You are on page 1of 55

Karoora Raawwii Qorumsa Naannoofi Biyyoolessaa Bara 2012

Biiroo Barnoota Oromiyaa

Sadaasa,2013
Adaamaa

1
Qabiiyyee:

Seensa;
Kaayyoo;

Haala Waliigalaa;
Bulchiinsa Qormaataa;

Dhimmamtoota Bulchiinsa Qormaataa;


Gurmaa’ina ‘Task force’ sad, Naannoo Hanga Mana
Barumsaa;
2
Qabiiyyee…

 Ga’ee Hojii ‘task Force’ Sadarkaan Jiruu;


 Ga’ee Hojii Qaama Nageenyaa;
 Pirotokolii COVID-19;

 Sagantaa Bulchiinsa Qormaataa;


 Odeeffannoo Qormaata Kutaa 8ffaa;
 Sagantaa Bul. Qormaata Kutaa 8ffaa;

3
Qabiiyyee…

 Odeeffannoo Qormaata Kutaa 12ffaa;

 Qophii Qormaata Kutaa 12ffaaf Taasifamuu Qabu;

 Xumura.

4
Seensa

 Hojii barnootaa keessaa xiyyeeffannaa


ol’aanaa kan barbaadu qorumsadha.

 Hojiin bulchiinsa qormumsaa yeroo qophii


irraa kaasee hanga sororsamee deebi’utti
hojii of eeggannoo cimaafi hirmaannaa
dhimmamtootaa barbaadudha.
5
Seensa…

 Kanaaf dhimmamtoota hojii kana keessatti


ga’ee murtessaa ta’e qaban waliin mariyachuun
waliigaltee uumuun hojiitti galuun milkaa’ina
raawwii isaaf gumaacha guddaa waan qabuuf
waltajjiin kun qophaa’eera.

 Karoorri kenna qorumsa Naannoofi


Biyyoolessaa gabaabaan akka itti aanutti
qophaa’ee dhiyaateera.
6
Kaayyoo:

 Bulchiinsa Qorumsa naannoofi biyyaalessaa


haqa qabeessa ta’e , nageenya qabu, dambii
qormaataa eeggateefi baasii qusatu
gaggeessuudha.

7
Haala Waliigalaa:
Carraan Gaarii jiru:
 Mootummaan dhimma barnootaaf yeroo
kamiyyuu caalaa xiyyeeffannoo kennaa jiraachuu;

 Rakkoo barnoota naannoo keenyaa hiikuuf karaa


baratmeen ala yaadoota haaraa maddisiisuun,
dhimmoota qulqullina barnootaaf hudhaa ta’an
irratti hawaasa, abbootii qabeenyaafi dhaabbilee
mootummaafi miti mootumaa hiriirsuu karoora
ganna tokoon galteewwan hojii barnootaa
jajjaboo horatamuu danda’uu;
8
Haala Waliigalaa…

Carraan Gaarii…
 Ilaalchi barattoonni keenya hirkattumaa irraa
bilisa ta’anii of danda’anii baratanii dorgomoo
ta’uu qabu jedhu iddoo argataa dhufuu;

 Haalli qabatamaa amma irra geenyne


nageenyaan hojii bulchiinsa qorumsaafi
walumaagala hojii barnoota milkeessuu
keessatti abdii kan namatti horu ta’uu;
9
Haala Waliigalaa…

Carraan Gaarii…
 Humni raawwachiisummaa qormaataa yeroo
yeroon fooyya’aa dhufuu isaa;

 Bulchiinsa qorumsaa teknolojiin deggrame


si’ataafi baasiifi dhamaatii salphisuu danda’u
eegaluuf imala jalqabuu keenyaafi kkf jijjiirama
keessa jiraachuu;

10
Haala Waliigalaa…

Yaaddoowwan Jiran:
 COVID-19 keessatti qormaata gageessuun keenya;

