You are on page 1of 6

Guyyaa 2//08/ 2015

Maqaa Aanaa D/Labuu


GabaasaJi’aa Ebla 1ffaa
1. Rakkoolee Kenna Tajaajilaa fi karooraan hogganuun furuuf hojiiwwaan hojjatamaa jiran ilaalchiisee:-Guyyaa
2/08//2015
La MaqaaseektaraAan Rakkookennatajaajiilaawalii Rakkoolee B/Gaarii Karooraa fi GuyyaaItti\
kk aalee galattiaddabahanii fi A/bahan RaawwiihordoffiiSeektaroota Fidan
. furamanIlaalchiisee a
Rakk/ KanFuraman Kan furaman Karo KanHordofaman
KT ad/ Torbe. Ha/ B/rakk/ Torb Ha/ ora Torbe Ha/
bahan kana ammatti Bul/Gaarii a ammati e Ammaatti
Kanfuram kanfuram ad/bahan kana i kana
1 Waajjira Barnootaa 7 3 6 2/8/2015
2 Waajjira Bulchinsa 5 - 4 11/7/2015

3 Waaj/ATEN 2 - 2 11`/7/2015
4 Waaj/CHU fi 11 - 11 2/8/2015
Ogummaa
5 Waaj/Dh/Dub/fi 5 22 2/8 /2015
Da’iman -
6 Waajj/Bishaan 2/8/2015
12 - 10
7 Waajj/Gejiibaa 2/8/2015
6 2 6
8 Waajj/ GRS 2/8/2015
4 2 4
9 Waajjira 2/08/2015
Invastimantii 3 2 3
10 Waajjira Galii 4 3 3 2/8/2015

Waajjira Daandii 2/8/2015


11 7 - 7
12 Waajjira 2/8/2015
3 2 11
Dar/Ispoortii
13 Waajjira 2/8/2015
Dhi/Ho/Hawasum 11 2 8
maa
14 Waajjira E/Fayyaa 2/8/2015
9 4 7
15 Lafa 2/08/2015
4 2 3
IDA’AMA
93 22 107
Torbee kanaatti akka Aanaatti hiikaman qixxee raawwii Gabatee irratti Lakkoofsaan Guuttan waliin kan
wal gituu tarreessaa:-
1.KTajaajilaa Torbee kanaatti akka Aanaatti hiikaman qixxee Raawwii Gabatee irratti lakkoofsaan
walin kan walgitu tarreessaa
1.Waajjira E/Fayyaa
 Gama abulansi itti abulaansi tokichuma ture garaga jirti
 Dhihesi qoricha adda addaa waajiin walqabate gaha akka jiru
 Hojjettoota B/F 4n degarsa fi to’annoo Extention godha jira
 Tajajjilamtootaa Anshuransi fayyaa nama 113
2. Waajjira Dhi/Ho/fi Hawasumma
 Namoota biya alaa irraa galan galmeesuu dhi 10 dub 5 w/g 15
 Midhaan gargaarsaa kename keessaa namoota osso hin fudhatin haafan akka kenamuu
taasifame jiraa dhi 6 dub 11 w/g 17
3. Waajjira Barnoota
 Kitaaboleen manneen barnoota lamaaf rabasamu
 Barattoota kuta 8ffaa fi 12 ffaa ga’omsuuf qophaa’a jira
 Gabaasti CRC hundarraa walitti qabamuun duub-deebiin kename
 Midhaan nyaataa buusaa gonofaan walitti qabame manneen.

4. Waajjira Dar/Ispoorti
 Leenjiin maarshaal Artii baadiyyaa irratti dhaabbatee turee jalqabu isaa
 .Ramaddii hojjattoota rakkoo qabu sirreesuu
5. Waajjira Lafaa
 Abbaa dhimmaa sababa wal didaa lafafdhufan 21 keessumessinee
 Abbaa dhimmaa 3 sayit pilanii kennameefii jira.
 Abbaa dhimmaa liqii walqoof dhufan 4
6. Waajjira Geejiba
 Abba dhimaa himataa kafaluf dhufan kan deebii argatani 5
 Abbaa dhimma Namoota 15 gabatee baajaaj fi motora baafachuu dhufan deebii argatani jiru. \

7.Waajjira Galiiwwani
o Abbaa Dhimmaa TIN fudhatan
Dhi 5 dub 1 w/g 6
o Abbootii dhimmaaf Tajaajila Gurgurtaa Teembara argatan Nama 3
qarshi 105 mootummaaf galii ta’ee jira.
o Xalayaa Qulqullinaa Abbootii dhimmaa dhi 3 dub – w/gala 3
kennamee jira.
8.Waajjira Galmeesaa Raga Sivilii
o Tajaajila Kaardii Dhalootaa mirkaneesuu. Dhi 8 dub 2 w/gala 10
Knname jira.
o Waraqaa Raga Fuudhaafi Heerummaa Abbaa dhimmaa dhi 2 dub 2
W/gala 2 keenamee jira
Galii kana irraa qarshiin mootummaaf galee 1200
9.Waajjira Investimantii fi Industrii
 Xalayaa Deegarsaa Namoota Damee Hojii Manuufaakichariingii
irrati babba’anii nama 2 kenameejira
 Waldiddaa Lafa Namoota 2 Inveestimantii irrati wall dhaban
Daangaa isaanii addaan bafanee jira,

Lak MaqaaAanaa
k. BayyinaNamoota Of- BayyinaNamootaOf- BayyinaNamoota BayyinaNamootaS
EggannoonA eggannoonBarreeffa mindan BayyinaIddoirraka’a eeraan
Aniikennameef mankennameef Adabamanii n Hoj/
Gaggeeffamanii
Torbee Hanga Torbee Hangaam Torbee Hanga Torban Hangaam Torbee Hanga
kana Ammatti kana matti kana Ammatti Kana matti kana ammatti

1 22 28 - 170 1 2 11
2

1. UnkaaTarkaanfii Hojjattoota Rakkoo Kenna Tajaajilaa irratti hundaa’un fudhatame itti guutamuu.
Iddoo/Gos1a/ Adabbii irratti Mallattoo “ 1” barreessuun agarsisaa.
Lak. MaqaaHojjattootaa MaqaaSeektaraitti Of-eggannoo Adabbii Gita Hojiiis Hojjatt Hojjattoot QaxarriiSe
Koorniyaa

Hojjatan Qooda Barreeffamaa Mindaaad isaanii aaniirr ootaSee aIttimurta eraanalaaha


/ /Gosa kennameef abaman rraaka’ aagagg raafdhi a’eManaA qamanihoji
HojjattootaBaadiy an eeffam yaatani malasirree iirraagagge
yaasnidabalataa an beellam ssaattigala effaman
airrajira n
n
6 Shamshi Ibroo Dub Bulchinsa 

7 Abichuu Hayiluu Dhi CHU fi Oguma 

 Namoota Haala Qajjeelfamaatiin Hojiirraa .gaggeeffaaman

Dhi 1 dub 1 w/gala 2

You might also like