You are on page 1of 6

KOOLLEEJII SAAYINSII HA

WAASAA FI NAMUMMAA MUUMMEE AFAAN OROMOO


FI OG-BARRUU

QAACCESSA ERGAA ASOOSAMA DHEERAA GUMAA GALAATE

WASANEE BUNGULI

WAXABAJJII 2009
DIILLAA

QAACCESSA ERGAA ASOOSAMAA DHEERAA GUMAA GALAATE


YUUNIVARSIITII DIILAA

KOOLLEEJII SAAYINSII HAWAASAA FI NAMUMMAA MUUMMEE


AFAAN OROMOO FI OG-BARRUU

QORANNOO ULAAGAA DIGRII JALQABAA AFAAN OROMOO FI OG-


BARRUU GUUTTACHUUF
KOOLLEEJJII SAAYINSII HAWAASAA

YUUNIVARSIITII DIILAAF QOOPHAA’E

QORATTUUN: WASANEE BUNGULI


GORSITUUN: HURRUMEE DAGGAFAA, (MA)

WAXABAJJII 2009
DIILLAA
YUUNIVARSIITII DIILAA

KOOLLEEJII SAAYINSII HAWAASAA FI NAMUMMAA MUUMMEE


AFAAN OROMOO FI OG-BARRUU

QAACCESSA ERGAA ASOOSAMAA DHEERAA GUMAA GALAATE

KOREE MIRKANEESITOOTAA
MAQAA GORSITUU MALLATTOO GUYYAA
____________________ _____________ ___________

MAQAA QORAA MALLATTOO GUYYAA

___________________ _____________ _________

WAXABAJJII 2009
DIILAA
GALATA

Duraan dursee haala hundumaa keessatti kan na gargaree asiin na ga’ee waaqayoof galanni
koo dangaa hin qabu. Ittii ansuun osoo na hin nuffiin qarshiinis ta’ee yaadaan jalqabaa hanga
dhumaatti kan na wajjiin turan harmee koo Geexee Baalii, Obbolleessa koo Mitikuu
Geetaahuun fi Fiqaaduu Diribii obboleette koo Adanuu Tilahuun ,akkasumas obboleeyyan
koo hafan hundaaf galanni koo guddaa dha.
Akkasumas gorsituu koo nuffii tokko malee na cina dhaabbattee na gorsiitee gummaacha
guddaa kan naaf gootee barsiistuu koo Hurrumee Daggafaa (MA) baay’een galateeffadha.
Kana malees qorannoo kana jalqabaa hanga xumuraatti barreeffama kompiteraan kan na
gargaraa turan Yeeromsa Magarsaa baay’een isaan galateeffadhaa.

i
AXEEREERAA

Kayyoon qorannoo kanaa ergaa asoosama Gumaa Galaate qaaccessuu irratti xiyyeeffatee
Kan hojjetamedha.Kunis dhimmoota maalummaa og-barruu waliin wal qabatan kanneen
akka maalummaa asoosamaa fi asoosama Sana keessatti, ergaan asoosama sanaa
bal’inaan ilaalamuun qoratamee jira.Qorannoo kanaaf malli itti dhimma ba’ame mala
qorannoo akkamtaati.Sababni isaas qorannoon akkamtaa mala qorannoo keessaa gaaffilee
gadia fageenyaan kaasuun deebii argamsiisuu wan danda’uufidha. Kitaaba Gumaa Galaate
gadi fageenyaan dubbisuun ergaan isaa ifa akka ta’uuf kan qoratamudha. Kitaaba kana
dubbisuunis ragaaleen kan walitti qabaman yoo ta’uu, ragaaleen walitti qabamanis gadi
fageenyaan qaacceeffamaniiru.Qaacceessa qorannoo ergaa asoosama dheeraa Gumaa
Galaate kanirraas argannoo yookiin yaadni furmaata isaa caacculee asoosamaa ergaa
asoosama dheeraa Gumaa Galaate keessa jiruu adda baasuun ibsamee jira.

ii
Ibsa mirkaneeffannaa
Ani maqaan koo fi mallattoon koo armaan gadiitti kan argamuu qorannoon kun hojii koo ta’uu isaa fi
wabilee hundaa galateeffachuun nan mirkaneessa. Akkasumas qorannoon kun hanga ani beekutti bifa
kaminuu kanaan duraa yuunivarsiitii kamittuu akka hin hojjeetamne nan mirkanneessa
Maqaa mallattoo guyyaa

Ani maqaan koo fi mallattoon koo kan armaan gadittii argamuu qorannoo kanaaf gorsittu ishee ta’un,
barreeffamoota qorannichaa sireessaa turuu fi akka hubannoo ammaa jiruutti hojichi hojii qorattuu ta’u
u ishee kan ragaa fi wabiilee fayyadamtee wabeeffattee dhiyyeessuun isheen mirkaaneessee,qormaataf
akkaa dhiyyatuu taasisee jira.
Maqaa

mallattoo guyyaa

 1|fuula

You might also like