You are on page 1of 15

T.

Albertiin
Fakkii kan kaase: maaillustrations.com
Kan Hiike Hadan Printing.
Kan maxxanfame Monkey Pen Ltd
Kabajamaa Deeggaraa,

Kitaaba ijoollee keenyaa buufachuu keessaniif galatoomaa .


Mul'anni Monkey Pen's kitaabota daa'immanii kumaatamaan lakkaa'aman dubbistoota
dargaggoota addunyaa maraaf bilisaan dhiyeessuudha.

Ergama keenya deeggaruuf kitaabota keenya hiriyootaafi maatii keessaniif qoodaa .


Galatoomaa

Mee deeggarsa gochuuf Patreon irratti arjooma godhaa


Pirojektii Kitaaba Bilisaa Qalama Saree:
Giiftiin Aura yeroo hunda ayyaana dhalootaa ishee haala gaarii
ta'e kabaji. Bara kana hiriyyoonni ishee galaaksii ykn Ruda
hundarraa gara lafjoo/ pilaaneetii isheetti qajeeluun ayyaana
kana kabjuuf gammadaa turan. Aankuumaala Faantaastikii fi
sareen isaa ajaa'ibsiisaan Wiinston hiriyyaa isaanii isa
kaka'umsa qabuuf kennaa mudaa hin qabne filataniiru. Haa
ta'u malee, Aankuumaala Faantaastikii Diinaa isaa hamaa
Falfalaa Zob dhuma imala kanaa irratti keekii guyyaa
dhalootaa lamaan kanaaf akka hin jirre murteesse.
Hadan painting

Donawaa(Doonii Hawaa) kun ka'uuf qophaa'ee bakka furguggifamuu


irratti dhaabbattee turte. Aakuumallii Faantaastiik kennaa guyyaa
dhalootaa Giiftii Awuraa dheeraa namatti hin tolle fe'ee reefuu xumuree
ture. “Kana ta’eera Wiiniston.” jedhe saree isaa amanamaa sana harkaan
Taphachiise. “Amma waraqaa mar’umaa kana dhaqee deebisuu qofa na
barbaachisa.”innis warqaa kennaa sana marsuuf itti fayyadame hunda
irraa of hiikuutti qajeele.

Winiston gammachuu Duute.AankuumaalaFantastic gara Doonii hawaa


seene. Wiiniston gara doonii hawaatti yeroo deebi'u nama Doonii Hawaa
isaanii irraa fagaatu waan arge itti fakkaate.
Nama argee fakkaata ture; Falfalaa Zoob ta’uu laataa?
Booda doonii sana keessatti sirnoonni hundi Hojeejaa
turan. Ifa dhaamsee, Agaarsiistuu ibsamee fi
AakuumalaFantaastik fi Wiiniston deemuuf qophaa'anii
turan.“5,4,3,2,1, Deemii fi fagaannee deemna.” jedhee iyye
Aakuumala Fantaastik, yeroo hunda fuula isaa irratti kolfa
guddaatu yeroo gara hawaatti deebi’ee mulata. Har'a
Wiiniston xiqqoo qofa gamadee innis sun
Falfalaa Zup Dha moo mitii ? jedhaa of gaafachaa ture.
Doonii gurraacha guddaa Doktor Zob irratti garuu, .

kolfa qofatu ture, gosti hammeenya qofa ture

oomishuu danda’a;

“Carraa gaarii Aankuumaala Faantaastiik, .

Imala keessanitti gammadaa.” jechaa kofla dabaa kofale


Doonii lamaan amma sagalee sirbaa: “Doon-dhoo'aa keenya
keessatti boo’aa, dhuguma saffisaan balali’aa, .Doonii hawaa
keessa ta’uun dho’iinsa dhoo’aa dha!”
Aankuumaala Faantaastiik jedhee sirbe.

Yeroo kanatti doonii dukkanaa'aa Zob isaa sodaachisaa


sagalee dhageessise:

“Maashinni koo inni hamaan Boolla keessa jira.


Aankuumaala sodaata ni taasisa.
Humna maagneetiin Doonii/Furgis-dhuka’a isaa
Gara gujjiiqorsaaMaraataatti ni qajeelcha” jedhe
“Amma yeroo dheeraa miti, Wiinston. Laf joon Giifti i Aura naannoo sirna
aduu ittiaanu jirti.” jedhee ibse Aankuumaala Faantaastiik. Foddaa keessaa bahee
Wiinston lafjo warqee ta’anii fi aduun ibsaa yeroo hawaa keessaa fiigaa
balali’anii darban ilaalaa ture.

