You are on page 1of 5

Guutuu new album

Dukkannicha keessaa Anmaaluman deebisa


Galata yesoo
----
+2C
Ani homaa hingooneefii Akkasumaan na jaallate,
Ofi ifa ta'ee dukkana keessa na baafate,
gatii cubbuu koo ofi fudhatee naf jirenya laate,
(uuuuuuuuuuuuuu araarasaa narra jira,
Dibata isaa narra jira Sababnikoo miti waa bira.) X2
------

Jireenyi koo Hunduumtu isuma*3


Natti agarsiisera gaarummaa#3
Du’a meeqarraa na deebisee salphinakoo godhera ulfinaa,
Kunoo har’as debarre naanneesse buqqiseera hundee jal’ina.
Barbaachisaa gooda achi fagoodhaa,
NA kabajuuf na waame safuudha
Isa jajachuuf keessi koo ka’aanii
Kansaati galatni!x2
——
Himame hin dhumu Faarfame hin dhumu galatniko kansa,
Boojuu daachaase dukkana Ibse NA Gamachiseera,
Qixee hin qabu madaalii yesus
Ol haa haa jedhu baraani yesus
Naaf ta’eera hundasaa Keessa
Eenyuttaan isa fakkeessa,

Qixxee hin qabu inni-x8

Waanjichaa narra kan cabalaase


Ebba waaqarraan kan na badhaase,NA Badhaasee NA Ebbise,x2
Yaadoo malee nan faarsa - - - - iyesus
Meeshaa Ribbuun tarreessa
Ana nama na godhe,
Dhimma koo isatu hojjete,
Malee ani isaaf maalan godhe,
iyesus!

*******************************
Regea simboo 0C
Simboo koo ulfinnakooti ulfinni isa,
Fagoodhaa na waame jaalalli isaa
Altakka manasatti natti hin badne
Qaawwaakoo fi mudaa koo diinni hin Argine,
Itti hin hir’atiin galatni isa,x2
Yoomu maqaa isaa nan Eebbisa

-------- ------- ---


Haala koo dhiisee ofii koo dhiisee maal ta’a yasoo yoon Ebbise,
Jireenya fi haalli nama waaraanuu harka isaatti Baatee na cesise
-------- ------- ---
Kansaa maaliin hime fixu Fayisaa koo
Duwwarra kaasee hojjetee jireenya koo
Isa qoodni koo

Waan darbuuf mootiin dhalasaf ango dabarsa,


Taayyitaan takka hin dhabamuu sanyii isaa Keessa
Hojiikoon lakki hin banamnee daandii haaraanii
Hiiddi sanyii koos kan tole karaa isaatii
Tarreewwanii badiisaa hin dhaaphu
Abba horma jalaa hin owwaadhu
Hin ilaaluu bowwa du’a irra
Kan NA fure mirga abbaa Jira.
Rawwatera salphina koo fudhateera
Fayyinakoof yesuus saamirraa Mul’ata era.
-------- ------- ---
Waltz +1 D
Haala koo si dhoksuu hin danda’uu
Sin malee jiraachuus hin danda’u,
Kan kee fudhee Biraaf hin guungumu,
Jaalala keen homtuu naan dorgomuu
Eessaan dhaqaa si dhisee x2
Eessan dhaqanii iddoo biraa
jireenyi dhumaawo si biraa
-----
Aa-haaa- qabeenya jaalachuun jireenya irraa hin Wayyu
Hunduu iddoo Itti Dhaabu qaba ganaadha durayyuu
Aa-haaa- qabeenya lubbuukoottii maaltu na baasa?
Jireenyii inni dhumaa hundumtuu isa keessa,
Utuu ati jirtuu bita natti hin Galu Abdii koo ganamaa
Eebba harka kee keessaa dheebuu nama baasaa, hundumtuu siif in danda’aama.
Eessan dhaqaa??
---
Dhiphinaan marfamee yammutti yaadni koo wargamuu
Sin ala akka hin taanee nan Beeka kanaan ofitti himu
Ol gara Gaarootaa ilaalee ofiikoo hin joonjessuu
Sin of biraa qabaa lubbuu koo isa boqochiisuu/ Sin of biraatti argeera lubbuu koo isa
boqochiisuu
Eessan dhaqaanii iddoo biraa?

--------
Maqaa kee waltz +2C
Maqaa kee ulfinaa sananii waamaa maqaa Kee ulfinaa,
Maal maal naaf hin taanee? X3 Ati narraa baafte gatii!
-----
Natti yaadatamee jaalalaa fannoo irraa dhiiga kee loolaaftee naaf gootee waan haaraa,
Lubbuukees kan laatee qooda lubbuukooti,
Utuu sin hin taanee badee hafuu kooti
Jaalalaam ati X2 jaalalatu si baasisee gati

Haguugamuu barootaa kan dukkanii na marsee


Kan natti hamuumatuu si bira na dabarsee
Badiisaa koo hambisee
Yammutti na oolfaatu Na dhoksitu bineensa
Na balleessuffan see naafi hin galle akkisaa
Jiraachuun koo si keessa,
Jaalalaam ati. . .
Uuu . . . Araaraa kee
Uuu. . . Dandeettii kee
Uuuu. . . Naaf obsuukee

