You are on page 1of 7

Qajeelcha FGD shanaffaa(5) eegumsaa daa’imanii

Kayoon eegumsa daa’imanii FGD:Hawaasa keesati eegumasi


daa’imani akkamiti akka qindaa’u(Daa’imani xiqiqoon akkamit
eegaman) dubartooni maamila ta’an yeroo bakka hojii deeman itti
eegamuu danda’u hubachiisudhaf)

Seensa
Si fi qorannoo
 Haloo ani maqaan koo--------------------------jedhama.ani kanan
hojedhu garee tajaajila gorsa kennaa misooma ABDAN jedhamufan
hojedha.Nuti dhaabata UNICEF walin hordofii hojii deegarsa
koorniyaa irrati xiyeefatu hojeechaa jira.
 Kaayoon qorannoo kanatis kan xiyeefatu,deegarsi koorniyaa kuni
rawwiin isaa amam rawwataa jira kan jedhuu fi raawwin isaa kuni
amam kaayoo deegarsa kanatif gummaachaa jira kan jedhu kana
qorachudhaf.
 Haati mana keesani hojii kana irrati hirmaachaa jiran waan ta’ef,isin
gaafii fi deebii FGD kanaf, fillatamitaanii jirtu.
Naamusa
 Muuxannoo qabdan nu qooduuf dubii dubatanif baayee isiniti hin
dhagahamin. Yeroo barbadaniti dubachuu dhisuu fi adeemsicha
dhaabisisuf mirga guutuu ni qabdu. Oddeefannoon isin nuf keennitan
hundi iccitidhan ni eegama.
 Gaafii fi deebiin(FGD)kun daqiiqaa 60 hanga 90 nut fudhata.
Waligaltee
 Hirmaachuudhaf ati hayamamaadha?yoo eeyeen kan jedhamu ta’e
itti fufi:

 Sagalee waraabachuu nan danda’aa laata?eeyeen warabchuu itti


fufi.

Ragaa bu’uura
 Gaafii fi deebii eeggaluun dura,tokkon tokkon keesan irraa raga
bbu’uura ni barbadama.amma isin gaafachudhafan.

1
Koodii ID
2F + ganda calqabaa (W/A/F/S/Z)+ calqaba gaafataa+guyyaa+yeroo
eegalame

Maqaa sala umuri Aanaa/ Bara Haala Haala Haala


hirmaata a i ganda PSNP maati qacari barumsa
a keesati i i a
galam’e
e

1. Dhaabata eegumsa daa’imanii


Mee amma waa’ee ijoolee xiqiqoo fi hawasa keesati eenyu akka isaan eegu fi
kununsu yaa mari’anu.

1. Hawasa kana keesati ijooleen umurii meeqati harma hodhu kan


dhaaban?

2. Hawwasa kana keesati ijooleen umurii meeqati maatiin alati namootaa


birratin eegamuu kan qaban?

3. Hawwasa kana keesati ijoolleen umurii isaani meeati kan off itti
danada’ani?
4.Ijooleen umurii isaani meeqa yoo gahee mana marumsaa galan?

5. Hawwasa kana keesati hadha isaanitin alati ijoolen off hindandeenyeIn


eenyutu isaani eega? Mee maaloo hunduma isaani ibsaa.

2
6. Jireenya guyyaa keesati haati ijoolee,daaima isaan yeroo akkamti kan
naming bira yookan miseensaa maatii keesaa akka isaani eegan taasisan
bu’uura armaan oliti ibsamee kanatin.? Yoom akka gara hojii deemtani
ibsuu dandeechu?
7. Namooti hanga ammati ibsaman kana keesa,haati ijoolee ishii yoo eeguuf
hindandeenye,namootin biro ijoolee isaani akka eeganif eenyu filatu?
8.hanga ammati marii keenya keessati yoo kan hincaqafamne ta’e,ijoolee
eeguu irraati shoori abbaa maalidha inni?ijoolee ni eegau?yeroo hunda kana
ni rawwatani?
9. Hanga ammati marii keenya kana keesati yoo caqafamuu baatee
eegumsaa ijoolee irratti dubartooni hangafa ta’an shoori isaani maalidha
inni?ijoolee ni eegu?yeroo hunda kana nirawwatu? Dubartooni ijoolee ta’an
umuriin isaani amam yoo ta’edha ijoolee gudisuu irrati kan hirmaatan?
10. Hanga ammati marii keenya kana keesati yoo caqafamuu baatee
eegumsaa ijoolee irratti ilmi dhiiraa hangafa ta’an shoori isaani maalidha
inni?ijoolee ni eegu?yeroo hunda kana nirawwatu? dhiironi ijoolee umuriin
isaani amam yoo ta’edha ijoolee gudisuu irrati kan hirmaatan? Dhira fi
dubartii jiduu hangafa ijoolee ta’an gudisa isaanii hirmaachuun
garagaarumaa qaba?
11. Hanga ammati marii keenya kana keesati yoo caqafamuu baatee
eegumsaa ijoolee irratti akkakayuun dhiiraa ta’an shoori isaani maalidha
inni?ijoolee ni eegu?yeroo hunda kana nirawwatu? dhiironi ijoolee umuriin
isaani amam yoo ta’edha ijoolee gudisuu irrati kan hirmaatan? Dhira fi
dubartii jiduu hangafa ijoolee ta’an gudisa isaanii hirmaachuun
garagaarumaa qaba?
o Akkakayuu
o Ijoleen obbolewani(dubartoota)
o Adaada fi eesuma
o Ijolee eesumaati fi adada
o Maatii biro
o Ullaa
o Hiriyoota/jaalewan

