You are on page 1of 2

Yaada Furmaata

Hooggantootni, gareewwaan hojii waajjirichaa raawwaatan


maraaf xiyyeeffaannoo fi ilalchaa walfakkaata qabachuu fi haala
mijeessuun hojitti galchuu

Qabiyyee Bulchiinsa meeshaalee yaala irraattii


hubannoo gahaa dhabuu
Ogeessii bayoomedikaala akka partineera wayitti/ykn
akka waan systema motummaa keessaa jirutti ilalama
hin jiru.
Hojilee waajjira kana keessaatti hojjetaman deeggarsaa
fi hordoffii, madaallii gara garaa,akkasumas hojii duula
irraatti garee bayoomedikaala hirmaachisuu
dhabuu/akka waan hojjechuu hin dandeenyeetti
ilaluu(gareen kun garuu hojii itti kennamee eenyuma ol-
hojjeete dhufuuf gahumsas, dandeettis qaba fi Eenyumti
yoo bahee hojjeetu qajeelfama fudhaate malee, gita hojii
hundaa irraatti namni ramadame akka hin jirre
beekamadha.)
Gareewwaan hojiilee gurguddoo kan waajjiirri ittin
madalamu hojjetaan walin garee bayoomedikalaa ija
walqixan ilaalu dhabuu
Garee hojiin walitti nu hidhu waliin waldubbisuun qindoominaan
hojjechuu dadhabuu(yoo itti himnuu fayyidaa dhunfaa walin
walqabsisuu)
Gareewwaan wajjiira keenyaa keessaatti argaman martii garee
bayoomedikala malee qawwee xiyyiitii hin qabnee waliin
tokkoodha.(meeshaalee yaala malee tankanfii tokko ogessii
socho’u waan hin jirreef)
Yeroo hundaa hojii arifachiisa hojjeechuuf malee itti
karoorfannee hojii bahuun rakkoo haala mijachuu dhabuu irraa
kan ka’e hojjeechaa hin jirru.
Hojii Aanaa ykn hospitaala hojjeechuuf yoo feedhiin nu deegara
jedhuu dhufee konkoolata ergaa jennee deebisani nu deeggaru
malee deeggarsii barbachisuu garee kanan kennama hin
jiru,Aanaaf hospitallotni nu nuffaaniru.
Hojiif kaka’umsa addaa qabachuun geejjiba dhunfaan hojii
motummaa hojjeechuu/tajaajilli addaa citee, yoo hallii mijachuu
didee/

You might also like