You are on page 1of 9

UNICEF GRASSP RS2 - Wave 2

Qajeelcha FGD 7 –dhira FGD


Kaayoo FGD dhiiraa:-keesa bu’insi Sagantaan PSNP maatii keessati rakkoo
ilaalchaa,rakkoo waliqixumaa,rakkoo itti gafatamumaa fudhachuu fi akkasumas
dhimmoota biro wajin kan waliqabtu,dhibaan innii fiduu danda’u addan baasani
qorachuudha.akkasumas immoo dubartooni hojii hawwasaa kana irratti sababa
boba’anif itti gafatamumaa mana isaani keessati qaban irrattii dhibaa innii qabu
addan baasudhaf.

Seensa

Si fi qorannoo

 Haloo ani maqaan koo--------------------------jedhama.ani kanan hojedhu


garee tajaajila gorsa kennaa misooma ABDAN jedhamufan hojedha.Nuti
dhaabata UNICEF walin hordofii hojii deegarsa koorniyaa irrati xiyeefatu
hojeechaa jira.
 Kaayoon qorannoo kanatis kan xiyeefatu,deegarsi koorniyaa kuni rawwiin
isaa amam rawwataa jira kan jedhuu fi raawwin isaa kuni amam kaayoo
deegarsa kanatif gummaachaa jira kan jedhu kana qorachudhaf.
 Haati mana keesani hojii kana irrati hirmaachaa jiran waan ta’ef,isin gaafii
fi deebii FGD kanaf, fillatamitaanii jirtu.
Naamusa
 Muuxannoo qabdan nu qooduuf dubii dubatanif baayee isiniti hin
dhagahamin. Yeroo barbadaniti dubachuu dhisuu fi adeemsicha
dhaabisisuf mirga guutuu ni qabdu. Oddeefannoon isin nuf keennitan
hundi iccitidhan ni eegama.
 Gaafii fi deebiin(FGD)kun daqiiqaa 60 hanga 90 nut fudhata.
Waligaltee
 Hirmaachuudhaf ati hayamamaadha?yoo eeyeen kan jedhamu ta’e itti
fufi:

1
 Sagalee waraabachuu nan danda’aa laata?eeyeen warabchuu itti fufi.

Ragaa bu’uura
 Gaafii fi deebii eeggaluun dura,tokkon tokkon keesan irraa raga
bbu’uura ni barbadama.amma isin gaafachudhafan.

Koodii ID

2F + ganda calqabaa (W/A/F/S/Z)+ calqaba gaafataa+guyyaa+yeroo eegalame

Maqaa salaa umurii Aanaa/ganda Bara Haala Haala Haala


hirmaataa PSNP maatii qacarii barumsaa
keesati
galam’ee

1. PSNPin

1.1 waligalati PSNPin


Calqabudhaf, waa’ee PSNP hawwasa kana keessati rawwatamaa jiru kana nati
himuu dandeecha? Waa’ee kaayoo PSNp kana maal yaada? Mee naaf ibsaa.

1.2 Deservingness &Targeting approach of the Public Works component of


the PSNP

1. Namooti akkamitu saganataa kana keesati hamatamuu qaba?eenyutu immoo


hamatamuu hinqabane?Haala fillannoo ilaalchisee maal yaadu?

 Maalif namootin kun kana keesati hamatamani?

2
 Maalif namootin kun kana keesati hin hamatamne??

 Ammami dhimm kun sirridha jetee itti amantaa?

 Namootin biro eenyuu kana keesati akka hamataman barbaachisa.

 Eenyuudha simatamuu kan hinqabaane?

2. Abbooti manaa isaanitin alati dubartoota fi carraa fillannoo kennun gaaridha


jetu? (Dubartii maatii Bulchitu) yookan immoo or dubartoota abban mana
isaani haadha mana Lama qabu?

3. Waa’ee ittii dhiyeenya galma kaayoo kanaa irraa ammam barata?


eenyudhaan?

