምን ተውኸኝ? ማሇት ነው። የቀሩትን ነገሮች አጽና።
yookiin dhaadattan gaafiiwwan asii gadii nuuf
Qabxiiwwan ijoon Yohannis 20:17, Maarqoos 5 ↪ Mul’ata Yohannis 3:12 " Isa mo'u sana deebisuu yaalaa:-
12:29 fi Maatewos 27:46 irraa nuti hubannu:- mana qulqullummaa #Waaqayyo #koo keessatti
utubaa nan godha; isa keessaas matumaa hin
22 23 24

1ffaa - Yesuus mootii bara baraa jettanii 1 Qorontos 15:28 " Wanti hundinuu ilma akka beektan nan barbaada. " 1ኛ ወዯ ቆሮንቶስ ሰዎች
yaadduu? Eeyyen yoo kan jettan taate, osoo Waaqayyoo jala yommuu galfamu, ilmi (Yesuus) 11:3 ነገር ግን የወንዴ ሁለ ራስ ክርስቶስ፥ የሴትም ራስ ወንዴ፥
Yesuus hin dhalanne dura hoo? gaafa inni garaa immoo ofii isaatii, Waaqayyo isa waan hundumaa የክርስቶስም ራስ እግዚአብሔር እንዯ ሆነ ሌታውቁ እወዲሇሁ።
Mariyamii (Maariyaamii) keessa ture hoo? gaafa miilla isaa jala galche jala in gala; akkasitti
inni bultii 40 seexanaan qoratamaa ture hoo? Waaqayyo karaa hundumaa waan hundumaa irra Qabxiiwwan ijoon ragaawwan 2 asii olii irraa
gaafa akka isin yaaddanitti Yesuus du‟e jettan san in ta'a." 1ኛ ወዯ ቆሮንቶስ ሰዎች 15:28 ሁለ ከተገዛሇት hubannu ( Yohannis 14:28 fi 1 Qorontos 11:3):-
hoo eennutu mootii ture? በኋሊ ግን እግዚአብሔር ሁለ በሁለ ይሆን ዘንዴ በዚያን ጊዜ
ሌጁ ራሱ ዯግሞ ሁለን ሊስገዛሇት ይገዛሌ። 1ffaa- Waaqni fi Yesuusi akka qixa hin taanee,
2ffaa- Waaqni dhugaa, Waaqa hin duune jedhaa, Waaqni waan kamuu akka caalu, Yesuusiinille
Yesuus akka isin yaaddanitti du‟e jettuu akkamiin Qabxiin ijoon nuti 1 Qorontos 15:28 irraa akka caalu hubanna.
Waaqa jettanii yaaddu? hubannu, Yesuus Waaqa isa waa hundumaa miila
isaa jala galche (jechuun Waaqa waa hundumaa Ragaan Yohannis 10:30 Anaa fi Abbaan tokko
3ffaa- Waaqni dhugaa isa ijaan hin argamne isaa akka ajajamu fi abbomu taasise) jala ni gala ( jechuun Waaqaa fi Yesuus wol qixa jechuu miti.
jedhaa, isin garuu kan yeroo Yesuus dhalatee jechuun Yesuusuu ufii isaatii Waaqaaf ni abboma,
Jechi afaan Oromoo tokko jedhuu fi wol qixa
dachii irra turellee ijaan hin argine, suuraa Yesuus waaqaa ni ajajama, Waaqa ni waaqeffata
jedhu waan garagaraati.
