You are on page 1of 5

Dhukkuboota xalataamiin wallaanamu

1. Gaggaba: Gaggabni gosa lamaatu jira.

*Gaggaba budaa ykn jinniin namatti dhufu.

*Gaggaba hadhooftuun namatti dhufu.

Akkaata dawaa:xalataam akka shaayitti danfise ykn deeyma

Wajjiin nyaachisan.

2.Gosa maraatu hundaaf:-Akkaata nama tokko maraatu isaa

Ittiin beekan.

*Yoo nama dhahi,fiigi lubbuun kan jettuun taate.

*yoo callisiifte fi kan hin rafne tahe.

Akkaata dawaa:xalataamifi deeyma wajjiin yoo feete xalataam

Danfiftee hanaga 12gm.

3. Qabbanaaf

Akkaata dawaa: Xalataam tumtee deeyma Wajjiin hamma

Fallaana 2 nyaachista.

4. Nama afaan dabe

Akkaata dawaa:Zeeytii isaatin shukkuumta gama itti dabe

irraa gama fayyatti.

5. Hirqaanfu

Akkaata dawaa:deeyma+xalataam deeyma irra guddiftee guyyaa

3f guyyatti 40gm.

6. Cincinnati garaa

Akkaata dawaa:[5]

7. Dhukkubbii mari'maani

Akkaata dawaa:[5]
8. Bokoka garaa

Akkaata dawaa:akkuma shaayitti itti dhuuyda.

9. Dhukkuba shimbirroo(nama ijji bicaa tahe ykn

Fincaan bicaa tahe)

Akkaata dawaa:xalataam shaayi Wajjiin ykn damma

Wajjiin dhuga.

10. Dhukkuba Rajiijji

Akkaata dawaa:xalataam deeyma wajjiin xiqqo

Xiqqo haa nyaatu.

11. Nama fincaan ammaa amma oofu kan akka gaariitti

irraa hin baane.

Akkaata dawaa:xalataam haa dhuguu takkaa

Deeyma wajjiin haa nyaatu.

12. Nama raammoon garaa jirtu

Akkaata dawaa:garaa qullatti foon nyaate xalataam akka shaayitti

itti haa dhuguu.

13. Dhukkuba cophxoo fi cirracha kaleetif

Akkaata dawaa:xalataam danfisee itti haa dhuguu

14.Nama gadaameessaan gad dhiibatu

Akkaata dawaa:Xiqqishuma huccuun xuuqxe qaama

saala keessa keesse ykn itti dhuuyde bareedadha.

15. Dhukkuba hudduu cufaaf

16. Dhukkuba qomaa

Akkaata dawaa:xalataami fi deeyma walitti goote

nyaatta yoo feete walitti dhaabde ykn guyyaa tokko


tokko jidduu bahaa.

17. Kormommoo(waan kurfoo namarratti baatu)

Akkaata dawaa:Tumaniituma ykn wahiin jiiysanii

irra kaayan ykn isa danfifte bishaan isaa irraa baafte isa dibda.

18. Kintaaroti ,huddufoor ,hasmii,hafuura namatti citu

Akkaata dawaa:Akka shaayitti itti dhugan.

19. Roobbi,baarillee baras,madaa mataa ijoollee

Akkaata dawaa:xalataam tumanii deeyma itti dabalanii bakka madatti diban yoo madaan jiituu taate
googoysani itti firfirsan.

20. Dhukkuba dhubbaa

Akkaata dawaa:Xalataam tumanii deeyma faa itti dabalanii xiqquma xiqqoon itti diban ykn Xalataam
danfisaniiti bishaan irraa baasani itti diban.

21. Iita bakkuma feetetti haa dhufu

Akkaata dawaa:Yoo keessa tahe itti dhugan yoo gubbaa taate deeyma waliin ykn bishaan isaa itti diban.

22. Nama gurri hedduu hin dhageenye

Akkaata dawaa:Zeeyita isaa xiqquma xiqqoon itti godhan.

23. Iyyansa gurraa

Akkaata dawaa:Zeeyti isaa itti buusan.

24. Dhukkuba mataa

Akkaata dawaa:Funyaanin Xiqqishuma itti buusan.

25. Dhukkuba duuydaa,nama humni dhukkubu

Akkaata dawaa:Ittiis haa dhugu, Zeeytii isaa itti haa diban.

26. Harka iiteessu

Akkaata dawaa:Zeeytii isaa itti diban.

27. Nama ijji hedduu hin agarre,ija balooqa(addaattu)

Akkaata dawaa:kammoona +deeyma+xalataam walitti danfisanii irraa baasanii kuullatan.


28. Bishaan ija nama bu'u

Akkaata dawaa:Bishaan xalataamin haa kuullatu

29. Nama summii dhuge

Akkaata dawaa:Xalataam danfiftee obaafta.

30. Nama fincaan dide

Akkaata dawaa:Danfisanii obaasan

31. Nama heeydiin daftee irraa hin baane ykn yeroo irraa baatu dhukkubsitu

Akkaata dawaa:Danfiftee haa dhuydu

32. Nama heeydiin isii yeroo wallaalte

Akkaata dawaa:danfiftee haa dhuuydu

33.Nama nyaata nyaachuu dadhabe

Akkaata dawaa:Akkuma shaayitti haa dhuguu.

34. Ameebaa, ittansuu,furrii

Akkaata dawaa:itti dhugan takkaa Deeyma wajjiin nyaatan.

35. Foolii shunkurtii, Qullubbi balleessuuf ni fayyaddi.

36. Sibiila dandaahe irraa baasuuf xalataam danfisanii keessa kaahan.

OF EEGGANNOO

1. Nama garaa qabu.

2. Dhalaa hoosiftu

3. Bishaan fedhinnaa irratti rakkoo qaba.

Hubachiisa yoo aniisun ykn kansuun yoo inni dhabame xoosinoo itti dabalanii yoo dhugan homaa
dhiibbaa hin qabu.

You might also like