Ariifadhee yammuun darbuu isa jabaa seera keera,


Abdii kutee yammuun jedhu ati ammayyuu na bira,
Ija keetu narraa,
Eenyummaa koo kanaattis Dabarsitee yoom na laatee,
Gatii anaaf kennamus ofii keeti fidhatte
Kunoo ifatti na baaftee!
Jaalalaam ati! ...
Uuu... Araaraa kee
------
Waltz +1C
Dhukkubaa cubbuutti na hiiktee waaqakoo Fayyeera manni koo x4
An fayyeera x2 Karaa kee bilisa baheera
An fayyeera x2 karaa kee araara argadheera.
An fayyeera x2 karaa kee jireenya argadheera.
----
An nama wa tokkoof hin malee Dhugnii kee naa fudhee,
Dheekamsii fi salphinnii akkaanaa dhugumaa siif malaaree?
Ba’aakoo hunda ofirra keessee ol baate golgoota
Dhiignii kee inni dhangala’ee na godhe jiraata.
(an fayyeera x2)
----
Du’a koo Akkasumaan kan duut ofiikee aarsaa taate
akka hoola gorraa’amuuf dhihaatuu hundumaa obsitee
Ana oolchuu dhaaf kan dirmaa’ee rebamee dhaqnii kee
Maal arjaa fi garraamii waaqni akka kee na olfatte mucaa kee
An fayyeera x2 karaa kee...
-----
Tolee x3 farrii koo tolee
Tolee farrii koo tolee
Yesuus koo naa dhufnaanii fayyinni koo oof kale du’a jalaa NA falee
Waan atii naaf taatee mana koof ol keesse,
Qalbii koo fuudheetuu Ittu na boosisee
Gaanfa fayyina koo maaffan sin farsuuree
Haa... Siidhaa fureen koo sin faarsaa hundaa taaree.
—————————————
Shawa bit +4C
Gaafa loolaa dahoodha
Gaafa Dhabaa michuudhaa
Meeqa lafaa kaasee meeqa galmaan gahee
Waa’ee isaa dubbachuu hin dhiisuu danda’ee
Mee isaa kan Faakkaatu itti qixaatu haa dubbatu
Nuu godheera nuun eebba hirmaatoo
Sioolii nu furee hidhaa keenyaas ciree
Dhaaltuu mootummaa isaa nu godhee
Waangeelii x2 humna qabaa wangeelli.
---
Kan ittiin mormaanii utuuma jiraanii karaan banamee
Doofummaa cubbuuttiin utummaa joonjoofnuutti ijii banamee
Wangeelii Kun hiidhaa hiikaa Hoo-Hoo-nuttuu isaan jiraanneekaa Eyyee- -
Isummaan dhaalee mitiree
Utuu salphiisuu nu takkaa hin agarre x3

Ergaa qabnaa ergichii wangeelaadha


Foonii fi lubbuu al tokkaa fayyisudha
Warra beektoota jalaa kan dhokaatee
Nu warra walaalootti kan Mul’atee
Humna meeqaan utuu ukkamsanii kunoo ba’eera humnaa fi ibiddanii
Balbala olii nuuf banee jira
Namni yesuusiin ala ofii jooraa
In labsina dhugicha in labsina x3 in labsina yesuus in labsina
Ee.Eeee..Hoo..

Yeroo ka’ee duratti fulleeffatee eentuu dhaamse ibidicha dhaabatee


Gootni wangeela irratti wareegamee ofimaafis achiitti ukkaamfamee
Aangoo du’aa durasii kan dhaabbatuu warri isatti amanannis isa eeggatu kunoo nu baaseeraka
du’a jalaa
Jooraan isatti hirkatee baduu oolaa
Har’as jira lubichii kakuu haaraa
Bantuu hundumaa harka isaatti baatee jira
Warraa kansaa eenyuffaa yeelasisee
Araarasaan mirga isaa nu dhaalchisee

Ol fuune deemna faajii ulfinaa


Yesuus duwwaadhaa abbaan fayyinaa

Wangeelii Kun hiidhaa hiikaa Hoo-Hoo-nuttuu isaan jiraanneekaa Eyyee- -


Isummaan dhaalee mitiree
Utuu salphiisuu nu takkaa hin agarre x3
Chick 0C
Urguffaadheenii haala rakkisaa gadii jedheenii yesuus siin faarsaa
Cillaanfadheenii Fidem galataa yoommuun si waamaamu abdiin koo in laata
jalala keen qabaa jaalala kee x4

Baaddisi taasa -1C


Muchiissa Jabaa 0C
Regea simboo 0C
Chick 0C Urguffaadheenii
Desta 0C nagaan koo isa
Disco 0D/120
Nagaa atii Namaf laattu +4C
Shawa bit +4C
Maqaa kee waltz +2C
Ani homaa hingooneefii +2C
Waltz +1 D. Haala koo si
Waltz +1C Dhukkubaa cubbuutti
Abbaa taayitaa -1D ballad

Abbaa x3 dhugaa ta’u kee +5G


Gara kee yammuun 1C
Haala koo ilaaltee natti 1D
Ani Ani Eebbaaf nama hin 6D
Hin faannisu kiraara koo 0C
Ani hin irraanfadhu 0C
Kaleessa koo 0C
Walo sin jaalladha gooftaa 0C
Ilma waaqayyo shewa-1A

You might also like