You are on page 1of 4

Akkaadaamii Urjii Lakk.

4 Qorumsa Xumura Semisteera 2ffaa Barnoota Herregaa


Kutaa 3ffaa Kan Bara 2013

Maqaa ______________________ Kutaa __________ Lakk. ___________

I. Himoota 1–6 jiraniif yoo sirrii ta’e Dhugaa, Yoo sirrii hin taane Soba jechuun deebisi.
______1) Reektaangiliin rogaaleen fuullee cimdiin tokko wal-tarreedha.
______2) Dheerinni diyaameetirii walakkaa dheerina raadiyeesiiti.
______3) Sararri tuqaalee geengoo tokkorratti argaman lama wal-qabsiisu raadiyeesii jedhama.
______4) Qarshiin sadi saantima abbaa 25.16 tti jijjiirama.

______5) Sa’aatiin kun 10:15 jedhamee dubbifama.


______6) Sa’aatiin tokko daqiiqaa 120 of-keessaa qaba.
II. Himoota 7 – 10 jiraniif deebii sirrii ta’e walitti firoomsi
______7) Torbaan 52 A. Guyyaa 1
______8) Guyyoota 30 B. Waggaa tokko
______9) Ji’oota 12 C. Ji’a tokko
______10) Sa’aatii 24 D. Sa’aatii 24
III. Himoota 11 – 17 jiraniif deebii sirrii ta’e filadhu
______11) Qarshiin 10 saantima 50 _______ jijjiirama. A. 12 B. 16 C. 20 D. 40
______12) Bariisaan qarshii tokko qaba. Saantima 78’n yoo akaayyii bitate, Saantima meeqatu isaaf
hafa?A. 178 B. 12 C. 22 D. Deebii hin qabu
______13) Galataan qormaata isaa fixuuf daqiiqaa 38 itti fudhate. Roobeeraa immoo daqiiqaa 45 itti
fudhate. Galataan daqiiqaa meeqaan Roobeeraa dursee fixe?
A. 8 B. 9 C. 7 D. 83
______14) Yoo diyaameetiriin 10 ta’e, raadiyeesiin meeqa? A. 4 B. 12 C. 20 D. 5
______15) K ÷ 10 = 500, Gatiin “K” meeqa? A. 50 B. 500 C. 5000 D. Deebii hin qabu
______16) Qarshiin 16 saantima abbaa 50 meeqatti jijjiirama?
A. 30 B. 32 C. 60 D. Deebii hin qabu
Jimaataa hamma Dilbataatti Biqiloota dhaabaman
Jimaata
Sanbata
Dilbata
______17)
A. Biqiloonni baay’een kan dhaabaman guyyaa kami?
A. Jimaata B. Sanbata C. Dilbata
B. Biqilootni Jimaata dhaabaman kn Sanbataa meeqaan hanqatu?
A. 4 B. 12 C. 6 D. 5
IV. Hojiin agarsiisi
______18) Qarshiin 50 saantima abbaa 25 meeqatti jijjiirama?
______19) Qarshii 8 saantima abbaa 50 meeqatti jijjiirama?
______20) Daraartuun torbaan lamaaf akkoo ishee gaafachuuf gara magaalaa Mojoo deemtee achitti
dabarsite. Daraartuun guyyaa meeqa Mojoon turte?

Qoph: B/saa Jamaal Shaanqoo


Akkaadaamii Urjii Lakk. 4 Qorumsa Xumura Semisteera 2ffaa Barnoota Herregaa
Kutaa 4ffaa Kan Bara 2013

Maqaa ______________________________ Kutaa __________ Lakk. ___________

I. Himoota 1–10 jiraniif yoo sirrii ta’e Dhugaa, Yoo sirrii hin taane Soba jechuun deebisi.
______1) Daqiiqaan 7 sekondii dhibba afuriif digdama (420sek) ta’a.
______2) Sekondiin 600 daqiiqaa sagal (9daq) ta’a.
______3) Guyyaan 4 daqiiqaa 242 (dhibba lamaaf afurtamii lama) ta’a.
______4) Obbo Tulluun sa’aatii 12:15 tti jalqabee sa’aatii 5:12:44’f qotiinsarra yoo ture, hamma
sa’aatii 7:3 qonna irra ture.
______5) Barsiisaan herregaa barattoota isaa ganama sa’aatii 2:30 irraa jalqabee hamma sa’aatii
5:45 tti yoo qo’achiise, sa’aatii 7:75 barattoota isaa qo’achiise.
______6) TVO otoo guyyaa keessa sa’aatii 8:05 irraa jalqabee hamma sa’aatii 10:13 tti diraamaa
dabarsee, sa’aatii lamaafi daqiiqaa 8 (2:08) dabarsee jechuudha.
______7) Dammituun qormaata Gadaa sa’aatii 1:07 keessatti fixxee baate. Qorumsa kanaaf
sa’aatii 1:45 tu kenname. Dammituun 38 sekondii isheef osoo hafuu fixxee baate.
______8) Sa’aatii 5:30 + 2:15 yoo walitti idaane, 7:45 daqiiqaa ta’a.
______9) Daqiiqaa 25 gara sekondiitti yoo jijjiirre 1500 sekondii ta’a.
______10) Piriizimiin hundee lama qaba.
II. Himoota 11 – 15 jiraniif deebii sirrii ta’e walitti firoomsi
______11) Gaagura Aadaa A. Dhuqunqula
______12) Giloobii lafaa B. Ji’a kudha lama
______13) Saamunaa hoccuu C. Piriizimii
______14) Saanduqa kibriitii D. Siliindarii
______15) Waggaa tokko E.
III. Himoota 16 – 17 jiraniif deebii sirrii ta’e filadhu
______16) Sa’aatiin 48 guyyaa meeqa ta’a? A. 2 B. 3 C. 4 D. 6
______17) Fiixaan fooddaa dheerinni isaa 2m fi dalgeen isaa 1m ta’e hojjate. Bal’inni fooddaa
hammam? A. 2 B. 3 C. 4 D. 6
IV. Hojiin agarsiisi
18) Fooddaan mana tokkoo iskuweerii ta’ee, dheerinni roga isaa 4m ta’e, Naannawa isaa
barbaadi?

