You are on page 1of 53

Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa

የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

Labsii Manneen Murtii Aadaa Naannoo Oromiyaa Hundeessuu fi


Beekamtii Kennuuf Bahe, Lak. 240/2013
fi
Dambii Manneen Murtii Aadaa Naannoo Oromiyaa, Lakkoofsa
10/2014

Leenjii Hubannoo Uumuuf Qophaa’e


Onkoloolessa, 2014
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

BOQONNAA 1
MANNEEN MURTII AADAA: HAALA WALIIGALAA
1.1. BEEKAMTII KENNUU FI HUNDEESSUU
• Barbaachisummaa fi Kaayyoo MM Aadaa
• Beekamtii Kennuu
 Labsii kwt 5, Dambii kwt 5-11
• MM Aadaa Hundeessuu
 Labsii kwt 5/1/, Dambii kwt 5/2/, 10/1/
1.2. GURMAA’INA
• Labsii kwt 7,
1.3. AANGOO MM AADAA
• Labsii kwt 8,
1.4. MIRGAA FI DIRQAMA MM AADAA
• Labsii kwt 16 bilisummaa
• Dambii kwt 8,
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

BOQONNAA 2
JAARSOLII, BARREESSAA, HOJJETTOOTAA FI GALII MM AADAA

2.1. Jaarsolii,
2.2. Barreessaa
2.3. Hojjettoota
2.4. Galii
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

BOQONNAA SADI
HAALA GAADDISAA, MURTII, OLIYYANNOO, RAAWWII FI ADABBII

3.1. Haala Falmii Itti Keessummaa’u


3.1. Adeemsa Ittiin Falmii Qulqullaa’u
3.2. Murtii fi Araara
3.3. Oliyyannoo
3.4. Raawwii
3.5. Adabbii
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

BOQONNAA 4
ITTI GAAFATAMUMMAA MANNEEN MURTII
• MM Aadaatiif beekamtii kennuu
• MM Aadaa hundeessuu
• Jaarsolii MM Aadaa Jalqabaa filachiisuu
• Jaarsolii MM Aadaa Oldabarfataa filachiisuu
• Barreessaa Ramaduu
• Hanqina naamusa ykn dandeettii jaarsolii
• Deeggarsa lojistikii fi humna namaa
• Gabaasa hojii (bu’a-qabeessummaa mirkaneessuu)
• Raawwii murtii irratti deeggaruu
• Galii Manneen Murtii Aadaa maddisiisuu fi bulchuu
• Murtiilee MM Aadaa maxxanfaman
• Dhimma MM idilee dhufe gara MM Aadaa qajeelchuu
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

Seensa
 Heerri Mootummaa RDFI Manneen Murtii Aadaa hundeessuu fi
kan hundaa’ee jiruuf beekamtii kennuu (Kwt 34, 78)
 Heerri MNOs 34 (5) fi 62 (1)
 Labsii 216/2013 kwt 43- maloota Manneen Murtiin alatti
waldiddaan itti hiikkatan kanneen akka mala aadaa fi amantaa
karaa fulla’aa, dhaqqabamaa, si’aawaa fi nageenya buusuu
danda’uun itti hiika argatan jajjabeessuu qabu.
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

Barbaachisummaa fi Kaayyoo Manneen Murtii Aadaa


i. Barbaachisummaa
1. Mirga uummatni sirna aadaa ofiitiin waldhabbii hiikkachuuf qabuuf
beekamtii kan kennu dha.
HMNO kwt 106/1

Aadaa fi Afaan Oromoo Guddisuu


2. Hawaasni seera aadaa fi adeemsa ofii beekuun keessummaa’a --
salphaa
 akka sirna falmii idilee ulaagaaleen gara garaa kan itti
heddummaatan miti.
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

>>>Barbaachisummaa
3. Hariiroon hawaasummaa wal dhabdootaa deebi’ee akka cimu
 gareen lamaanuu mo’ataa ta’a
 Miira haaloo bahuu
4. Dhaqqabummaa haqaa mirkaneessuu
 Sadarkaa Gandaatti
5. Dhugaa fi haqa baasuu irratti bu’a qabeessa
 Sirna kakuu cimaan,
 Safeeffannaan hawaasni aadaa fi maanguddoof qabu
 sirni dhageettii ragaa akka barbaachisummaa isaatti ilaallamuu kan
danda’u (flexible) ta’uun
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

ii. Kaayyoo Manneen Murtii Aadaa

Labsii Kwt 6. Kaayyoo Manneen Murtii Aadaa


1) seera aadaa fi duudhaa bu’uureffachuun waldiddaa hiikuu
2) dhugaa fi haqa baasuu irratti fooyya’aa ta’e, hariiroo hawaasummaa
3) dhaqqabamaa, adeemsa isaa salphaa ta’e baasii xiqqaa
4) guddina aadaa, duudhaa fi afaan Oromoo
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

