You are on page 1of 2

Qorii hambaa pdf

Qorii hambaa. the shelter twilight zone script pdf

It looks like you're offline. December 7, 2020 Edited by MARC Bot import existing book December 14, 2009 Edited by WorkBot link works December 14, 2009 Edited by WorkBot link works April 1, 2008 Created by an anonymous user Imported from Scriblio MARC record. ID Numbers History Created April 1, 2008 1 revision Download catalog record:
RDF / JSON April 1, 2008 Created by an anonymous user initial import We’re sorry, but WorldCat does not work without JavaScript enabled. Please enable JavaScript on your browser. Magaalaan Harar magaalaa Jagool jedhamuun beekamti. Magaaloota addunyaa lafa xiqqaa irratti hawwattoota tuurizimii hedduu qaban keessaa tokko dha. Seenaan
magaalattii waggoota 1,000 ol lakkoofsisan, qabeenyi hambaalee qabdu akka baay'atan taasiseera. 762655621.pdf Dallaa fi balbaliwwan Jagool, saantimawwan warqee, masjiidawwan umurii dheeraa lakkoofsisan, ijaarsi manaa fi ogummaa harkaa garaa garaa hawwattoota tuurizimii magaalattii keessaa muraasa. Har'aafis suuraawwan qabeenya
aadaa fi seenaa magaalaa Harar agarsiisan keessaa muraasni kunooti.1. God-haambaa Artar Raamboo: God-hambaan kunis maqaa barreessaa biyya Faraansaay Artar Raamboo'n moggaafame. Galmichis kutaalee suuraa magaalaa Harar waggoota dheeraan dura kaafaman mul'isaniifi barreeffamoota qorannoo magaalattii irratti xiyyeefachuun
adeemsifaman qabateera. Artar Raamboo bara 1880tti gara magaalaa Harar dhaquun turtiisaa waggoota 11 keessattis suuraawwan magaalattii kan ammaa waggoota 120 ol lakkoofsisan hedduu kaaseera. Ijaarsi God-hambaa kanaas nama biyya Hindii Jiwaaji jedhamuun akka raawwatame maddeen ni mul'isu. 2. Aflaalaa Wuuffaa: Meeshaaleen suphee
irrraa hojjataman kunneen lakkoofsaan afur yoo ta'an, mana jireenyaa ummata Harariitti tartiibaan kaa'amu. Tokkoon tokkoon isaanis faayidaa mataa mataa qabu. Inni jalqabaa 'baankii haadhaa' jedhamuun beekama. Kan abbaan warraa maallaqa baasii manaatiif oolu haadha warraasaaf keessa kaa'udha. Inni lammataa qorichawwan aadaa gosa
garaagaraa teessisuuf kan ooluudha. Inni saddaffaan ammoo sanyii qorichaawwanii fi midhaanii kaa'uuf gargaara. Meeshaan inni afraffaan ragaalee kanneen akka gibiraa fi lafaa olkaa'uuf kan fayyaduudha.3. Qorii Haadhaa: Meeshaan aadaa kun yeroo cidhaatiif kan itti tajaajiluudha. Haatii intalashee heerumtee, mana warra soddaatti galteef guyyaa
miiccaa hanga deebiitutti nyaatawwan aadaa kanneen akka Zuhuuq, Aqleel, Maqlii fi kan biroo qorii haadhaa kanaan geessiti. Qoriin kun nyaata hanga kiloo giraama 25 ta'u qabachuu danda'a. Namootni nyaata kana geessanis namoota aadaa uummata Hararii beekanii dha. Qoriin mukkeen akka waddeessaa, ittacha fi waatoo irraa hojjetamu kunis,
guyyoota muraasa booda kennaa waliin gara mana intalaatii deebi'a. 4. Madabii: Manneen aadaa uummata Hararii keessatti madabiin teessummaa iddoo guddaa qaba. Mana tokko keessattis madabiiwwan shan kan hojatamana yoo ta'u, isaanis gahee namoonni hawaasa keessatti qaban kan agarsiisaniidha. Madabawwan kun beekumsa, umurii fi
koorniyaadhaan namootaaf kan qoodamanii dha. Namootni beekumsa amantaa ol'aanaa qaban madabii isa ol ka'aa irra yoo taa'an, abbaan warraa, dubartootni, dargaggootni fi daa'imman madabii teessoo isaaniif qophaa'ee irra taa'u. Madabiiwwan shananis Afaan Adareetiin Amiir Nadab, Gidir Nadab, Xit Nadab, Guuti Nadab fi Gabtiheer jedhamuun
beekamu.5. Qaraa'if kophee mukaa: Kopheen akka jabana ammaatti bifa ammayyaan hojjetamuu osoo hin eegaliin dura ummanni Hararii kopheewwan muka fi gogaa irraa hojjetaman fayyadamaa turan. Kopheen muka irraa hojjatame mana keessatti ittiin sosocha'uuf kan tajaajilu yoo ta'u, kan gogaa irraa hojjatame ammoo karaa dheeraa deemuu fi
hojii hojjechuuf tajaajila.

6. Dallaa Jagool: Dallaan Jagool bara 1551/52 akka ijaarame ragaaleen seenaa agarsiisu. Dallaan kun dheerina lafaa ol meetira 4 yemmuu qabaatu, furdinni isaa immoo seentimeetira 50-75 ta'a. Mootii/ Amir Nur Bin Mujaahid nama dallaa kana ijaarsise dha jedhama. Balbalawwan shanan dallaan kun qabus kallattiilee bishaan dhiyeenyatti argachuun
danda'amutti kan hojjetamanidha. 7. avionica rsu 2 manual Karra Fal'aanaa: Karri Fal'aanaa balbalawwan dallaan Jagool qabu shan keessaa isa tokko dha. moggaasa balbala kanaas kan kennameef waan gara araddaa Fal'aanaa geessuufi jedhu. Warra Harariitiin ammoo karra Asumiy jedhamuun waamama. Innis laga naannoo balbala kanaatti argamu
fi kan haalluu diimaa qabu irraa argateedha. Asum jechuun afaan Harariitiin barbarree jechuu dha waan karrichi kan laga halluu diimaa yookin halluu barbarree fakkaatuu fulleefatuuf. Creator Wasanee Bashaa Other Title Qorii hambaa : mammaaksa, hibboo, jechama, sheekoo, qoosaa, afaan Oromoo, bara 2000/2007 Format Books Language Oromo
Publication Maxxansa 8ffaa Finfinnee [Addis Ababa] : [publisher not identified], 2009 Physical Details OCLC ocn922545387 It looks like you're offline. December 7, 2020 Edited by MARC Bot import existing book December 28, 2011 Edited by 213.55.76.171 Edited without comment.

March 12, 2010 Edited by WorkBot add editions to new work December 15, 2009 Edited by 213.55.76.171 Edited without comment. April 1, 2008 Created by an anonymous user Imported from Scriblio MARC record. rusça en çok kullanılan 1000 kelime

You might also like