 Nageenyaan walqabatee amma illee iddoowwan of


eeggannoo addaa barbaadan jiraachuu;

 Imala qorumsa teknolojiin deggaruuf taasifamurratti


rincicini qunnamuu kan danda’u ta’uu;

11
Rakkoolee Bulchiinsa Qorumsaa
Keessatti Mul’ataa Turan:
 Nama birootiif qoramuu yaaluu;
 Balbala ykn Fooddaan alaa seenanii qorumsa hatuu
yaaluu;

 Mobaayilii fi kkf tti fayyadamanii qorumsa hojjachuu


yaaluu;

 Mobaayilii tokkoon oli qabatanii dogoggorsuu;


 Deebii sobaa gurguruu fi goyyoomsuu;
12
RakkooleeBulchiinsa Qorumsaa
Keessatti Mul’ataa Turan…

 Qaama ofiirratti formullaa garaagaraa


barreessanii galuu;
 Raawwachiistota qormaataa sodaachisuu ykn
faayidaan qabuuf yaaluu;

 Barattoota ciccimoo doorsisuun hatuu;


 Waraqaa deebii humnaan fudhachuu yaaluu;
 Qortoota doorsisuu fi kkf
13
Bulchiinsa Qormaataa:

 Hojiin bulchiinsa qormaataa hojii qindoominaan


hojjetamudha.

 Kanaaf jecha gurmaa’inni sadarkaa Federaalaa


hanga mana barumsaatti ittiin hogganamu
Qajeelfamaan deggeramee ittiin hojjetamaa tureera.

 Qajeelfamni kunis haala qabatamaa jiruun akkaataa


walsimuu danda’uun bara 2012tti fooyya’ee hojjiirra
akka oolchinu nu qaqqabee jira.
14
Bulchiinsa Qormaataa…

 Bu’uura qajeelfama bulchiinsa qormaataa


lakk01/2012n:
 nageenyi qormaataa eegamee;
 sirriitti akka hogganamu;
 bu’a qabeessa akka ta’u;
 of eeggannoo ol’aanaan;
 hojimaata gurmaa’een
 dhimmamtoota hirmaachisuun
 hojiin bulchiinsa qormaataa niraawwatama.
15
Dhimmamtoota Bulchinsa Qormaataa:

 Dhimmamttota bulchiinsa qormaataa keessatti


ga’ee hojii murteessaa ta’e qabaniin ‘Taask
Forsiin’ Bulchiinsa Qormaata sadarkaa:
 Federaalaaa
 Naannoo
 Godina/Bul. Magaalaa
 Aanaafi
 Mana Barumsaatti ni hundeeffama.
16
Gurmaa’ina ‘Task Force’ Sad.
Naannoo:

 I/Pirezidaantii BMNOfi Q/K/Hwaasummaa W/ qabaa


 Hog. BBO I/A/w/Q
 Hog. Bulchinsaafi Nageenyaa…miseensa

 Komishinara K/Pooliisii …miseensa


 Dura Ta’aa Waldaa Barsiistootaa….miseensa
 Daariktera Madaallii Barnootaafi Bul, Qorumsaa
BBO…Barressaa.
17
Gurmaa’ina ‘Task Force’ Sad.
Godinaa/Bul. Magaalaa:

 I/A/ B/Godinaa/ I/A/ Kantiibaa Mag. W/Q


 Hog. W/ Bar. Godina/Bul/Mag. I/A/w/Q
 Hog. W/ Bulchinsaafi Nageenyaa
Godinaa/Bul/Mag.. Miseensa
 Ajajaa Pooliisii Godinaa/Bul/Magaalaa ..Miseensa
 D/T/ Waldaa Barsiistootaa Godinaa/ Bul. Mag …
Miseensa
 A/A/H/ M/Barnootaafi Bulchiinsa
Q/Godinaa/Bul/Mag…Barressaa.
18
Gurmaa’ina ‘Task Force’ Sad. Aanaa:

