You are on page 1of 14

2011|2019

(AYYAANA CUUPHAAF FAARUU QOPHAA'E) INNI KUN ILMA KOO ISA JAALATAMAADHA GAMMACHUUN KOOS ISATTI HIN RAAWWATAMA
[MAAT 3:17] DACHEERRA KAN JIRTAN HUNDUMTUU WAAQAYYOOF ILIL JEDHAA MAQAA ISAATIF FAARFADHAA FA. 6 5 ÷ 1 - 2

Deeme iyyasuus |*4| Hallee |*3| luuyyaa Hallee |*2| luuyyaa Halleluuyaa
Galilaarraa gara yordaanosi |*2| Gooftaan cuuphameera harka namaatini |*2|
Ni bu’e Ilmii |*3| eeyyee Hallee |*3| luuyyaa Hallee |*2| luuyyaa
Samiirraati gara laga cuuphaa |*2| eeyyee Halleluuyaa
Ya gooftaa uummanni kee fayyani
Dhufe jechi duumessa irraa akkas kan jedhu |*2| dhalachuu keen
Kan jaaladhuufi kan kabaju ilmi koo isadha |*2| Ya gooftaa uummanni kee fayyani
cuuphamuu keen
Dhuguma dhugaadha |*4| Urjii hordofanii
Raajiidha cuuphamuun gooftaadhaa |*2| Warri hayyootaa dhufan urjii hordofani |*2|
Amaanu’eliif|*4| sagaduuf amaanu’eliif eeyyee|*3|
Harka yohaannisiin cuuphame Iyyasuus naazrawwii MAQAAN KEE AJAA’IBA
Gooftaan keenya |*5|Iyyasuus naazrawwii Maqaan kee ajaa’iba maqaa waaqaa qaba
Seenaa koo haaressi Ergamaa mikaa’el siif galatan qaba
Seenaa koo haaressii gooftaa naaf geeddarii Na guddisteetta ati hamaarraa na eegdee
Akkan siif hojjedhuuf ati na gargaarii Warra siin hin qabneef garaan koo na gadde
Nagaan baheen gala ergan si waammadhee Jawwichi hin dandeenyee surraa keetu caalee
Maaltu na mormaree anoo sin filadhee*2 Darbatamee kufee fuula kee ilaalee
Gargaarsaa fi humna koo naaf ta’i jabina koo Kanaafan si waamaa ati mirga kootii
Kan ani hawwe hundumaa naaf guuti hir’uu koo Simboo argadheeraa atoo gartuu kooti
Cubbamaa qulleessuuf siif amala keetii Gargaaraa koodha ati akka daani’eelii
Nan dhabsiisin maaloo eebba mana keetii*2 Qorumsa keessatti gara koo ilaalii
Isiraa’el gargaartee kan baste Giptsiitii Maqaan kee waamamnaan diinni ni rifataa
Naanis na baaseeraa du’aa fi badiisaatii Anis bilisoomee qabadhee galataa
Cubbamaadhan ture hunda dadhabsiisee Liibaanan mana kee urgaa’e keessi koo
Gooftaatu na waamee fayyina naaf labsee*2 Harka keerra jira kadhaaf galanni koo
Daani’eel gargaartee baaste afaan leencaatii Mirga waaqaa jirtaa mirgaaf na jaallattee
Halkanii fi guyyaa kanaaf naaf dhaabbattee.
Hundumaa kan gootu dhuguma waaqa ati
Gochaa kee yemmuun yaaduu guddaan raajeffadhaa Maariyaam
Maqaan kee haa ulfaatuu ati waaqa ulfaataadha*2 Maariyaam ni caalti uumama hundumaarra
Inni kana godhe har’as jira gooftaan Ishee hin gubne abiddi waaqummaasaa |*2|
Na gargaara yoomuu ani isa waamnaan ማሪያም ተዐቢከሀሎ ፍጥረት / 2 /
Yoomin himee fixaa gochaa inni naaf godhee እያዊያን እሣተ መለኮት / 2 /
Galatan laadha isaaf maqaasaa faarfadhee.*2 Mucaa kee
mucaa kee haammadhuutii
ya haadha gooftaa koottu maariyaamii
koottu |*3| Maariyaamii |*4|

QOPHEESSITOONNI M\A\O\T\ITOOPHIYAA;WABO ORTODOOKSII TAWAAHIDOOTTI; YAA'II MOORAA AFAAN OROMOO 1


YUNIVERSIITI AMBOO KAAMPAASII AWWAAROO KUTAA FAARUU IRRAA
DN OBSAA M
2011|2019
(AYYAANA CUUPHAAF FAARUU QOPHAA'E) INNI KUN ILMA KOO ISA JAALATAMAADHA GAMMACHUUN KOOS ISATTI HIN RAAWWATAMA
[MAAT 3:17] DACHEERRA KAN JIRTAN HUNDUMTUU WAAQAYYOOF ILIL JEDHAA MAQAA ISAATIF FAARFADHAA FA. 6 5 ÷ 1 - 2

Koottu Ati yaa eegaa biyyaa ‘’ ‘’


