You are on page 1of 1

Lakk _____________

Guyyaa ___________

Mana Murtii Aanaa Magaalaa Shaashamanneetiif

Shaashaamannee

Dhimmi: - Deebii Xalayaa Lakk. Galmee Raawwii 15531 Gaafa


04/09/2013 Deebisuu Ilaala.

Akkuma mata duree irratti ibsamuuf yaalametti Raawwiin Himattoonni


Amaan Aliyyii fa’a N-3 himatamaan Waajjira Bul/Itti Fayyadama Lafaa
Mag/ Shaashamannee jidduu jiru ilaalchisee lafti falmiif sababa ta’e
dhoorkamee akka turu nu ajajuun keessan ni yaadatama.

Haaluma kanaan Nutis akkaatama ajaja Mana Murtii kanaatiin kan dhoorkine
ta’uu keenya kabajaadhaan isin beeksifna.

Nagaa Wajjiin!

You might also like