jettanii suuraa kijibaa laalaa jirtuu, mee jechuudha). Kanaafuu gabbaramaan dhugaa isa
akkamumaan Yesuus Waaqa jettanii yaaddu? wonti hunduu isaaf abbomu, kan Yesuusille isaaf Fkn namni tokko anaa fi haati-manaa tiyya tokko
ajajamu san ta‟uu namuu beekuu qaba jechu. yoo jedhee fi anaa fi haati-manaa tiyya wol qixa
4ffaa- Waaqni tokko ta‟uu cinaan amanaa,
yoo jedhe hiika garagaraa qaba. Anaa fi haati
yeroma Yesuus Waaqa jettan , Waaqa fi Yesuus Yesuusii fi Waaqni wolqixa jedhanii worrota
manaa tiyya tokko jechuun wonti inni muldhisu
wolitti Waaqa Jechuu keessan moo amanuus ta‟ee dubbatuu kan ragaa Yohaannis
tokkummaa qaamaa osoo hin taane tokkummaa
10:30 (Abba fi ani tokko) fi Yohannis 1:1
Waaqatu Yesuus geeddarame jechuu keessan moo akka sabaa, yaadaan, ilaalchaan, amalaan, maatii
dhiheeffatuuf deebii quubsaa
Yesuusituu Waaqatti jijjiirame jechuu keessan? qarqaaruun, hirmaannaa hojiitii fi kan kana
Nama sammuu nagahaa Ragaan muraasnuu ni fakkaatniin tokko tahuu Muldhisa garuu anaa fi
Yoo Yesuusituu Waaqa ta‟e kan jettan taate, gaha, mee dubbii Wangeela Yohannis 14:28, haati manaa tiyya wol qixa yoo jedhe immoo
Waaqni duraan Yesuus uume hoo maal ta‟ee? dubbii 1 Qorontos 11:3 wojjiin haa dubbisnuu qaamaan, dheerinnaan, Sadarkaa barumsaatiin fi
kootta:- kan kana fakkaatuun tahuu muldhisa garuu haala
Qabxiin ijoon namuu beekuu qabu, Waaqni kamuu keessatti anaa fi haati manaa tiyya wolitti
dhugaa, kan waaqeffatamutti haqa godhatu, isa Yohannis 14:28" 'Amma nan adeema deebi'ees ida‟amnee nama tokkotti deebinee hin kennu.
uumaa hundaa uume Yesuusiinille dabalate jechu, isin bira nan dhufa' akkan isiniin jedhe Kanaafuu Anaa fi Waaqni tokko jechuun Yesuus,
mootii mootummaan isaa jalqabaa fi xumurallee dhageessaniittu; utuu na jaallattu taatanii, waanan Yesuusii fi Waaqni wolitti ida‟amanii qaama
hin qabne, kan hin duune, isa wonti tokkoo hin gara abbaa dhaquuf in gammaddu turtan, abbaan tokko ta‟uu jechuu osoo hin taane, Kaayyoon
argin, Waaqa 3 hin taane tokkicha Yeroo hundaa na caala'o, "የዮሐንስ ወንጌሌ 14:28 እኔ እሄዲሇሁ ወዯ Yesuus hojjataa turee fi kaayyoon Waaqni
kophaa isaa jiraatu, kan yoomuu hin geeddaramne እናንተም እመጣሇሁ እንዲሌኋችሁ ሰማችሁ። የምትወደኝስ Yesuusiin ergateef tokkoo. Hojiin Yesuus hojjatu
kan Yesuusiille Waaqeffataa ture santuu Waaqa ብትሆኑ ከእኔ አብ ይበሌጣሌና ወዯ አብ በመሄዳ ዯስ ባሊችሁ kamuu kanuma Waaqni isa ajaje malee kan fedhii
dhugaa kan yoomuu hin jijjiramne. ነበር። Yesuusiin dhuftee mitii jechuu mirkaneessa.
