You are on page 1of 2

Markaza Al Hikmaa

a day ago
·
Maqaan isaa Afaan Arbaatiin (Daaru fulfil ykn daarusiin jedhama..
Bu'aan isaa Lakkaawamee hin dhumu .
1_Daakuun isaa Giraamni 25 Damma kiiloo walakkaa wajjin walitti makame yoo Nyaatame dhukkuba
Onnee Ni Fayyisaa
2_Annan wajjin walitti makame Danfee yoo dhugame Qufaa sababa Onneetiif Nama Qabu Guutummaan
guutuutti Ni Fayyisaa
3_Dhukkuboota Tiruu Gosa hundaaf dawaadha
4_shaayiin isaa Qufaa Daqiiqaa 5 Gidduutti Sirraa Dhaaba.
5_Dandeetti Sammuu Ni Dabala.
6_Dhibee Gaggabdoo Kan Sababa Onneetiif Nama Qabu Ni Fayyisa.
7_dhibee Rimootiiziimii ni Fayyada
8_Fayyaa Sombaa Ni Dabala
9_Dhibee Asmiitiif Baayyee gaariidha
10_Mataa Bowwuu yeroo Qorraa Namatti Ka'uuf dawaadha.
11_Dhukkuba Ikaanii Sababa Qorraa Namatti Ka'uuf dawaadha.
12_Qilleensa Garaa keessa Guutee Nama jeequ Gadi yaasee Boqonnaa Namaaf Kenna
13_Jarmiiwwan garaacha Miidhan Ni Ajjeesa.
14_Baakteeriyaa Garaachaa Ni Fayyisa.
15_Humna Namaa Ni Dabala
16_Dandeetti Wal Qunnamtii saalaa Sirriitti Ol Guddisa.
17_Kalee ni jabeessa
18_Nama Ooksijiinii qaama isaa keessatti Dadhabeef Baayyee Bu'aa Qabaa
__________
Haalli itti fayyadama isaa Nama hin dhibuu Yoo Feete Akka Shaayiitti Danfistee dhuguu Ni dandeeasaa
garuu Guyyaa 7 Ol itti hin fayyadamin
Mana Qoricha Aadaa keessatti Argama
Bitadhuu itti fayyadamii share godhaa obboleeysaf gaarii yaadi.

You might also like