You are on page 1of 6

Episode 1

Teaser

Episode kannaratti mana kittaba fuldurraati akko manoyeen kameera fuldurraa ishee dhabdee
namalee ,guutu ,araade,shibbee fi aboyeen fulduraa kameraa hiriiraan ta’anii mula,atuu.

Akkoo manoyee

(fishkaa afuufttee)

Akkoo manoyeen jedhamaa mana kitabaa kana natu bulcha Warri naa

fuldurraa hiriree jiruu kun immo mamiltoota mana katabaa kanattii naa

jallati bullu Sera fi heraa bulmatta kiyaatin mana kitaba kanatti buluu . warra yerro

hundaa hin dhabmnee keessaa murrasa isaaniti amma itti ansee akka

offi isiinin barana carra kennaf gbaabsani isiinin wal baruu ( isaan ilaal kottaa camera
kanarrati qaraxama (leensi kameraa gara guttuu gote )enyurraa jalqabuu

namalee

akkam akkam osoo anni jirru enyurraa jalqabu jettaa

shibbee

(leensi kamerraa harkaa lamaan qabee garaa namalee sirressaa)

Dhugadhaa warrii jalqabaa osso jiranuu enyurra jalqabuu jechuun add maaledha
Kameraadhaan warri majamrra qaraxameyu akkakyu issanitti bar

Guutu

Mee dhiisif yaa baxarqamani garuu gababsi jedhiin duubi akka hin dheersine

Namaalee

(arriidhaan guutu ilalae kameeraa ofitii siqsee hucuusa totolfachaa )

Eegaa akkumaa bekamuu kanaandura seenadhan akkum beekamu

Guuttuu

Aboo namichoo duubi gbabsi

Shibbee

Maali gooftan kiiyyaa halkanifi guyyaa osso hasa’a ollani

Akko manooyee

Kunni manna kitabba akkoo manaye mitti mediadha hundkessanu oduu keessan

gbabsa maqaa keesaan hooji keessanfi waan biyyaa kanaf gumachitan gbabsaatti

himuu qofaa
guutu

kamerraan sobbaa waan hin dabrsineef akka issin hin qabnee sobnilee dhorkkaa tau itt
himmi

abboye

warri tebleziinaan nuu afuuf olu kun maalin qaraxametiree

akko manoye

(arrifacha)

Akkshin namalee jalqabii

Namalee

Eegga durran dursiee caarraa nama akka kiyaaa qaraxuu waan argaatanif issiinifis
kompitaraa kanaafis carraa gudadhaa namma akka kiyyaa nama bekumsaa guddaa (hunduu nifaata)

Akko manoyye

Namaale dhabii gaye oduukkke akka galanna dheeratu kana gulanna hasoftaa

Amma gafi sii gafadha gafikiyaaf dibee gababa naaf debista

Guuttu

Akkas wayya osoo aduun nutti hin lixiin nammatokkof daqiqaa 5 qoffaa

Namaale

Haa tauka yoo jettan ngafadhuu

Akko manoyye

Maqaan kee enyu maqaan keessan enyu

Nammaale

Akkum bekamu maqaan kiyaaa

Araade

Akkum beekum maltu fidee amma

Akkoo manoyee

Kameraan maqaa keessa hin beku gbaabsatti itt himaa

Namaale

Maqaan kiyyaa namaale oljira waan hundaa tolchaa dandaaa…

Guuttu

Abbo dhabii sii gahaa sanyii kee nutii hin lakkayin kameran nii gutta gbaasi

Akkommanaooye
Ogumma

Shibbee

Waan hundaa

Namaale

Ee dhugaadha waan hundaa

Akko manayee

Matti

Namalle

Matti horadhe jira ergaan herume amma ganna 41 jartti 1faa ijoole 21 qabbaa

Shidbee

Gooftako jartti tessan gamaahoo

Namalee

Calissi atti ishii hinlakau quftee ajajmu didee

Guttu

Daqiiqa shaan gutteraa

Akka manoyye

Yerronkke dhumme jirraa kameraa irra garra aradetti gargalchitti

Namalle

Akkam akkam yoom jalqabee

Akkoo manoyee

Aradde jalqabi maqaa matti ogummafi maalif mana kitabba kanna akka dadebitu gababsi