BOQONNAA 1
MANNEEN MURTII AADAA: HAALA WALIIGALAA
1.1. BEEKAMTII KENNUU FI HUNDEESSUU
• Barbaachisummaa fi Kaayyoo MM Aadaa
• Beekamtii Kennuu
 Labsii kwt 5, Dambii kwt 5-11
• MM Aadaa Hundeessuu
 Labsii kwt 5/1/, Dambii kwt 5/2/, 10/1/
1.2. GURMAA’INA
• Labsii kwt 7,
1.3. AANGOO MM AADAA
• Labsii kwt 8,
1.4. MIRGAA FI DIRQAMA MM AADAA
• Labsii kwt 16 bilisummaa
• Dambii kwt 8,
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

1.1. HUNDEEFFAMAA FI BEEKAMTII KENNUU

Labsii Kwt 5. Hundeeffamaa fi Beekamtii Kennuu


1. MM Aadaa Labsii kanaan hundaa’aniiru.
2. Jarmiyaalee jiraniif beekamtiin kennamuufii ni danda’a.
Dambii Kwt 5
• Manneen Murtii Aadaa hundeessuun dura jaarmayaan aadaa akka Mana
Murtii Aadaatti beekamtii argachuu danda’u
• Jaarmayaan aadaa beekamtiin kennameef bakka jirutti Manni Murtii
Aadaa hin hundaa’u.
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

>>>HUNDEEFFAMAA FI BEEKAMTII

Dambii kwt 5.
• Jaarmayaa aadaatiif beekamtiin yeroo kennamu - gurmaa’insa
hojii waldhabbii hiikuu fi araara buusuun walqabatuuf qofa
ta’a.
• Beekamtiin kan kennamu -- akka Mana Murtii Aadaa jalqabaa
yookiin oldabarfataatti (Not Both).
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

>>>HUNDEEFFAMAA FI BEEKAMTII
Dambii Kwt 6. Beekamtii Kennuuf Ulaagaalee Barbaachisan
• Bifa idilaa’aa ta’een seera aadaa fi duudhaa ummata Oromoo
bu’uureffachuun waldhabdee hiikuu fi araaraa buusuu;
• Fedhii qabaachuu;
• Hojichaan - bu’a qabeessa ta’uu;
• Hawaasa naannichaa garaagarummaa amantaa, koornayaa, diinagdee fi
haala dhuunfaa biroo malee kan tajaajilu ta’uu;
• Clan – is an exception
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

>>>HUNDEEFFAMAA FI BEEKAMTII

Dambii Kwt 7. Adeemsa Jaarmayaa Aadaatiif Beekamtiin Itti Kennamu


• Pirezidaantiin MMA yookiin I/G/W/Aadaa fi Tuurizimii jaarmayaaleen
aadaa waldhabbii hiikuu fi araara buusuudhaan beekaman –
 beekamtii argachuuf fedhii akka horatan affeeruu fi jajjabeessuu
 adda baasuuf sakatta’iinsi akka gaggeeffamu gochuu ni danda’u
• Yaa’ii jiraattota gandaa irratti dhiyeessuun jaarmayichi fudhatama
argachuun isaa mirkanaa’uu
• Xalayaa beekamtiin kennamuufii agarsiisu
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

>>>HUNDEEFFAMAA FI BEEKAMTII
Dambii Kwt 9. Beekamtii Jaarmayaa Aadaa Haquu
1) Manni Murtii Aanaa beekamtii jaarmayaalee aadaatiif kenne haquu ni danda’a.
2) fedhii akka hin qabne iyyata kan dhiyeeffate yoo ta’e, yookiin:
(a)Dirqamoota Dambii kanaa fi Labsii keessatti tumaman bahachuu dhabuu;
(b)Ulaagaa beekamtii argachuuf barbaachisan guutanii argamuu dhabuu;
(c)Gartummaa siyaasaa, amantaa, koornayaa yookiin kan biraa agarsiisuu;
(d)Aangoo seeraan ala fayyadamuu;
(e)Tajaajila kennaniif faayidaa hin malle waldhabdoota irraa gaafachuu;
(f)Manneen Murtii Aanaa waliin atoomanii hojjechuu dadhabuu;
(g)Hojimaata Heera Mootummaa faallessu hordofuu;
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