Koottu |*2| Mikaa’el koottu |*2| Ergamaa nageenyaa ‘’ ‘’
Koottu|*2| Mikaa’el koottu nu bira Abdiinkoo dhokatee ‘’ ‘’
Nuuf kadhu araara waaqayyoon biraa Dukanni yoo na nyaatu ‘’ ‘’
Himata baahiraanii Mikaa’el koottu Gargaarsa keen golgii ‘’ ‘’
Xalayaa du’asaa ‘’ ‘’ Ifakee naaf kenni ‘’ ‘’
Cirtee ennaa gattu ‘’ ‘’ Koottu |*2| Uraa’el koottu |*2|
Gammade lapheen koo ‘’ ‘’ Koottu |*2| Uraa’el koottu nu bira
Mikaa’el dursaadha ati ‘’ ‘’ Nuuf kadhu araara waaqayyoon biraa
Angafa ergamoota ‘’ ‘’ Qaamni koo dadhabee Uraa’el koottu
Humna keen nu eegi ‘’ ‘’ Dhukkubaan dhahame ‘’ ‘’
Amantiin nu cimsi ‘’ ‘’ Lubbuunkoo yoo dadhabu ‘’ ‘’
Koottu|*2| Gabri’el koottu|*2| Dhukkuba cubbuudhaan ‘’ ‘’
Koottu|*2| Gabri’el koottu nu bira Raajiikee yaadudhaan ‘’ ‘’
Nuuf kadhu araara waaqayyoon biraa Kadhaddheen jabadha ‘’ ‘’
Gatamee abiddatti Gabri’el koottu Har’as naan faarfadha ‘’ ‘’
Kan baay’ate humnisaa ‘’ ‘’ Tsabala isaan fayyee ‘’ "
Cimaadha abdiin keenya ‘’ ‘’ Hin dogoggorre nuti
Samiiwwwan gubbburraa ‘’ ‘’ Hin dogoggorre nuti
Gabri’el naa dhufe ‘’ ‘’ Hin dogoggorre
Gidduu abiddaa ijaajjee ‘’ ‘’ Samii samiirraa waaqayyo gad bu’ee
Humna laboobichaa ‘’ ‘’ Durbee maariyaamiirraa dhalate yoo jenne
Fannoodhaan abboome ‘’ ‘’ Kan hin qoratamne icciitiin tawaahidoo
Koottu|*2| Rufaa’el koottu|*2| Addunyaa fayyisuuf nama ta’e waaqayyo
Koottu|*2| Rufaa’el koottu nu bira Marteessaadha malee inni araarsaa miti
Nuuf kadhu araara waaqayyoon biraa Jennee yoo dubanne ilma maariyaamiiti
Hiikaa gadameessaa Rufaa’el koottu Keenya karaansaa dhugaan isa kanadha
Gargaaraa gaafa dhiphuu ‘’ ‘’ Murteessaa araarsaa kan godhe eenyu dha
qabsuuraan kee aja’iba ‘’ ‘’ Taabota waaqayyoo kabajaan marsinee
Dhibee kan fayyisuu ‘’ ‘’ Mallattoo fayyinaa fannoosaa qabannee
Akkuma ibsiteefi ‘’ ‘’ Daandiisa qajeelaa karaasaa dhugaarraa
Ija xoobitinii ‘’ ‘’ Akkuma kaleessaa har’asoo ni jira
Nuufis laphee keenya ‘’ ‘’ Seenaa addunyaa irratti warri jajamani
Nuuf ibsi koottuutii ‘’ ‘’ Awwala keessa jiru biyyoo uffatanii
Koottu |*2| Raagu’el koottu |*2| Nuti kan waaqessinu iyyasuus gooftadha
Koottu |*2| Raagu’el koottu nu bira Du'a mo'ee ka'e golgootaan duwwaadha
Nuuf kadhu araara waaqayyoon biraa
Ergamaa ifaadha Raagu’el koottu
Aangoonkee raajidha ‘’ ‘’
QOPHEESSITOONNI M\A\O\T\ITOOPHIYAA;WABO ORTODOOKSII TAWAAHIDOOTTI; YAA'II MOORAA AFAAN OROMOO 2
YUNIVERSIITI AMBOO KAAMPAASII AWWAAROO KUTAA FAARUU IRRAA
DN OBSAA M
2011|2019
(AYYAANA CUUPHAAF FAARUU QOPHAA'E) INNI KUN ILMA KOO ISA JAALATAMAADHA GAMMACHUUN KOOS ISATTI HIN RAAWWATAMA
[MAAT 3:17] DACHEERRA KAN JIRTAN HUNDUMTUU WAAQAYYOOF ILIL JEDHAA MAQAA ISAATIF FAARFADHAA FA. 6 5 ÷ 1 - 2

Jajjabaadha Haadha waaqaa


Jajjabaadhaa amantii keessaniin jajjabaadhaa Haadha waaqa kan madanalami
Sobaan dhugaa bahuun hin danda'amu Koottu maariyaamii
Ni amanna ni abdanna ergamoota waaqayyottis himannayeroo Madda qulqullinaa koottu Maariyaamii
rakkinaafi yeroo gidiraa yeroo dhiphinaafis abdii nuuf ta'u Talila hin boorofne “ “
Yaa maariyaamii yaa haadha koo mil'adhu garakoo
Ilmakee naaf kadhu waa'ee cubbuukoo Haadha gaafa rakkoo ‘’ ‘’
Nuuf haa laatu amantii kan abrihaamiif sahaaraa Kan hin jijjiiramne ‘’ ''
Nuuti hin barbaannu amantii ishee haaraa Abdii si godhannee koottu Maariyaamii
Kan hin dukkanoofne ‘’ ‘’
Yaa mikaa’el Maqaa kee waammannaan ‘’ ‘’
Yaa mikaa’el|*2| angafa ergamoota Kan yoomuu hin qaanofne ‘’ ‘’
Cubbuu keenyaan kufnee akka hin badne Nuuf kadhatti durbee qulqulleettii
Ati nu gargaari nu si waammannee Iddoo rakkootti
Qomoo ya’iqob Mikaa’el Ilma koo nan jechaa iddoo rakkootti
Kan israa’elii Sagal na mil’atti ‘’ ‘’
Eegaa isaanidha Garaa laafeettiikoo ‘’ ‘’
Ergamaa cimaa Yoomfaa na dagatti ‘’ ‘’
Jaalala nuuf kkenni nageenya Gara isheetti deebi’aa iddoo rakkootti
Ya mikaa’el abba keenya Rakkoo odeeffachuuf ‘’ ‘’
Wayyaan kee warqee Mikaa’elii Kan keessa koof ta’u ‘’ ‘’
Fuulli kee ifaa Argadhe gammachuu ‘’ ‘'
Aangoo qabeessa Nu araarsi ya waadaa fayyinaa
Garaa laafessaa Nu si faarsina
Jaalala nuuf kenni nageenya Yoon faarse maqaa kee Nu si faarsina
Ya mikaa’el abba keenya Mee maalan sodaadha ‘’ ‘’
Fuula kee dura Mikaa’elii Abdii gaafa rakkoo ‘’ ‘’
An nan dhabbadha Silaa sin abdadha ‘’ ‘’
Rakkookoo Wabii qulqullootaa Nu si faarsina
Sittan himadha Ya abdii jireenyaa ‘’ ‘’
Jaalala nuuf kenni nageenya Durbee maariyaamii ‘’ ‘’
Ya mikaa’el abba keenya Koottu gara keenya ‘’ ‘’

QOPHEESSITOONNI M\A\O\T\ITOOPHIYAA;WABO ORTODOOKSII TAWAAHIDOOTTI; YAA'II MOORAA AFAAN OROMOO 3


YUNIVERSIITI AMBOO KAAMPAASII AWWAAROO KUTAA FAARUU IRRAA
DN OBSAA M
2011|2019
(AYYAANA CUUPHAAF FAARUU QOPHAA'E) INNI KUN ILMA KOO ISA JAALATAMAADHA GAMMACHUUN KOOS ISATTI HIN RAAWWATAMA
[MAAT 3:17] DACHEERRA KAN JIRTAN HUNDUMTUU WAAQAYYOOF ILIL JEDHAA MAQAA ISAATIF FAARFADHAA FA. 6 5 ÷ 1 - 2