Araade

Araade naan jedhuu

Guttuu

Dur maqan saa tolchaa turee tolchuu diddee araada caatti aradaa farsoo aradaa shamranii
bayisnaan maqaa issi gittu umaani baseef

Araade

Kunni mediadhaf hin ta,u editigodhaa ..garuu wanttin mana kittaba dedibiuf bekumsi furtuu
jirenyaa ta,u waan hubadheef

Shibbee

Kun sobbaa gudhadha anni ergaan mana kitabbaa kanatii isaa argee
Yeroo maraa kitbaa wae shamrrani barefaman qofaa dubisa …akkamitti shamran jalaln
torbaan tokko kessati qabsiisu akka danada’a jechoota jalaala

Araade

Marree bekumsii shamran caalu adunya kana irrati maaltu jirra

Albert anstayil waae shamrani waan jedha beekta

Guutu

Albert anstaiel waae physics maale waae shamranni yoom hasae immo

Arrade

Atti hin dhagenya taa abbo afanira hinqolattin

Numaale

Ayy biyya tanna osoo nu jiru maaltu galena si cisisa namaleen akka jedhetti jette hin hasoftu
waae dubrtoota wa meqaan sitti himee

Akko manoyee

Sa’atinkee dhumatte (kamera gara shibee qabdi )

Maqaa

Shibbee

Maqaan kiyaa shibbedha (garaa namaale milacha) kan issanitti

Akkom manoye

Shibbe shubissa namalee maati qbdhaa ogumaa ,maalif mana kitabaa kana akka dedbitu
himi philosophy jiru keete himachuu dandessa

Shibee

(namalee milacha)

Kan issaan jedhaan hunduu naff taa

Guttu

Ammareefu dhugaa dubaate inne maqaa maale waan offfi homa hin qabuu shibben shubissa

Namaletti hoojin isssa agafari namaletti fedhinsaa taufi kaun issaa kan murtau namaledhani

Mana kitaba kana kan dhufu kitaba namalenn dubisu jechun kiyaa dabasuu debisufi fidudaa

Yoo namaleen itti ho,u haafrsudha

Namalle

Assiratti Guttunis shibeenis dhugaa dubattan shibeen garra adunya kannati kan dhufee
sababni umama isaatu namoota akka kiyya vip ta,a tjajiludhafi fedhis tau jirenya offi isaani hin
qabaan jireenya warra akka kenyaa mijesuf nuuf kana umamnidha
Arrade

Yoo akkas tae shibeen interviewus godhamu hin qaba akka namatis lakayum hin
qabuu akka ebbaati namlerrati umaame

Shibee

Dhugadhaa kannarati koomi hin qabuu

Akko manoyee

Maf na dadpsittaree yoo akkasi (camera gara guttu qajelchitti)

Guttuu

Guttun jedhamma wantiin mana kittaba kana dedbiuf biyyaa kanna

Kessatti waan namalefan hirisaan jalisantu jirra isaan guuttuf qajelchuf dedbia

Namale

Adaraa seera

Dumbushen tassaa bunafi sinii haalu gargaraa qabduu qabatte dhufti akko manoyeen kameraa gara
ishe garagalchitti araaden yeemu dumbushe ilaala araban hidhisa arbaa

Akko manoye

Attihoo enyuu hariiroon mana kitabaa kana kessaati qabdu maali

Dumbushee

Dumbushen jedhama mana kitaba kana kan dhufu kitaba dubisuf mitti maal nagodha warri
dubise essaa gae

Arraade

Maal ishiidhaf godhaa biftii ishitu kitabaa bayedha

Akko manoyyee

Baqa ga’e egaa amma offin qaraxa (demtee kamera jala dhabatti)

Hara.ara jalqaba jirenya mana kitaba kana kessati namooni walin issin baran kunfi kan biro
dabrasan isiinif dhyesina …………………action

You might also like