>>>HUNDEEFFAMAA FI BEEKAMTII

...Kwt 9.
Adeemsa Haquu
• Koree jaarsoolii filachiisuuf bu’uura Dambii kana Keewwata 12(2) fi
14(2) tiin hundeeffamuun qulqullaa’a
• Akeekkachiisni kennamee
• Sirreeffama barbaachisaa taasisuu kan hin dandeenye
• Yaa’iin jaarsolii Manneen Murtii Aadaa beekamtii jaarmayaa aadaa sanaa
akka haqu yookiin tarkaanfii sirreeffamaa biroo akka fudhatu
• Yaa’iin akka haqamu kan murtaa’e yoo ta’e, yookiin jaarmayichi
tarkaanfii sirreeffamaa kan hin fudhanne yoo ta’e, MMA beekamtii
kenname ni haqa.
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

1.2. GURMAA’INA (MM Aadaa Hundaa’uu)


• Labsii kwt 7. Gurmaa’ina Mana Murtii Aadaa Hundaa’uu
a) Mana Murtii Aadaa Jalqabaa
b) Mana Murtii Aadaa Oldabarfataa
2) Gandarratti; 3) Gandoota 2 fi isaa ol MM Aadaa tokko
4) Oldabarfatni – Aanaalee fi Magaalota irratti
5) Teessoon idilee – Magaalaa Teessoo Bu/Aanaa/Mag/ + murtii jaarsolii
• Dambii Kwt 5(4, 5). Manni Murtii Aadaa Beekamtiin Kennamuuf
 Akka sadarkaa jalqabaa ykn oldabarfataatti
 Gurmaa’insa addaa qabaachuu danda’u (Labsii Kwt 7/8 )
 Ulaagaa yoo guute jaarmayaan 1 ol bakka tokkotti beekamtii argachuu
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

1.3. AANGOO MM AADAA


Labsii kwt 8. Aangoo MM Aadaa Jalqabaa fi Oldabarfataa
1) Dhimmoota MM Aadaa ilaalu:
a) Dhimma maatii fi hariiroo hawaasaa;
b) ‘danbii darbuu fi Yakkoota iyyannaa miidhamaa dhuunfaa’
5) Manneen Murtii fedhii waldhabdootaa irratti hundaa’uun dhimma
dhiyaateef gara MM Aadaa qajeelchuu danda’u.
6) Manni Murtii dhimma Mana Murtii Aadaatti ilaalamuu eegalame simatee
ilaaluuf aangoo hin qabaatu
 MM Aadaa Oldabarfataa – Oldabarfata qofa
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

1.4. Mirgaa fi Dirqama Manneen Murtii Aadaa

 Labsii kwt 16. Bilisummaa hojii isaanii kabachiisuu


 Labsii kwt 19. Barreessaa ramaddiin argachuu
• Dambii kwt 8/2. Barreessaa ofii isaa gargaaramuu
 Labsii kwt 27, 38, 39 fi 40. Deeggarsa qaamolee biroo irraa
argachuu
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

>>> Mirgaa fi Dirqama

• Labsii kwt 42. Nama gaaddisa jeeqe jidduu lixuu, sobaan ragaa bahuu,
gocha danbii darbuu raawwate, kkf adabuu;
• Labsii kwt 28. Namni kamiyyuu akka himatamaa yookiin ragaatti yeroo
barbaadamu akka dhiyaatu ykn ragaa barreeffamaa ykn kan biroo akka
dhiyeessu ajajuu;
• Labsii kwt 34/2c. Bulchiinsi gandaa, caasaaleen aadaa fi qaamoleen biroo
waamicha akka dhaqqabsiisan ajajuu;
• Labsii kwt 34. Murtii ofii kennu fi waliigaltee araaraa waldhabdootaa
dirqisiisee raawwachiisuu;
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

>>> Mirgaa fi Dirqama


• Dambii 50/6. Galii MM Aadaatiif walitti qabamu irraa
fayyadamaa ta’uu ykn adeemsa barameen gumaata walitti
qabachuu
• Dambii 7/5. Mana Murtii Aanaa isa irraa xalayaa qaama
seerummaa isaa agarsiisu argachuu
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