Gariin namaa Yesuus Waaqeffataa turuu 1 Qorontos 11:3" Amma immoo Kristos mataa 2ffaa- Ragaan 1 Qorontos 11:3 immoo wonti
mormuun ni mala mee ragaawwan asii gadii haa warra dhiiraa, abbaan manaa mataa haadha mirkaneessu, Akkuma mataan haadha manaa
xiinxallinuu:- manaa, Waaqayyo mataa Kristos ta'uu isaa, abbaa manaa ta‟e (abbaan manaa hogganaa
25 26 27

haadha manaa ta‟uu jechuu), mataan worrota ይጸሌይ ዘንዴ ወዯ ተራራ ወጣ፥ ላሉቱንም ሁለ ወዯ amanu qabaa? Ee Waaqa tokkotti amana waan
dhiiraa Yesuus ta‟e (Yesuus hooganaa ummata እግዚአብሔር ሲጸሌይ አዯረ። taateef. Yesuus waan waaqeffataa ture qabaa? Ee
itti ergamee san jechu) akkuma san mataan Waaqa tokkicha isa uume kadhataa(sagadaafii)
Yesuus immoo Waaqa. (Yesuus Waaqaa mitii, Hedduun namaa hiika Amantii jedhuu hin beeku. ture waan taateef. Kanaafuu Yesuus amantii
Waaqa isa ergatetuu kan isaa olii, kan isa uumee Mee dursa Amantii (Religion) jechuu fi Iimaana qabaa? Ee shakkii tokko malee ni qaba. Maqaan
isa ajaju, waan fedhe isa godhuu danda‟utu jira) (Faith) jechuun hiikni isaanii maali? Amantii Yesuus hordofaa turee hoo maal jedhama
jechuu muldhisa. Akkuma seeraa herreegaa 1 ffaa- Religion: The English word "religion" is laata? Amantii Yesuus Kiristaanaa yoo jedhame
keessatti (A<B<C yoo jedhame, B=C jechuun derived from the Middle English "religioun" danda‟amaa? Amantiin Abraham (Ibraahim)
sirrii hin taane, Waaqa fi Yesuus wol qixa which came from the Old French "religion." It Kiristaana yoo jedhame danda‟amaa? Kiristaana
jechuunille dogongora sammuun nama fayyaa may have been originally derived from the Latin jechuun maal jechu? Amantiin Kiristaanaa yoom
qabuu hin fudhanne jechu. word "religo" which means "good faith," "ritual," eegalame? Deebiin gaafiiwwan kanaa akka
armaan gadiitti dhihaata:-
Kutaa 10ffaa Oxford dictionaries: Religion:
1ffaa- 'Kiristaan' jechi jedhu:. jecha maal jedhamu
Namni kan jiruu bara baraa argatuun 1- The belief in and worship of a superhuman irraa mogaafame?
maaliin? controlling power, especially a personal God or
gods. Answer Christian ➡ drives from the #Greek
Yaaqoob 2:17 " Amantiinis akkasuma, hojii #word '#Christos' (Oxford Dictionary )
gaariidhaan hinargisiifamu yoo ta'e, inni ofii The Free Dictionary Religion:1- The belief in
isaatii du'aadha." የያዕቆብ መሌእክት 2:17 እንዯዚሁም and reverence for a supernatural power or Hiikkaan isaa Kiristaana ➡ jecha Griik,
ሥራ የላሇው እምነት ቢኖር በራሱ የሞተ ነው:: powers, regarded as creating and governing the 'Kiristoos' jedhamu irraa kan mogaafameedha .
universe:
Yaaqoob 2:26 " Akkuma dhagni hafuurri keessaa . Hiikni 'Kiristaan' jechuu hoo maal jechu?
#ba'e, du'aa ta'e akkasuma #amantiin #hojii 2�ffaa- Faith Hiikni isaa maali?
Answer The word "Chritstain" literally means,
#gaarii #hinargisiifne #du'aa dha." የያዕቆብ መሌእክት belonging to the party of Christ or a followers of
In English Faith = religion/religious faith
2:26 ከነፍስ የተሇየ #ሥጋ #የሞተ እንዯ ሆነ እንዱሁ ዯግሞ Christ . ( www.gotquestions.org)
#ከሥራ የተሇየ #እምነት #የሞተ ነው። Faith ➡� is a strong belief in a supernatural
power that control human destiny . Hiikkaan Isaa Jechi "Kiristaana" jedhu, jecha
Amantiin Yesuus maal ture? Ka Abraahamiitii fi jechaan yoo ibsamu, Woldaa Kirstiitii ( Yesuus
kan Muusee hoo? Amantiin kee amantii sirrii kan አማርኛ = ሀይማኖት / እምናት Kirstoosii) miseensa ta'u. Yookaa ammoo
Waaqaa ta‟uu ragaan kee maali? Hordoftoota Kiristii ( Yesus Kiristoosi) jechu.