Si jaalanna Sichiyyuun faarfanna


Si jaalanna si kabajna ya haaadha waaqayyoo eeyyee Sichiyyuun faarfanna *2
Waan nuuf deesseef qoricha ya aayyoo Akka ergamootaa ifa isaa uffannee
Qoricha addunyaa waan deesseef ya aayyoo Sichiyyuun faarfanna
Waaqayyo samiirraa hunda kan mil’ate |*2| Deessuu waaqayyoodhaa ofdura buufa
Bahaaf lixa kibba kan inni mul’ate |*2| Baganaa daawwitii fi masanqoo fudhannee
Bultoo fayyisuu kee hundumaa jaalate |*2| Ulfina sillaaseef Sichiyyuu faarfanna
Boqonnaa lapheesaa maariyaam siin argate|*2| Sichiyyuun faarfanna
Ati ibsaa ta’uu keen uumama hundarra|*2| Hojii fayyinaanii kan leenji’an wajjiin
Filatamuu keetii gabri’el nutti himeera|*2| Lapheen boji’amuun faarsaa faarfachuuni
Qulqulleettiin jedha sin waama maqaa kee|*2| Qooqa haaraadhaani galatan dhiyeessa
Foonii fi lubbuudhaani qulqulluu yaaadni kee|*2| Ni burqa hin hafu laphee keenya keessaa
Warri hin amanne si waamuu yoo didan|*2| Sichiyyuun faarfanna
Jabina amantii kee himuuf yoo callisan|*2| Oftulummaan miti gadi of qabuuni
Waa’ee kee dubbachuun nuuf kenna jabina|*2| Booji;ama guddaa lapheef jaalalani
Soolinaa jennee kanaaf si jajjanna|*2| Hojii keenya ta;e waaqayyoof galanni
IYYASUUS KIRISTOOS WAAAQAYYODHA Sichiyyuun faarfaanna
Iyyasuus kiristoos waaqayyodha jettee Daawwit faarfachuudhaan qullaasaa yoo ta’e
Tewayidoon waangeela nu barsisaa turte Melkoon faarsaa isaatti yoo itti kolfite
Nutis dhugaa baana eeyyye waaqayyodha Waaqni erga jaalatee ni galateeffanna
Barumsi tewaaayidoos kunoo kanadha Kan nu dhorku hin jiru gammachuun faarfanna
Diinni maaf gumguma sammuudhaa dhibamee Sichiyyuun faarfanna
Nutoo kan lallabnu isa fannifamee
Duubatti hin deebinu fulduratti malee Maariyaamiin
Waaqa bira hin qabnu waaqayyootiin malee Maariyaamiin haadha keenyaa
Shakkii shakkitootaan waan tokko hin raafamnu Abdii fayyina lubbuu keenya
Tewaayidoon dhugaadha tewaayidooo hin gadhiifnu Ilmaa kee nuuf kadhu waa'ee cubbuu keenyaa |*2| eeyyee
Waangeelaan ijaarame hundeen bu'uurrisaa
Qillensa isa kamtu mana keenya raasa Laftiis baachuu kan hin dandeenye maariyaamiin
garaatti baatte
Waa'ee qulqullootaa maaf dubbachuu dhiifna
Dubroota keessaa kanaaf filatamte |*2| eeyyee
Jireenya isaaniitiin gooftaatiin lallabna
Dhugaatu nuuf galeera duubaatti hin deebinu Isaayasis dubbateera dhaloota isheetti sagaduufi
Dhugaadhaaf hojjenna namni hundumtuu haa baru Warri ishee jibbani miilla isheetti kufu |*2| eeyyee

Gabri'el ulfina guddaadhaan misiraachuu itti dubbate


kufeefi sagadee jilbaan jilbeeffatee |*2| eeyyee

QOPHEESSITOONNI M\A\O\T\ITOOPHIYAA;WABO ORTODOOKSII TAWAAHIDOOTTI; YAA'II MOORAA AFAAN OROMOO 4


YUNIVERSIITI AMBOO KAAMPAASII AWWAAROO KUTAA FAARUU IRRAA
DN OBSAA M
2011|2019
(AYYAANA CUUPHAAF FAARUU QOPHAA'E) INNI KUN ILMA KOO ISA JAALATAMAADHA GAMMACHUUN KOOS ISATTI HIN RAAWWATAMA
[MAAT 3:17] DACHEERRA KAN JIRTAN HUNDUMTUU WAAQAYYOOF ILIL JEDHAA MAQAA ISAATIF FAARFADHAA FA. 6 5 ÷ 1 - 2