 I/Aanaa B/ Aanaa Waltti qabaa


 Hog. Waajjira Bar. Aanaa I/A/w/Q
 Hog. Waajjira Bulchinsaafi Nageenyaa Aanaa...
Miseensa
 Ajajaa Pooliisii Aanaa ………Miseensa
 D/T/ Waldaa Barsiistootaa Aanaa.. Miseensa
 Abbaa A/H/Qorumsaafi Madaallii Barnootaa
Aanaa…Barressaa.
19
Gurmaa’ina ‘Task Force’ Sad. Mana
Barumsaa:

 Dura Ta’aa Boordii Barnootaaf Leenjii MB. W/Qabaa


 Dura bu’aa Mana barumsaa ……I/A/Walitti qabaa
 Bakka bu’aa Buufata poolisii Gandaa….Miseensa
 Dura Ta’aa GMB mana barumsichaa.. Miseensa
 Dura Ta’aa Waldaa barsiisotaa Bu’uura MB….
Miseensa
 Bakka Bu’aa Koree Qormaataa MB….Barreessaa
20
Ga’ee Hojii ‘Task Force’ Sadarkaan
jiruu:
 Karoora qaama ol’aana bu’uura godhachuun
Karoora bulchiinsa qormaataa kutaa 8ffaafi 12ffaa
qopheessuu;

 Humni namaa hojii bulchiinsa qorumsaaf


barbaachisu filatamuu, oriyenteshiniin kennamuufi
hojiitti galuu hordofuu, deggaruufi
mirkaneeffachuu;

21
Ga’ee Hojii ‘Task Force’ Sadarkaan
jiruu…
 Qormaataaf waantonni barbaachisoo ta’an
guutamuu mirkaneessuu;

 Daree qormaataa keessatti teessuma barattota 40


keessumeessuu danda’u qopheessuu;

 Qophiin qormaataaf tasifamuu qabu hundi


xumuramuu isaa; keessumaa haalonni qormaata
teeknolojii kennuuf dandeessisan guutamuu isaanii
mirkaneeffachuu ; 22
Ga’ee Hojii ‘Task Force’ Sadarkaan
jiruu…

 Qrmaatnifi meeshaaleen qormaataaf barbaachisan,


teknolojiiwwan garaa garaa nageenyi isaanii eegamee akka
MB / buufata qaqqaban taasisuu;

 Qorumsaafi meshaaleen qorunsaaf barbaachisan MBf /


buufata qormaataaf qoodamuufi nagaan qaqqabuu isaa
mirkaneeffachuu;

 MB/ Buufta qorumsaa tokkoo tokkoo isaa keessatti


qormaatni karaa haqa qabeessa ta’eefi tasgabbiifi nageenya
qabuun gaggeefamuu mirkaneeffachuu;
23
Ga’ee Hojii ‘Task Force’ Sadarkaan
jiruu…
 Rakkoolee mudataniif saffisaan furmaata kennuu
adeemsi kenna qormaataa akka ittifufu gochuu;

 Konkolaattonni qormaata geejiban, waraqaa


deebiin qorumsaafi meeshaaleen qormaataaf
ergaman nagaan deebi’uu hordofuufi deggaruu;

 Walumaagala jalqabaa hanga xumuraatti raawwii


bulchiisa qormaataa kutaa 8ffaafi 12ffaa hordofuufi
deggaruu ta’a. 24
Ga’ee Hojii Qaama Nageenyaa:

 Qaaamni nageenyaa miseensa ‘Task Force’ta’uun


ga’ee hojii olitti ibsame kan qooddatu yoo ta’e
iyyuu, hojiin murteessaa qaama kamiifuu kennamuu
hindandeenye niqaba. Isaanis:

 Mana Barumsaa / Buufata qormaataatti argamuun


naamuusaafi nageenya qorumsaa kabachiisuu;

25
Ga’ee Hojii Qaama Nageenyaa…

 Iddoo qormaatni taa’u qulfiifi egumsa qabu


ammaan qopheessuu;