Oromiffaan Amantii / Amanuu,Dhugeefachuu,
Namoonni tokko tokko Yesuus amantii hin qabu Abdii / Abdatu 2ffaa- 'Kiristaana' maqaan jedhu maqaa eennuu
Yeroo jedhan dhageenna, mee dhugama Yesuus mogaase?
eega amantii hin qabaanne maaf Waaqaa halkan Qabxiin ijoon nuti asi irraa hubannu namni tokko
guutuu sagadaa (kadhataa) bula? Amantii hin qabu kan jechuu dandeennu, yoo Answer Followers of Jesus Christ were first
namni sun waan itti amanuu fi waan waaqeffatu called "Christians" in Antioch ( Acts 11:26 )
Luqaas 6:12 " Yeroo sanatti Yesus gara gaaraatti hin qabne qofa. Hubadhaa nama waan tokkottuu because their behavior , activity and speech were
ol ba'ee, achitti halkan guutuu Waaqayyoon hin amannee fi homa tokkoo hin waaqeffannetuu like Christ. ( www.gotquestions.org )
kadhachaa bule.” የለቃስ ወንጌሌ 6:12 በነዚህም ወራት amantii hin qabu jedhama. Yesuus waan itti
28 29 30

Hiikni isaas Hordoftoota Yesuus Kiristoositu, Kana jechuun, Kiristaanummaan Amantii Waaqni Namni Amantii Islaamummaatiin ala Amantii
yeroo jalqabaatiif Anxokiyaa keessatti Kiristaana yookaa Yesuus mogaase yookaa filate yookaa biroo barbaadu yookaa hordofu hundi guyyaa
jedhamanii waamamanii. jaalate osoo hin taane, moggaasa yeroo boruu worra hoongoo akka ta‟e beektuu?
jalqabaatiif Anxokiyaa keessatti (Worroonni
Eennuun? Waaqaan moo? Miti Yesuuusiin moo ? Yahuudotaa) namoonni Hordoftoota Yesuus Surah Al-Imran verses: 85 (3:85) Namni
Miti Ajaja Yesuusi Maqaa Kirstaanummaan jedhamanii yaadaman waamanii fi namoonni Islaamaa aan alatti amantii barbaade isarraa hin
mogaafadhaa jedheef moo? Miti Maaf ree? Gara garaa woliin jedhan qofa ta'uu ragaa qeebalamu Aakiraattis inni warra hoonga‟an
hayyoota gara garaa irraa argannee fi Baayibilii irraayi.
Sababa amalli yookaan haalli jaraa, hojiin keessa arganne ibsa.
yookaan sochiin yookaan dalaggaan jaraa,, ከኢስሊም ላሊ ሃይማኖትን የሚፈሌግ ሰው ፈጽሞ ከርሱ ተቀባይ
haasofni yookaan dubbiin/qaaqni jaraa Kanaafuu Kiristaanummaan Amantii Waaqni የሇውም፡፡ እርሱም በመጨረሻይቱ ዓሇም ከከሳሪዎቹ ነው፡፡
filate yookaa jaalate yookaa Amanti Waaqni ilma Kanaafuu, Namni guyyaa boruu hoongahuu hin
Kiristoos(Yesuus Kiristoosi ) fakkaatuuf jedhanii namaa irratti uume akka hin taane #hubanna
(worroonni Yahuudaa) Kiristaanummaa jechu. barbaanne Yeroon gara Amantii Rabbiin filate
mogaasaniif. (Islaamaa) koottaa.Sirrii mitii dubbiin kun yoo ka
Amantiin Rabbiin filate yookaa jaalate, jettan taate, ragaa wojji mee Amantiin Rabbiin
↪ Ragaan isaa Baayibilii keessaa eddoo meeqatti Amantii tami beektuu? filate ta beektan (Islaamumman ala) ragaa wojji
argama? nuuf himaa dandeettu?