Geenyeef miti Koottu Haadha Koo Maariyaaamii


Geenyeef miti fuula kee dura Maaloo nu gidduutti argamii
Kan dhaabbanne kakuutu jira HAADHA GOOFTAA IYYASUUS KAN AMAANU'ELI
Waadaa hin dagattu nama hin tuffattu Badiidhaaf bobbaanee yogguu isa yakkine
Siin haa faarfatu addunyaan martuu Gatii badii keenyaa isheen baraaramne
Yoo ilaalamne ulaagaa hin guunnu Hir'inaaf dhiphina dookimaas hubatte
Maqaa keen garuu galma hin hanqannu Leeyya'u jalaatii kunoo isa oolfatte
Si wajjiin deemnee simboo arganne Koottaa amanadhaa lapheedhaa cabaatii
Kanaaf faarfanna maqaa kee waamnee Haadhaa dhugaa kana fudhaa qabadhaatii
Kan goonee tarre nuti ni daganna Yakkii koo baay'atee yoogguun dhiphadheetti
Sichis kan dhufu abdiin eeganna Harki maariyaamii olna qabateetti
Siif amanamnee kooluu galleerra Goonfoo qulqullootaa haadha cubbamootaa
Kanaaf dhaabbanne waltajjii keerra Nuhoo si waammanna maaloo akkam nu goota
Ajajaanmiti ati waan gootu Egaa maariyaamii nu yaaadadhu
Gooftummaa qabda waan hundarraattu Dhiifama ilma kee nuuf kadhadhu
Ta’e jecha keen hunda raawwatte Kennaakee kan taate xoophiyaa yaadadhu
Nama adda gootee bifa keen uumte Teyaahidotti cimnee akka ittiin dhaabbannu
Yoommuu waamamnenama akkamiti Qulqullummaan taanee akka siin kadhannu
Eenyuuyyuu hin beeku ulfina keeti Nageenya keeenya
Nageenya keenya waaqni keenyaa nageenya keenya
Oolmaa kee kana maaliin deebina
Jeequmsa kaasee nun yaadeessu diinni keenya
Waa’ee gochaa kee deemnee labsina Nutoo hin raafamnu gooftaa qabna nageennya keenya
Leencichi yihuudaa Diinni mo'ame humna gooftaan
Giftii ko misirroo Solomon sin jedhe Irra ejjenneerra fannoo isaan
Anis naan jedha haadha maariyaam seeni mana koo Galmeen si'olii hin digame
Leencichi yihuudaa iyyasuus gooftaadha Misraacchuun guddaan lallabame |*2|
Anis nan jedha abbaakoo iyyasuus seeni manakoo Nu wajjiin jira baane gallu
Hangafni ergamootaa mika’el sumadha Mootii moototaa faajii nagaa
Anis nan jedha eegaa koo mikaa’el seeni mana koo Nun dursu karaa kamiinii
Ijoollota sadan abiddaa kan baafte Humna uffanneerra gooftaani|*2|
Anis nan jedha eegaa koo gabri’el seeni mana koo Yommuuinni ka'u waaqni keenya
Hangafa tolootaa giyoorgis sumadha Dura hin dhaabatu diinni keenya
Anis nan jedha abbaa koo giyoorgis seeni mana koo Humna fari'on rukute
Gootichi amantii takliyyee sumadha Gammachuun afaan nu guute |*2
Anisnan jedha abbaakoo takliyyee seeni manakoo Rakkoon marfame daandiin keenya
Gooticha cuqqaalaa abuyyee sumadha Baay'ee cimullee lolli keenya
Anis nan jedha abbaa koo abbuyyee seeni mana koo Gooftaan dabarsee argine
Waaqa keennyattis gamanne|*2|

QOPHEESSITOONNI M\A\O\T\ITOOPHIYAA;WABO ORTODOOKSII TAWAAHIDOOTTI; YAA'II MOORAA AFAAN OROMOO 5


YUNIVERSIITI AMBOO KAAMPAASII AWWAAROO KUTAA FAARUU IRRAA
DN OBSAA M
2011|2019
(AYYAANA CUUPHAAF FAARUU QOPHAA'E) INNI KUN ILMA KOO ISA JAALATAMAADHA GAMMACHUUN KOOS ISATTI HIN RAAWWATAMA
[MAAT 3:17] DACHEERRA KAN JIRTAN HUNDUMTUU WAAQAYYOOF ILIL JEDHAA MAQAA ISAATIF FAARFADHAA FA. 6 5 ÷ 1 - 2

Kan diina keenyaa Iji lubbuu keenyaa


Kan diina keenyaa yoo ta'e yeroonsaa Iji lubbuu keenyaa |*3|
Hin sodaachisu suuraadha humnisaa Akka nuu ifu gooftaa kadhanna
Har'as yoo ta'e mo'ichi kan keenya Daandii ishee dhugaa maaliif daganna
Boris yoo ta'e mo'ichi kan keenya Kan dogoggore gooftaa keenya
Boolla gad fagootti yoon darbatamuyyuu Osoo hin beekiin " "
Barooduun leencaa nu sodaachisuyyuu Diinni nu guuree " "
Waaqni ergamaasaan diina ni kuffisa Nun fudhatiini " "
Nuyi ijoolleesaa mo'icha badhaasa Daandii ishee dhugaa kan ortodooksii
Furuursaa hin baaannu xiyya hin qajeelfannu Karaa ganamaa ati nuuf ibsi
Eeboo hin qabannu goraadee hin luqqifnu Akka gowwoomsu gooftaa keenya
Lolli kansaati kan gooftaa guddichaa Maqaa kee waamee " "
Ililleen gaha diiguudhaaf gamicha Nuuf haaraa miti " "
Nu balleessuudhaaf fari'on saffise Wangeelatu hime " "
Baay'ee dhiphanne duuti nutti marse Osuma dhaga'uu irra gulufe
Galaanni hiramee akka gamoo ta'e Shakkaan gufatee boollatti kufe
Tokkollee hin hafne hundumtu ni ce'e Wanta ati himte gooftaa keenya
Nuti hin mo'amnu ijoollee mootiiti Tokkollee hin hafne " "
Dhiigaan nu bite nuyi iyyasuusiini Shakkaan jecha kee " "
Jabaa maqaasaan mo'ichi kan keenya Homaa hin hubanne " "
Diigamee bade teessoon diina keenyaa Ennaa ati dhuftu lamuu deebite
waaqayyoof Eenyu argama gaarii hojjetee
Galanni waaqayyoof samiirraatti Hunda dabarsitee
Nagaan lafarratti namootaaf haaleluyaa Hunda dabarsitee kan yoonaan nu geesse
Haaleluyaa|*3| ameen haaleluyaa Galannii siif haa ta'u ulfaadhu sillaasee |*2|

Abrihaamiif kan laatte amantaa ishee duraa


Iyyoobiif kan laattee obsa isa gaarii
Si duukaa buuneerra ati nu gargaari

QOPHEESSITOONNI M\A\O\T\ITOOPHIYAA;WABO ORTODOOKSII TAWAAHIDOOTTI; YAA'II MOORAA AFAAN OROMOO 6


YUNIVERSIITI AMBOO KAAMPAASII AWWAAROO KUTAA FAARUU IRRAA
DN OBSAA M
2011|2019
(AYYAANA CUUPHAAF FAARUU QOPHAA'E) INNI KUN ILMA KOO ISA JAALATAMAADHA GAMMACHUUN KOOS ISATTI HIN RAAWWATAMA
[MAAT 3:17] DACHEERRA KAN JIRTAN HUNDUMTUU WAAQAYYOOF ILIL JEDHAA MAQAA ISAATIF FAARFADHAA FA. 6 5 ÷ 1 - 2

