You are on page 1of 1

Fayyaa dahi!

Gad dirii buqqaasii


Akka deebiteenii fiille
Jajjabaa suuta deemii
Akka laafan sin jiille.
Gabaabaa hamma kaasaa
Dheera namuu irraan qaarsu
Hangamille dalagu
Hiyyeeysa waa namuu faarsuu.
Hoojjaan ammaantanaa
Hashara moo quxxiidha
Fayyaadahii hin dhageenyee
Abbaa guuza Boona moo tuffiidha
Mul'ata gubbaa yoo baate
Dabbal naannahu geenyee
Abbiyyo Abba guuza
Fayya dahii hin dhageenye!

You might also like