3
12. dhuma irratti ossoo jidugallesi eegumsa ijolee naannoo kanati
hundeefamee,ijolee keessani achiti ni ergitu? Ni fayadamtu? Maalif garuu?
maaloo mee naf ibsaa.

2. Itti fayadama yeroo

2.1 Itti fayadama yeroo– torbanit yeroo dubartooni hojii badhee


hinqabaneti.

Ani amma jiru fi jireenya keesani guyyaa-guyyadhan isin muudatu keesati


itti gafatamumaa ati mana keetit qabdu beekudhaf fedhii gudaan qaba. Mee
ganama ganama maali hojeetuu?

 Hojiin ijoon ati hojetu maalidha?

 Eenyu walin,eenyudhaf hojetaa?

 Eechati hojetamaa?

1. Sa’ati booda hojin ijoon ati hojetu maalidha?

 Hojii ijoon ati hojeetu maalidha?

 Eenyu walin?eenyudhaf hojetu?

 Eesati hojetamaa?

2. Hojin ijoon ati galgala hojetu maalidha?

 Hojiin ijoon ati hojetu maalidha?

 Eenyu walin hojeta?eenyudhaf hojeta?

 Eessati hojeta?

2.2. Ulifina hojii umuriin ada ta’e.

o Ulifin hojii guyyaa guyyadhan hojetamu dargageesa fi namoota


gurguddoo jidu garagarumaan inni qabu maalidha?

 Garee dubartootaa kammitu manti hojiin hojii xinnaa yookan hojii


gudaa hojeta?

4
 Garee dubartoota kammitu eegumsi ijoolee itti gudata? Maalif
garuu?

5
2.3 itti fayadama yeroo –Torban hojii dubartootaa hojii hawasaa PSNP
kessati

Torbanit guyyaan dhumaa hojiin ummataa itti hojetamu, yaadata?amma


yoo kan yaadatu ta’e dhimma kana irrati bifa adaatin akka maari’anu
barbaada. Guyyaa hojii kana ati hojeetu siriti baruun barbada waan ta’ef
siriti walin yaa mari’anu.ittii gafatamumaan ati manati qabdu akkamiti
jijiramu danda’a laata?

Guyyan sun akkam akka ta’e mee naaf ibsu dandeechaa laata?guyyan sun
maal fakkataa?:

 Hojiin ijoon ati hojetu maalidha?

 Eenyu walin hojeta?eenyudhaf hojeta?

 Eessati hojeta?

1. Sa’aati booda maal hojeetu?:

 Hojiin ijoon ati hojetu maalidha?

 Eenyu walin hojeta?eenyudhaf hojeta?

 Eessati hojeta?

2. What do you typically do in the afternoon?Probe on:

 Hojiin ijoon ati hojetu maalidha?

 Eenyu walin hojeta?eenyudhaf hojeta?

 Eessati hojeta?

2.4.jijiraa hojii fi itti gafatamumaa.


Yoo dursa mari’atame jiratee,gaafii gaafadhu.

1. Yeroo gara hojii hawasaa deebtan ijoolee keesan walin akkamit


hojetan?

o Gara iddoo hojiti fudhatanii ni deemtu?akkamit qabdan hojii


hojeetanii??

o Namooti biroti ni kennitu ijoolee kana?


6
2. Amma yeroo hojii idilee fi hojii hawasaa yeroo walin dorgomsistan
garaagarumaan ijoon nijira?mee maaloo garaagarumaa ijoo ta’an naaf
ibsuu ni dandeechuu?

o Ulfini hojii keesanii ammama isin irraa sulphatee?To what extent has
your work burden changed?

3. Hojii hojeetan walin akkamit rakkoo ijoolee gudisuu kana keesa


baatan?

4. Iddoo hojii keesanii irrattii deegarsi isinif godhamu jira?


eenyudhan isin godhama?

5. Akka haadhati hojiii hawasaa kana hojeechuu rakkoodha?rakkoo


ta’u isaa sirriti hubatanii jirtu?

6. Rakkoo kanaf gargaarsi isinif godhamu maalidha inni?

Gaafii fi deebii koo xuumuradhe jira.iftominan na walin mar’achuu


keesanif baayeen isin galateefadha.ossoon maarii kana hin xumure
waanti gama kessanin ittii dabaltan ni jira?

You might also like