Ofumaaf miti Gaarummaan kee adda


Ofumaaf miti nu waamuun kee Gaarummaan kee adda garraamummaan keesi
Samii samiirraa gad bu'uun kee Haadhasaa taateetta qoricha addunyaafi
Bilisa nu baaseera humni kee Qulqulleetti waan taateef haadha keenya
Nurratti golboobeera ayyaanni kee Mudaa kan hin qabne " "
Ofumaaf miti nu waamuun kee iddoo isa gaarii qopheessitee Gooftaa nuu deesseetta " "
Waanta nuuf ta'u murteessite Kan sirraa dhalate " "
Booddee hin deebinumurtoofneerra Seenaanshee raajiidha haadha keenya
Arjaa ta'uu kees hubanneerra Duumeessa dhugaati " "
Ofumaaf miti nu waamuun kee Furmaanni keenya wallaalamee Gammachuu hundumaa " "
Nama birattis tuffatamnee Abdii tewahidoo " "
Galmeen keenya ni haareeffame Eegduu jannataati haadha keenya
Misraachuu guddaan lallabame Gonfoo isheerra bule " "
Ofumaaf miti nu waamuun kee Adeemsa keeenya nuuf sirreessi Yaabbannoo samiiti " "
Galaana cubbuu nu ceesisi Abdii tewayidoo " "
Simalee kan nuuf ta'u hin jiru Seenaan kee raajiidha haadha keenya
Arjaan akka kee tasa hin jiru Abidda abbaati " "
Ofumaaf miti nu waamuun kee Iddoo nu waamtee irraanfannu Duumessa dhugaati " "
Maqaa kee faarfachuu dagannu Abdii hundumaati " "
Mucummaatti nu guddifatte
Bakkee onaatii nu waammatte

BultooWaaqayyo Ilmaa(ማሕለኮት)
Bultoo Waaqayyoo Ilmaadhaa (2*)
Maariyaamii haadha/giiftii hundumaadhaa ( 2 * )
ማኅደረመለኮት/2/
ማሪ ያ ም እመ ብዘኃን/4/
TsillaatiiMusee(ፅላት)
TsillaatiiMuseebiqiltuu Phaaxoos Siinaadhaa eyyeen /2/
Tsanaatsilii /5/ Aaroon lubichaaf eyyeen / 3 /
ፅ ላ ተ ዘ ሙ ሰ እ ፀ ጳ ጦሥ ዘ ሲ ና

QOPHEESSITOONNI M\A\O\T\ITOOPHIYAA;WABO ORTODOOKSII TAWAAHIDOOTTI; YAA'II MOORAA AFAAN OROMOO 7


YUNIVERSIITI AMBOO KAAMPAASII AWWAAROO KUTAA FAARUU IRRAA
DN OBSAA M
2011|2019
(AYYAANA CUUPHAAF FAARUU QOPHAA'E) INNI KUN ILMA KOO ISA JAALATAMAADHA GAMMACHUUN KOOS ISATTI HIN RAAWWATAMA
[MAAT 3:17] DACHEERRA KAN JIRTAN HUNDUMTUU WAAQAYYOOF ILIL JEDHAA MAQAA ISAATIF FAARFADHAA FA. 6 5 ÷ 1 - 2

Lemmaati nyaataa YORDAANOS


Ulfina tolootaa ya giiftii ulfina toloota Yordaanositti nuuf cuuphameera |*2|
Lemmaati nyaata raajiidha lemmaati nyaataa Abbaan ifa baase icciitii tokkummaa
Raajiidha lemmaati nyaataa Mucaan koo kunooti inni jaalatamaa
Kabaja isaani kan qulqullootaa Addaamiin booji'ee kan cabse gabrummaa
Sin faarsa ani faarsaa galataa Muccummaa cuuphaadhaan arganneerra|*2| eeyyee
Kan ati nuuf deesse buddeen jireenyaa Seexanicha eeyyee mo'anneerra
Ilmi kee jira ifichi keenya Faaruudhaafis dhaabbanneerra eeyyee
Huccuu gaarummaa miidhagina ishee Halkan dukkanaa'u gooftaan nu eegeera
Ulfa sochoosa qooqni afaanshee Irree keenya ta'e nutis dhaabbanneerra
Abidda deesse abidda haammatte Cuuphaasaan cuuphamnee diina moonee jirra
Utuun sin faarsiin aduun yoom lixxee Yordaanos |*2| gammadi kaa
Ya baha biiftuu bahaa nuuf taate Gammadi kaa |*2| eeyyee |*2|
Ifichi guddaan kan nuuf mul'ate Mooticha kee eeyyee simadhu kaa
Hin dukkanooftu jireenyi keenya Fiigicha kee eeyyee raawwadhu kaa
Ilmi kee jira ifichi keenya Summii tufi eeyyee faarfadhu kaa
Nagaan siif haa ta'u nuyi si kadhanna Seenaan kee haara'e dhaabbadhu faarfadhu
Ati nuuf kadhu nuti sitti boonya Tellaatti hin deebi'iin gooftaa kee simadhu
Koottu gugee koo fakkaattuu ilma kee Maqaa iyyasuusiin seenaa haareffadhu
Samii fi lafatu hima waa'ee kee Cubbuu addaamiin duunerra cuuphaa gooftaatiin
kaanerra |*2|
Ni amannaa abbaatti du'a injifannee baaneerraa
waanjoon seexananaa cabeera
Ni amannaa abbaatti ni amannaa ilmaattii ( 2 ) Yordaanos |*2| kan carroomte
Nut ni amannaa nuti nii amannaa ( 2 ) Kan carroomte |*2|eeyyee |*2|
Nii amannaa afuura qulqulluuti … . eyyeen ( 3 ) fuula gooftaa eeyyee kan dhaabbatte
raajii daawwit eeyyee kan raawwatte
እናምናለን በአብ እናምናለን (በወልድ |2| ) / 2 / jecha waaqaa eeyyee kan simatte
እናምናለን እናምናለን / 2 /እናምናለን በመንፈስቅዱሰ
Yaa Waaqayyoo Gooftaa
Yaa Waaqayyoo Gooftaa Sigalateeffannaa x 2
Suma malee kan biraa maal qabnaa x 2
Yaa Maariyaamii Giiftii x2 nutoo sijaalanna x 2
Waan nuuf deessee Qoricha fayyinaa x 2