“WahWahWah”. Ifa akeekkachiisaa diimaan balaqqeessa’ee dooniin sunakka


tasaa fi qaradhaan garagaltee yeroo deemtu, sagalee qabbanaa’aan doonii
hawaa sanaa akka tasaa jeeqe. Aankuumalli faantaastiik
“Yaa lakki!” jedhee iyyee . “Kara dogoggoraa deemaa jirra”.Wiinston agarsaa
ilaalee garamitti akka deeman arge: “Oo lakki, dhuguma!”
Dooniin Fantaastiik keelloon amma gara Tuuta Qorsaa maraatatti
Imaalaa jirti,
bakka hawaa keessaa isa balaa fidu. qorsaa diimaan dhibbaanlakkaa'aman aduu
Keelloo warqee ta'e tokkotti kan naanna'an yoo ta'u, dooniin hawaa tokko yoo
garmalee itti dhihaatte sa'aatii dheeraaf ari'an turan.

Wiinston boo'ee gara duuba doonii sanaatti fiige. “Hin yaadda’iin gurbaa.”
jedhe Faantaastiik. “Waa hundii gaarii ta’a…....Abdii qaba.” akkuma inni
Kolbaa cuqaasuu fi dooniin hawaa oofuu jalqabe.

Dafqi morma isaa irratti cophe iji isaa bal'atee ji'a lama rifachuutti
jijjiirame.

Wiinston dhuguma hin sodaanne, haa ta'u malee, waan Falfalaan Zoob
doonii isaanii irratti dhokse barbaadaa ture.
Wiinston sababni isaan rakkina keessa galan kana qofa akka ta'e beeka ture,
garuu maal ture?
Ji'a magariisa xiqqaa tokko duubaan ilaalaa kan ture
doonii hawaa gaaddidduu Falfalaa Zoob ture. Dooni
Aankuumala gara Tuuta qorsaa Maraataatti
qajeelu yeroo ilaalu kolfi quufa guddaan fuula isaa irratti
guddate. Ammas kolfi hamaan isaa naannoo kutaa
doonii isaa isa calaqqisu sanatti dhaga’ame.
“Humni maagneetii, Forgis-dhukka’oo sana
daandii irraa fagaadhu.” jedhee ofitti
xuxxuqe.
Wiinstoon yeroo arge yeroon isaanii akka darban ni beeka ture; yookaan
immoo urgooftuu hamaa bakka Falfalaa Zoob ture sana urgaa'e.
Sanduuqa xiqqaa ija jaamsu kompiitara guddicha jala jiru ture. Sun
ta'uu qaba ture. Falfalaan Zoob maashinii isaa isa hammeenyaa tokko
fayyadamuun doonii keelloo kallattii dogoggoraa akka deemu
taasisee ture. Saffisaan akka balaqqeessaatti Wiinston saanduqa
sanajilba isaa keessa jiru butee kennaa guyyaa dhalootaa dheeraa
sanaan
raafamee gara Maashinii Saffisiisaa Paartikilii Hawaa (SPAM
gabaabumatti)tti darbate.Achiis jilba isaa fayyadamee meeshaa sana
gara doonii Falfalaa Zoob dhiyoo jirtutti deebisee erge. 'Hangam akka
inni Qorsoota maraatan sanatti gammadu haa ilaallu.' jedhee yaade Wiinsto

Riqicha irratti deebi'ee Kaapteen Fantastic


ammallee rukutaa ture, qaxxaamuraa dhiibaa fi waan danda'u hunda
dhiibaa ture, Yeroo akka tasaa dooniin garagaltee gara lafjoo Giiftii
Auraatti deebite. Winston duutuun gammachuu michuu kenne.
“Wiinstoon akka hin yaaddofne sitti himeera; akkuman jedhu
‘Aankuumalichi naannoo jiru waliin furmaanni ni argama’.”
Yeroo gabaabaa booda Aankuumala Faantaastikii fi Wiinston
yerooGiiftii Duree Aura kennaa guyyaa dhaloota ishee banattu
walhammachuu fi Harka rukkuttu argachaa turan..“Samii Farra
Harkisaa! "Ajaa'iba!" ishee jedhee ol laaluu qorsaan maraataa
tokko tokko Falfalaa zob ari'aa turan . Wiinston lafee jaallatu
kaasuun imala hafe gammachuudhaafdeebi'ee qubachuu isaa
dura gogaa gammachuu kenne.
Ergama keenya deeggaruuf kitaabota keenya
hiriyootaafi maatii keessaniif qoodaa . Galatoomaa

Kan maxxanfame Fakkiin kan kaase


Qalama Qamalee Ltd
kan Hiikee Hadan painting Ltd www.maaillustrations.com

You might also like