You are on page 1of 2

Jecha

beektotaa addunyaa pdf

Beekumsi kennaa uumamaa sijalaa hin hatamneedha (Albaranstaayin) Hiyyummaan hiyyummaa caalu hiyyummaa sammuuti (Sooqiraxas) Hanga lubbuun jirtu waan gaarii hojjedhu (Abrahaam liinkan) Yeroo dabarsuurra guyyaa baallamaa dabarsuu wayya (Abrahaam liinkan) Beekaa jedhamuuf barumsa keessa darbuu osoo hintaanee barmusi si keessa
darbuu qaba. (Abrahaam liinkan) Bareedinni sammuudhaa umrii wajjiin dabalaa yoo deemu kan bifaa immoo hirachaa deema (Jon “F” keneediin) Waraanafi salphina jalaa kan nama baasu gootummaadha (Emergan) Horii kee waan barbaadetti jijjiiruu dandeessa biyya kee garuu hin dandeessu. (Joon “F” ke neediin) Eboon goota yoo inni jiraate hin
fudhatamu yoo inni hin jiraanne ni fudhatama (Acheebee) Sammuun qullaa taa’urra kiisiin qullaa taa’uu wayya (Sheekispiir) Manni kitaabni keessa hin jirre akka mana fooddaa hin qabneetti lakkaawama (Acheebee) Duuti jiraachuu kan beektuu yeroo nama jaalattu si jalaa fudhatuudha (Emii disaataa Humna agarsiiftu ol qabadhu hamma beektuu
dubbadhu. ribelebonir.pdf
(W.sheekispiir) Nama jilbiiffatee jiru irraa kan dhaabatee du’e wayya (Mokis) Boru kaleessaf karoorfachuu hin dandeessu (Edmand Bark) Jaalalti dhugaa mi’aa gidiraa mana hidhaati (Aroomaay) Yeroo hunda tarkaanfii tokko yoo yaaddu qormaanni gufuu miila keetirratti ni mul’ata (Antoon cheevaak) Namarra yaaduuf yaali garuu namarra beekadha
ofiin hin jedhin (Wiiliyaam jamsi) Bakka jaalalli hin jirretti dogongorri guutee argama (Jamsi haweel) MADDI: fuula fb jaalalaaf tapha irraa FB keenyaan nu hordofuuf asirratti tuqaa!♥♥ DUBBISI IRRA BARAADHU! Jireenya keessatti waanti nuti akka karooraatti qabannu waanta lamatu jira. Inni jalqabaa waanta barbaannu argachuu yoo tau, Inni
lammaffaan immoo waanta argannetti gammaduudha.Namoonni karoora isa lammaffaatti gammadan garuu beektota qofa. Balaa namatti dhufe injifachuuf tarkaanfiin jalqabaa waanta raawwate galataan fudhachuudha.Rakkoo si mudate akkuma jirutti fudhachuuf eeyyamamaa tai. -William James Haala si mudatu waliin jireenya kee walfudhachiisuuf
yaalii godhi malee akkan barbaadu tauu qaba hin jedhiin. Abraham Liinkan Namni hiriyaa isaatiif gammachuu hin yaadne rakkinaaf saaxilamaadha. Namni akkasii ofiisaa qofa osoo hin taane,namoota biroos ni madeessa.Kufaatiin namaas eenyummaa akkasii irraa dhufa. -Alfred Adiler Karaan ittiin gammachuu argatan tokkicha.Innis muddamaa fi sodaa
humna keenyaa olitti nutti dhufan jalaa miliquudha. -Monten Yeroo hundumaa tarkaanfii tokko tarkaanfachuu yommuu yaaddu,gufuu tarkaanfii tokko si ittisuu dandautu si dura dhaabbata. -Antuwan Tekov Sammuun kee foddaa ati ittiin addunyaa kana ilaaltu waan taeef yeroo hundumaa banaa taasisi. -George Barnaad show Waanti nama beekamaa si
taasisu waanta ta’uu barbaaddu taatee argamuudha. -Sokirates Irra deddeebianii yaaluun salphina miti.Carraa gaarii tauusaatu ittiin safarama. -Joorjii maatiyaas Miirri injifannoo kan madaalamu injifachuu qofaan osuu hin taane,yommuu kufanis tattaaffii gochuudhaan ni madaalama. -Oliver Gold Smiz Dadhabinni jireenya keessatti nama quunnamu
tokko qofa.Innis waan beekuu qaban beekuu dhabuudha. -Kanan Frederik Furar Namni namoota injifatu nama cimaadha. Namni ofiisaa injifatummoo nama hundumaa caala.-Laawoo 8ffaa Akkuma sibiilli yoo qarame malee hin calaqqifne akkasuma namnis yoo rakkinaan qoramee bahe malee addunyaatti mulachuu hin dandau. -Konfiishiyees Baayinni
rifeensaa,baayinni copha bokkaas, akkuma beekamuu hin dandeenye baayinni rakkinaas sammuu nama mul’ataa xureessuu hin dandau. Namni akkasii madaala jireenyasaatii ni eega.-Seeneka Namoonni hedduun abdii fuula duraa qaban abjootanii yeroo gammachuu abdiidhaan eeggatu.
Garuu guyyaan har’aa guyyaa hundumaarra guyyaa addaati. Sababnisaa guyyaan har’aa harka kee keessa seentee jirti. -Charles Koltan) Namoota biroodhaaf hin yaadnu yoo taane,waanta namaaf gochuufii dandeenyu yoo dhiifne burqaa gammachuu tokko Akka gogsine beekuu qabna. -Rey Liiman Wiilber Namni dogoggorasaa mul’isee himatu akka
nama kosii manaa haruuti. -Maataammaa Gaandii Namni waan hundumaa hawwu nama guddaadha.Namni waan argachuu danda’u qofa hawwummoo nama ogeessadha.