>>> Mirgaa fi Dirqama

.... Dirqama
 Labsii kwt 33/2.c. Hojimaata Heera Mootummaa hin faallessine
 Labsii kwt 5, 8, 25. Aangoo seeraan qaban keessatti qofa
hojjechuu
 Fkn: fedhiin waldhabdootaa jiraachuu mirkaneeffachuu
 Labsii kwt 6. kaayyoo MM Aadaa galmaan gahuuf hojjechuu
 Dambii kwt 8. Dirqamoota Jaarmayaa Beekamtii Argatee
• Karooraa fi gabaasa; naamusa mirkaneessuu; Iftoomina
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

BOQONNAA 2
JAARSOLII, BARREESSAA, HOJJETTOOTAA FI GALII MM AADAA

2.1. Jaarsolii,
2.2. Barreessaa fi Hojjettoota Biroo
2.3. Galii
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

2.1. JAARSOLII MANA MURTII AADAA


9. Ulaagaa Filannoo
1) Ulaagaalee
 Umrii /waggaa 40 hanga 72/;
 Seera aadaa fi safuu beekuu fi kabajuu;
 Fudhatamummaa, muuxannoo
 Rakkoo fayyaa qaamaa fi qalbii
 Yakka cimaa
 Diinagdee;
 Afaan Oromoo, Jiraataa gandichaa, Fedhii
 Hojjetaa mootummaa yookiin dhaabbilee biroo kan hin taane;
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

Labsii kwt 10. Baay’ina Jaarsolii Mana Murtii Aadaa


(1,2) Yoo xiqqaate jaarsolii Shan, yoo xiqqate tokko dubartii
3) Gumaa muruu irratti haala addaatiin
4) Haala addaatiin – murteessuun/ beekamtii kennuu
Labsii kwt 11 fi Dambii Kwt 12-16. Adeemsa Filannoo
5) Koree Filachiiftuu Miseensota 3 qabu
• MM Aadaa Jalqabaaf MMA 1, WATA 1, Manajara; Oldabarfataa MMA 2, WATA 1
• Koree 1 ol (Dambii kwt 12/5)
6) Yaa’ii jiraattota gandaa (Korichi Bulchaa Gandaaf ergaa dabarsuun waamsisa)
• MM Aadaa 1 gandoota 1 ol akka tajaajiluuf yeroo hundaa’u -- yaa’ii jiraattota
gandoota MM Aadaa walitti hundeeffatan irraa walitti bahaniin
7) Eeruu fudhachuun filachiisuu (yoo xiqqaate N7)
8) Abbootii gadaa, hayyuu, haadholii siiqqee haammachiisuu
7) Kan MM Aadaa Oldabarfataa – yaa’ii AS MM Aadaa irratti
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

Dambii kwt 17. Gahee Pirezidaantii Mana Murtii Aanaa ( Filannoo


jaarsoolii Mana Murtii Aadaa ilaalchisee )

• Koreen akka hundeeffamu


• Gabaasa koree irraa dhiyaatuuf ilaaluun filannoon gaggeeffame adeemsa
Dambii kanaa fi Labsii keessatti tumame keessa darbuu ni mirkaneessa;
• Komii filannoo jaarsoliin walqabatee dhiyaatu fuudhee ni
keessummeessa;
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

12. Kakuu Jaarsolii Mana Murtii Aadaa


• yeroo bu’aan filannoo ibsamu /AG, hayyuu, qaalluu, JB tiin

13. Bara Tajaajilaa


• bara hojii Abbaa Gadaa /waggaa saddeet
• Waggaa 4/walakkaa saddeetaarratti
Sababoota hojiirraa itti gaggeeffaman
• Sababa naamusaa fi dandeettiitiin /Labsii kwt 13(4)
• Fedhiin, /Labsii kwt 14)
• Du’aan, Rakkoo fayyaatiin /Labsii kwt 14)
• Teessoo jijjiirrachuun/ Jaarsa MM A/Oldabarfataa ta’ee filamuun /Labsii kwt 14)
• Ulaagaalee barbaachisoo hir’isee yoo argame /Labsii kwt 9//Labsii kwt 14)
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

Labsii kwt 17, Dambii kwt 24. Dirqama jaarsolii


1) Naamusa hojichi barbaadu kabajuu (Dambii kwt 33);
2) loogii raawwachuu irraa of qusachuu;
3) Faayidaan hojjechuu irraa bilisa ta’uu;
4) Amala fakkeenyummaa qabuu fi jireenyaa dhuunfaa maqaa gaarii Mana Murtii Aadaa
ijaaruu qabaachuu;
5) Miseensa dhaaba siyaasaa kamuu ta’uu dhabuu;
6) Iccitii eeguu
7) Murtii kennamu fudhachuu
8) Gaaddisa irraa of kaasuu (Dambii kwt 25)
Labsii kwt 18. Hojii fi Ittigaafatamummaa Walitti Qabaa (3)
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