4. Dubartoota abbaa manaa hinqabaneef fillannoo akkanaa keennun


gaaridha jeetu?
2. itti fayadama yeroo

Amaa waa’ee jireenya keetii,kan maatii keeti fi kan abbaa manaa keetii
akkasumas hirmaanaa keesani kan PSNp keessati qabdan irratti mar’ana.
2.1 Itti fayadama yeroo:-torbanit hojiin ala.
Waa’ee jireenyaa keesani guyyaa guyyaadhan jiru hubachuun barbaachisadha
waan ta’eef yaa mar’anu.Torbaniti gara hojii misooma hawwasa ossoo hindeemne
hafatan ilaalchise maal yaadu?

Guyyaan sun maal fakkata?

1. Ganama ganama maal hojeetuu?What do you typically do in the


morning?

 Gosa hojii akkami hojeetu?

 Eenyuu walin hojeetu?

 Eessati hojetu?

2. Sa’aati booda hojii maal hojeetu?

 Hojii maal faa hojeetu?


3
 Eenyu walin hojeetu?

 Eessati hojetu?

3. Galgala maal hojeetu?

 Gosa hojii maal hojeetu?

 Eenyu walin hojetu?

 Eessati hojeetu?

2.2 Itti fayadama yeroo – torbani hojii PSNP


Torbanit guyyaan dhumaa hojiin ummataa itti hojetamu, yaadata?amma yoo kan
yaadatu ta’e dhimma kana irrati bifa adaatin akka maari’anu barbaada. Guyyaa
hojii kana ati hojeetu siriti baruun barbada waan ta’ef siriti walin yaa
mari’anu.ittii gafatamumaan ati manati qabdu akkamiti jijiramu danda’a laata?

Guyyan sun akkam akka ta’e mee naaf ibsu dandeechaa laata?guyyan sun maal
fakkataa?:

 Hojiin ijoon ati hojetu maalidha?

 Eenyu walin hojeta?eenyudhaf hojeta?

 Eessati hojeta?

1. Sa’aati booda hojii ijoo maal hojetu?:

 Hojiin ijoon ati hojetu maalidha?

 Eenyu walin hojeta?eenyudhaf hojeta?

 Eessati hojeta?

2. Galgala Hojii ijoo maaal hojetu?

 Hojiin ijoon ati hojetu maalidha?

 Eenyu walin hojeta?

4
 eenyudhaf hojeta?

 Eessati hojeta?

2.3.Hojii Eegumsa dhiiraa fi PSNP hawwasa

1. Hojii guyyaa-guyyaadhan hojetamu keesati, ijoollee keessani eeguu irratti


yeroo keessani ni dabrsitu?

2. Yeroo hunda yeroo keesani hirmaannaa naannoo keesani irratti ni hirmaatu?

3. Hojii hawwasaa kana irrattii hirmaachuu keesanif ijoollee keesani kunuunsuu


isin daangees

2.4. Hojii eegumsa dubartoota fi hojii hawwasaa keessati hirmannaa isaani.

1. Haati manaa kee sababa hojii hawwasaa kana irratti hirmaatuu kana irraa kan
ka’e,ijoollee keessani kununsuu irrattii dhibaa maal qaba?

2. Yeroo dubartooni gara hojii deeman ijoollee isaani eenyutu eegafi

3 Haati manaa kee sababa hojii hawwasaa kana irratti hirmaatuu kana irraa kan
ka’e,hojii manaa keessani irrattii dhibaa maal qaba?

4. sababa hojii hawwasatif jecha hojiin manaa ni midhama?

5.Hojii hawwasaa kana hojeechuu keessanif haala jireenya mana keessaniti


jijiramine jira?

6. Dubartooni hojii kana irratti hirmaachuu isaanitif mana keesan keessati ni


dhiphatu?

1. Leenjii PSNP irratti hirmaatee beektuu?/waligahii dhimma koorniyaa


idileesuu irratti kennamu/carralleen kun dubartooni akkataa salphaa ta’en
hojii hawwasa kana irratti akka hirmaatan haala mijahedha.
2. Leenjii eenyutu kennee?Leenjich guyyaa amamii fudhate turee? Eenyutu
hirmatee? Dubartidha moo dhira?
3. Waa’ee Deegarsaa koorniyaa kana irraa maal baratee?