 Qormaatnis ta’e waraqaan deebii yeroo hunda


eegumsa akka qabaatu taasisuu;

 Mana barumsaa dursanii sakatta’uu;


 Guyyaa barumsaa barattoota sakatta’uu;
26
Ga’ee Hojii Qaama Nageenyaa…

 Barattoonni kutaa 8ffaa qubeessaa, haqxuu,


qartuu qubeessaafi sarartuun ala waan biraa
qabatanii akka hingalle gochuu;

 Qormaatni hanga kennamutti; Waraqaan deebii


hanga BBOtti geejibamutti buufata poolsiitti
akka eegamu gochuu;

27
Ga’ee Hojii Qaama Nageenyaa…

 Meshaalee qorumsaa hanga MB/ Buufata


qorumsaan ga’uufi gara BBOfi ejensii qorumsaatti
deebu’utti hojii tikaafi eegumsaa raawwachuu;

 Qaamni bulchiinsa qormaata keessatti qooda


hinqabne mooraa keessattis ta’a naannoo dallaa
MB. Ykn buufata qorumsaatti akka hinargamne
taasisuu;

28
Ga’ee Hojii Qaama Nageenyaa…

 Qorumsa geejibsiisuuf eegumsi tasifamu haala


idilaawaa ta’ee poolisii lamaan yoo ta’u, iddoowwan
rakkoon nageenyaa jirutti humna dabalataan ta’uu
qaba.

 Kanneen qormaata hataniifi kanaaf haala


mijeessanirratti qajeelfama irratti hundaa’uun
battalumatti tarkaanfii fudhachuu;
29
Pirotokolii COVID-19:

Dhimmootni yeroo qormaataa MB. fi Buufata


qorumsaa keessatti raawwatamuu qaban:
 Maaskii fayyadamuu;

 Iddoo harka dhiqannaa qopheessuun barattootaafi


iddoo kanatti argamuu kan qabu hundi qulqullina
harka isaanii akka eeggatan taasisuu;

30
Pirotokolii COVID-19…

 Dareen alattis ta’e keessatti fageenya isaanii akka


eeggatan taasisuu;

 Yoo danda’ame ho’ina sakatta’uu;

 Ogeessota fayyaan hubannoo uumuu;

 Kanneen shakkaman addatti akka qoraman/ turan


taasisuu;
31
Odeeffannoo Kutaa 8ffaa:

Kutaa 8ffaa:
Karoorri: Dhi.: 261,690 Dub: 206,523
Ida’ama 468,213

Raawwii :waraqaan seensaa 468,213


maxxanfame raabsame jira.

32
Odeeffannoo Kutaa 8ffaa…

Buufata Qorumsaa 8,920

Daree Qormaataa 11,706

Qoraa 11,706

Supparvaayizara 1,951
33
Sagantaa Bulchiinsa Qormaata Kutaa
8ffaa

1. Qormaata Mana Maxxansa ‘Birhnina selam’


fudhachuu …….. 23 -26/3/13:
Godina/ Bul, Magaalaa Guyyaa
Arsii, Asallaa, Adaamaa, Sh/ Bahaa, Jimmaa, 23/03/13
Mag Jimmaa, H/ Bahaa, H/Lixaa I/AB,
B/Baddallee, Q/Wal. W/Lixaa, Boorana, Gujiifi
G/ Lixaa.
W/Bahaa, Mag. Naqamtee, HGW, Sh/Lixaa, 24/3/13
Amboo, Baalee Bahaa,Baalee, Mag. Roobee,
HGW, Holotaa.

34
Sagantaa Bulchiinsa Qormaata Kutaa
8ffaa…

Godina/ Bul, Magaalaa Guyyaa


Baatuu, Arsii Lixaa, Shaashamannee, B/ 25/03/13
Gurraachaa, sh/ Kaabaa, Sulultaa, sh/ K/Lixaa,
Waliisoo, Sabbataa.