2.2. Barreessaa fi Hojjettoota Biroo


• Labsii kwt 19. Barreessaa Mana Murtii Aadaa- MMA tiin ramadama.
• Dambii kwt 18. Beeksisni bahee FF gaggeessuun
• Dambii kwt 19. Ulaagaa Fo’annoo fi Filannoo Barreessaa
• Kutaa 10ffaa fi isaa ol; Umriin isaa Waggaa 18 hanga 60 kan ta’e;
• Seera aadaa fi safuu; Afaan Oromoo;
• Fayyaa qaamaa fi qalbii;
• Ragaa naamusa gaarii qabaachuu isaa agarsiisu bulchiinsa ganda irraa
• Araada adda addaa irraa bilisa kan ta’e.
• Labsii kwt 20 fi Dambii kwt 26. Hojii fi Dirqama Barreessaa Mana
Murtii Aadaa
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

Labsii kwt 7/7, Dambii kwt 20. Hojjettoota Biroo


 MMWO caasaa hojjettootaa Manneen Murtii Aadaa qorachiisuu
 Addemsi FF, barri tajaajilaa kkf kan Barreessaan walfakkaata
Dambii kwt 22.
 Dorgomaa filatameef ramaddiin kan kennamu xalayaa Pireezidaantii
Mana Murtii Aanaatiin mallatteeffamuun ta’a.
 Hojii osoo hin eegaliin waa’ee hojichaa fi ittigaafatamummaa – hubannoo
Dambii kwt 27. Yeroo Hojii Jaarsolii, Barreessaa fi Hojjettoota Biroo
 guyyaa MM Aadaa gaaddisa itti gaggeessu /sa’aatii murtaa’eef yookiin
guyyaa guutuu ta’uu danda’a.
Dambii kwt 28. Hayyama
• Walitti Qabaa Jaarsoliitiin
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

Dambii Kwt 27. Faayidaalee Barreessaa fi Hojjettoota Biroo


• Bifa mindaatiin akka kaffalamu murtaa’uu ni danda’a (MMA tiin)
• Hangi isaa sadarkaa MMA tti yeroo yeroon murtaa’a, MMWO baaxi murteessa.
• Kaffaltii durgoo - qajeelfama hojjetaa bulchiinsaa MMA tiif hojiirra oolmaa
qabuutiin galii Mana Murtii Aadaa irraa
Labsii kwt 14 fi 15, Dambii kwt 30. Hojiirraa Ka’uu Yookiin Gaggeeffamuu
1. Fedhii (Dambii kwt 31) – beeksisa ji’a 1 kennuun;
2. Sababa fayyaa dhabuutiin (Dambii kwt 32)
3. Badii naamusaa yookiin hanqina dandeettiin (Dambii kwt 33)
 Eeruu, Koree filachiistuu, yaa’ii jiraattotaa/jaarsolii, Pirezidaantii MMA
 Dambii kwt 36 Badii Naamusaa Barreessaa fi Hojjettoota Biroo – hojj. MMA
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

2.3. GALII MM AADAA


Labsii kwt 35. Madda Galii
1) Maddoota galii Manni Murtii Aadaa
(a) Buusii uummataa (Dambii kwt 47) –
 abbootii warraa irraa / bulchiinsa gandaatiin/hojjetaa MM Aadaatiin sassabama
 fedhii miti / waggaatti al tokko / hangi isaa Pirez. WQ MM Aadaa fi IG WATA
tiin murtaa’a.
(b) Gumaata
 abbootii qabeenyaa, qaamolee mootummaa fi miti-motummaa irraa,
 Fedhiin / xalayaan gaafachuun / teeleetoonii qopheessuun
 yoo xiqqaate waggaatti altokko sadarkaa aanaatti /
(c) Adabbii maallaqaa
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

Labsii kwt 36. Dambii kwt 49, 50.