-Jecha warra Aayilaandii Daandii bakka yaadde si geessitu osuu hin beekiin adeemsa hin jalqabiin. -Jecha warra Ingilizii Cabbii caalaa yoo addaatteyyuu, urjii caalaa yoo qulloofteyyuu ceephoo jalaa bahuu hin dandeessu.-William shekispir Kaleessaaf gaabbuu fi boruuf dhiphachuun guyyaa haraa balleessuudha.– Maaksim Troobey Sababa teessee
ilaaltuuf namoonni gurguddoo sitti fakkaatu. Kanaafuu ka’i.-Jecha warra Ingilizii Nama tokko gargaarun addunyaa guutuu jijjiiruu dhabuu danda’a. Garuu nama tokkoof addunyaa isaa jijjiruu danda’a!! Waan barbaadde tokkoof hin qabsoofne yoo ta’e Waan dhabdeef hin gaddin. Jechoota Beektota Addunyaa, Jechoota Hayyoota Addunyaa, Jechoota
Beektotaa 101, Afaan Oromoo Motivational Quotes.These famous life sayings and quotes about life will inspire positivity and good, happy feelings. Enjoy with these best life quotes that touch upon the magic that is in every day.Safety starts with understanding how developers collect and share your data. Data privacy and security practices may vary
based on your use, region, and age. boposolawifavi.pdf The developer provided this information and may update it over time.No data shared with third partiesLearn more about how developers declare sharingNo data collectedLearn more about how developers declare collectionData is encrypted in transitYou can request that data be deletedRatings
and reviews are verifiedinfo_outlineRatings and reviews are verifiedinfo_outlineVery very bad do not dowload this app1 person found this review helpfulDid you find this helpful?very very bad please guys you dont download this app.6 people found this review helpfulDid you find this helpful?its very useful and initiable app keep up my qomoo46 people
found this review helpfulDid you find this helpful?flagFlag as inappropriate

You might also like