Kutaa 1ffaa 2ffaa 3ffaa 4ffaa


Baay’ina barattootaa 73 65 63 79
19)
a) Giddu galeessi baay’ina barattoota Kutaa 1ffaa fi 2ffaa meeqa?
b) Giddu galeessi baay’ina barattoota Kutaa 3ffaa fi 4ffaa meeqa?
c) Giddu galeessi baay’ina barattoota Kutaa 2ffaa fi 3ffaa meeqa?
d) Giddu galeessi baay’ina barattoota Kutaa 1ffaa, 2ffaa, 3ffaa fi 4ffaa meeqa?

Qoph: B/saa Jamaal Shaanqoo


Akkaadaamii Urjii Lakk. 4 Qorumsa Xumura Semisteera 2ffaa Barnoota Herregaa
Kutaa 2ffaa Kan Bara 2013

Maqaa ______________________________ Kutaa __________ Lakk. ___________

I. Himoota 1–5 jiraniif yoo sirrii ta’e Dhugaa, Yoo sirrii hin taane Soba jechuun deebisi.
______1) Reektaangiliin rogoota afur qaba.
______2) Iskuweeriin rogoonni isaa hunduu dheerinna gara garaa qaba.
______3) Qarshiin 1 = dinaara abbaa saantima 25’n 4 qaba.
______4) Saantima 50 + saantima 40 = saantima 92 ta’a.
______5) Sa’aatiin tokko daqiiqaa 60 qaba.
II. Himoota 6 – 10 jiraniif deebii sirrii ta’e walitti firoomsi

______6) A. Iskuweerii

______7) B. Geengoo

______8) C. Rog-sadee

______9) D. Reektaangilii
______10) Dhibba E. 100
III. Himoota 11 – 20 jiraniif deebii sirrii ta’e filadhu
______11) 1 sa’aatiin __________ daq. A. 60 B. 120 C. 360 D. Deebii hin qabu
______12) Waggaan tokko _______ ji’ooat qaba. A. 10 B. 4 C. 6 D. 12
______13) Gatiin sukkaara 1 qarshii 16 yoo ta’e, sadi meeqa? A. 32 B. 38 C. 36 D. 48
______14) Qarshii 56 – qarshii 40 meeqa? A. 16 B. 20 C. 8 D. 110
______15) Fulbaanni ji’a meeqaffaadha? A. 1 B. 2 C. 3 D. 6

______16) A. 10:15 B. 3:50 C. 3:10 D. 10:3

______17) A. 12:2 B. 2:12 C. 2:00 D. 12:10


______18) 120 ÷ 2 = ________ A. 60 B.122 C. 62 D. 140
______19) 30 × 3 = _________ A. 33 B. 60 C. 90 D. 30
______20) 5 × 1 = __________ A. 6 B. 7 C. 8 D. 5

Qoph: B/saa Jamaal Shaanqoo


Akkaadaamii Urjii Lakk. 4 Qorumsa Xumura Semisteera 2ffaa Barnoota Herregaa
Kutaa 1ffaa Kan Bara 2013
Maqaa ________________________________ Kutaa _________ Lakk. _________
I. Himoota 1–10 jiraniif yoo sirrii ta’e Dhugaa, Yoo sirrii hin taane Soba jechuun deebisi.
______1) × = ta’a.
______2) + = ta’a.
______3) 1 + 2 + 3 = 6 ta’a.
______4) Daree tokko keessa barattoota 40 keessaa 20 dubara yoo ta’e baay’inni dhiiraa 30 ta’a.
______5) + =
ta'a.
5 5 25 50 10 5 100
______6) + + + + + =
______7) Guyyaan Wixatatti aanee dhufu Roobiidha.
______8) Torbaan tokko guyyaa 7 of-keessaa qaba.
______9) Qalamni tokko qarshii 15 yoo ta’e, qalamni 3 qarshii 45 ta’a.
______10) Saani tokko qarshii 900 bitamee, kumatti yoo gurgurame bu’aan qarshii 100 ta’a.
II. Himoota 11 – 16 jiraniif deebii sirrii ta’e walitti firoomsi

______11) A. Ida’uu

______12) B. 2

______13) C. Rog-sadee
______14) +¿ D. Reektaangilii
______15) Lama E. Iskuweerii
______16) Soddoma F. 30
III. Himoota 17 – 19 jiraniif deebii sirrii ta’e filadhu

______17) Sa’aatii meeqa? A. 1:3 B. 3:5 C. 1:15 D. 3:1

______18) Sa’aatii meeqa? A. 10:6 B. 10:30 C. 6:50 D. 6:10

______19) Sa’aatii meeqa? A. 12:00 B. 6:00 C. 7:00 D. 8:00


20) Digdama hiruu lamaa (20 ÷ 2) = __________________?

Qoph: B/saa Jamaal Shaanqoo

You might also like