You are on page 1of 9

Dub-debii hordoffi fi deeggarsa kurmaana tokkooffaa bara 2013 ilaala

( 1)--KUTAA ANC,PNC,DELIVERY
Ciminaa

 Councel on Danger sign.


 Raawwiin da’umsa haala gaarrii irra jiraachu isaa(96.6%).
 “Monitoring Chart” jiraachu isa
 Hojjattoonii kutaa da’umsaa uffata seeraa kaawwachu isaani.
 Vit K daa’imman dhalatan hundaaf keennamaa jiraachu isa
 Raawwii isaani ji’a ji’aan hordofaa jiraachi isaani.
 Haala simannaa dhukkubsattotaaf godhamu gaarii ta’u isaa.
 Galmee fi haaftee gabaasaa isaanii haala gaariin jiraachu isaa.
 Karoora Bara kana Baafachu isaani

Haanqiinota kutaa ANC,PNC,DELIVERY


 Qoranno dhigaa Abbaa warraa(Partner test)gadii bu’a ta’u isaa()
 Konfaransii dubartoota sadarkaa qaxanaatittii gaggeefamu laafaa ta’u isa
 “Delivery bed” gahaa jirachu dhabu
 Sarara bishani kutaa ANC keessa hojjachaa kan hinjirre ta’u isa.
 Ultra sound Machinin yeroo hordoffi godhamu hojjacha kan hinjirre ta’u isa
 Hgb kan hinjirre ta’u isaa

2.. Kutaa Qusanno Maatii(FP)


Cimminni kutaa kana jiru

 Karoora Fi raawwii isaani haalaan hordofaa jiraachu isaani.


 Karoora fi raawwii hojii ji’a ji’aan Hordofaa jiraachu isaani
 HIV Screening is done
 ‘’Wall chart ‘’ Qopheefatani jiraachu isa
 Uffata seeraa fayyadamu isaani.

Haanqinaa Kutaa FP
 Meshaaleen qoranno dhigaa itiin godhamu jiraachu dhabu(BP Apparatus).
 Ittifayyadamaa Kondomii xiqaa ta’u isa.
 Tajaajilli qusanno maatii yeroo dheraa IUCD Gadii bu’a ta’u isaa(11.2%)
 ‘’TT ‘’Haala irra jiran adda baasu dhadhabu.
 Karoora sirrii ta’ee baafachu dhabu( LAFP fi all FP Accepter)
 Poor ekisteenshion feed back

3..Kutaa kusaa Qorichaa fi raabsaa qorichaa


Ciminni jiru(Kutaa kusaa qoricha)

 IFRR kutaalee hunduu haala sagantaatiin fayyadamaa jiraachu isaani


 BIN CARD fayyadamaa jiraachu isaani.
 Qorichotaa Tajaajila ala ta’aan adda baasuani jiraachu isaa
 Kutaan kun qillensii gahaa argachaa jiraachu isaa.
Haanqini jiru
 Koreen DTC Karoora haala VEN adda baafachu dhadhabu
 Qorichota Yeroo isaani Darban dafani maqsu dhabu.

4.. Kutaa EPI


Cimminni jiru
 Karoora fi raawwii isaani hordofaa jiraachu isaaani (posted on wall chart)
 All achievement of EPI are in good condition
 Haal qabinsa qorichaa gaarri ta’u isaa.
 Daa’imman talaalli adda kutan maqaan adda baasu fi gama ekisteenshinii fayyaa tin
akka hordofaman taasisaa jiraachu isaani.
 Haala qabinsaa galmee talaalli gaari ta’u isaa.

Haanqinota gama EPI.


 Daa’imman talaalli fudhatan galmee hordoffii guddina(growth monitoring) irratti
galmaa’u dhabu.
 Measle drop out rate ol gudda ta’u(39.2)
 TT NPW Raawwiin isa xiqqaa ta’u

5.. Kutaa Qoranno daa’immani


Ciminni

 Good Commitment
 ORT Corner
 Karoora hojii jiraachu isa

Haanqinni jiru

 IMNCI Fayyadamu irratti ciccitaa ta’u isa


 Galmeen jiran hundinu akkaataa gaafatamuun guttammaa kan hinjirree ta’u isaa
 Ol erginsa waa’ee haanqina nyaataa ekisteenshini fayyaatiin ergamu gadi anaa ta’u.
 Galmeen Daa’imman haanqina nyaataa itti galama’aan seraan hirdofamu dhabu
 Qoricha Zink waan hinjirreef fayyaadama hinjiran
 Bishaan haarka dhiqqannaa hojjataa kan hinjirree ta’u isa.
6.. Kutaa qoranno Ga’eesssota
Cimminni jiru
 Karooraa Fi raawwi hoji ji’a madaala deemaa jiraachu isaani
 ‘’Malaria Monitoring Chart’’ Torbaan torbaanin gutamaa jiraachu isa
 Summary sheet gutamaa jiraachu isa.

