You are on page 1of 2

Guyyaa16/07/2016.

Qa/Po/Go/Sh/Ki/Lixaatti
It/Gaf/Kutaa TPH Godinaatiif
Walisoo
Dhimmi isaa:- Daataa Miseensota TPH Po/A/S/Daaccii Ramaddii Hojii
Gandoota Magaalaa fi BaadiyyaaGuunnee isiniif erguu ta’a .

Akkuma armaan olitti ibsamuuf yaalametti


Magaalaa, BaadiyyaaGandoota A/S/Daaccii qabdu , Ganda
Ofiisara TPH Qabu,Ganda Ofiisara TPH qabu , Rramaddii
hojii akkaataa isin nu gaafattaniin guunnee isiniif erguu
ta’a.

Kanaafuu akka Waajjira Po/A/S/Daaccitti Daataa isin nu


Gaafattan Kana Waraqaa Gaggeessituu fuula___________Wal-
qabsiifnee isiniif erguu keenya Kabajaan isinii ibsina.
“Nagaa Wajjin”

Daataa Miseensota TPH PO/A/S/Daaccii Ramaddii Hojii Gandoota Magaalaa fi Baadiyyaa.


Lak Gulantaa Maqaa Guutuu GandaMagaalaa/ Ibsa
k. Baadiyyaa itti
Ramadame
1. Saj/Ol. Shibbiruu Obsee Naggasaa Magaalaa Tarree 01
2. G/Saajin. Makkiyaa Nagawoo Guduyyaa >>
3. Saajin. Dachaasaa Tasfaayee Gammachuu Ganda T/Shinoo
4. I/A/Saajin. Habtaamuu Tsaggaayee Jimaa H/Waradii
5. G/Saajin. Zalaalam Malkaamuu Kumarraa H/oomaa
6. I/A/Saajin. Isheetuu Girmaa Margaa We/Od/Leeqaa
7. G/Saajin. Adam Oogatoo Badhaasoo Guuyyee
8. G/Saajin. Dassaalany Getaachoo Maammuyyee Maj/Qimixaa
9. Saajin. Fu’aad Baadiruddin A/Simal Gara Gateessa
10. Saj/Ol. Milkeessaa Ayyaansaa Raggaasaa Ceekaa
11. Saajin. Tashoomaa Nagawoo Abbabaa Ganyoo Goolam
12 Saajin. Gaaddisaa Dhugumaa Dirribaa Sadeen Mucucaataa

You might also like