You are on page 1of 9

UNICEF GRASSP RS2 - Wave 2

Qajeelcha FGD 1 fi 2 - FH/PH and MHH FGD

Kaayoon FH/PH fi MHH FGD: ijoo Rawwii kutaa PSNP deegarsa


koorinyaa fi yaada dubartoota cicimmoo tataafatanii fi damaqina
sagantaa koorniyaa idileesuu,muuxannoo hirmannaa isaanii,fi
bu’alewwan hojii kana jireenyaa isaanii irratti qabu
mar’achuu.dabalataan muxaannoo jireenya dubartootaa maatii
isaani Oganani,dubartoota abbaan manaa isaani niitii lama qabu
fi dhira maatii Ogannuu walin qorachuudha.

Seensa
Si fi qorannoo
 Haloo ani maqaan koo--------------------------jedhama.ani kanan
hojedhu garee tajaajila gorsa kennaa misooma ABDAN jedhamufan
hojedha.Nuti dhaabata UNICEF walin hordofii hojii deegarsa
koorniyaa irrati xiyeefatu hojeechaa jira.
 Kaayoon qorannoo kanatis kan xiyeefatu,deegarsi koorniyaa kuni
rawwiin isaa amam rawwataa jira kan jedhuu fi raawwin isaa kuni
amam kaayoo deegarsa kanatif gummaachaa jira kan jedhu kana
qorachudhaf.
 Haati mana keesani hojii kana irrati hirmaachaa jiran waan ta’ef,isin
gaafii fi deebii FGD kanaf, fillatamitaanii jirtu.
Naamusa
 Muuxannoo qabdan nu qooduuf dubii dubatanif baayee isiniti hin
dhagahamin. Yeroo barbadaniti dubachuu dhisuu fi adeemsicha
dhaabisisuf mirga guutuu ni qabdu. Oddeefannoon isin nuf keennitan
hundi iccitidhan ni eegama.
 Gaafii fi deebiin(FGD)kun daqiiqaa 60 hanga 90 nut fudhata.
Waligaltee
 Hirmaachuudhaf ati hayamamaadha?yoo eeyeen kan jedhamu ta’e
itti fufi:

1
 Sagalee waraabachuu nan danda’aa laata?eeyeen warabchuu itti
fufi.

Ragaa bu’uura
 Gaafii fi deebii eeggaluun dura,tokkon tokkon keesan irraa raga
bbu’uura ni barbadama.amma isin gaafachudhafan.

Koodii ID
2F + ganda calqabaa (W/A/F/S/Z)+ calqaba
gaafataa+guyyaa+yeroo eegalame
Maqaa sala umur Aanaa/ Bara Haal Haala Haala
hirmaat a ii ganda PSNP a qacar barums
aa keesati maat ii aa
galam’ ii
ee

1. PSNPin

1.1 waligalati PSNPin


Calqabudhaf, waa’ee PSNP hawwasa kana keessati rawwatamaa jiru kana
nati himuu dandeecha? Waa’ee kaayoo PSNp kana maal yaada? Mee naaf
ibsaa.

1.2 Deservingness &Targeting approach of the Public Works component


of the PSNP

1. Namooti akkamitu saganataa kana keesati hamatamuu qaba?eenyutu


immoo hamatamuu hinqabane?Haala fillannoo ilaalchisee maal yaadu?

 Maalif namootin kun kana keesati hamatamani?

2
 Maalif namootin kun kana keesati hin hamatamne??

 Ammami dhimm kun sirridha jetee itti amantaa?

 Namootin biro eenyuu kana keesati akka hamataman barbaachisa.

 Eenyuudha simatamuu kan hinqabaane?

2. Abbooti manaa isaanitin alati dubartoota fi carraa fillannoo kennun


gaaridha jetu? (Dubartii maatii Bulchitu) yookan immoo or dubartoota
abban mana isaani haadha mana Lama qabu?

3. Waa’ee ittii dhiyeenya galma kaayoo kanaa irraa ammam barata?


eenyudhaan?

2.PSNPii kessati hojii hawwasaa Koorniyaan hojeetamu.

2.1.Hirmaannaa dubartootaa Hojii hawwasaa kessati.


Sosochii hojii hawwasaa PSNPii kessati muuxannoo qabdan yaa mar’anu
mee amma.

1. Garee keesani keesati fakeenyaf hojii hawwasa kana kessati dubartoota


fi dhirooni meeqatu hiramata?ibsaa mee.

2. Hojii Ummataa kana keesati dubartooni hirmaachudhaf maaltu isaani


rakkisa?

 Hojii mana hojeechuu/Ijoolee gudisuu?

 Abbaa Manaa isaanii?

 Wirtuu hojiti Ulfaatina hojii?

 Fageenya iddoo hojii?

 Hojii kana kessati hirmaachudhaaf soda balaa dubartoota irra


gahuu danda’u?

 Iddoo hojiit iIlaalchaa hojeetooni PSNP dubartootaf qaban?The


PSNP staff attitudes towards women clients

 Qoramaatoota ada-addaa?