Haanqinni jiru
 ‘’HC treatment guide line ‘’ kan hinjirre ta’u isa
 Calalliin qoranno dhukkuba TB fi PIHCT irratti Positive yield bayya xiqaa ta’u isaa.
(10 /1265)
 No internal referral slip
7.. Kutaa Laaboraatorii
Ciminni jiru
 SOP Qabbachu isaani
 EQA Hojjatamaa jiraachu isa.(only TB)
 Qulqullina Galmee jiraachu isa.
 Uffata Seraa Fayyadamaa jiraachu isaani.
 ‘’Malaria guide line ‘’ jiraachu isa

Haanqinoota

 Meshaaleen qoranno haanqina dhigaa ittiin qoratamu(Hgb Test)kan hinjirre ta’u isaa.

8..Kutaa Daranyo sombaa


Ciminni jiru

 Raawwi isaani ji’a ji’aan madaalaa deemu isaani


 Karoora baafachu isaani
 Marii IP Ji’aa ji’aan jiraachu isa.
 Hordoffii dhukkubsatoota Tb gaarii ta’u isaa(DOTS)
 IRRF Fayyadamaa jiraachu isaani
 Cure rate fi treatment success rate 100% ta’u isaa.

Haanqinoota jiran

 Case detection rate gadi bu’a ta’u isaa.(52%)


 Shakkamaa Dhukkubsataa Tb gama Ekisteenshini fayyaatiin calalamu laafa ta’u
isaa(1)
 No height measurement
 Karorrii IP siraa’u qabaa.

9..Kutaa Kaardii
Ciminni jiru
 Komputaraan fayyadamaa jiraachu isaani
 Haalli taa’umsi kaardii (shelf arrangement) gaarii ta’u isaa.
Haanqinoota jiran

 Kutaan Triage Kan hin jirre Ta’u isa.


 Tracer Kaardii Bakka Fayyadamu qabnuttii fayyadamu dhabu.
 Kaardii Wagga Shani ol turan adda Baasu dhabu
 Saanduqaa MPI Fayyadamu dhabu.
10..Kutaa Yaala Arifachisa.
Ciminni jiru
 Karoora isaani haalan karoorfachu isaani.
Haanqiinota Jiran
 BP Apparatus Hojjachu dhabu.
 ‘’Suturing set.’’gahaa jiraachu dhabu
 Autoclave machine is not finctional
 Glucose 40% is not available
 No glove

11..Qulqullinaa nannoo
Cimminni jiru
 Placenta pit fi incinareetaraa Haala Gaarii ta’een jiraachu isaa.
 Qulquullinni moraa bufata fayyaa Haala Gaarrrin jiraachu isa.
Haanqiinota jiran
 Karoora IP Jiraachu dhabu
 Marii ji’a ji’aan gaggeessu dhabu.

12..Kutaa Humna Namaa


Cimminni jiru

 Ogessota leenjii fudhatan galmeen qophaa’ee galmaa’u isa


 To’aanno yeroo Hojjattota jIraachu isa.
 Hojjatootaaf Gahee fi dirqamaa isaanii Kennu fi kusaa faayilaa isanitti kaa’u
 Hojjataan sa’aa barfatee sa’aatii barfatee waliin galmeessani qabachu
Haanqinoota
 Karoorrii 1-5,garee,fi adda duree baafachu dhabu.
 Hojjatoota Raawwii Gaarii Galmeessaniif Onnachiftuu Keennu dhabu.
 Hojjatoonni Hundii eenyumma isaani ibsu(baajii) fayyadamaa kn hin jirre ta’u isaa.
 Saanduqaa Yaadaa Yeroo yeroon sakkataa’a deemu dhabu.

13..KUTAA HMIS
Cimminni jiru
 PMT Ji’a ji’aan marii gaggeessu isaani
 LQAS ji’a ji’aan hojjachu isaani
 Action plan qopheefachu

Haanqinni jiru
 PMT miseensii hundii bakka argamanittii marii gaggeessu dhabu.
 Kutaa hundaa keessaati deemudhaan Hojjattoonni galmee seraan fayyadamu
isaani hordofu dhabu.
 Ten Top Disease kan Adult fi Daa’immanii Baafachu dhabu.
 ‘’Log book for LQAS’’ jiraachu dhabu

14..Waa’ee Hojii Ekisteenshini fayyaa


Cimminni Jiru
 Karoora bara 2013 kan Ekisteenshini fayya baafachu isaani
 Sagantaan dirree kan ogeessota fayyaa baafachu isaani
Haanqinoota Jiran
 Duub- deebii hojjatoota ekisteenshini fayyaa tiif godhamu baayya laafaa ta’u isa.
 Calaalliin Shakkamaa TB Baayye laafaa Ta’u isaa
 Deeggarsii ogeessii fayyaa Bufata irra deeman haala Itti fufiinsaan deemu dhabu.
 Maatii adda duree ebbisisu laafaa ta’u.