QOPHEESSITOONNI M\A\O\T\ITOOPHIYAA;WABO ORTODOOKSII TAWAAHIDOOTTI; YAA'II MOORAA AFAAN OROMOO 8


YUNIVERSIITI AMBOO KAAMPAASII AWWAAROO KUTAA FAARUU IRRAA
DN OBSAA M
2011|2019
(AYYAANA CUUPHAAF FAARUU QOPHAA'E) INNI KUN ILMA KOO ISA JAALATAMAADHA GAMMACHUUN KOOS ISATTI HIN RAAWWATAMA
[MAAT 3:17] DACHEERRA KAN JIRTAN HUNDUMTUU WAAQAYYOOF ILIL JEDHAA MAQAA ISAATIF FAARFADHAA FA. 6 5 ÷ 1 - 2

kan fayyuu barbaaduuf ARAARSITUU


kan fayyuu barbaaduuf amantiif cuuphaadha Araarsituu maariyaam araarsitu|*2|
eeyyee dhugaadha Ya haadha garraamii
dhiiigaan kan nu bite kiristoos qofaadha Durbee maariyaamii
eeyyee dhugaadha Ya garaa laafeettii
sanyii nama hundaaf saamiirraa kan buute eeyyee dhugaadha Araarsituu maariyaam araarsitu
duutee du'a mootee jireenya nuuf laatte gooftaan sumadha Eenyu jedheen waama maqaa kee
harka yohaannisittiyoo cuuphamtes ati eeyyee dhugaadha Maariyaam natti ulfaate oolmaankee
fakkeenyi kee hundi madda jaalalaati fayisaadha ati Ya haadha jaalalaa
yohaannis yoo cuuphes bishaaniidhaan inni eeyyee dhugaadha Sumatu naaf caala
kan na booddee dhufu sin cuupha abiddaani inni afuuraani Yeroon waa hin qabnetti
lubbuu badee ture fayyina itti baafte eeyyee dhugaadha Qabeessa na gooteetti
waaqummaa keetiini jireenya nuuf laatte du'a nu oolchite Araarsituu maariyaam araarsitu
xalayaan gabrummaa yordaanosiin ture eeyyee dhugaadha Eenyu jedheen waama maqaa kee
xoofoo du'a kootii jireenyatti jijjiiree du'a nu fure Maariyaam natti ulfaate oolmaankee
fayyinni amantaaf cuuphaadhaaan argama eeyyee dhugaadha Ya garaa laafeettii
addunyaan hundumtuu isaan baraarama gooftaan furama Diina naaf falmi ati
fakkeenya gugeetiin ni bu'e afuurrri eeyyee dhugaadha Araarsituu maariyaam araarsitu
gara keenya dhufe gooftaan jaalalaani isaan baranii Eenyu jedheen waama maqaa kee
fakkeessuudhaaf malee addunyaan sobadha eeyyee dhugaadha Maariyaam natti ulfaate oolmaankee
abbaan qulqullummaa amaanu'el qofadha inni gooftaadha Koottu mee gara koo
Ya haadha gooftaa koo
Galata waaqayyoo Laali hir'ina koo
Galata waaqayyoo yeroo hundumaatti |2| Guuti hir'ina koo
Akka daawwit anoo garbicha isaati |2| eeyyee Araarsituu maariyaam araarsitu
Eenyu jedheen waama maqaa kee
Gooftaan koo amaanu'el baay'ee na jaalate |2| Maariyaam natti ulfaate oolmaankee
Seexana harkaa dhiigaan na bitate |4| Baay'nni yakka kootii
Gooftaatti nan buutuutii
Seexanni haa leeyyatu moormituun diina koo |2| Kadhannaa koo fuutee
Humna gooftaan mo'achuun yoomis kan koo |4| eeyyee Gooftaa gurra naaf buufte
Araarsituu maariyaam araarsitu
Eenyu jedheen waama maqaa kee
Maariyaam natti ulfaate oolmaankee

QOPHEESSITOONNI M\A\O\T\ITOOPHIYAA;WABO ORTODOOKSII TAWAAHIDOOTTI; YAA'II MOORAA AFAAN OROMOO 9


YUNIVERSIITI AMBOO KAAMPAASII AWWAAROO KUTAA FAARUU IRRAA
DN OBSAA M
2011|2019
(AYYAANA CUUPHAAF FAARUU QOPHAA'E) INNI KUN ILMA KOO ISA JAALATAMAADHA GAMMACHUUN KOOS ISATTI HIN RAAWWATAMA
[MAAT 3:17] DACHEERRA KAN JIRTAN HUNDUMTUU WAAQAYYOOF ILIL JEDHAA MAQAA ISAATIF FAARFADHAA FA. 6 5 ÷ 1 - 2

DU'EE DU'A KOO KAN HANBISE Mallattoodha biyya keenyaaf


Nagaa naaf labse eeyyee Tewahidoo amantaa dhugaa
Aarsaa abrihaamii " Fuula waaqaa ni dhaabbata
Kan ittiin fayyine " Gabri'el nuyif kadhata
Jaalala waaqayyoo " Kan gargaarte israa'el
Kan ijaan argine " Mikaa'el nutti araaramii
Guyyaansaa yoo gahu " Kiristoosiif amanamtee
Durbeerraa dhalate " Arseemaan kunoo nuuf dhufte
Fannoorra kan oole " Lafarratti kan dhalate
Fayyina nuuf laate " Yohaannis eeenyu akkikee
Fannootti olbahee nuuf dhiphate Wareegamaa giyoorgisii
Nu fayyifate Nuuf koottu maaloo har'asii
Akka uumamaatti eeyyee Kan kabaje qulqulloota
Gooftaan ilaalamee " Ni argata gatii tolootaa
Dhiiga isaan nu bite " Galatan dhiiyeessaaf
Nagaan nuuf labsame " Galatan dhiyeessaaf ani waaqa na jaalateef
Gidiraan waaqayyoo " Yommuun dagatame sana isa na yaadateef
Anatti mul'ata "
Daandiin jireenya koo "
Mootichi mssir ajaja baasee
Isaan naaf mijata " Murtoo isa du'a nuratti labse
Uumamni hundinuu si jaalata Ati egaa gooftaa uumtee hin dagattu
Nuuf deesse gooftaa Uumama keessaa homtuu sin gitu
Duraan kan yaadamte eeyyee Jiraa ajjeestee du'aa ni kaasta
Yaada abbaa keessatti " Lafaaf samiirratti eenyu siin fakkaata
Haati amaanu'el "
Gaafa rakkinaa laftii hin bari'u
Naafis haadha kooti "
Ati miidhagina koo " Yoo bari'eyyuu immoo ifa hin ta'u
Ya durbee haadha koo " Dhibeen baay'annaan haatu dagatte
Akka jedhan mti " Mucaashee gattee ofii of olchite
Naaf kadhu uumaa koo " Si malee gooftaa gaariin hin jiru
Uumamni hundinuu si faarfata Osoo nan nuffiin kan na gargaaru
Nuuf deesse gooftaa Dhiira ajjeesaa durba dhiisatii
Du'ee du'a koo kan hanbise
Yoo babal'atte nurratti kaati
Nagaa naaf labse
Durbee maariyaam qulqulleetti Jechuun dubbate ol of qabuuni
Mi'ooftuu yaa haadha mootii Aangoon kan gooftaa ta'u osoo hin yaadiin
Uumamni hundinuu si jaalata Du'aaf nun waamne jireenyaaf malee
Waaqayyo situ kadhata Kan nu guddise eenyuu si malee