• nagahee seera qabeessa kaayyoo kanaaf maxxanfamuun
• lakkoofsa herreeggaa baankii Mana Murtii Aanichaatiin banamu
• Pirez. MMA, IG WATA fi WQ MM A/O tiin qoodama
• faayinaansii kan bulchuu fi bittaa qabeenyaa kan raawwatu MMA ti
• faayidaalee barreessaa fi hojjettoota biroo fi dagaagina seera aadaatiif
• jaarmayaaleen aadaa beekamtiin kennameef galii sassaabamu irraa fayyadamuu kan hin
barbaanne yoo ta’e, gumaata walitti qabachuu
• qaama bajata MMA odiitii gochuuf aangoo qabuun odiitii ni taasifama
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

BOQONNAA SADI
HAALA GAADDISAA, MURTII, OLIYYANNOO, RAAWWII FI ADABBII

3.1. Haala Falmii Itti Keessummaa’u


3.1. Adeemsa Ittiin Falmii Qulqullaa’u
3.2. Murtii fi Araara
3.3. Oliyyannoo
3.4. Raawwii
3.5. Adabbii
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

3.1. Haala Falmii Itti Keessummaa’u

23. Yeroo fi Bakka Gaaddisni Itti Gaggeeffamu


1) bakka uummataaf ifa ta’etti
2) kophaatti (jireenya dhuunfaa falmitootaa, hamilee fi nageenya);
3) Bakki
 Mukaa jalatti/ Galma kaayyoo kanaaf/ bakka seera aadaan kan filame.
4) Yeroo: torbanitti guyyaa 1
5) Akkaataa baay’ina yookin xiqqeenya dhimmaatiin --haala biraatiin
murtaa’uu ni danda’a.
6) Guyyaan: marii gaaddisaan murtaa’a
7) Guyyaa dabalataa /idileen alatti – W/qabaan
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

25. Fedhiin mirkanaa’uu qaba


26. Seera Hojiirra Oolu:
1) Seera aadaa bakka Manni Murtii Aadichaa itti hundaa’ee
2) Ulaagaa seerri aadaa guutuu qabu:
a) Haqa Uumaa uumamaa (natural justice);
b) Haqummaa namummaa (equity);
c) Safuufi safeeffannaa (good conscience);
d) loogii
e) Mirgoota namoomaa [HEERA MOOTUMMAA]
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

27. Adeemsa dhimmi ittiin dhiyaatu


1) Barreessaa –beellama
7) Himannaan ibsamuufi
2) Jaarsoliin guuttamuu
8) Deebii / tarkaanfii biraa
3) Dhimmichi dhiyaachuu
9) Yoo amane
4) Dhimmichi jaarsoliin madaalamuu
10) Yoo waakkate
5) Waamicha himatamaaf;
11) Gareeleen yoo hafan
6) Yeroo 2ffaaf
12) Seera deemsa falmii aadaa jiru biroo – bakka jirutti
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

3.2. Adeemsa Ittiin Falmiin Qulqullaa’u


Labsii ket 28. Ragaa Dhagahuu
• Waamichaan ykn dirqamee akka dhiyaatu (kara aadaan/bul. gandaatiin)
Dambii kwt 38/3.
• namni badii raawwate balleessaa taasifamuun dura ragaa isarraa ittisu
Labsii kwt 29. Kakuu
1) Himannaa, iyyata, deebii akkasumas ragaa dhagahuun dura
2) Kakuu raawwachuun amanamuu – iyyachuu
4) Amanamuuf fedhii hin qabne gochaa itti shakkame akka raawwateetti
Labsii kwt 30. Qaamaan Argamuun Dhimmoota Ilaaluu
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

3.3. Araaraa fi Murtii Araaraa


Labsii kwt 31. Adeemsa Kenna Murtii
1) Araaraan akka xumuramuuf tattaaffii
2) Yoo araaraan xumurame - qabiyyeen araaraa galmaa’a
3) Araarri galmaa’e - Ni raawwachiifama
4) araaraan xumuruun yoo hin danda’amne, qulqulleessuun Murtii araaraa
5) Murtiin araaraa – seera aadaa fi sababa murtichaa ibsuu qaba
6) Murtii araaraa waldhabdootni akka fudhatan – ni yaalama
7) Mirgi oldabrfataa
Labsii kwt 32. Gosa Murtii Araaraa
• Gorsuu fi akeekkachiisuu, adabbii maallaqaa, hojii humnaa //
Beenyaa, gumaa, baasii fi kisaaraa, fi kan biroo
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

