You are on page 1of 3

Cheekliistii Karoora rakkoo keessoo mana hojii waliin walqabatuu(1)

Lak Rakkoolee adda bahan Sababa rakkoolee duuba jiru Qaama Yeroo itti hiikamu
k Rakkoo Rakkoo Rakkoo Rakkoo rakkicha Dheeraa G/G Gabaabaa
hooggansaa raawwataa hojimaataa gurmaa’insaa hiiku
1. Sanadoota Hojiif ✓ Abbootii ✓
Barbaachisan Hunda Adeemsaa
Qindeeessanii Harkaa fi
Qabaachuu Dhabuu Raawwataa.

2. Gamaaggama ✓ ✓ Qaamolee ✓
Raawwii Hojii lameen.
Torbeedhaan
Raawwachuu Dhabuu
3. Hojii Hunda Durgoon ✓ Hoggansa fi ✓
Raawwachuu Karoora.
Barbaaduu.

Cheekliistii Karoora rakkoo tajaajila ummataaf kallattiin kennamu waliin walqabatu(2)


Lak Rakkoolee adda Sababa rakkoolee duuba jiru Qaama Yeroo itti hiikamu
k bahan Rakkoo Rakkoo Rakkoo Rakkoo rakkicha Dheeraa G/G Gabaabaa
hooggansaa raawwataa hojimaataa gurmaa’insaa hiiku
4. Ciccitiinsa Viidiyoo ✓ Hoggansa ✓
Konfaransii fi
Raawwata
a
5. Fedhii ofummeessa ✓ Hoggansa ✓
tajaajilaa fi fi Mana
ammayyeessuuu sirna Maree
qabiinsa ragaalee bajata
fooyyee
qabu
ramaduun.
6. Ciccitiinsa tajaajila ✓ Hoggansa ✓
mosaajjii sirna fi Mana
gahumsa Maree
konkolaachistummaa. bajata
fooyyee
qabu
ramaduun.

Cheekliistii Rakkoolee Tajaajilaa keessoo mana hojii itti gabaafamu(3)


Lakk Rakkoolee Adda Bahan Rakkoolee Hiikaman (lakk/%) Yeroo itti hiikame
Dheeraa G/G Gabaabaa
1. Hanqina Sa’aatii Hojii Eeganii Galuu fi Hojjetaan 80% yeroo isaa eegee ✓
Bahuu seenee bahaa jira
2. Hanqina Sanadoota Hojii Guuttachuu %50 hojjataan fi kutaan hojii ✓
sanadoota hojii dhimma irratti
hojjatanii guuttachaa jiru.
3. Hanqina Gamaaggama Raawwii Hojii %40 Gamaaggama Raawwii Hojii ✓
Torbee Gaggeessuu Torbeedhaan Gaggeessaa Jiru.
4. Hojii Hundaaf Durgoo Gaafachuu Jijjiirama hiikkoo qabu fiduuf yeroo ✓
fudhata.

Cheekliistii Rakkoolee Tajaajilaa Tajaajilamaa waliin walqabatu itti gabaafamu(4)


Lakk Rakkoolee Adda Bahan Rakkoolee Hiikaman (lakk/%) Yeroo itti hiikame
Dheeraa G/G Gabaabaa
5. Ciccitiinsa Viidiyoo Konfaransii %50. Meeshaa dabalataa hojiirra ✓
oolchuudhaan fooyya’iinsi dhufeera.
6. Fedhii ofummeessa tajaajilaa fi %10. Ogeessota jiran hanga fiixeetti ✓
ammayyeessuuu sirna qabiinsa ragaalee fayyadamuudhaan yaaliin fooyya’insi
argameera.
7. Ciccitiinsa tajaajila mosaajjii sirna %10. Rakkoo gama cicciitiinsa ✓
gahumsa konkolaachistummaa. humna ibsaatiin jiru UPS’dhaan
furuun fooyya’insi dhufeera.
Cheekliistii Gabaasa tarkaanfiiwwan fooyya’iinsa kanneen biroo itti hordofamuu fi
gabaafamu (5)
lakk Hojiilee hojjetaman Rakkoolee Hiikaman (lakk/%)

1. Hojjileen hundi istaandaardii hojii qabaachuu %50


2. Tajaajilli hunduu istaandaardii maamilaa qabaachuu %50
3. Hojjetaan manneen hojii hundaa torbeen marii eegaluu isaanii %40
4. Hojjetaan hundi karoora torbanii qabaachuu isaanii %40
5. Hojjetaan hundi Gabaasa torbanii qabaachuu isaanii %40
6. Ummanni tarkaanfii jijjiiramaa fudhatame irratti ji’aan mari’achaa jiraachuu -
isaanii (foramii)
7. Guyyaa abbaa dhimmaa manneen hojii hunda keessatti eegaluu isaanii %40
8. Manneen hojii hunda keessatti sirni komiin itti dhiheeffatamu diriiruu isaanii %40
9. Manneen hojii hunda keessatti simannaa, gaggeessaa fi raga abbaa dhimmaa %40
galmeessuun (customer history) jiraachuu isaanii
10. Manneen hojii hundi akkaataa istaandaardii taa’een deddeebii malee tajaajila %50
kennaa jiraachuu isaanii

You might also like