QOPHEESSITOONNI M\A\O\T\ITOOPHIYAA;WABO ORTODOOKSII TAWAAHIDOOTTI; YAA'II MOORAA AFAAN OROMOO 10


YUNIVERSIITI AMBOO KAAMPAASII AWWAAROO KUTAA FAARUU IRRAA
DN OBSAA M
2011|2019
(AYYAANA CUUPHAAF FAARUU QOPHAA'E) INNI KUN ILMA KOO ISA JAALATAMAADHA GAMMACHUUN KOOS ISATTI HIN RAAWWATAMA
[MAAT 3:17] DACHEERRA KAN JIRTAN HUNDUMTUU WAAQAYYOOF ILIL JEDHAA MAQAA ISAATIF FAARFADHAA FA. 6 5 ÷ 1 - 2

Kunoo ni cuuphamee Safuu jaalala isaaf ni cuuphamee


Hunda kan uumee harka uumamaatti
Yohaannis ni dhufee ni cuuphamee waadasaa kan eegu
Gammoojjii onaatii hanga xummuraatti
Karaa isaaf qopheessaa maal isaaf deebisna
gooftaan ni dhuufaatii
mootummaan waaqayyoo waa’ee oolmaasaati
kunoo dhiyaatteettii ililleef galanni hoo
gaabbiitiin cuuphamaa yoomiyyuu kan isaati
deebi’aa gara isaatti Koommee maariyaamii
yordaanos baqattee ni cuuphamee Koommee haadha koo maariyaamii |*2|
uumashee agartee Ergamaa waaqayyoo mikaa'el wajjiini |*2|
humni waaqummaasaa Bitaanis mirgaanis diinni na marsanii
na danfisa jettee koommee haadha koo maariyaamii
Sagalee olqabee sin waammadhe ani |*2|
yordaanos dhaabadhu
Jiruun lafa kana baay'ee na rakkise
har’a qulqulloofta koommee haadha koo maariyaamii
jaalallii waaqayyoo Na gargaarii maaloo manni koo fokkise |*2|
si keessaan mul'ata Yommmuun harkaa qabu hunduu na jaalatu
gammadaa hundumtuu ni cuuphamee koommee haadha koo maariyaamii
himaa addunyaatti Yommuun harkaa dhabe firruu na tuffate |*2|
kiristoos cuuphamee Hiyyeessaaf dureessa ati addaan hin baaftuyoon
koommee haadha koo maariyaamii
yohaannis harkatti
Maqaa kee yoon waame yeruma hundumaa|*2|
xalayyaan garbummaa Homtuu nan mudatu nan baha rakkinaa
har’a diigameera koommee haadha koo maariyaamii
ilillen faarfadhaa Qaba jedhee hin boonu dhabe jedhee gaddu |*2|Ani siin
gooftaan cuuphameera argadhee homaalleen yaadda'u
gammadi yohaannis ni cuuphamee koommee haadha koo maariyaamii
ulfina argatte
uumaakee cuuphuudhaaf
akkam filatamte
wangeela waaayyoof

wareegamummaanis
isaaf amanamte

QOPHEESSITOONNI M\A\O\T\ITOOPHIYAA;WABO ORTODOOKSII TAWAAHIDOOTTI; YAA'II MOORAA AFAAN OROMOO 11


YUNIVERSIITI AMBOO KAAMPAASII AWWAAROO KUTAA FAARUU IRRAA
DN OBSAA M
2011|2019
(AYYAANA CUUPHAAF FAARUU QOPHAA'E) INNI KUN ILMA KOO ISA JAALATAMAADHA GAMMACHUUN KOOS ISATTI HIN RAAWWATAMA
[MAAT 3:17] DACHEERRA KAN JIRTAN HUNDUMTUU WAAQAYYOOF ILIL JEDHAA MAQAA ISAATIF FAARFADHAA FA. 6 5 ÷ 1 - 2

Isheen Nuuf Kadhatti Maariyaamiidhaa fi


Isheen nuuf kadhatti / 4 / Maariyaamiidhaafi ( 2 × )
Maariyaamii / 2 / Giiftii qulqulleettii / 4 / ni faarfannaafii barabaraanii
Qulqulluu Miikaa ’eel angafa ergamootaa Hiizqi’eel siin jedhe……….barabaraanii
Si waammanna |x2| nuuf kadhadhu Gooftaa| x| 4 Balbalacufamaa … …
Gabri’eel ergamaa missiraachoo himaa / 2 / Qulqulleettii dhugaa … … … .
missiraachoo itti himte Dubroo Maariyaamiitti / 4 / durboodha gonkumaa … … .
ergamaa Rufaa’eel angafa ergamootaa / 2 / Fakkeenya godhannee … … … . .
Situ baneef / 2 / ijaSaa xoobitiif Nutis isaani … … … … . .
Ergamaa Uraa’eel angafa nageenyaa / 2 / Jaalala dhugaan ni faarfannaafi 2 × )
Siwaammannaa /2/ koottu gara keenyaa / 4 / Gugee garraamiidha … … .
Dubroo Maariyaamii yaa gugee garramii i / 2 / Labsituu nageenyaa … … .
Qulqulleettii /2/ Giiftii lafaaf samii / 4 / Jiruu dukkanaatiif … … .
Dursee siif faarfatee mootichi abbaankee / 2 / madda ifa addunyaa … .
Damee wayinii /2/ mi’aawaa firiinkee Ani sin kadhadhaa … … .
Solomoon siin jedhe / 4 / Dubroo lubbuu koof … … .
Urgooftuu koo /2/ koottu misirroo koo / 4 / Yaa Qulqulleettii suma wabiin koo ( 2 × )
Abuyee abbaa koo kennaa Aqleesiyaa / 2 / Kennaan kee olaanaa … … .
Duuka bu’aa( 2) isaIskindiriyaa ( 4 ) Himamee hin dhumu … …
Takalhaaymaanoti ( 4 ) Daangaa hin qabu … … .
Duukabu’aa (2) kan Itiyoophiyaa ( 4 ) Hin dubbatamu … … .
Ifa addunyaadha phexiroosif phaawulii (2) Isheennan gammadaa
Utuubaadha( 2 ) mana kiristaanaf ( 4 ) An iyeroo hundaa
Maqaashee waamuun ani nan faarfadhaa*2
Koottu koottu yoon jedhu
Guyyaa fi halkanii
Narraa hin fagaattu … . .
Naaf dhiyoodha isheeni … …
Raajii raajii jechuun … … .
Galateeffatanii … … …
Kabaja ishee ibsuuf jechi hanqaanani ( 2)

