You are on page 1of 1

Boqonnaa kana guduunfuuf, akkan inestimetiiwwaan aanaa sabbataa awas keessatti

taasisaa jiran keessattuu, gama eegumsa addunyaa naanootiin faallaa labsiimetii


federaalaa lakk.1180/2020 fi faallaa labsii oromiyaa lakk.249/2015 tiin hojjataa jiran
kan hojii fidann isaanii seerota investimetii idil fi SDG milkeessuuf kareero akka
addunyaatti qabame fi gama kanaan godhamaa jiru illee faallessuudha. Xiinxallii kana
keesatti muunuuf yaalameen invastimantii gamaan qonnaan bulaa irra gahe maali?
Bu'aan invastimentiin qonnaan bulaa bulaa investimentiin jiruuf fidee dhufu
argamsiise hoo jiraa? Yoo jiraate maali? Kan jedhu adda baasudha. Dabalataan gama
investimentiin dhufu kana'achuu fi ambisuuf tarkaanfiin gama mootummaan
mandamaa jiru maal irraa akka gaariitti yoouuf ta'u, dhuma irrattis ta'e, investimentiin
investimentiin bulaa gahu of seerri investimentiin bulaa gahu seer seeer labsii
lak.1180/2020 , labsii lakk.249/2015, Seera Siviilii Itiyoophiyaa, labsii lakk.300/1995,
seera yakkaa Itoophiyaa, Heera FDRE fi seerota namoota waliinii jira.

You might also like