You are on page 1of 3

ONNEE NAMAA RAASTI

Dinqeen Midhaan daakti Nama


ajaa’ibdiAkka dhiiraa geerarti Nama
AwwisiistiOnnee namaa
raastiYaadan nama gubdiBifaan maal
fakkaattii..Kan koo hin taane
baranaSilaa maalan godhaTaa’eetan
gugungumaaAkka sareen duta
Gagalaa fi ganamaDudduuba ishiin
deemaBoqonnaan ishii dhowwaOlii
gadin fiigsaOlolas nan
geggeessaDidnaanis nan
waraanaSochiin koos siyaasaKanan
itti dhaama.Intalli
gaaddidduu  Namnis bira hin
ga’u Namatti hin dhi’aattuDeemtees
hin sirbituAmala hama
hinqabdu Namarra oduu hin
fiduMallattoos hinqabduItti uumuus
hin danda’uHarkisees hin baasuSilaa
nattis hin eerumtuAni kanin
jedhuuaarsummaas hin erguXalayaas
si hinbarreessuKaraarras hin
deemtuHojjatee hin jiraattuGanda
kanas hin teessuuOduu miti hin
asaasuAni waanan jedhe hin
dhiisuLubbun hin jiraattuYoo na hin
galle kakuuHamaan dhoksaa hin
qabuSiyaasni ha hafuu.Adoolessa 18,
bara 2003 A.L.I.( July 25, 2011

You might also like