3
3. FGD dubartoota FHH(Bubartoota maatii isaanii Oganan), PH
( dubartoota abban mana isaani hadha mana lama qabu)yookan immoo
MHH(abbaa mana maatii Ogannu) bu’uura godhachuudhan gaafii
armaan gadi gaafadhu.:

 Abbaa Manaa maatii Ogganuu gufuun isaani qunnamu jira??


kammidha?

 Dubartoota maatii isaani Ogannan gama abbaa manaa isaanitin


gufuun isaani qunnamuu jira?kammidha?

2.2 Foya’insa hojii dubartootaa.

PSNPin dubartoota qofaaf akka salphaati Hojii hawwasa kana irratti


akka hirmaatan haala mijaheedha.
1. Leenjii PSNP irratti hirmaatee beektuu?/waligahii dhimma koorniyaa
idileesuu irratti kennamu/carralleen kun dubartooni akkataa salphaa
ta’en hojii hawwasa kana irratti akka hirmaatan haala mijahedha.
2. Leenjii eenyutu kennee?Leenjich guyyaa amamii fudhate turee?
Eenyutu hirmatee? Dubartidha moo dhira?
3. Waa’ee Deegarsaa koorniyaa kana irraa maal baratee?
Mee waa’ee hirmannaa hojii hawwasaa kana keesati dubartooni gahee
qabdu ilaalchisee yaa mar’anu mee.
1. Sa’aati hojii hirsuu

2. Ulfina hojii salphisuu

3. Tajaajila eegumsaa daa’imanii

4. Karaa gabaaba wirtuu iddoo hojii irraa

5. Dubartoota ulfa ta’ani I fi kan harma hoosisan

6. Tajaajila hawwasatin waliqabatee


a) Fayaa fi nyaata madalawwan waliqabatee
b) Waliqunnamitii jijjirama amala.

4
Akkataa armaan gadiitin gaafiwwan deegarsaani waliqabatanii jiran
gaafadhu.

1. Kun dhuguma qabatamaadha?dhuguma akkamit qabatamaa ta’e?

2. Akkamit dubartoota gargaaruu danda’a?ibsaa mee?:

 Akka hojii hawwasaa kana irratti akka hirmaatan akkamit


gargaaruu danda’a.

 Rakkoolewan armaan oliti dursaa irratti caqafaman kuni akkamiti


furamuu danda’anii?

3. FGD1 tokkoffaa qofa (FHH/PH) dubartooni amam dhira hadha manaa


lama qabu walin jiraachuun isaan fayada?amam dubartoota deegara
haali kun?
4. FGD2 lammaffaa qofa (MHH) Dhira mana oggannuu irraa dubartooni
amam fayadamu?akkamit fayaduu danda’a?
5. Guddunfaa .Rakkolewan jiran maalidha?deegarsaa godhamuu
keesati maaltuu foyaa’uu qaba?

4. Dhiibaa hirmaanan dubartootaa hojii hawwasa PSNP irratti qabu.

1. Hojii eegumsaa:Hojii hawwasaa keessati hirmaachuu irraa kan ka’ee


ittii gafatamumaa maatii qabdan irrattii dhiibaan inni isiniti fide
maalidha?

 Ulfini hojii keesanii amam midhamaa?

 Abbaa manaa keessanis ta’e ijooleen keesan amam isin


deegaruu?

2. Gaa’ela:Hojii hawwasaa kana keesati hirmaachuu keetif walit


dhuufeenya abbaa mana kee walin qabdu midhaa maal fid?

 Soda yookan maarii gudaan isin jiduuti maal kan ta’edha?

 Wali dhufeenyaa keesan akkamit foyeesitu?

3. Ijoolee: Hojii hawwasaa kana keessati hirmaachuu keesanif ijooleen


keesaniti maaltu dhaga’ama?

5
 Soda yookan maarii gudaan isin jiduuti maal kan ta’edha?

 Kun akkamit ijoolee gargaaraa?

 Gaafatama: Hojii hawwasaa kana keessati hirmaachuu keesanif


maaltu isiniti dhagahama?

 Rakkoolen gudaa hojii hawwasa kun isin irratti Ummee maalidha

4. Gaafatamaa (FHH/PH/MHH): Dubartoota abbaa manaa malee maatii


bulchan sagantaan PSNPin kun jiruu fi jireenya isaani foyeesee
jira?
5. Hawwasaa:Hawwaasin biro hirmaanaa dubartootaa kana akkamit
ilaalan?

 Waa’ee keessani maal jedhanii?

 Tokkon tokkon keessani akkammit isin ilaalani?

4. deegarsaa koorniyaa biro

4.1 adeemsa murtee keennuu keessati hirmanaa dubartootaa.

 Hirmaanaa dubartootaa akkaa too’atat.


4. Ubartooni hojii hawwasaa kanan ni too’atuu?Xiqoo ishii mee maal
beektuu?

5. Eenyudha garee kana keesaa akka too’atat hojii hawwasati kan


sosocha’u?

6. Dubartoon biraa hojii hawwasaa kana keesati too’atoota ta’ani


hojeechuu faayedaa qaba jetuu? Maalif yookan maalif mit?