Namni kamuu Amantiin inni hordofu sun amantii
Hojii Ergamootaa 11:26 Yeroo isa argatettis, sirriiti/dhugaa, Amantii Waaqaati/Rabbiiti, Malaan yoo dubbattan malee ragaan gonkumaa
gara Anxokiyaatti isa fide; waggaa sana guutuu Amantii Caaltu jechuu yaada yookaa amana. dubbachuu hin dandeettan. Malaan deemuun
waldaa sanaa wajjin wal arganii, namoota danuu Garuu wonti nama dinqisiisu tokko, Amantii hara‟aaf bareedaa fakkeessee sheeyxanni nama
barsiisaa turan. Bartoonni jalqaba duraa Islaamaa malee amantiin ragaa qabdu takkallee sobaa jira malee , guyyaa boodaatiif akka
Anxokiyaatti Kristiyaanota jedhamanii hin jirtu. hoongoo taate namni sammuun fayyaa ni beeka.
waamaman.
Islaamummaan Amantii Rabbiin filate/jaalate Islaamummaan amantii Nabiyyootaa kan akka
HUBACHIISA ta‟uu yoo beekuu feetan, Surah Al-Ma‟idah Nabi Ibraahim ta‟uu yoo beekuu feetan

Moggaasni maqaa Kiristaanummaa, Waaqaan suuraa 5, verses: 3 (5:3) dubbisa “Amantii Suuraa 3:67 Ibraahiim yahuudas kiristaanas hin
yookaa Yesuusiin osoo hin taane, Hordoftoota keessan har'a isiniif guuteera, ni‟imaawwan taaneGaruu inni Muslima qajeelaa ture Inni
Yesuus jedhamee Namoota yaadamuun, kiyyas isin irratti guuteera Amantiis Islaama
mushrikoota irraas hin taane. ሱረቱ አሉ-ዒምራን - 67
Anxokiyaa keessatti yeroo jalqabaatiif isiniif jaaladheera.” ኢብራሂም #ይሁዲዊም #ክርስቲያንም አሌነበረም፡፡ ግን ወዯ
mogaafame. ዛሬ ሃይማኖታችሁን ሇናንተ ሞሊሁሊችሁ፡፡ ጸጋዬንም በናንተ ሊይ ቀጥተኛው ሃይማኖት የተዘነበሇ #ሙስሉም ነበረ፡፡ ከአጋሪዎችም
ፈጸምኩ፡፡ ሇእናንተም ኢስሊምን ከሃይማኖት በኩሌ ወዯዴኩ፡፡ አሌነበረም፡፡
Ragaan moggaasa isaallee eddoo tokko qofatti
argama, sunisi Hojii ergamtootaa 11:26 yoo ta'u Namni Islaamummaan ala Amantiin Akkuma wolii galaatti, ilma namaa kamuu gara
Jechi Kiristaana jedhu Kakuu haaraa (New Rabbii/Waaqni filate/jaalate ni jira jedhee ragaan amantii Rabbiin filate, amantii Nabiyyootaa taate
Testament ) keessatti eddoo 3 qofatti argama. dubbatu ni jiraa? ( amantii Yesuus, amantii Abraaham) amantii
SUNIS↪ Hojii ergamtootaa 11:26, Hojii dhugaa koottaan affeerraa keenna.
ergamtootaa 26:28, Phexiros Isa Duraa 4:16 Mee Ragaa qabatamaa tokko namni qabdan
Keessatti qofa dubbatame. jirtuu? Yoomuu hin argamu jechuudha. Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
By: XR

You might also like