Kallatti Fulduraa
1- Kutaa MCH
 Kutaa Da’umsaa akkasumaas Tajaajila Da’umsaan Boda Irratti Abbaa Warraa
Dubartoota Da’an Qoranno dhigaa Akka Taasisan haala mijeessu
 Dubartoota Qoranno dhigaa Gaggeessani HIV irratti argamee gara ART link
godhamani UNIQUE ART NO isaani galmee irratti akka galamaa’an taasisu
 Raawwii da’umsa amma jiru kana akka gadi hin bunee ciimsani hojjachu
 Konfaransii dubartoota ulfaa sadarkaa qaxana fi Ganda Irra abbummadhaan kutaan
MCH hordofee akka gaggeefamu haala mijeessu
 Meshaaleen dhibaa dhigaa(BP APPARATUS) Kutaa Hundaa Keessatti Akka Jiraatu
Mgt akka Bitamu gochu
 Raawii EPI Haala gaarii irra kan jiru kana ammas ittifufinsaan akka hojjatamu haala
mijeessu.
2. Kutaa OPD
 Internal slip qopheefachu
 Calallin dhukkuba Daranyo somba( TB) godhamu irratti dhukkubsataan hundu
Mallatto TB jiraachu isa dursani gaafachu di sakkataa’aa deemu.
 Namoota Gara Hospitaalatti Ol ergaman Galmee reefaraalii irratti galma’anii ergu
akkasumaas Duub –deebii isaani hordofu.
 Meeshaaleen Yaala Arifachisaaf olan kutaa Yaala Arifachisa Keessatti yerro hundaa
akka jiraatan haala mijeessu

3. Kutaa Qorichaa
 Koree DTC marii ji’a ji’aan akka gaggeessu .
 Qorichonnii akaataa VEN adda baafachu
 Inventorii qorichaa kurmanaan taasisu

4...Maanaajimantii ilaalchise
 Tokko shanee bufata fayyaa ciimsu akkasumaas RDMD Ganda irra jiru hordofu
 Koreen Hoggansaa Bufata fayyaa Kurmaana kurmanaan marii akka gaggeefamu
haala mijeessu
 Gamaaggama hojii ekisteenshini fayya waliin ji’a ji’aan gaggeessu.
 Dub- deebii Hojii Hojjatoota ekistnshini fayyaa,hojjataa kutaa adda adda irra
hojjataniif keennu.
 Raayyaa Fayyaa Ciimsudhaan Ji’a ji’aan Adda duree Baasu Fi beekkamtii Keennu
 Korewwaan adaa addaa jiran lafa qabsisu,(koree PMT,IP,RRT)
 Hojjattoonni waardiyaa Sa’attii hojii Mottumaa (sa’aa 24)dallaa bufata fayyaa
keessatti argamu akka qaban hordoffii cimaa taasisu.

5-Hojii ekisteenshini fayyaa


 Ramaddii ogeesota deegarsaaf bahaan gaggeessu fi xalayaadhaan beeksisu
 Cheklistii bifa qindaa’een Qophessu
 Dub-debii ekistenshinitiif yeroo isa eggatee keennu
 Horannaa Maatii adda duree irattii bara kana ebbisisuff xiyyeefanna keennu
 Konfaransii dubartoota ulfaa sadarkaa qaxanaatti ji’a ji’an gaggeessu
6-Invayronmental sanitation
 Placenta pit haaraa ijaarsisuu
 Incineretera seeraan fayyadamu
 Koree infection prevention hojitti galchu

Lakk________________

Guyyaa______________

Bufata Fayaa DambalitiiF

Baatu

Dhimmii- Dub-deebii hordoffi fi deggarsa Kurmaana 1ffaa Bara 2013


isinnif ergu ilaala.
Akkuma Mata duree Irratti Xuqamuuf Yaalameetti Hordoffi fi Deeggarsa
qindaa’aa expartoota waajjira keenyaatiin Kan kurmaana 1ffaa bara 2013 bufata
keessanitti gaggeefamee jiraachuun isaa ni yaadatamaa.

Haaluma kanaan bu’a Hordoofii fi deeggarsa raawwatamee kutaaleen adda


adaa keessati ilaalaman Haanqinoota fi ciminota akkasumaas Kalatti gara fulduraa
ibsu fuula ____ irratti gunnee waan isiiniif ergineef gama keessaniin bakka
haanqinoonni jiran ilaaludhaan gara fulduraatiif akka sirreessitan kabajaan isiin
beeksiifnaa.

Nagaa Wajjin

You might also like