 Hirmaanaa dubartootaa qabeenyaa fillachuu keesati.

1. Akka dubartootatit hojii piroojeekitii akkamii keesati hirmaachuu


barbaadan?maaloo mee nuuf ibsaa?

 Fillaannoo dubartoota FHH ta’an garaagarumaan isaan PH yookan


MHH qaban maalidha?

 Fillannoon dubartootaa garaagaruuman dhiran qaban maalidha?

6
2. Gosa hojii Ummataa hojeetamu kan murteesuu eenyudha?

 Hirmaanaa dubartoota koreewan ada addaa keessati.

1. Koreewan fi humina hojii ijaaramee hojii hawwasaa kana deegaruu


beektuu?eeyeen yoo ta’e ittii fufi gaafii kee,yoo mit jedhme ibsi fakeenya
kommii dhageefatuu gandaa,koree hojii misoomaa gandaa,KKF.

2. Dubartooni koree kana keesati miseensaa?

3. Eenyuudha garee kana keessati ,miseensa koree kana ta’u ni


barbadaa?maalif barbadaa?

4. Eenyuudha garee kana keessati ,miseensa koree kana ta’u hin


barbaduu?maalif hin barbadine?

5. Dubartooni koree kana keessati miseensaa ta’uun ni fayada yookan


gaariidha jetu? Maalif?

4.3. Adeemsa dhiyeefanaa kommii


Sagantaa hojii Ummataa kana keessati sirna dhiyeefanaa kommii
maamltoota PSNP keessati qabani fi hirmaanan isaanii maal akka fakkatu
irrattii mar’achuu barbana.

1. Koree kommii gandaa beektuu?

2. Dubartooni waa’ee sagantaa PSNP ilaalchisee kommii qaban


dhiyeefachuu irratti waanti gaarin itti ni dhaga”ama?

3. Kommiin waa’ee maali turee?

4.Qinda’ama kafalitii koorinyaa


Mee hojii hawwasaa hojeetanif kafalitii isinif kennamu ilaalchisee yaa
mar’anu.

1. Abbumaadhan kafaliti eenyutu fuudhaa?Who typically collects


the payment? Why?

2. Kaardii maamilaa yookan heereega mana baankii ni fayadamtu? Yoo


ta’e miidhanii fi fayeedaan isaa maalidha?

7
Gaafii fi deebii koo xuumuradhe jira.iftominan na walin mar’achuu
keesanif baayeen isin galateefadha.ossoon maarii kana hin xumure
waanti gama kessanin ittii dabaltan ni jira?
Anneeksii: Hojii Hawwasaa keesati deegarsa koorniyaa ilaalchise ibsa
gababaa.

Deegarsa koorniyaa Explanation

Deegarsa koorniyaa hojii hawwasaa keessati(3)


Gosa Hojii Umataa fi qabeenyaa - Pirojekitii xiqiqoo ulfina hojii
hawwasaaType of PW and dubartootaa salphisan rawwachuu
community assets fi nyaata madaalwwaa Umataa
( 5 jalati kan qoratame. Bu’aa bablisuu.
korniyaa)
Exannaa fi hirmaanaa dubartooni - Hojii Hawwasaa keessati
hojii hawwasaa keesati qaban. hirmaanan dubartoota
madaalawwaa akka ta’u.
- Koorniyaa akka Exannaa
dabalataati fayadamuu.
Improved Yeroo hojii hirisuu - Dubartoon sa’aati hojii dhirii
work hojeetu keessaa harka
conditions shantama(50%) akka hojetan.
for women - Gara hojii deemufis ta’e deebi’anii
galuf yeroo sireesuu.
Ulfina hojii salphisuu - Dubartooni hojii salphaa akka
hojeetan.
Tajaajila daa’imanii - Iddoo eegumsa daa’imanii
mijeesuu.T
Wirtuu iddoo hojii - Karaa deemamu Wirtuu iddoo
irraa karaa gabaabaa hojiit dhiyoo fi gabaabaa ta’u isaa
mirkaneesuu.
Dubartoota Ulifaa fi - Baatii 12f dubartooni harma

8
kan harma hosisitu hosisanii fi ulifa ta’an hojii irraa
bilisa akka ta’an taasisuu.
Tajaajila hawwasaa - Yeroo ulifaa fi erga da’aniin booda
walin waliqabsisuu tajaajila cheeki up kennuufii.
- Fayyaa fi nyaata - Hubannoo fi waliqunnamiti
maddalawwaa jijirama amala kennuu.
- Waliqunnamit fi
jijirama amala

Deegrasa koorniyaa biros (4.)

Hirmannaa murtee kennuu - Fillannoo qabeenyaa keessati akka


dubartootaa hirmatan.
- Dubartooni Oggansa keessati
qooda akka fudhatan taasisuu.
- Hojii kisoomaa irrattii dubartooni
akka jajabaatan taasisuuu.
Qinda’ama kafalitii dubartootaa - To enable women and men to
equally access wages
Haala kommiin ittii furamu - Bu’aa qabeensa kommii
dhiyeefannaa fi fayeedaa isaa.

You might also like