5
Mee waa’ee hirmannaa hojii hawwasaa kana keesati dubartooni gahee qabdu
ilaalchisee yaa mar’anu mee.

1. Sa’aati hojii hirsuu

2. Ulfina hojii salphisuu

3. Tajaajila eegumsaa daa’imanii

4. Karaa gabaaba wirtuu iddoo hojii irraa

5. Dubartoota ulfa ta’ani I fi kan harma hoosisan

6. Tajaajila hawwasatin waliqabatee


a) Fayaa fi nyaata madalawwan waliqabatee
b) Waliqunnamitii jijjirama amala.

Akkataa armaan gadiitin gaafiwwan deegarsaani waliqabatanii jiran gaafadhu.

1. Kun dhuguma qabatamaadha?dhuguma akkamit qabatamaa ta’e?

2. Akkamit dubartoota gargaaruu danda’a?ibsaa mee?:

 Akka hojii hawwasaa kana irratti akka hirmaatan akkamit gargaaruu


danda’a.

 Rakkoolewan armaan oliti dursaa irratti caqafaman kuni akkamiti


furamuu danda’anii?

3. Akka waligalati rakkoolen maaltu jira? Maaltu foya’uu qaba jetu?

4. deegarsaa koorniyaa biro

4.1 adeemsa murtee keennuu keessati hirmanaa dubartootaa.

 Hirmaanaa dubartootaa akkaa too’atat.


5. Ubartooni hojii hawwasaa kanan ni too’atuu?Xiqoo ishii mee maal beektuu?

6. Eenyudha garee kana keesaa akka too’atat hojii hawwasati kan sosocha’u?

6
7. Dubartoon biraa hojii hawwasaa kana keesati too’atoota ta’ani hojeechuu
faayedaa qaba jetuu? Maalif yookan maalif mit?

 Hirmaanaa dubartootaa qabeenyaa fillachuu keesati.

1. Akka dubartootatit hojii piroojeekitii akkamii keesati hirmaachuu


barbaadan?maaloo mee nuuf ibsaa?

 Fillaannoo dubartoota FHH ta’an garaagarumaan isaan PH yookan MHH


qaban maalidha?

 Fillannoon dubartootaa garaagaruuman dhiran qaban maalidha?

2. Gosa hojii Ummataa hojeetamu kan murteesuu eenyudha?

 Hirmaanaa dubartoota koreewan ada addaa keessati.

1. Koreewan fi humina hojii ijaaramee hojii hawwasaa kana deegaruu beektuu?


eeyeen yoo ta’e ittii fufi gaafii kee,yoo mit jedhme ibsi fakeenya kommii
dhageefatuu gandaa,koree hojii misoomaa gandaa,KKF.

2. Dubartooni koree kana keesati miseensaa?

3. Eenyuudha garee kana keessati ,miseensa koree kana ta’u ni barbadaa?


maalif barbadaa?

4. Eenyuudha garee kana keessati ,miseensa koree kana ta’u hin barbaduu?
maalif hin barbadine?

5. Dubartooni koree kana keessati miseensaa ta’uun ni fayada yookan gaariidha


jetu? Maalif?

4.3. Adeemsa dhiyeefanaa kommii


Sagantaa hojii Ummataa kana keessati sirna dhiyeefanaa kommii maamltoota
PSNP keessati qabani fi hirmaanan isaanii maal akka fakkatu irrattii mar’achuu
barbana.

1. Koree kommii gandaa beektuu?

7
2. Dubartooni waa’ee sagantaa PSNP ilaalchisee kommii qaban dhiyeefachuu
irratti waanti gaarin itti ni dhaga”ama?

3. Kommiin waa’ee maali turee?

4.Qinda’ama kafalitii koorinyaa


Mee hojii hawwasaa hojeetanif kafalitii isinif kennamu ilaalchisee yaa mar’anu.

1. Abbumaadhan kafaliti eenyutu fuudhaa?

2. Kaardii maamilaa yookan heereega mana baankii ni fayadamtu? Yoo ta’e


miidhanii fi fayeedaan isaa maalidha?

Gaafii fi deebii koo xuumuradhe jira.iftominan na walin mar’achuu


keesanif baayeen isin galateefadha.ossoon maarii kana hin xumure waanti
gama kessanin ittii dabaltan ni jira?

8
9

You might also like