Bishooftuu, Moojoo, dukam Galaan 26/3/13


L/Xaafoo,GAONF, Buraayyuu, Fininnee.

35
Sagantaa Bulchiinsa Qormaata Kutaa
8ffaa…
Hojii Raawwatamu Yeroo
2. Waraqaa deebiirratti barattoota 23-25/03/13
shaakalsiisuu; oriyenteshinii kennuu

3. Qortoota kutaa 8ffaa filatamaniif 26/3/13


oriyentationii sad. Aaanaatti kennuu

4. Qormaata kutaa 8ffaa kennuu; 30/3/13 –


2/4/13
36
Sagantaa Bulchiinsa Qormaata Kutaa
8ffaa…
Hojii Raawwatamu Yeroo
5. Oriyenteeshinii sorortootaaf 02/4/13
kennuun waliigaltee uumuun ;
6. Qorumsa soroorsuu; 03-25/4/13

7. Manajimentiitti dhiyeessuun qabxii 26/4/13


darbiinsaa murteessuun ‘Online’
beeksisuu

37
Sagantaa Bulchiinsa Qormaata Kutaa
8ffaa…
Hojii Raawwatamu Yeroo
9. Hojii kaardii xumuruu; 26-
30/4/2013
10. Barumsi kutaa 9ffaa eegaluu; 28/4/2013
11. Godinaaleen kaardii akka fudhatan 01/5/2013
taasisuu; irraa
eegalee
Ramaddii baajetaa Aanaa irraa kan
ramaddamu ta’a.

38
Sagantaa W/Qormaataa Kutaa 8ffaa
BBOtti Deebi’u:

Guyyaa
Godina/ Bul, Magaalaa
Magaalota B/gurraachaa, Asallaa, Baatuu, 03/4/13
Bishooftuu, Moojoo, Amboo, Waliisoo,
Hoolota, sulultaa, L/ Xaafoo, Galaniifi Dukam

Magaalota Jimmaa, Naqamtee, Roobee, 04/4 /13


Shaashamannee, Adaamaa, Sabbataafi
Buraayyuu.

39
Sagantaa Qormaatni Kutaa 8ffaa BBOtti
Deebi’u…
Godina/ Bul, Magaalaa Guyyaa

Sh/Bahaa, HGW, Sh/Kaabaa, Sh/K/Lixaa, A/Lixaa 05/4/13


GAONF fi Mag Finfinnee.

Sh/Lixaa,IAB, B/Baddallee, H/Lixaa, W/Bahaa,


G/Lixaa, Baalee. 06/4/13

Jimmaa, Q/Wal, W/Lixaa, Arsii, H/Bahaa, Gujiifi 07/4/13


Boorana

40
Odeeffannoo Kutaa 12ffaa :

Kutaa 12ffaa:
 Qormaatni dheerachuu;

 Sagantaan fuula duratti kan ibsamu ta’ee


oriyenteshiniin kanuma ta’uu;

 Galmee hinxumuramne xumuruu;

41
Odeeffannoo Kutaa 12ffaa :

Kutaa 12ffaa…
 Diishiin visatii dhabbatuuf eegumsa taasisuu;

 Taabileetiin lakkoofsa barataan kan ergamu


waan ta’eef;

 Laab tooppii kutaa qorumsaa tokkoo tokkoof kan


ergamu waan ta’eef eegumsa cimaa taasisuu;

42
Odeeffannoo Kutaa 12ffaa :

Kutaa 12ffaa…
Karoora: Sagantaa Idileen Dhi:- 69,190 Dub:- 54,294

Ida’ama 123,484
 Dhuunfaan Dhi:-16,642 Dub:-12,558 Ida’ama 29,200
 Waliigala Dhi:- 102,879 Dub:76,749 Ida’ama
179,628.
Raawwii Ida’ama 134,786
(83.05%)
43
Odeeffannoo Kutaa 12ffaa ...