QOPHEESSITOONNI M\A\O\T\ITOOPHIYAA;WABO ORTODOOKSII TAWAAHIDOOTTI; YAA'II MOORAA AFAAN OROMOO 12


YUNIVERSIITI AMBOO KAAMPAASII AWWAAROO KUTAA FAARUU IRRAA
DN OBSAA M
2011|2019
(AYYAANA CUUPHAAF FAARUU QOPHAA'E) INNI KUN ILMA KOO ISA JAALATAMAADHA GAMMACHUUN KOOS ISATTI HIN RAAWWATAMA
[MAAT 3:17] DACHEERRA KAN JIRTAN HUNDUMTUU WAAQAYYOOF ILIL JEDHAA MAQAA ISAATIF FAARFADHAA FA. 6 5 ÷ 1 - 2

Ifa kee ibsitee


. Koottu Takliyyee abbaa koo
Koottu Mikaa’el koottu / 2 /
Nageenya labsitee … … …
Gadda balleessitee nagaa kan laattu
Koottu Mikaa’eel koottu . Ayyaana Argattee
Gargaaraa Afoomiyaa . . Atii yaa haadha dhugaa x2
Hojii seexanarraa Ayyaana argattee ulfina durbummaa
S idha kan fayyise Maariyaamii siif bu’ee Afuurri Abbaa
Baahiraan du’arraa Garaa Gisheen irraa … . . . Yaa haadha dhugaa
Anas na gargaari Ulfinaan teesseettaa …
Akkuma isaanii Eebba isaa guddaa …
Mikaa’eel na dhaabi Harka keen qabdeertaa …
Amantaa kiyyaani … … … … Si’i ifni addunyaa …
Koottu Gabri’eelkoottu / 2 / Kabaja ulfinaa …
Gadda balleesssitee nagaa kan laattu Maariyaami Giiftii keenyaa …
Koottu Gabri’eel koottu Hedduu sijaannaa …
Barri yoo raawwatu Adaadii Maariyaamii…yaa haadha dhugaa
Waaqni nama ta’uuf Nan dhufa mana kee …
Kan ergamesidha Na simadhu adaraa …
Missirachoo himuuf Harmee koo mucaa kee …
Uumaa kiyya biraa Yaadannoo Ilmakee …
Naaf kadhu araaraa Qabadhee fannoosaa …
Gabri’eelii eegaa koo Hin qana’uuanoo …
Sooraa kakuu haaraa … … … Iliilcheenfaarsaa …
Koottu Uraa’eel koottu/2/ Cimaa dhagaarrisa … yaa haadha dhugaa
Gadda balleesssitee nagaa kan laattu Fagoodha deemsisaa …
Koottu Uraa’eel koottu Naaf kadhuu Ilmakee …
Situ tsiwwaa baateef … . . Iyyasuus Uumaakoo …
Izraa suutu’eeliif … … . Akka abaaboo birraa …
Ogummaa barsiistee Mul’adhee akka hin bannee …
Beekumsa kan hirteef Cinaa koodhaabbadhuu …
Ergamaa Uraa’eel Raawwadhee akka hin kufnee …
Mul’ate aangoonkee Yoomuu si hin dagadhuu …yaa haadha dhugaa
Tsabala keen fayyee Mamalakoo ganamaa …
Himee kabaja kee … … … . . Yaadannoo koo durii …
Koottu Takliyyee koottu / 2 / Daandii koofayyinaa …
Gadda balleesssitee nagaa kan laattu Na keessa jirawoo … .
Koottu Takliyyee koottu Dhiigni Ilmakeef foonsaa …
Yohaannis lammaffaa Kanaaf si jaalannaa…
Gooticha wangeelaa Waan taateef haadhasaa
Kan nutti argisiistee
Karaa isa qajeelaa
Gadaamiiwwan keerratti

QOPHEESSITOONNI M\A\O\T\ITOOPHIYAA;WABO ORTODOOKSII TAWAAHIDOOTTI; YAA'II MOORAA AFAAN OROMOO 13


YUNIVERSIITI AMBOO KAAMPAASII AWWAAROO KUTAA FAARUU IRRAA
DN OBSAA M
2011|2019
(AYYAANA CUUPHAAF FAARUU QOPHAA'E) INNI KUN ILMA KOO ISA JAALATAMAADHA GAMMACHUUN KOOS ISATTI HIN RAAWWATAMA
[MAAT 3:17] DACHEERRA KAN JIRTAN HUNDUMTUU WAAQAYYOOF ILIL JEDHAA MAQAA ISAATIF FAARFADHAA FA. 6 5 ÷ 1 - 2

Jaalatamadha IYYERUSAALEM GALUUF


Jaalatamadha maqaankee Jaalalli waaqayyoo guyyaa jimaataa fannoorratti mul'ateera|*2|
Eeyyee hin argamnee kan kan akkakee Iyyerusaalem nu galchuudhaaf biyya haaraa |*2|
Fayisaa lubbuu koo
Iyyerysaalem galuuf jajjabaadha yeroo hundaa yaa namoota |*2|
Situ du'a na oolchee
Dhiyaateera dhufaatiin gooftaadha |*2|
Jalqabaaf dhuma koo
Situ naaf tolche Eenyuu kan qopha'e iyyerusaalem ishee haaraa galuudhaafi |*2|
Furii dhala namaa Qulqulloota wajjiin mirga isaa dhaabbachuufi |*2|
Abdii jaalala
Kan sitti amane
Du'a jalaa gala
Jaalalaan beekamta
Hunduma biratti
Ani sin caaffadha
Oonnee koo irratti
Galanni kee callisuu
Sin jedhu iyyasuus
Naafatu utaalee
Si waamu kiristoos
Haa haa dhaalu qofaan kee
Inni hunda caalu
Addunyaan kun martuu
Ajaja keen bulu
Maqaa fayyinaani
Hunda kan laatame
Tokko badee hin hafu
Kan siitiin waamamu
Duutee duuni hafe
Bilisa nu baaste
Mallattoo fayyinaa
Dhiigakee nuuf laatte

QOPHEESSITOONNI M\A\O\T\ITOOPHIYAA;WABO ORTODOOKSII TAWAAHIDOOTTI; YAA'II MOORAA AFAAN OROMOO 14


YUNIVERSIITI AMBOO KAAMPAASII AWWAAROO KUTAA FAARUU IRRAA
DN OBSAA M

You might also like