3.4. Oldabarfata
Labsii kwt. 31/7 Oliyyatni mirga eeggame ta’uu
Labsii kwt 33. Oldabarfata
1) MM Aadaa Jalqabaa irraa MM Aadaa Oldabarfataatti
2) MM Aadaa Oldabarfataa irraa Mana Murtii Aanaatti
Mana Murtii Aanaatti Oldabarfataan dhiyaachuuf :
 mirga walqixxummaa/ Mirga dhagahamuu/ mirgoota namoomaa
7) Deebii kennaaf waamichi ni dhaqqabsiifama 8) exparte ilaala
9) Murtiin MM Aadaa Oldabarfataa isa dhumaati
10) Manni Murtii Aanaa – Heeraa fi Wali. Idil-adduny. Bu’uureffachuun –
qabiyyee keessa osoo hin galiin…
11) Murtii MM Aanaa irraa oliyyachuun ni danda’ama.
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

3.5. Raawwii
Labsii kwt 34, Dambii kwt 38. Raawwii Murtii
1) Qaamni MM aadaatiin ajajame/itti murtaa’e akka
raawwatu
2) Fedhii kan hin qabne yoo ta’e >>>waamee sababa isaa ni
gaafata >>>> akka raawwatu ni akeekkachiisa >>>
qoqqobbii >>Caasaa aadaatiin fkn jinfessuun / dirqisiisee
raawwachiisuu >>Mana Murtii Aanaatiif beeksisuun
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

Dambii kwt 39. Qabeenya Raawwii Murtiif Oolu Adda


Baasuu
• Caasaa aadaa/Bul. Gandaa
• Akkaataa seera aadaatiin qabeenya idaadhaan qabuuf
hayyamamu ta’uu
• Qaamni mormu yoo jiraate gaaddisa itti aanutti dhiyaatee
ibsa
• Mormii dhiyaatu qulqulleessuun murtiin ni kennama.
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

Dambii kwt 43. Haala Qabeenyi Raawwii Oolu Ittiin Gurguramu


• Bulchiinsa gandaatiin tilmaamsifamee /namoota ogummaa yookiin
muuxannoo qabaniin/ gurgurama (caasaa aadaa/ Bu/ Gandaatiin).
• Deeggarsi MMA yoo barbaachise gaafachuu ni danda’a.
Hirphachuun kaffaluu (Labsii 34//4, Dambii 45)
• murtii adabbii, baasii fi kisaaraa, gumaa yookiin beenyaa itti murtaa’e
hirphaan akka raawwatu
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

3.6. ADABBII
42. Adabbiiwwan Labsii Kwt 42 Dambii 38/1/d
1) Adeemsa hojii MMA cabsuu
2) Fkn beellama hafuu, hojii MM Aadaa gufachiisuu/jeequu
3) Manni Murtii Aadaa qaama kamiyyuu:
 ajaja isaa kabajuu dide yookiin
 hojii isaa gidduu lixuun dhiibbaa hin malle uume
4) Dambii darbuu fi himannaa dhuunfaa (Labsii Kwt 8, Dambii 38/1/d
• Gochaa safuu fi aadaa keessatti fudhatama hin qabne raawwachuu - miidhaa
diinagdeetiin ala ta’e biroo nama dhuunfaa irra geessisuu
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

>>>ADABBII
Dambii Kwt 38
• Galmee ilaalaa jiru irratti himannaan addaa irratti dhiyaachuu osoo hin
barbaachisiin
• Adabbiin Galii MM Aadaaf oola yookiin hangi tokko himataaf yookiin
miidhamaadhaaf bifa beenyaatiin ni kaffalamu
Dambii Kwt 46. Adabbii Maallaqaa fi Akaakuu Raawwachiisuu
 Bulchiinsa gandichaa/hojjetaa MM Aadaatiin raawwachiifama.
 Nagahee seera qabeessa kennuu fi lakkoofsa herreega baankii
 Hafteen nagaheen adabbiin ittiin kaffalame dhiyaatee galmeen walqabata
 Adabbiin miidhamaaf murtaa’u – dhaddacharratti kaffalchiifamuu
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

BOQONNAA 4
ITTI GAAFATAMUMMAA MANNEEN MURTII
3.1. MM Aadaatiif beekamtii kennuu
3.2. MM Aadaa hundeessuu
3.3. Jaarsolii MM Aadaa Jalqabaa filachiisuu
3.4. Jaarsolii MM Aadaa Oldabarfataa filachiisuu
3.5. Barreessaa Ramaduu
3.6. Hanqina naamusa ykn dandeettii jaarsolii
3.7. Deeggarsa lojistikii fi humna namaa
3.8. Gabaasa hojii (bu’a-qabeessummaa mirkaneessuu)
3.9. Raawwii murtii irratti deeggaruu
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

3.10. Galii Manneen Murtii Aadaa maddisiisuu fi bulchuu


3.11. Murtiilee MM Aadaa maxxanfaman
3.12. Dhimma MM idilee dhufe gara MM Aadaa
qajeelchuu
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

Dirqama Mana Murtii Waliigalaa


Labsii kwt 37.
a) Dhimmootni kara MM Aadaatiin akka xumuraman ni jajjabeessa;
b) Loojistiksii fi humna namaa qabu irraa deeggarsa ni taasisa;
c) leenjii ni kenna;
d) Raawwii hojii MM Aadaa Caffeef ni gabaasa

 Dambii kwt 11/2 murtiilee filatamoo MM Aadaa ni maxxansiisa.