Kutaa 12ffaa…
 Hojii harka keenya jiru galmee qofadha.
 Rakkoon as keessatti mul’atu lama:

 Galmeen barattoota dhunfaa gadi aanaa ta’uu;


 Godinaalee shan keessatti xumuramuu dhabuu.

 Godinaalee: Q/Wallaggaa, W/Lixaa, HGW, G/Lixaafi


Sh/Lixaa
44
Odeeffannoo Kutaa 12ffaa…

Buufata Qormastaa 362


Qortoota 4,238
Supervaayizaroota 841

Qindeessitoota 362
Dubbistoota/qaroo
dhabeeyyii/ 94
45
Baayina Buufata Qormaataa Godinaalee
T/L Godinaalee Baay’ina
Buufataa
1 Arsii 26
2 A/Lixaa 14
3 Baalee 11
4 B/Bahaa 8
5 Boorana 11
6 GAONF 6
7 Gujii 16

46
Baayina Buufata Qormaataa Godinaalee
T/L Godinaalee Baay’ina
Buufataa
8 G/Lixaa 8
9 H/Bahaa 29
10 H/Lixaa 16
11 HGW 12
12 IAB 10
13 Jimmaa 16
14 Q/Wal 22

47
Baayina Buufata Qormaataa Godinaalee
T/L Godina Baay’ina
Buufataa
15 B/Baddallee 8
16 Sh/Bahaa 11
17 Sh/Lixaa 21
18 Sh/K/Lixaa 10
19 Sh/Kaabaa 14
20 W/Bahaa 20
21 W/Lxaa 24

48
Baayina Buufata Qormaataa Magaalotaa
T/L Godina Baay’ina
Buufataa
1 Adaamaa 4
2 Amboo 3
3 Asallaa 2
4 Bishooftuu 2
5 B/Gurraachaa 1
6 Buraayyuu 3
7 Baatuu 2

49
Baayina Buufata Qormaataa Magaalotaa
T/L Godina Baay’ina
Buufataa
8 Dukam 1
9 Jimmaa 4
10 L/Xaafoo 1
11 Mojoo 1
12 Naqamtee 5
13 Roobee 1
14 Galan 1

50
Baayina Buufata Qormaataa Magaalotaa

T/L Godina Baay’ina


Buufataa
15 Sulultaa 1
16 Shaashamanee 3
17 Holotaa 1
18 Sabbataa 2
19 Waliisoo 1

51
Qophii Qormaata 12ffaaf Taasifamuu
Qabu:
 Ibsaan Hydiroo Wiirtuu qormaataa hundarratti
akka jiraatu taasisuu;

 Yoo ibsaa hyidroo argachuun hindanda’amu ta’ee


Buufta qorumsaa dhiyoo jirutti akka qoraman
taasisuu;

 Istaaleeshinniin diishii wiirtuu qormaa irratta


akka hojjetamu haal mijeessuuu;
52
Qophii Qormaata 12ffaaf Taasifamuu
Qabu…
 Keessattuu hojii ‘sivil work’ abbummaan
sadarkaa buufata qoormaataatti raawwachuu;

 Daree barnootaa tokkoo tokkoo isaa keessatti


sokeetiifi divaayiddarri akka jiraatuu gochuu;

 Sagantaa fuula duratti ibsamuun barattoonni


‘taabileetii’ irratti akka shaakalan tasisuu.
 Ramaddiin baajetaa ejeensii qormaataa irraa ta’a.
53
Xumura:
 Dhimmamtoonni barnootaa waltajjii kana
irratti hirmaattan:
 hojii bulchiinsa qormaataa olitti ibsame
milkeessuu keessatti;
 ga’ee ol’aanaa waan qabdaniif;
 kana hubachuun egama lammii booriif
qopheessuu;
 gutummatti galam akka ga’u akka taasfitan
BBO tumsa keessan gaafata.

54
a a
u l
a B
r a
H o

55

You might also like