You are on page 1of 2

_ PB eR IC wpe tr tins saatioiggge OY be ° ° oe gy

Guyyaa 2/7/2016 Mana Murtii Aanaa Mattuu tiif

Mattuu

lyyataa — Obbo Hayiluu Kaffaaloo Teessoo — Mag/Bishoftuu Ganda Calalaqaa Abukaatoo ~ Darajjee
Taayyee

Waamamaa - Obbo Gadaamuu Annilleey TeessooA/Mattuu G/Koodoo Hiirii

> Lakk. Galmee 34328

> Dhimmichi murtiin akka irratti naaf rawwatamuuf qabenyaa M/A/Idaa bu’ura SDFS Kew.378(3)(J) “1, 2,
fi 4” tiin dhiyeffachuu ta’a.

Tarree Iyyannochaa

Murtiin Abbaan Idaa kun bu’ura murtichaan fedhii godhatee qarshii 11,000 (kuma kudha tokko) itti
murtaa’e fi baasiif kisaaraa raawwii kanaaf inni M/A/Idaan qaamolee rawwachisanuf bakka rawwichaatti
akka kaffalu dhaddacha irratti ajajame inni kaffaluu didee jennaan ani qaamolee mourticha irratti
argamanii rawwachisaniif ani kaffale qarshii 850 (dhibba saddetiif shantama) sanaaf baasiiwwan kan biro
sababa raawwii kana inni dide ani baasaa jiruuf akkasumas baasuufis jiru naaf raawwachaa hin jiru waan
ta’ef bakka qarshii idea irraa barbaadamu kanaa :

1. Ashaakiltii muraasa kan akka Baargamoo, Buna fi Abukaadoo qabiyyee lafaa naaf murtaa’e A/Mattuu
Ganda Kodoo Hiirii keessa daangaan Kaabaan Daandii guddaa, Kibbaan qabiyyee keenya (kan abbaa koo
Obbo Kaffaaloo Gizawu), Bahaan qabiyyee keenya (kan abbaa koo Obbo Kaffaaloo Gizawu) fi Lixaan
Daandii Horii gidduutti argamu irratti dhaabee jiru dabarfamee akka naaf kennamu, fi

2. Horii lubbuu gabdu Farda Korma Bifa Diimaa qabenyaa M/A/Idaa ta’e Ganda Koodoo Hiirii keessatti
argamu qabenyaa M/A/Idaa ta’uu Obbo Ayinaalem Boggaalee fi Obbo Ittafaa Raggaasaa kan beekanu
karaa Waajjira Bulchiisa Ganda Koodoo Hiiriitiin ajajamee akka

' irratti raawwatamu akka naaf ajajamu kabajaan gaafadha.

lyannichi dhugaaf sirrii ta’uu bu’ura S/D/F/S/Kew.92tiin nan mirkanessa. be

9 7 2016 900

You might also like