 Dambii kwt 20/1 caasaa hojjettoota biroo ni qorachiisa
 Dambii kwt 29/3 baaxii fayidaa /mindaa/ barreessaa ni murteessa
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

• Labsii kwt 37/2. Dirqama MM Aanaa


a) MM Aadaa – hundeessuu, beekamtii kennuu
b) Deeggarsa humna namaa fi loojistikii
c) Jaarsolii akka filaman koree hundeessuu
d) Komiiwwan naamusaa
e) Murtii fi adabbiiwwan MM Aadaa raawwachiisuu (Dambii kwt 39/5)
• Dambii kwt 7. MM Aadaa beekamtiin kennamuuf adda baasuuf sakatta’iinsi akka
gaggeeffamu gochuu
• Dambii kwt 7/5. Jarmayaa beekamtii argateef xalayaa beekamtii kennuu
• Dambii kwt 11. Karooraa fi gabaasa MM Aadaa fi murtiilee filatamoo maxxanfaman
MMOf dabarsuu
• Dambii 8/2. Barreessaa fi hojjettoota biroo dorgomsiisuun ni ramaduu
• Dambii kwt 9. komii jaarmayaan aadaa akka haqamu dhiyaatu simachuu, qulqulleessuu
fi tarkaanfii fudhachiisuu
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

• Dambii kwt 14/3. Yaa’ii Jaarsolii Mana Murtii Aadaa gaggeessuu


• Dambii 17/3. Komii filannoo jaarsoliin walqabatu simatee keessummeessuu
• Dambii kwt 52. Galmee dhuunfaa hojjetaa gurmeessanii qabachuu
• Dambii kwt 54. Muuxannoo hojii fi waraqaa qulqullinaa barreessaa kennuu
• Dambii kwt 29/3. Hangi faayidaa barreessaa fi hojjettoota Mana Murtii Aadaa humna
jiru irratti hundaa’uun murteessuu
• Dambii kwt 31/3, 32, Labsi 15. Jaarsa ykn barreessaa fedhiin hojii gadidhiisu ykn kan
hojiirraa bade ni gaggeessa, rakkoo fayyaa hojicha itti hin fufsiisne kan qabu hojiirraa ni
kaasa, bakka ni buusa (Dambii kwt 37).
• Dambii kwt 46/6., 48/7. adabbii fi gumaata akaakuun galii ta’u simatee galii ni taasisaa,
yoo barbaachisaa ta’e gurguramee,
• Dambii 47. hangi buusii akka murtaa’u ni godha, raawwii isaa ni deeggara,
• Dambii kwt 48/4. Gumaatni akka walitti qabamu ni qindeessa, galii taasisa
• Dambii kwt 48/10. Deeggarsa akaakuun, humnaan, kkf kallattiin MM Aadaaf godhamu
ni hordofa
• Dambii kwt 50 galii argamu MM Aadaatiif ni qooda, fayinaansii ni bulcha
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

38. Dirqama Bulchiinsa Gandaa


Yoo MM Aadaatiin gaafatame
1) Nageenya gaaddisaa eegsisuu;
2) Ajaja raawwachuu yookiin raawwachiisuu;
3) Adabbii maallaqaa fi hojii humnaa raawwachiisuu;
4) Iddoo gaaddisni itti gaggeeffamu mijeessuu
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

39. Dirqama Biiroo Aadaa fi Turizimii


1) Seerri aadaa akka guddatu
2) Hojii koodifikeeshinii seerota aadaa
3) Leenjii
6) Gumaata galii

40. Dirqama Deeggarsa Kennuu


7) Qaamni dhimmi ilaalu dhimmoota Labsii kana keessatti hammataman hojiirra oolchuuf
8) Murtii qoqqobbii fi ajajoota biroo MM aadaa – hunduu ni dirqama
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት

Galatoomaa!!
0912177582
milkiiw@yahoo.com

You might also like